πΉβ¬οΈ kutaa_ 55 ffΒͺΒͺ πΊβ¬οΈ
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊGaaffii fi Deebi
πMuslimoota
βYohaannis 13:16
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, garbichi gooftaa isaa irra hin caalu, #inni_ergames isa
#isa_erge irra #hin_caalu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊ Gaaffii isaanii
β΅= Abbaan Kiristoos ni #caalaa jedhuu.β
=inni Erge #Abbaadha
=inni Ergamee #Kiristoos.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πDeebii keenya
β΅=Erga Abbaan Kiristoos ni caalaa jettanii maalidhan caalaa jennee gaafachuu qabnaa...β
β‘οΈ Jalqabaa dura Abbaa fi Kiristoos akka walii hin caalee ibsu qabna.
πRAGAA KITAABAπ
πA.))π #Abbaan Alfaa fi Omega dha
β΅=Mulβata Yohaannis 1:8
Ani Alfaa fi Omeegaa dhaβ jedha #Waaqayyon, βinni jiru, inni turee fi inni dhufu, inni Hundumaa Dandau Sun.β.
πB.))π #Kiristoos Alfaa fi omega jedhama
βΆ=Mulβata Yohaannis 22:13
#Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti
πΉkanafuu erga #lamaan isaan iyyuu Alfaa fi Omega tani wali hin caalanii Tokko jechudha yookiin waliqixxa jedha.
π³π³π³π³π³π³π³
πGara mataa Duree keenya yeroo deebinuu immoo.
β‘οΈ Kiristoos maalif inni Ergamee isa Erge irraa hin caaluu jedhee ree..βyeroo jennuu.
πΈ Kiristoos sababa isa ofuma isaan ibsee jira, Fakkeenyaaf
akkasii jedhe isa erge fi ergame jedhe )) inni ergamee gara lafaa kana dhufee #milaa namoota dhiqee.
Inni erguu immoo #yoomi milaa nama dhiqee βlakki Abbaan Gonkumaa hin dhiqine.
π Kiristoos sababa mila nama dhiqeefi inni argame isaa ergee irraa hin caaluu kani jedhee kanafi (Yoh 13:16) irratti , garaa olitti gochaa hunda erga rawate akkasii jedheeπ
β·=Yohaannis 13:14_16
Ani #Gooftaa fi Barsiisaa taee utuun jiruu #miilla keessan ergan dhiqee, isinis miilla keessan waliif dhiquu qabdu.
#Akkuma ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan
#Ani_fakkeenya isiniif taeera Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #garbichi gooftaa isaa irra hin #caalu, inni ergames isa isa erge irra hin caalu
πΈ yookin immoo Kiristoos kunis Anii isin #Tajajiluf dhufee jedhee dubbatee jira,Abbaan garuu akkana #gonkumaa hin jennee.
βΈ=Maarqoosi 10:45
#ilmi_namaa iyyuu, warra kaan #tajaajiluu fi lubbuu isaa namoota hedduudhaaf furii godhee kennuuf dhufe
malee, akka #isa_tajaajilaniif_hin_dhufne.
π Qaabxiwwan hubbachu qabnuu wanta lama jira
πC.)) Kiristoos namoota Tajajiluf akka dhufee.
πD.)) Jechi akka isanii isaa Tajaajilaatiinif hin dhufnee jedhu immoo Kiristoos Waaqa ta'u ibsuuf ,
_ sila dhali nama hundi isa tajaajiluu qaba ,kanafu Kiristoos kuni Eenyu ree.βkani namoonni hundi isaa tajaajilini kun deebii isa waaqa jechuudhaa.
πΉKiristoos gara namoota dhufee ,foonii keenyaa #uffatee #hiyyeessaa taβe ,Abbaan garuu
Gonkumaa foonii nama wani hin uffanef hiyyeessaa jedhamee hin beekuu.
πE.)) Abbaan hiyeessaa miti
πF.)) Kiristoos sababa keenyaaf hiyeessa jedhamee.
=yeroo kana Abbaan Kiristoos ni caalaa.
βΉ=2 Qorontos 8:9
isin gaarummaa #Gooftaa keenya Iyyaasuus
#Kiristoos isa guddaa beektu; #inni_sooressa taus, isin karaa hiyyummaa isaa sooreyyii akka taataniif #isiniif jedhee #hiyyeessa tae.
βΊ=Filiphisiiyus 2:6_7
#inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo #wajjin_qixxee tauuf hin
yaadne. Kanaa mannaa #duwwaa ofi godhe; #bifa garbummaa fudhatee #nama tae
β‘οΈ kanafuu sababa foonii keenyaa kana uffatee nama taβe Waaqayyo wajjiin ofii qixxeessu hin dandeenye Abbaan Kiristoos ni caala jechuudhaa.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊ link waldaa keenyaa Goofoon Qulqulloota Maariyaamidha jedhuu irratti
Koota #sagalee fi #barreffamaa barachuu dandeessuπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
πΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈπΈ