🌹💒 kutaa_19 ffªª 🌹
🌹Gaaffii fi Deebi 👈
📍Musiliimoota📍
✍ Yohaannis 7:34👇
isin na, #barbaaddu,
garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii 📍
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nan hin
#Argatanii ,iddoo inni
Jiruu dhaquu hin dandani
Jedhu.......❓
👉kanafuu Kiristoos
Akkamitti fannifamee jeetu
Jedhu....❓
▬▬▬▬▬▬▬▬
=Deebi keenya =laki
Kiristoos #fannifamee jira.
📍Ragaa kitaaba Qulqulluu
=1=Yohaannis 2:19_21
Iyyaasuus deebisee
#Mana Qulqullummaa kana #diigaa,
#Anis guyyaa #sadiitti deebisee nan #kasaa” isaaniin jedhe.
Yeroo kanatti #Yihudoonni, “Manni qulqullummaa kun
#waggaa_46tti ijaarame; ati immooguyyaa sadiitti deebistee ijaartaa❓”
jedhaniin.
#inni garuu mana #Qulqullummaa yeroo jedhu, waaee #Qaama
isaa dubbachuu isaa ture.
Kanaaf, yommuu
#inni_duaa_kau
#barattoonni isaa
inni wantoota kana
dubbachaa akka ture yaadatan; #Kitaaba Qulqulluu fi wanta Kiristoos dubbatettis
ni amanani
👉Qaama kan jedhamee
#Foonii Kiristoos, kanafuu
Ofuma isaa dubbate jira
=2=Yohaannis 3:14
Akkuma #Museen lafa onaa keessatti #bofa
#fannise, Ilmi namaas #fannifamuu qaba;
=3=matewoos 16:21
#Iyyaasuus yeroo sanaa jalqabee,gara iyerusaalemi dhaquu akka qabu,
maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa #dhiphina guddaa akka
isa irra geessisan,
akka #ajjeefamuu fi #guyyaa sadaffaatti #duaa akka kau #barattoota isaatii ibsuu jalqabe.
=4=matewoos 27:40
“Ati yaa, isa mana
qulqullummaa #diigdee guyyaa sadiitti ijaartu nana, ofi oolchi! #Ilma Waaqayyoo yoo taate
fannoo irratti #fannifamte irraa bui” jedhu turan.
=5=Luqaas 18:31_33
barattoota #Kudha Lamaan kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: “Amma gara iyerusaalemitti oli ba'aa jirra; wanti #raajonni
#Ilma_namaa ilaalchisee barreessan hundi ni raawwatama.
#Fakkeenyaaf, harka namoota #Yihudoota hin
taanetti dabarfamee kennama, itti qoosama, rakkinni irra ga'a, akkasumas itti tufama
Erga isa #garafanii booda isa ajjeesu; inni garuu #guyyaa sadaffaatti
duaa ni ka'a.
=6=Luqaas 24:25_27
Kanaaf inni akkana isaaniin jedhe: “isin warra hubannaa hin qabnee fi garaan keessan wanta #raajonni dubbatan hunda dafee hin hubanne nana!
Kiristoos dhiphinni kun hundi irra gauu fi gara
#ulfina isaatti galuun isaa sirrii mitii❓”
Achiis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee, wantoota Kitaabota Qulqulluu hunda keessatti waaee isaa dubbataman hunda isaaniif ibsuu jalqabe.
◈◈◈◈◈◈◈◈◈◈ ◈◈
🌹kanafuu isin na, #barbaaddu,garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan,yeroo
Jedhuu maali jechuu
Barbade......❓❓❓
🥀=Deebi isaa
Waaqayyo sami irra
Kan jirtuu. Erga oli bahee
Booda Namooni isa biraa gahuu Hin dandani inni ibidda Wanii ta’efi
⓵=1ximotewos 6:14_16
hanga #Gooftaan keenya
#IyyaasuusKiristoos #mulatutti, mudaa fi himata tokko malee ajaja sana eegi;
inni gammadaanii fi kophaa isaa Bulchaa ta'e sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa. #Inni_Mootii_moototaa fi #Gooftaa gooftotaa ti;
kan hin duune isa qofa dha; ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; namni tokko illee
isa argee hin beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.
