๐นkasala nyaati jinni jedhu?
โ๏ธRagaa isaa๐
โงSunan-Abu-Dawud -39
โงVolume-1: Hadisa -39
โงfuula -47.
โงkitaba bara 2008 maxanfamee irraa.
๐๐๐๐ ๐ ๐๐จ๐๐:-jinni gara #muhammad dhuftee akkasii jetteen , yaa muhammad lammii(saba) kee kana #lafee, #udaan bineensota fi #cillee yookiin (#kasala) yookiin ( #daaraa) ofii qulqulleessuun dhorkaa jetteeni
Ammas jinni itti fuftee Allah guddichi isaanii kana #nyaataa keenyaaf nuuf hojjatee jettani, Kanaaf muhammad wantoota kana dhorkee (lafee irraa, udaan bineensota irraa fi cilee irraa).
๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐.
โ.kuni soba #jinni #cillee nyaatee hin beektuu, yoo nyaatee jettani photo kasa yeroo isheen nyaatu fida...?.
โ. cillee #vitamina ofii keessa hin qabuu maalif nyaati...?
โ. #Muhammad barumsa kana eenyu irraa dhagee...?