π» kutaa-79-ffaa π»
β£β gaaffii fi deebii
β£β Muslimoota
β£β skakitota bira irraa
ββββββββββββββββ
πͺΉ Gaafii isaanii
πβ isaa kami sirriidha
jedhuu β ββ
Iyyaasus Kiristoos barattoota isaa wajjin iddoo kami dhaqee jedhuu. Kitaabani wangeelaa walitti bu'ee jedhuu
#A)).Maatewos irratti akkasii jeche ~Getesemaanee
βMaatewos 26:36π
Sana booda Iyyaasus kiristoos #isaanii wajjin gara bakka #Getesemaanee jedhamu dhufe; barattoota isaatiinis, βHamma ani achi dhaqee kadhadhutti isin asuma taaΚΌaaβ jedhe.
#B )).Luqaas irratti akkasii jedhee ~Tulluu Ejersa jedhee
βLuqaas 22:39π
Achii baΚΌees akkuma amala isaa gara #Gaara_Ejersaa deeme; barattoonni isaas isa duukaa buΚΌan.
#C)).Yohaannis irratti immoo akkasii jedhee ~ sululaa Qedroon jedhee
βYohaannis 18:1π
Iyyaasus Kiristoos wantoota kana erga dubbatee booda, #barattoota isaa wajjin bakka #ashaakiltii_Sulula_Qedroon gama jiru tokkoo dhaqe; innii fi barattoonni isaas achi keessa seenan.
=================
β Deebii keenyaa.
πhundi isaanii siriidhaa
Akkuma Kiristoos dubbate.
πͺΊ Maatewos 22:29
Iyyaasus Kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: " isin #Kitaabota_Qulqulluus taΚΌe #humna_Waaqayyoo waan hin beekneef ni #dogoggortu.β
πgara mataa duree keenya yeroo deebinuu.
Kitaabni sadan isaan iyyuu tartiiba iddoo kuni itti argamuu ibsuuf
Fakkeenyaaf daandii tokko irratti iddoon wanti tokko argaman ibsuuf
πfakki kana ilalaπ
EjersaβGetesamaneβQedroon
π² kanaafu #Luqaas Kiristoos iddoo inni jalqabaa(-1ffΒͺΒͺ) dhaqee Tulluu ejersaa jedhe
π² #Maatewoos immoo iddoo inni lamaffaa(-2ffΒͺΒͺ) dhaqee ibsee ,geetesemaanii jedhe
π² #Yohaannis immoo iddoo sadaffa(-3ffΒͺΒͺ) ibse Kiristoos Tulluu ejersaa keessa darbee ,ammaa getesemaani keessa darbee ,sulula Qedroon dhaqee jedhe.
β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£
π Ύ hiika jechoota ilaala
π₯#Tuluu_Ejersaaπ₯
π #Tulluu jechuun lafa oli ka'a ,jechudha Afaan Giriikiitiin
Oros jedhama(α½ΟΞΏΟ).
Ejersaa jechuun muka Ejersaa kani lafa biqiluu dha afaanii Giriikiitiin immoo Eliwoon jedhama (αΌΞ»Ξ±ΞΉαΏΆΞ½)
βAfaanii Ingiliffaatiin immoo
Olive tree jedhama
Fakkeenyaaf jedha #olive jedhuu kana irraa qubee -ve yoo irraa kune jecha #oli jedhamuu argana.
πjechi oli jedhuu immoo zayitii jechudha.
βkanafi Tulluu Ejersaa jechuun Tulluu zayitii jechudha.
π yookiin immoo afaani Giriikiitiin
Ejersaa jechunβ #αΌΞ»Ξ±ΞΉαΏΆΞ½
zayiti jechunβ #αΌΞ»Ξ±ΞΉΞΏΞ½
Qubeeπ αΏΆβΞΏπ
Qubee β αΏΆβ yoo itti galchitee jecha ejersaa jedhuu argata
Qubee βΞΏβ kana yoo itti galchite immo zayitii argata.
πJechi zayitii jechuu immoo jalqabaa jecha #Ibraayisxiitti irraa argamee shamani(Χ©ΦΆΧΧΦΆΧ) kani jedhuu irra
πΉragaa kitaaba Qulqulluu
βΆ.Luqaas 22:39
β·.Luqaas 16:6
βΈ.seera.Bau 29:40
π₯#Geetesemaanii π
Geetesemaani jechuun immoo
Afaanii Aramiki// Ibraayisxiitti irraa argamee innis #gete fi #shamani kani jedhuu irraa " Hiikni isaa immoo zayitii cufamaa jechudha.
Yookiin afaanii Ingiliffaatiin β
Oli pressβ jedhama
βiddoon argama geetesemaanii immoo Tulluu ejersaa fi sulula Qedron gidduutti argamatti.
βΉ.Maatewos 26:36
βΊ.Maarqoos 14:32
β».Seera.lewwi 2:7
π₯#Qedron π₯
Qedron jechuun immoo.
Afaanii Ibraayisxiitti irraa argame innis keedrooni kani jedhuu irraa. Hiikni isaa immoo qedroon jechuun wanta maka qabuu(bora'ee jiru ) fakkeenya bishaanii fi biyyee walitti yoo ,Bulbulaamee
Yookiin afaanii Ingiliffaatiin (turbid) isaa jedhamuu dha.
βΌ.Yohaannis 18:1
π Ύ Walumaagalatti Tulluu ejersaa ,Geetesemaanii, sulula qedroon, sadan isaanii iyyuu cinaa yookiin naannoo iyarusalemitti argamu.
ππππππππ
Link waldaa kana argachuu yoo,barbade kana xuqiππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
βββββββββββββββ

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)