🌹Dπ™šπ™šπ™—π™žπ™ž 𝙒π™ͺπ™¨π™žπ™‘π™žπ™’π™€π™©π™–π™– π™›π™ž π™₯π™π™šπ™šπ™£π™­π™šπ™šβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆβ›ˆ
2.6K subscribers
55 photos
3 videos
10 files
118 links
β€œIyyesuus, β€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

αŠ’α‹¨αˆ±αˆ΅αˆ ከፈαˆͺαˆ³α‹α‹«αŠ•αŠ“ αŠ¨αˆ°α‹±α‰ƒα‹α‹«αŠ• αŠ₯ርሾ α‰°αŒ αŠ•α‰€α‰αŠ“ α‰°αŒ α‰ α‰α‘ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α’ (αˆ›α‰΄α‹Žαˆ΅ 16:6)
Download Telegram
🌹seena kan irraa
Maali hubbatan... ❓

✍ Achiis
#Iyyaasuus
barattoota isaatiin akkana jedhe: β€œNamni
#sooressi
tokko bulchaa tokko qaba
ture; bulchaan sunis
qabeenya isaa
jalaa bittinsaa akka
jiru itti himame.

✍ Kanaaf, namichi isa waamee, β€˜Wanti ani waa'ee
kee dhagau kun
maali dha? Kana booda manicha bulchuu waan hin dandeenyeef, galmee
#herregaa ittiin hojjechaa turte ilaalchisee gabaasa
anaaf dhiheessi’ jedheen

✍ Bulchaan sunis garaa
isaatti akkana jedhee yaade: β€˜Gooftaan koo hojii koo
irraa na ariuuf
jedha, egaa maal gochuu
anaaf wayya?
#Qotuuf humna hin qabu; #kadhachuu immoo nan qaanaa.

✍Yommuu ani hojii
koo irraa ariamu
namoonni mana isaaniitti
akka na
#simataniif waanan godhu anuu beeka.

✍Achiis namoota
gooftaa isaa irraa
#liqeeffatan tokko tokkoon
ofit ti waamee isa jalqabaatiin, β€˜Gooftaan koo liqii hammamii
si irraa qaba?’ jedheen. Namichis deebisee,

#Zayitii ejersaa 100 jedheen. Innis, β€˜ #Waraqaa walii
galtee kee hoou,
taaiitii dafii 50 jedhii barreessi’ jedheen

✍Itti aansees isa tokkoon,
β€˜Ati hoo hammamtu si irra jira?’ jedheen. Namichis,
#Qamadii safartuu
guguddaa 100’ jedhe
Innis, β€˜Waraqaa walii
galtee kee irratti 80
jedhii barreessi’ jedheen

✍ Gooftaan isaas
bulchaan kun jalaa yoo
tae iyyuu,
#ogummaadhaan #tarkaanfii waan fudhateef
isa galateeffate;
ilmaan sirna kanaa
walitti dhufeenya
dhaloota yeroo isaaniitti argamuu wajjin qabaniin
ilmaan ifaa caalaa
#ogeeyyii dha.

βœβ€œAnis isiniin nan jedha, yommuu
#qabeenyi kun
dhumu isaan bakka jireenyaa bara baraatti akka isin
simataniif, qabeenya
#jalinaa #addunyaa kanaatiin ofii keessaniif
#michoota horadhaa

✍Namni wanta
xinnoo irratti amanamaa
tae, wanta
guddaa irrattis amanamaa taa; namni wanta
#xinnoo irratti amanamaa
hin taane, wanta guddaa
irrattis amanamaa hin tau

✍ Kanaaf, qabeenya jalinaa addunyaa kanaa wajjin haala wal qabateen yoo amanamoo tauu baattan, qabeenya isa
#dhugaa #eenyutu amanee isinitti kenna ree?

✍ Qabeenya nama kan biraa wajjin haala wal qabateen yoo
amanamoo tauu baattan,
#badhaasa isiniif qophaae eenyutu isiniif kenna?