⓶=Yohaannis 8:21_23
#Ani nan deema, isinis na #barbaaddu, taus #cubbuu keessaniin ni duutu
Bakka ani #dhaqu isin dhufuu hin dandeessan” isaaniin jedhe.
Achiis #Yihudoonni,
#Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessan’ kan jedhu ofi ajjeesuu barbaadeetii laata❓” jechuu jalqaban
#Innis(Kiristoos) akkana
isaaniin jedhe:
“ #isin_gadi irraa ti
#Ani garuu #oli irraa ti
Isin #addunyaa kana
irraa ti; Ani garuu addunyaa kana
irraa #miti.
⓷=Luqaas 13:31_35
Sa'aatii sanatti #Fariisonni tokko tokko dhufanii, “Heroodis si ajjeesuu
waan barbaaduuf asii ba'iitii deemi” jedhaniin Innis akkana isaaniin jedhe: “Dhaqaatii #jeedala sanatti, ‘Kunoo ani haraa fi boru jinniiwwan nan baasa, #namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, #guyyaa_sadaffaattis hojii koo nan xumura’ jedhaatii itti himaa.
⏯⏯⏯⏯⏯⏯⏯⏯⏯⏯
🌹link kan fayyadama👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//=====

🚹💒 Dubbisaa💒👇🌀🌀
Haatau malee, #raajiin iyerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
Yaa #iyerusaalem, yaa iyerusaalem, #raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti
walitti qabdu sia meeqan ijoollee kee sassaabuu barbaade! Isin garuu
hin barbaadne.
Kunoo, manni
keessan isiniif kan dhiifame taa. Ani
isinitti nan hima, ‘Inni #maqaa Waaqayyootin dhufu eebbifamaa dha!’ hanga jettanitti matumaa #ana hin argitan.”
⓸=Luqaas 17:22_24
Achiis barattoota isaatiin akkana jedhe: “Yeroon isin guyyoota #Ilma namaa keessaa isa tokko #arguu itti hawwitan ni dhufa; garuuhin argitan.
Namoonnis, ‘Kunoo
achi jira!’ yookiin ‘Kunoo
as jira isiniin jedhu. Isin garuu hin dhaqinaa yookiin isaan duukaa hin buinaa.
Akkuma #bakakkaan kutaa #samii isa tokkoo hamma kutaa samii
isa kan biraatti ibsu, #guyyaa Ilmi namaa itti mulatus akkasuma ni ta'a.
🥀gaaffii kan Kiristoos
Duukaa bu'oota isa wajiin
Dubbate turee.
⏩=Yohaannis 13:32_34
Waaqayyo ulfina isaaf kenna; inni yeruma
sana isaaf ulfina ni kenna.
Yaa #ijoolle, ani yeroo gabaabaadhaaf isinii
wajjin jira. #Isin na barbaaddu; akkuma ani Yihudootatti, ‘Isin #bakka
ani dhaqu dhufuu hin dandeessan’
jedhee dubbadhe, amma immoo isinittis nan dubbadha.
Akka isin #wali jaallattaniif ajaja haaraan isiniif
kenna; akkuma ani isin jaalladhe, isinis wal jaalladhaa
⏩=Yohaannis 13:36_37
#Simoon Pheexiros, “Yaa Gooftaa eessa dhaqxa❓” jedheen. #Iyyaasuus deebisee, “Bakka ani dhaqutti ati #amma na duukaa bu'uu hin dandeessu, booda garuu na duukaa buuta”
jedhe.
#Pheexirosis, “Yaa Gooftaa, ani amma maaliifan si duukaa
bu'uu hin dandau?
Ani siif jedhee
#lubbuu koo illee dabarsee nan kenna” jedheen.
