πΊπ kutaa - 60-ffΒͺΒͺ ππΊ
=======//==========
πΊ Gaafi fi Deebi
πΊ Muslimoota
β Yohaannis 14:9
Kiristoos akkana jedheen Yaa
#Filiphoos, #yeroo_dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na hin beeknee? Namni ana arge hundi Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, βAbbaa nutti argisiisiβ jettaβ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π gaaffii isaanii
1=Filiphoos Kiristoos argee malee yoomi Abbaa argee jedhuu.....β
============
πΊ Deebii keenya.
1=Kiristoos namni ana argee Abbaa argee jechuun isaa Abbaan foonii nama qaba akkuma koo,kana argitee jechuu isa mitii β
Sababiin isaa.
A)). Abbaan gonkumaa foonii nama hin uffaanne Affuurra Qulqulluu wajjin iyyuu.
ππ Galatiyaa 4:4
Yeroon murteeffame sun yommuu gautti, Waaqayyo
#Ilma isaa isa #dubartii irraa dhalatee fi seera jala ture erge.
= Kanafuu kani nama irraa dhalate Kiristoos qofaa jechudha , iddoo kana irraa Abbaan akka hin dhalane ibseera.
ππLuqaas 1:35
Ergamaan (Maleekaan) sunis deebisee akkana ishiidhaan jedhe: β #Affuurri_Qulqulluun si irra bua humni Isa Hundaa Oliis si golga. Kanaan kan,kaes mucaan dhalatu Qulqulluu
Ilma Waaqayyoo jedhama
====
β©Affuurri Qulqulluu sii, irraa bu'a,jedhee malee Affuurri Qulqulluun ni dhalataa hin jennee kanafuu Hafuurri Qulqulluun hin dhalane.
β© ilma Waaqayyo jedhama jedhee malee ,Abbaan ofuma dhalatee ilma ta'a hin jenne.
Kanafuu Abbaan hin dhalane.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Ύ gara mataduree keenya deebinaa amma immo.
π Kiristoos akkasii jedhe yaa,Filiphoos yeroo dheeraa hanga kana turee akkamitti Ana hin bare jedhe.
π Kiristoos akkasi yoo, jedhuu dubbii hikaa kallattii dubbachaa hin jiruu , Sababiin isaa hiikaa kallattiin yoo,taee Filiphoos fi Kiristoos sirriitti wali beekuu
Kanaafuu Filiphoos wanti haara tae tokko illee hin jiru.
ragaa kitaaba
β΅β©Maatewos 10:3
#Filiphoosii fi Bartolomewos; Toomaasii fi Maatewos isa qaraxa sassaabu; Yaaqoob ilma Alfewoos; akkasumas
Taadewos
βΆβ©Yohaannis 1:43
Kiristoos guyyaa itti aanutti gara Galiilaa dhaquu barbaade.
Achiis #Filiphoosiin argatee, βDuuka buutuu koo taiβ jedheen.
β·β©Yohaannis 6:5-6
Iyyaasuus(Kiristoos) namoonni hedduun gara isaa yommuu
dhufan oli jedhee ilaalee #Filiphoosiin, βDaabboo(buddeena) namoonni kun nyaatan eessaa yoo bitne wayya?β jedhe.
Taus kana kan dubbate, Filiphoosiin #qoruuf malee waan gochuuf yaade #beeka ture.
βΈβ©Yohaannis 12:20_21
Namoota bakka ayyaanichaatti waaqeffachuu dhufan keessaa #Giriikonni tokko tokko jiru turan. Isaanis #Filiphoos isa nama Beetasaayidaa ishii Galiilaa keessa jirtu sanaa dhufetti dhihaatanii, βYaa
gooftaa, Iyyaasus(Kiristoos ) arguu barbaadnaβ jedhanii isa gaafachuu jalqaban
βΉβ©Yohaannis 14:8
#Filiphoosis, βYaa Gooftaa, Abbaa nutti argisiisi; kunumti nu ga'aβ jedheen.
========||
πkanafuu rakkoon Filiphoos maali ture yeroo jennuu
Akkuma Kiristoos foonii uffachuu isaa argee sana Abbaa illee akkuma kanatti arguu qaba jedhiti.nutti argisiisi jedhu Isaat akka yaada Filiphoosiit.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Kanafuu Kiristoos qaaman osoo hin tanee Abbaa fi Kiristoos Waaqummaa isaanii tokko wani tannif Β« Namni
Ana argitee jechuun abbaa argitee jechuu ibsa.Β»
β©( kutaa -59-ffΒͺΒͺ )) dubbisa
β‘οΈ Namni Kiristoos arge Abba argee jechuun kara Waaqummaa qofaan akka taβe ragaa keenya kunoπ
βΊπYohaannis 1:1-3
Jalqaba #Logos( ΞΟΞ³ΞΏΟ) ture; logos (ΞΟΞ³ΞΏΟ) Waaqayyoo wajjin ture; logos( ΞΟΞ³ΞΏΟ) waaqayyo ture.Inni jalqaba Waaqayyoo wajjin ture. Wanti
hundi karaa isaa tae; wanta tae
keessaas isa malee wanti tae tokko illee hin jiru.
======
β©Jechi inni jalqabaa waajin turee ,wanti hundi karaa isa taβe jedhuu ,wa'ee logos(ΞΟΞ³ΞΏΟ) dubbachaa jira, kanafuu Kiristoos hundumaa akka Uumee ibsee.
β»πYohaannis 1:9-10
Ifichi inni dhugaan akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu, gara addunyaa dhufuuf jedha ture. Inni addunyaa keessa ture, #addunyaanis_karaa isaa argame; taus addunyaan
isa hin beekne.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π itti fufi dubbisi ammasi
Kunoo link kan xuqiπ
@haadha_Waaqa_naJaladha