π» akka fedha kee siif Haataβu
π α₯αα°αα°α΅α½ ααααα½
=Mat 15:28
=αα΄αα΅ 15:28
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
kadhannaa maali β
π kadhannaa nama dhukkubu kadhate beektaa β
πyoo kadhate immoo kadhannaa kee,nama sanaa sii,fayyisee jira
π sababa laphee kee,guutuu hin tanef Waaqayyo yoo,sii,jala caalise maali goota β
π yoo Waaqayyo sii,jala caalisee wanta lamaa godhi
π namni biraa akka siif kadhatuu godhii
π ati, irraa deebi kadhuu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Kadhaana dubartii kanaa irraa maali barataaβΌοΈ
β Guyyaa tokko Gooftaan keenya Iyyaasuus Kiristoos gara biyyaa Xiiroosii fi Siidoon dhaqee, yeroo inni achi gahu dubartii kananawitti( α¨αααα΅ α΄α΅ α¨αα« α αα αα₯α³) dhufte,rakkoo ishee Kiristoositti himmuf jalqabaa dura akkana jettee
A β Yaa Gooftaa
B β yaa Ilma Daawit
C β garaa naa laafi
D β intalli koo jinniidhaan qabamtee akka malee dhiphachaa jirtiβ jettee iyyite
β Gooftaan keenya Kiristoos garuu deebii tokko illee ishiidhaaf hin kennine
(osoo sii,taβe maali goota Gooftaan kee,deebii yoo,siif deebisuu didee β)
β Haataβu malee barattoonni (duuka bu'oota) isaa dhufanii, βDubartiin kun nu duukaa buutee iyyaa waan jirtuuf, ishii geggeessi jedhaniin
β Gooftaan keenya akkanaa jedhe deebiseef βAni kanan ergame hoolota mana Israaelii badaniif malee eenyuuf iyyuu mitiβ jedhe
β Dubartiin sun garuu gara isaa dhuftee miilla isaatti kuftee,
ββYaa Gooftaa, na gargaariβ jetteen.
β innis deebisee, βbuddeena(daaboo) ijoollee fuudhanii buchulloota ( buchulloota jechuun ilmo saree jechuudha) jala buusuun sirrii mitiβ jedheen
β ishiinis, βEeyyee
Gooftaa ko, garuu buchulloonni isa maaddii (maadii jechuun cinaa) gooftaa isaanii irraa harcae ni nyaatuβ jetteen.
β Yeroo kanatti Gooftaan keenya βDubartii nana amantiin kee guddaa dha akkuma fedha kee
siif haa tauβ jedhee deebiseef. intalli ishiis sa'aatii sanaa jalqabee ni fayyite
(mat 15:21-28)
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
α αα° αα α΅α΅αΈαα,αα° α₯αααα αα£ αααα«α αα ααα°α α α΅αα ααα α α£α΅α αΈαα, α α΅αα α¨αα«α α α£α΅α α α ααα₯ αα¨αααα
(αα΄αα΅ 6:6)
ββYommuu kadhattanis, akka
fakkeessitootaa hin tainaa; isaan warri kaan akka isaan arganiif mana sagadaa fi qarqara karaa guguddaa
irra dhaabatanii kadhachuu jaallatu
πDhuguman isinitti hima, isaan gatii isaanii guutummaatti argataniiru.