⏩=Yohaannis 14:2_4
#Mana Abbaa koo keessa iddoon jireenyaa hedduun jira. Iddoo isiniif #qopheessuu waanan deemuuf, kun utuu ta'uu baatee isinitti
nan himan ture.
Anis dhaqee ergan iddoo isiniif qopheessee booda, isinis #iddoo ani jiru akka taataniif deebiee dhufeen iddoo ani jirutti isin fudhadha.
Iddoo ani dhaqus
karaa isaa ni beektu.”
▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣
🌹yeroo xumura immoo
Namoonni Amantii sirrii
Fi hojji gaarii jiratani
Gara mootummaa sami
Ni argatu yeroo sana.
Kiristoos wajjjin jiratuu.
⓵=Mul’ata 22:2_5
#Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa #teessoon #Waaqayyoo fi teessoon #Hoolichaa magaalattii keessataa, #garboonni Waaqayyoos #tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan fuula isaa ni argu;
#maqaan isaas
#adda isaanii irratti ni #barreeffama.
Kana boodas achi keessa halkan hin jiru; Waaqni keenya Waaqayyo ifa
waan isaan irratti ibsuuf, ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaanis #baraa hamma bara baraatti mootota taanii ni bulchu.
⓶=Ibroota 12:22
#Isin garuu, Gaara #Tsiyoonii fi magaalaa
Waaqayyo jiraataa, jechuunis #iyerusaalem ishii samiitti dhihaattaniittu;
akkasumas #maleekota kumaatama lakkawamu
Hin dandeenyiti.
===============
🌹link kan fayyadama📍
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====🌼🌼🌼=====

Farfannaa 136:6
Farfannaa 24:1
==+======
isayaas 27:1
Amosi 9:3
sera uumama 1:21
Henok 16:13
izraa suutael 4:51
iyyoob 40:15
=========
⏩gaaffii lafatti maali irratti uumamate kan jedhuu ....❓❓❓❓
Farfannaa 24:1
==+======
isayaas 27:1
Amosi 9:3
sera uumama 1:21
Henok 16:13
izraa suutael 4:51
iyyoob 40:15
=========
⏩gaaffii lafatti maali irratti uumamate kan jedhuu ....❓❓❓❓
⏯🌹kutaa_20ffªª⏯🌹
=📍Gaafi fi Deebi📍=
🌹Musiliimoota👇
✍ Yohaannis 7:40
#Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko,“Dhuguma iyyuu
kun #Raajicha dha”
jedhan.
▬▬▬▬▬▬▬
⏯ Gaaffii isaanii
Kiristoos Raajii dha
Jedhuu....❓
⏩ deebi keenya
Kiristoos Kiristoos foonii
Nama uffatee wanta dhufee,
1=Nama tokko
Tokkooti,raajii fakkata
2=Namoota tokko tokkoti
Immo samii irraa wani dhufee Kiristoos fakkata
================
⏯Ragaa kitaaba
✍seera keesaa
Deebi 18:15
#Waaqayyo gooftaan keessan isin #gidduudhaa, #obboloota keessan keessaa, #raajii akka kootii isiniif in kaasa; isin isaaf dhaga'aa
✍ዘዳግም 18 :15
እግዚአብሔር ከአንተ መካከል ከወንድሞችህ እንደ እኔ ያለ #ነቢይ ያስነሣልሃል፤ እርሱንም ታደምጣለህ
=kanafuu namoonni
Kuni sababa kanafis Raajii dha. Jedhuu
▬▬▬▬▬▬▬
⏯ namoonni tokko tokko
Immo sababa #Kiristoos
Jedhani immoo
✍ Raajii mikiyaas 5:2
Ati immoo yaa mandara #Betlihem-Efraataa, mandaroota Yihudaa warra gurguddoota keessaa ati ishee xinnoo dha; #Israa'elin kan #mo'u(bulichu)_tokko si keessaa anaaf in ba'a; hundeen isa si keessaa ba'uuf jiruus kan #bara durii durii bara baraa ti
ሚክያስ 5 :2
አንቺም #ቤተ ልሔም ኤፍራታ ሆይ፥ አንቺ በይሁዳ አእላፋት መካከል ትሆኚ ዘንድ ታናሽ ነሽ፤ ከአንቺ ግን አወጣጡ ከቀድሞ #ጀምሮ ከዘላለም የሆነ፥ በእስራኤልም ላይ #ገዥ የሚሆን ይወጣልኛል።
▬▬▬▬▬▬▬
⏩ kana booda yaadaa
Kitaaba keessa jiruu ilaala
✍Yohaannis 7:37_44
Guyyaa dhumaatti, jechuunis guyyaa #ayyaanichaa isa guddaatti
#Iyyaasuus(kiristoos)
dhaabatee #sagalee isaa oli fuudhee akkana jedhe: “ #Namni dheebote yoo jiraate, gara koo dhufee
haa dhugu.
Akkuma #Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan #amanu hundi: ‘ #Lagni bishaan jireenya kennuu isa keessaa
ni yaaa.’”
Haatau malee, inni kana kan dubbate waaee lubbuu(hafuura) isa warri isatti amanan argachuuf jedhan sanaa ture;
sababiin isaas amma iyyuu Affuurri gadi hin bunne turee
#Namoota sana keessaa
warri kana dhagaan tokko tokko,“Dhuguma iyyuu kun #Raajicha dha”
jedhan.
Kaan immoo, “Kun #Kiristoosi” jedhu turan. Tokko tokko tokko garuu akkana jedhu turan: “Kiristoos Galiilaadhaa ni dhufaa?
Kitaabni Qulqulluun Kiristoos #sanyii Daawit keessaa, akkasumas
#Beetaliheem ganda Daawitii akka
dhufu ni dubbata mitii?”
Kanaaf, isa ilaalchisee namoota sana
gidduutti #waliqoqqooduun ni uumame.
Isaan keessaa tokko tokko
isa qabuu kan barbaadan taus, namni tokko illee isa hin qabne.
▬▬▬▬▬▬▬
⏯ kanafuu namoonni
Tokko Erga kiristoos
raajii dha jedhee
Yaada lamaffaa namoonni
Kiristoos jedhanii sana
Fudhachuu qaba
⏩ isaa booda raajii fi Kiristoos kan jedhuu
Garagarumma isa
Ibsuu qaba.akkasumas
Tokkummaa isa
=raajii jechuun akkuma
Kiristoos akkuma rajoota
Foonii uffachuu ibsuuf
⏯ Kiristoos yeroo jennuu
Samii irraa dhufuu ibsuu
Kunis samii irra dhufee
Sanyii Daawit irraa dhalachuu kan ibsuu
Ta'a.
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link kan fayyadama
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====

🌹kutaa-21ffaa 🌹📍📍
=Gaaffii fi deebi
📍Musiliimoota📍
✍Yohaannis 8:1-11
▬▬▬▬▬▬▬
gaaffii isaani
1=kutaa kana keessatti
Lakkoofsa 1-11 hin jiruu
Barreffamaa durii irraa
Jedhuu
⏩deebii keenya jira
Bareefama birana ilaalu
Dandeessan
2=gaaffii bira Kiristoos
Seera nama ajjeesuu ni
Eeyyyame jedhuu
⏩deebi keenya lakki
Namni due hin jiruu
3=gaaffii biraa Kiristoos seera Musee nan Egaa
Osoo jedhuu cabsee
Jedhuu
⏩deebii keenya
Lakki hin cabsine
4=gaaffii bira Kiristoos
Barreffamaa qubani
Bareesse jira
barreeffamni suni maali
Ture jedhuu.
⏩deebii keenya
Kanuma duraan dubbatame bareesse
kan Jedhuu ta'a.
▬▬▬▬▬▬▬
📍sagaleen sirriitti
Hordofaa.