#Tajaajilaan gooftolii lamaaf
garbicha taee bitamuu dandau hin jiru; isa tokko jibbee
isa kan biraa
jaallata, yookiin isa tokkotti maxxanee isa kan biraa tuffata.Waaqayyoo
fi qabeenyaaf bitamuu hin dandeessan.”

✍ Yeroo kanatti
#Fariisonni qarshii jaallatan, wanta kana hunda dhagaaa waan turaniif isatti #qoosuu jalqaban

✍Kanaaf, akkana
isaaniin jedhe:
β€œ
#isin namoota duratti #Qulqulluu akka taatan dubbattu
#Waaqayyo garuu
garaa keessan
beeka. Sababiin isaas,
#wanti #namoota duratti
bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti
#jibbisiisaa dha.
(β—ˆLuqaas 16:1-15)



βœαˆ‰α‰ƒαˆ΅ 16:15

αŠ₯αŠ•α‹²αˆ…αˆ αŠ αˆ‹α‰Έα‹α‘
#αˆ«αˆ³α‰½αˆαŠ• α‰ αˆ°α‹ αŠα‰΅ α‹¨αˆα‰³αŒΈα‹΅α‰ αŠ₯αŠ“αŠ•α‰° αŠ“α‰½αˆ
ነገር αŒαŠ•
#αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­_αˆα‰£α‰½αˆαŠ• α‹«α‹α‰ƒαˆα€ α‰ αˆ°α‹ α‹˜αŠ•α‹΅ α‹¨αŠ¨α‰ αˆ¨ α‰ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ αŠα‰΅ #αˆ­αŠ΅αˆ°α‰΅ αŠα‹αŠ“

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
πŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆπŸ”ˆ
✍✍✍✍✍✍✍
🌹Qophi " kutaa -4_ffaa
Hordoffuu namni barbaduu
Yoo, jiratee seenuu ni
Dandeessu..

- Luqaas 7:47
#Namni dhiifamni
xinnoon godhamuuf
garuu, jaalalli inni argisiisu xinnoo dha.

β–³ αŒ₯ቂቡ αŒαŠ• α‹¨αˆšαˆ°αˆ¨α‹­αˆˆα‰΅
αŒ₯ቂቡ α‹­α‹ˆα‹³αˆ (αˆ‰α‰ƒαˆ΅ 7:47)

πŸ”»#ΞΈΞ± σας δΡίξω ΞΌΞ΅
ποιον μοιά΢Ρι
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬β–¬
🌹 #Iyyaasuus, β€œ #Tikseen gaariin ana, tikseen gaariin lubbuu isaa hoolotaaf in kenna
=Yohannis 10:11)

β—ˆkanafuu erga ni rafaa
Ta'e, yookiin wanta tokko
Hin beeku ta’e akkamitti
#Ani_tiksee gaariidha
Jechu danda'a ree❓

β—ˆ kanafuu Jechi
#Muslimoota dogoggora
Guddaa dha.....

❖Haaluma kana jecha
#Daawit wajjin tokko
Ani tiksee gaarii dha
Jechuun
Kan hin #rafnee fi kan hin
Mugdne ta'u ibsaa

❖erga ni rafaa ta’e
Akkamitti tiksee gaariin
Ana Jechu danda'a
Kiristoos...❓

❖ kanafuu #dogoggora
isaanii irraa akka barataan
#Kabajan isaan gaafan.
Kuta 5 ffaa
πŸ…° Kiristoos Raji dha❓
moo miti ❓
Kan jedhuu ilala
Deebi Muslimoota
Kennamu maali
Fakkata----- #channeel
Kan #share godha hiriyoota
Keessanif ‼️
2=Kunoo, inni Israaeliin eegu
Matumaa hin mugu, hin rafus.
Kan jedhe Daawiti (far 121:4) Kiristoos immoo =Ani tiksee gaarii dha; tiksee gaariin hoolota isaatiif jedhee lubbuu isaa dabarsee ni kenna.(Yoh 10:11) β—Šβ—Škanafuu Kiristoos.hin rafuu, hin mugu,
Anonymous Poll
14%
Aβ–Έβž›soba
86%
Bβ–Έβž›dhugaa