π Ati garuu yeroo kadhattu gara kutaa kee seeni #balbala_kees_cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu. Abbaan kee inni
dhoksaatti ilaalus deebisee siif kenna
π Yommuu kadhattan akka namoota saba Waaqayyoo hin taaneetti waanuma walii fakkaatu irra deddeebitanii hin dubbatinaa; isaan jechoota baayee irra deddeebianii dubbachuudhaan kadhannaan isaanii kan isaaniif dhagaamu itti fakkaata
πKanaaf isin akka isaanii hin
tainaa
#Abbaan_keessan utuu isa hin
gaafatin iyyuu wanta isin barbaachisu beeka (Mat 6:5-8)
πα³α΅αααα΅ α α£α³α½α α¨αα«α΅αααα½αα α«αααα(αα΄αα΅ 6:8)
---------------------------------------
πΌGalani Waaqayyoof Haataβu Ameen-

πΉWanta amantiidhaan
kadhattan hunda ni argattu
πΌ α ααα½αα α αΈαα΅ α¨αα΅αααα΅α αα α΅αα ααα½α
β§Mat. 21:22
β§αα΄αα΅ 21:22
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π»Qabxii lamaa ilaala
1β§1 ffaan Amata keenyan cimsinee yoo,kadhannee, jecha nama fi qorumsa dhufu jala caalisne wanta barbaduu hanga argatutti itti fufte kadhachuu
2β§2 ffaan Amanta yoo qabatee kadhaate wanti hundinuu sii,dandamu isaa ibsaa
ππΌ Fakkeenyaa 1 ffaa
ββ§Gooftaa keenya Iyyaasuus kiristoos fi barattoonni isaa
yommuu iyerikoodhaa ba'anii deeman namoonni hedduun isa duukaa bu'an
ββ§Yeroo kanatti namoonni
qaro dhabeeyyii taanii fi karaa qarqara taa'an lama(2) Gooftaan keenya,waaqaani keenya Iyyaasuus Kiristoos achiin darbaa akka jiru dhagaanii,
πΌ βYaa Gooftaa,
πΌ yaa ilma Daawit nuu
Fayyisiβ jedhanii iyyan
ββ§Haata'u malee, namoonni hedduun sun isaanitti dheekkamanii akka callisan itti
himan isaan garuu
ββYaa Gooftaa,
yaa Ilma Daawit nuu fayyisi jedhanii ittuma caalchisanii iyyan
ββ§Kanaaf Gooftaan keenya, waaqani keenya Iyyaasuus Kiristoos dhaabatee isaan waamee, βMaali akkan isiniif
godhu barbaaddu?β jedhe isaanis, βYaa Gooftaa ija keenya nuu baniβ jedhaniin
ββ§Gooftaan keenya isaaniif #gaddee ija isaanii qaqqabe agartuun isaaniis battaluma sanatti isaaniif deebie; isaanis isa duukaa bu'an (mat 20:29-34)
π yoo garaa kee, guutuu kadhatee, Waaqayyo baay'ee siif,gadda,
β§namoonni baay'een akka ati fayyitu hin barbaadanii, ati garuuu kadhachuu kee,addan hin kutiin
β§yoo ati kadhannaa kee,itti fufte, akkuma namoonni kuni Gooftaa keenya akka dhabatuu goodhan, Atis akka siif, dhagamu godhi
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β§Fakkeenyaa 2 ffaa
πfakkeenya 1 irra maali baratee,,, Fakkeenyaa 2 wajjin walii qabata moo,gargari
πΌβ§ Gooftaan keenya, waaqaani keenyaa Kiristoos guyyaa tokko magaala Bitaaniyaa bulee Ganama barii yommuu gara iyarusaalemi magaalattiitti deebius ni beelae
Muka harbuu tokko karaa qarqaratti argee gara ishii dhaqe; garuu baala malee firii irraa hin arganne kanaaf, βKana booda firiin si irraa hin argaminβ jedheen. Mukti harbuu sunis battaluma sanatti gogde
π»β§ Barattoonni isaas yommuu kana argan dinqisiifatanii, βMukti harbuu sun battaluma kanatti akkamitti gogde?β jedhan.
π» β§ Gooftaan keenyaa deebisee akkana isaaniin jedhe βDhuguman isiniin jedha, #amantii yoo qabaattanii fi yoo shakkuu baattan, wanta ani
muka harbuu kana irratti godhe qofa utuu hin tain, #gaara kanaan βAsii buqqaii #galaana keessatti darbatamiβ yoo jettan illee akkuma isin jettan ni ta'a
πWanta amantiidhaan
kadhattan hunda ni argattu(mat 21:17-22)
π»ββ§kallattii hiikaa gargaara yaa,qabatuu malee amma garuu
π» β§amantii qabatee yoo,kadhate wanta hundumaa rawwachuu akka dandeessuu nuu,hubbachisa
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
akkuma inni jedhee
πππππΉ
πΉπnamni dubbii koo
kana dhagaee hojii irra oolchu,
nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata(mat 7:24)βοΈ
πΉπ α΅ααα αα α ααα α°ααΆ α¨αα«α°ααα αα α€α±α α ααα΅ αα α¨α α« αα£α α°αα ααα΅αα( αα΄αα΅ 7:24) π
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Galani Waaqayyoof Haataβu AmeenβΌοΈ

Forwarded from Gutema Gelana
βΌοΈπ»βΌοΈ qabxii 15 kuni
#foonii_uffachuu Kiristoos fi #Waaqayyo_ta'u Kiristoos kan ibsan____ #Kuta.1.ffaa isaatti
1πMat 24:30
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Yeroo sanatti mallattoon
#ilma namaa samii irratti ni mulata;
#saboonni addunyaa hundinuu gaddaan qoma isaanii rurrukutu; isaanis
ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan duumessa samiitiin yommuu
dhufu ni argu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
jecha lamaan kanaa irraa wanta lamaa ni hubbata
1β jecha ilma nama jedhuu
=ilma namaa jechuun immoo foonii kan uffatee jechuudha
Kanaafuu Kiristoos ani foonii nama kan uffadhe samii irra yeroo dhufuu jecha jira
2β saboonni addunyaa hundinuu Gadaan qoomaa isaa rukutuu jecha
=Jechi saboota jechu namoota addunyaa kan irraa jiran yommuu ibsuu
=jechi maalif qooma isaanii rukkutu kan jedhuu immoo, Kiristoos yeroo dhufuu wanii itti murteessuufi
=murteessuu kan danda'u immoo Waaqayyo qofa
Kanaafuu Kiristoos ani Waaqayyo yeroon samii irraa dhufu qoomaa keessan ni rukkutu jecha jira
2π luq 24:39-40
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πAna mataa koo akkan tae
harka koo fi miilla koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa, sababiin isaas akkuma ana irratti argitan kana uumamni hafuuraa foonii fi lafee hin
qabu.β Utuma kana dubbachaa
jiruus, #harka isaa fi #miilla isaa isaanitti argisiise.