▬▬▬▬▬▬▬
=link kanaa fayyadamuu
Ni dandeessan
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====//===//====

📍Farfannaa kan mee,
Ilaala ,isaa booda faarfadha.
Ilaala ,isaa booda faarfadha.
🌹🍀kutaa-22ffªª☘☘🌹
⏯,Gaaffii fi Deebi
✍ Musiliimoota.
▬▬▬▬▬▬▬
⓵=Yohaannis 8:14
⓶=Yohaannis 5:31
Gaaffii isaanii
✍ Jechi Kuni lamani
wali falleessa
Yookiin immoo walti
bu'a Jedhu. ❓
✍ kanafuu jechoota kana
Lamani keesaa isaa kami sirrii kani ta’e jedhuu...❓
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
⏩ Deebii keenya
Lamanuu isaa iyyuu
Sirridha jennee fudhanna.
⓵=Yohaannis 8:14
#Iyyaasuus deebisee akkana isaaniin jedhe:
“Ani eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu waanan beekuuf,
waa'ee #ofii koo yoon #dhugaa bae illee, dhugaa
baiinsi koo dhugaa dha.
Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
========
⏯Kiristoos waee ofii dhugaa ni bahee ,kanafuu
Dhugaan koo,dhugaa dha jedhe iddoo kana irratti
⓶=Yohaannis 5:31
#Ani_qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan ani dhugaa bau dhugaa hin tau.
=======
iddoo kanaa irratti immoo
Ani qofti yoon dhugaa bae
Dhugaa koo, sirrii mitii
Jedhe
⏩kanafuu akka jecha
Kanatti ,ani qofti yeroo
Jedhuu ,osoo Abbaa koo
Hin dabalatin ,yoo
Dhugaa bae dhugaan
Koo, sirrii mitii jedhee malee
📍kanafuu Abbaa isafi
Wajjin yoo, ta’e garuu
Dhugaan kuni sirriidha.
=============
⏯Ragaa kitaaba
✍Yohaannis 8:13-19
Kanaan kan kaes #Fariisonni, “Ati waaee ofii kee #ragaa baata; ragaa baiinsi kee immoo dhugaa
miti” jedhaniin.
Iyyaasuus deebisee
akkana isaaniin jedhe:
“Ani eessaa akkan dhufee fi eessa akkan
dhaqu waanan beekuuf, waaee ofii koo yoon dhugaa bae illee, #dhugaa
#baiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
Isin akka ilaalcha fooniitti murteessitu;ani garuu matumaa eenyutti iyyuu
hin murteessu.
Haatau malee,
#Abbaan inni na erge anaa #wajjin waan jiruu fi ani #kophaa koo waanan hin taaneef, utuma ani murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
Kana malees Seeruma keessan keessatti illee, #Dhugaa_baiinsi namoota #lamaa dhugaa dha’ kan jedhu barreeffameera.
#Ani waaee #ofii
koo dhugaa nan ba'a #Abbaan inni
na erges waaee #koo dhugaa ni baa.”
Isaanis, “Abbaan kee eessa jira?”jedhaniin Iyyaasuus, “Isin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana
beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtan” jedhee deebiseef.
⏩ iddoo kana irratti
Dhugaa baiinsi Kiristoos
Sirri akka ta’e ibseera
Kunis yeroo hundumaa
Kiristoos fi Abbaan wajjiin
Jiratanii wani taeef.
⓶=Yohaannis 5:30-32
#Ani ofii kootiin kakaee wanta tokko illee gochuu hin dandau. Akkuman #Abbaa koo irraa dhagaettinan murteessa; ani fedhii isa na ergee malee #fedhii mataa koo raawwachuu waanan hin barbaadneef murtiin koo
Qulqulluudhaa
“Ani qofti waaee ofii koo yoon dhugaa bae, waan
ani dhugaa bau
dhugaa hin tau.
Haatau malee, waaee koo kan dhugaa bau kan #biraan jira; anis wanti inni waaee koo dhugaa bau
sun dhugaa akka
tae beeka.
