💒💒💒💒💒💒💒💒
❖ Erga Yihudaa 1:2👇
Dhifamni,Nagaanii fi
jaalalli isiniif haa,baayatu.
❖ምሕረትና ሰላም ፍቅርም
ይብዛላችሁ (ይሁዳ 1 :2)
==============
❖wanti sadan Kuni
Guyyaa hundumaa
Nama ni barbaachisaa
🅰 dhifama
🅱 Nageenya
🅾 jalala.
▬▬▬▬▬▬▬
#Qulqulluu_Yihudaan
Maalif jechoota
Kan fayyadamee...❓
❖dhifama, nageenya
Fi jalala kan keenuu
Waaqayyo dha.
❖ Waaqayyo
Nama Qulqulluu
Wani filateef akka
Isaan dhifamni
Namoota baayyatu
Nageenyi akka namoota
Baayatu, Jaalalii akka
Namoota baay'atu
Akka raawwataniif..
Kunis ta'u kan danda'u
Nama cubbamaa
Gara Waaqayyotti
Akka dhiyaatu ni Godhu
❖ sababa inni guddaan👇
=1♨️ fakkeenya 10:6
#Eebbi mataa nama
Qulqulluu irra jira
በረከት በጻድቅ ራስ ላይ ነው
(ምሳሌ 10:6)
=2♨️fakkeenya 10:11
#Afaan nama Qulqulluu
madda jireenyaa ti,
#Afaan nama hamaa
garuu jeequmsa dhoksee qabata
#የጻድቅ አፍ የሕይወት
#ምንጭ ናት የኃጥኣንን አፍ
ግን ግፍ ይከድነዋል
=(ምሳሌ 10:11)
=3.♨️fakkeenya 10:20
#Arrabni nama Qulqulluu
akkuma meetii hunda
caalaa baeessa taee ti,
Garaan nama hamaa
garuu gatii hin qabu
የጻድቅ ምላስ የተፈተነ ብር ነው
የኅጥኣን ልብ ግን ምናምን ነው
(ምሳሌ 10:20)
=4.♨️fakkeenya 10:21
#Afaan nama Qulqulluu
namoota hedduu ni #soora
የጻድቅ ከንፈሮች ብዙ
ሰዎችን ይመግባሉ
(=ምሳሌ 10:21)
=5.♨️fakkeenya 10:31-32
#Afaan nama Qulqulluu
ogummaa ni baasa,
Arrabni jalaan
garuu ni cita.
#Arrabni nama
Qulqulluu wanta nama gammachiisu beeka
Afaan hamootaa
garuu jalaa dha
#የጻድቅ አፍ ጥበብን ይናገራል
ጠማማ ምላስ ግን ትቈረጣለች
#የጻድቅ ከንፈሮች ደስ
የሚያሰኝ ነገርን ያውቃሉ
የኀጥኣን አፍ ግን ጠማማ ነው
(=ምሳሌ 10 :31-32)
▬▬▬▬▬▬▬▬
Εύχομαι το έλεος
η ειρήνη και η αγάπη να πληθαίνουν ανάμεσά σας
--------------------------------
🔻Galani Waaqayyof
Haata’u Ameen.
---------------------------------
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🅿️🅰🅰🅰🅰🅰🅰🅿️

Telegram
🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚⛈⛈⛈⛈⛈
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).
ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
🔊♨️ Qophii "
◈namni fedhi qabu
hordofuu ni dandeessu,👌
♨️Luqaas 16:10👇
✍Namni wanta
#xinnoo irratti
amanamaa tae,
wanta #guddaa irrattis amanamaa ta'a
#namni wanta xinnoo
irratti amanamaa
hin taane, wanta
guddaa irrattis
amanamaa hin ta'u...
▬▬▬▬▬▬▬▬
#ከሁሉ በሚያንስ የታመነ
በብዙ ደግሞ የታመነ ነው
ከሁሉ በሚያንስም
የሚያምፅ በብዙ ደግሞ #ዓመፀኛ ነው
=ሉቃስ 16:10
-----------------------------------------
#Όποιος είναι αξιόπιστος στα λίγα, είναι αξιόπιστος και στα πολλά· κι όποιος είναι άδικος στα λίγα, είναι άδικος και στα πολλά.
🅰 Namni kana fudhachuu
dandau haa ,fudhatu
=matewoos 19:12
🅱 ሊቀበለው የሚችል ይቀበለው
=ማቴዎስ 19:12
----------------------------------
Telegrama irratti seena
Hunduma isaa
Hordoffaa....
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
💒💒💒💒💒💒💒💒
Kuta-3_ffaa