πUUmmama hafuuraa jechuun #eekara jedhama yeroo Tokko nannoo garagaraatti afaan Oromoon
garuu Kiristoos harka fi mila koo qaba ilaala jechuun Kiristoos foonii akka qabu ofuma isaa dubbachaa
hin jiruu βοΈ
ππππππππππ
3πYoh 1:1--1
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Jalqaba Dubbichatu ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
4πYoh 1:14
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πDubbichi foon taee nu gidduu jiraate; nutis ulfina isa akka ilmi tokkichi Abbaa irraa argatuu tae argineerra; innis gaarummaa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture
5π Yoh 6:53-54
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πKanaaf #Iyyaasuus akkana
isaaniin jedhe: βDhuguma dhuguman isiniin jedha, #foon_Ilma namaa yoo nyaattanii fi #dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin jireenya hin qabdan
πΌ Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi #jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti duaa
isa nan #kaasa
β¨οΈ dhigaa fi foonii kiyya jechuun isaa foonii fi dhiiga qabachu ibsaa
β¨οΈ namnii dhiiga fi foonii kiyya nyaatee jireenya bara baraa qaba jechuun isaa immoo bara baraan kan nama jirachuu #Waaqayyo kan biraa hin jiruu
Kanaafuu ani mataan koo,#Waaqayyo jecha jira
6πRom 1:2-3
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π» misiraachoon kun isa Waaqayyo duraan
dursee karaa #raajota isaa Kitaabota Qulqulluu keessatti abdachiise dha.
β§ Kunis waaee #ilma isaa isa karaa #foonii #sanyii_Daawit irraa dhufe sanaa kan ibsu dha
π§¨,jechaa matewoos 1:1 irraa siritti ibsee jira
Kuno gara foonii siin jecha jira Phawuloos, ni argita amma
7π Rom 9:5
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
𧨠Abbootiin kan isaanii turan, #Kiristoosis akka #fooniitti isaan irraa argame. Waaqayyo inni hundumaa ol jiru bara baraan haa galateeffamu. Ameen..
β€Abbooti kan jedhamee kan akka Abrahaami,Daawit, yoseef
Taaraa,,,,,,,, gara foonii abbotii irraa jechaa jira
8π1 Qor 15:45-47
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βΌοΈKanaaf, β #Addaam namni jalqabaa, qaama jiraataa taeβ jedhamee barreeffameera. #Addaam inni boodaa #Affuura isa #jireenya kennu tae.
πHaa tau malee, #qaamni inni jalqabaa isa #Afuuraa sana miti, kanaa mannaa isa #foonii ti. #Qaamni_Afuuraa sana booda dhufe.#Namni
inni jalqabaa #lafa irraa dhufe, akkasumas #biyyoo irraa hojjetame;
#namni inni #lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
π addaami biiyee ykn lafaa irraa argamee
#Kiristoos garuu samii irra dhufee jedhee jira
Sababa Addaamii lamaffaa jedhamee immoo foonii nama wani uffaatef jechuudha
πΉsamii irraa kan jirtuu Waaqayyo malee eenyu, kanafuu Kiristoos Waaqayyo jecha jira siif hin galu amma obboolleessa
Jireenya kan keenuu isaa jecha jira, kanafuu mee,dhugumaa samuu kee, bani ilaalii
π ππ jalate dhiistee
π ππ Kiristoos Waaqa

βΌοΈπΌβΌοΈ 9π2Qor 4:10-11
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
jireenya #Iyyaasuus qaama keenya irrattis akka mulatuuf bakka deemne hundatti #rakkina guddaa duaaf nama saaxiluu fi
#Iyyaasuus irra gae yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna.Sababiin isaas, jireenyi Iyyaasuus foon
keenya isa duu irrattis akka mulatuuf, nuti warri lubbuudhaan jirru
yeroo hunda Iyyaasuusiif jennee duaaf ni saaxilamna..