⓷=Yohaannis 5:36-38
#Ani garuu Yohaannis
caalaa dhugaa kan anaaf
bau qaba; sababiin isaas #hojiiwwan akka ani hojjedhu #Abbaan koo natti kenne, jechuunis hojiiwwan ani hojjechaa jiru kunakka Abbaan na erge #mirkaneessu Kana malees,
#Abbaan inni na erge #ofii isaatii waa'ee koo dhugaa baeera Isin matumaa sagalee isaa hin dhageenye, bifa isaas hin argine; akkasumas isin isa inni erge waan hin amanneef, dubbiin isaa isin keessa hin jiraatu.
▬▬▬▬▬▬▬▬
kanafuu Kiristoos ani qofti koo,qofaan mitii Abbaan,illee waee koo,dhuga ni baha.
=jechuu isatti malee
Yeroo tokko yanni koo
Dhugaa dha, yeroo biraa
Immo yanni koo dhugaa
Mitti hin jennee inni.
⓸=Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae
hundi kan kee ti;
#wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan
gidduutti ulfina argadheera.
=====///===//====
🌹link kan xuqaa👇
💒 @haadha_Waaqa_naJaladha
========////=====

🌹🍀kutaa-23ffªª📍📍
👉 Gaafi fi Deebi👈
❌Musiliimota❌
✍Yohaannis 8:20
#Iyyaasuus(Kiristoos)
kana kan dubbate,
mana qulqullummaa keessa naannoo qodaan buusii ta'autti utuu barsiisaa,jiruu ture.
Haatau malee #sa'aatiin
isaa amma iyyuu
waan hin geenyeef
eenyu illee isa
hin qabne.
-------------------------------
⏩Gaafii isaanii
Kiristoos Hin
fannifamne jedhu...❓
⏯ namni kamiyyuu isa
Hin qabne jedhu...❓
▬▬▬▬▬▬▬▬
✍Deebi keenya
#Lakki fannifamee jira
Kan jedhuu ta'a.
📍sa'aatiin isa hin geenye
Jedhee malee ,Kiristoos
Gonkumaa hin fannifamu
Hin jennee.
=hanga sa'aatiin isaa
Hin geenyetti hoomtuu
Isa qabu hin danddenye
Yoomuu sa'atii isaa
Gahuu garuu Kiristoos
Fannifamee jira
⏩ ragaa kitaaba
Qulqulluu
⓵=matewoos 26:45
gara #barattoota isaatti
deebiee akkana isaaniin jedhe: “ #Yeroon kun
yeroo itti raftanii fi yeroo
itti boqottan miti
Kunoo, #sa'aatiin
#Ilmi namaa #harka cubbamootaatti
dabarfamee itti
kennamu dhihaateera.
⓶=Luqaas 22:14-15
Iyyaasus(Kiristoos)
#yeroo sa'aatiin
isaa #gau ergamootaa wajjin nyaatatti dhihaate.
Yeroo kanatti
akkana isaaniin jedhe: “ #Dhiphinni ana irra gauu isaa dura, #Faasikaa kana isinii wajjin nyaachuuf
baayee hawwaan ture;
⓷=Yohaannis 12:23-24
Iyyaasus(Kiristoos)garuu akkana jedhee
isaaniif deebise:
“ #Saaatiin_Ilmi namaa ulfina itti argatu gaeera.
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #firiin qamadii tokko lafa buutee
yoo duuu baatte, firii tokkittii taatee hafti; yoo duute garuu, sana booda firii hedduu godhatti.
⓸=Yohaannis 16:30-32
#Ati wanta hunda
akka #beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo biraa akka dhufte amanneerra.”
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: “Amma amantanii?
#Kunoo_saaatiin hundi
keessan kophaatti na dhiistanii gara mana
mana keessaniitti itti
#faffacaatan dhufaa jira; ammuma iyyuu kunoo gaeera. Taus #Abbaan
anaa wajjin waan jiruuf,
ani kophaa koo miti.