🌹seena kan irraa
Maali hubbatan... ❓
✍ Achiis #Iyyaasuus
barattoota isaatiin akkana jedhe: “Namni #sooressi
tokko bulchaa tokko qaba
ture; bulchaan sunis
qabeenya isaa
jalaa bittinsaa akka
jiru itti himame.
✍ Kanaaf, namichi isa waamee, ‘Wanti ani waa'ee
kee dhagau kun
maali dha? Kana booda manicha bulchuu waan hin dandeenyeef, galmee
#herregaa ittiin hojjechaa turte ilaalchisee gabaasa
anaaf dhiheessi’ jedheen
✍ Bulchaan sunis garaa
isaatti akkana jedhee yaade: ‘Gooftaan koo hojii koo
irraa na ariuuf
jedha, egaa maal gochuu
anaaf wayya?
#Qotuuf humna hin qabu; #kadhachuu immoo nan qaanaa.
✍Yommuu ani hojii
koo irraa ariamu
namoonni mana isaaniitti
akka na #simataniif waanan godhu anuu beeka.
✍Achiis namoota
gooftaa isaa irraa
#liqeeffatan tokko tokkoon
ofit ti waamee isa jalqabaatiin, ‘Gooftaan koo liqii hammamii
si irraa qaba?’ jedheen. Namichis deebisee,
#Zayitii ejersaa 100 jedheen. Innis, ‘ #Waraqaa walii
galtee kee hoou,
taaiitii dafii 50 jedhii barreessi’ jedheen
✍Itti aansees isa tokkoon,
‘Ati hoo hammamtu si irra jira?’ jedheen. Namichis,
#Qamadii safartuu
guguddaa 100’ jedhe
Innis, ‘Waraqaa walii
galtee kee irratti 80
jedhii barreessi’ jedheen
✍ Gooftaan isaas
bulchaan kun jalaa yoo
tae iyyuu, #ogummaadhaan #tarkaanfii waan fudhateef
isa galateeffate;
ilmaan sirna kanaa
walitti dhufeenya
dhaloota yeroo isaaniitti argamuu wajjin qabaniin
ilmaan ifaa caalaa
#ogeeyyii dha.
✍“Anis isiniin nan jedha, yommuu #qabeenyi kun
dhumu isaan bakka jireenyaa bara baraatti akka isin
simataniif, qabeenya
#jalinaa #addunyaa kanaatiin ofii keessaniif
#michoota horadhaa
✍Namni wanta
xinnoo irratti amanamaa
tae, wanta
guddaa irrattis amanamaa taa; namni wanta #xinnoo irratti amanamaa
hin taane, wanta guddaa
irrattis amanamaa hin tau
✍ Kanaaf, qabeenya jalinaa addunyaa kanaa wajjin haala wal qabateen yoo amanamoo tauu baattan, qabeenya isa
#dhugaa #eenyutu amanee isinitti kenna ree?
✍ Qabeenya nama kan biraa wajjin haala wal qabateen yoo
amanamoo tauu baattan, #badhaasa isiniif qophaae eenyutu isiniif kenna?
#Tajaajilaan gooftolii lamaaf
garbicha taee bitamuu dandau hin jiru; isa tokko jibbee
isa kan biraa
jaallata, yookiin isa tokkotti maxxanee isa kan biraa tuffata.Waaqayyoo
fi qabeenyaaf bitamuu hin dandeessan.”
✍ Yeroo kanatti #Fariisonni qarshii jaallatan, wanta kana hunda dhagaaa waan turaniif isatti #qoosuu jalqaban
✍Kanaaf, akkana
isaaniin jedhe:
“ #isin namoota duratti #Qulqulluu akka taatan dubbattu
#Waaqayyo garuu
garaa keessan
beeka. Sababiin isaas,
#wanti #namoota duratti
bakki guddaan kennamuuf
Waaqayyo duratti
#jibbisiisaa dha.
(◈Luqaas 16:1-15)
✍ሉቃስ 16:15
እንዲህም አላቸው፡
#ራሳችሁን በሰው ፊት የምታጸድቁ እናንተ ናችሁ
ነገር ግን #እግዚአብሔር_ልባችሁን ያውቃል፤ በሰው ዘንድ የከበረ በእግዚአብሔር ፊት #ርኵሰት ነውና
👇👇👇👇👇👇
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
🔈🔈🔈🔈🔈🔈
✍✍✍✍✍✍✍

🌹Qophi "
Hordoffuu namni barbaduu
Yoo, jiratee seenuu ni
Dandeessu..
- Luqaas 7:47
#Namni dhiifamni
xinnoon godhamuuf
garuu, jaalalli inni argisiisu xinnoo dha.
△ ጥቂት ግን የሚሰረይለት
ጥቂት ይወዳል (ሉቃስ 7:47)
🔻#θα σας δείξω με
ποιον μοιάζει
▬▬▬▬▬▬▬▬
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
kutaa -4_ffaa