πkuni immoo rakkoo yeroo inni foonii dhufe sana ibsaa jira
10π Ibr 2:14-17
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β¨οΈKanaaf, β #ijoolleenβ sun foonii fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi;
β¨οΈakkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan #bilisa baasuufi
β¨οΈSababiin isaas inni #sanyii_Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota/Ergamootaa gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha
β¨οΈ Kanaaf, inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan
hundumaa irratti #luba ol aanaa gara #laafessaa fi #amanamaa tauudhaan, aarsaa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin β #obbolootaβ isaa fakkaachuu qaba ture..
β¨οΈ Inni mataan isaa yeroo #qorametti(qorumsa) waan dhiphateef, #warra_qorumsa keessa jiran gargaaruu ni dandaa
πΌ 1β§sababa Kiristoos foonii nama uffatee ibsee jira akkana jedhee, ijoolleen sunii foonii fi dhiiga wanii tanif,ijoollee kan jedhame #Adaami irraa eeggale namoota jiran jechuudha.
sababa Kanaaf fooni ijoollee isaa uffatee jechuudhaa
πΌ sababa lamaffaan immoo Seexanaa balleessuuf akka taβe ibsee jira,ykn namoota harka isaa keesaa basuuf
β¨οΈKiristoos lubba olii annaa jedhamee jira,Eeyyee inni lubba Waaqayyoti,
β§lubbaa Waaqayyo kan tatu immoo yoo Waaqayyo tate qofa
Kan jechuun waqayyo lama jira jechuu koo, mitti
Abbaa fi Ilmi Waaqayyo tokko jechuudha,sababa Kanaaf Kiristoos ani fi Abbaan tokko jedhee
πΌ lubbaa garaa laafessa fi amanamaa jechuun immoo dhuguma Waaqayyo malee jira garaa #lafeessi_fi_amanamaan
Kanaafuu #Kiristoos Waaqayyo jechudha
β¨οΈ Seexanaa harka nama basuu kan danda'u Waaqayyo malee kan biraa hin jiruu Kanaafuu #Kiristoos_Waaqayyo jechaa jira Phaawuloos
πKiristoos kana dhufee sanyii Abrahaamiifi akka taβe, malee, ergamootaf mitii,
Kanaafuu foonii Abrahaam uffatee jechuudha
πͺπ #gama hundumaatiin β #obboloota_isaa_fakkaachuu qaba ture
ππ#ijoollee_Muslimaa jecha kana hubbadhaππππ
Karaa kamiyyuu obboloota isaa fakkachuu qaba yeroo jedhuu
1β§obboloota kan jedhame namoota lafaa kan irraa jirtan yoo, ta'u
2β§obboloota fakkachuu qaba kan jedhamee immoo Kiristoos fooni uffatee isaan fakkachu qaba jechuu
πΉakkamitti Kiristoos namoota fakkaata kan jeetu immoo
1πakka namatii nyaachuudhaan
2πakka namatii kadhachuudhaan
3π akka namatii dadhabuudhan
4πakka namatti soomuudhan
5πakka namati rafuudhan
6πakka namatti calisuudhan
7πakka namatti gadi ofii qabudhan
8πakka namatti adeemudhan
9πakka namatii Waaqayyof galata dhiyeesse
10π akka namatti ergama taβe
11πakka namatii raaji taβe
12π Haataβu malee akka namoota jiratee garuu inni akka #nama_cubbuu tokoo illee hin hojjanne
11π1Phex 2:21-25
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βDhugaa dubbachuuf isin #jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan #fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee #dhiphateera.
π inni #cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne.Inni yommuu isa #arrabsan deebisee hin arrabsine. Yommuu dhiphatettis hin doorsisne; kanaa mannaa isa qajeelummaadhaan
murteessu Sanatti imaanaadhaan of
kenne
πΉNuti cubbuudhaaf duunee qajeelummaadhaaf akka jiraannuuf, inni ofuma isaatiin cubbuu keenya #qaama isaatiin #fannoo irratti baate. βIsinis madaa isaatiin fayyifamtan.β Sababiin isaas isin
akka #hoolota karaa irraa maqanii turtan; amma garuu gara #tiksee fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu keessaniitti deebitaniittu
π......ππ jalate dhiistee
π......ππ murti Kiristoos
jala hin baatu