▬▬▬▬▬▬
=kutaa-19ffaa dubbisa
📍https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/300
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/301
⏩Yohaannis 7:30
Irra kan jiru dubbisaa
▬▬▬▬▬▬▬
🌹link channeel kan
Yoo, barbadani👇
💒 @haadha_Waaqa_naJaladha
=====//=====

Telegram
🌹Goofoon_Qulqulloota_Maariyaamadha🌹🏓🌻
🌹💒 kutaa_19 ffªª 🌹
🌹Gaaffii fi Deebi 👈
📍Musiliimoota📍
✍ Yohaannis 7:34👇
isin na, #barbaaddu,
garuu na #hin_argattan;
#bakka ani jirus dhufuu
hin dandeessan.
▬▬▬▬▬▬▬▬
👉 Gaaffii isaanii 📍
#Kiristoos hin fannifamee
Jedhuu ,"isinii nan barbaduu ,garuu nan…

🌹🍀kuta-24ffªª🍀🍀
❌Gaaffii fi Deebii ❌
📍Musiliimoota📍
----------------------------
✍ Yohaannis 8:21
Kiristoos akkasi jedhe
“ #Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus #cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessan” isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf hin
Dhufne ,..❓
◈ erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni duutu jedha
Ree.....❓jedhuu
▬▬▬▬▬▬▬▬
◈Deebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni du’u
⏩Kiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii hin amanee
Wani jiraniif
📍Ragaa kitaaba
⓵=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessan’ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?” jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: “isin #gadi irraa ti;
ani garuu #olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani #cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
= #inni dhufu
sun #Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni duutu
⓶=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: “ #Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa #addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.”
⓷=Yohaannis 12:34-41
Achiis #namoonni
hedduun sun deebisanii, “Nuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti #ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?” jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: “Ifni
sun yeroo #gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin hin #liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin #ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti #amanaa.”Kiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti #Isaayyaas raajichi, “Yaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?” jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
“Isaan #ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan #hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.”
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.
⓸=Yohaannis 5:40
isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan.
⓹=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa hin #moone
⓺=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa #keessa ture, addunyaanis
karaa isaa #argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.
#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.
⓻=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan #amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.
“Isatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin #badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.
Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka #fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin #murteeffamu. Isatti
kan hin amanne hundi,
#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.

🍃🌸🌸🌸🌸🌼🌼🍂
Wanti murtiidhaaf
bu'uura tau kana dha:
#Ifni gara addunyaa dhufeera; namoonni garuu #hojiin isaanii #hamaa waan taeef ifa mannaa dukkana jaallatan.
Wanta hamaa hojjechuu kan #amaleeffate hundi ifa #ni_jibba; hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu.
Wanta #dhugaa kan hojjetu hundi hojiin isaa fedhii Waaqayyoo wajjin kan wal simu tauun isaa akka mulatuuf gara ifaatti dhufa.”
⓼=Luqaas 17:20-21
#Fariisonni_Mootummaan Waaqayyoo yoomi akka dhufu yommuu
isa gaafatan,
Kiristoos akkana jedhee
isaaniif deebise: “MootummaanWaaqayyoo #karaa nama hundumaatti
mulatuun hin dhufu; namoonnis, ‘Kunoo as jira!’ yookiin ‘Achi jira!’ hin jedhan.
#Kunoo, Mootummaan Waaqayyoo #isin_gidduu jira.”
⓽=matewoos 1:21
Ishiin ilma ni deessi;
atis maqaa isaa
#Iyyaasus jettee moggaasta; #inni namoota #cubbuu isaanii irraa ni fayyisa.”
--------------------------------
📍walii galatti namni
Kiristoositti hin amanee
Akka cubbuu isatti duue
Hubbachu qaba
▬▬▬▬▬▬▬▬
🔉 link kan xuqaa👇
💒 @haadha_Waaqa_naJaladha
👌 @haadha_Waaqa_naJaladha
======///======