Forwarded from Gutema Gelana
βΌοΈπΌβΌοΈ 9π2Qor 4:10-11
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
jireenya #Iyyaasuus qaama keenya irrattis akka mulatuuf bakka deemne hundatti #rakkina guddaa duaaf nama saaxiluu fi
#Iyyaasuus irra gae yeroo hunda qaama keenya keessatti ni baanna.Sababiin isaas, jireenyi Iyyaasuus foon
keenya isa duu irrattis akka mulatuuf, nuti warri lubbuudhaan jirru
yeroo hunda Iyyaasuusiif jennee duaaf ni saaxilamna..
πkuni immoo rakkoo yeroo inni foonii dhufe sana ibsaa jira
10π Ibr 2:14-17
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β¨οΈKanaaf, β #ijoolleenβ sun foonii fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi;
β¨οΈakkasumas, warra jireenya isaanii guutuu garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan #bilisa baasuufi
β¨οΈSababiin isaas inni #sanyii_Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota/Ergamootaa gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha
β¨οΈ Kanaaf, inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan
hundumaa irratti #luba ol aanaa gara #laafessaa fi #amanamaa tauudhaan, aarsaa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin β #obbolootaβ isaa fakkaachuu qaba ture..
β¨οΈ Inni mataan isaa yeroo #qorametti(qorumsa) waan dhiphateef, #warra_qorumsa keessa jiran gargaaruu ni dandaa
πΌ 1β§sababa Kiristoos foonii nama uffatee ibsee jira akkana jedhee, ijoolleen sunii foonii fi dhiiga wanii tanif,ijoollee kan jedhame #Adaami irraa eeggale namoota jiran jechuudha.
sababa Kanaaf fooni ijoollee isaa uffatee jechuudhaa
πΌ sababa lamaffaan immoo Seexanaa balleessuuf akka taβe ibsee jira,ykn namoota harka isaa keesaa basuuf
β¨οΈKiristoos lubba olii annaa jedhamee jira,Eeyyee inni lubba Waaqayyoti,
β§lubbaa Waaqayyo kan tatu immoo yoo Waaqayyo tate qofa
Kan jechuun waqayyo lama jira jechuu koo, mitti
Abbaa fi Ilmi Waaqayyo tokko jechuudha,sababa Kanaaf Kiristoos ani fi Abbaan tokko jedhee
πΌ lubbaa garaa laafessa fi amanamaa jechuun immoo dhuguma Waaqayyo malee jira garaa #lafeessi_fi_amanamaan
Kanaafuu #Kiristoos Waaqayyo jechudha
β¨οΈ Seexanaa harka nama basuu kan danda'u Waaqayyo malee kan biraa hin jiruu Kanaafuu #Kiristoos_Waaqayyo jechaa jira Phaawuloos
πKiristoos kana dhufee sanyii Abrahaamiifi akka taβe, malee, ergamootaf mitii,
Kanaafuu foonii Abrahaam uffatee jechuudha
πͺπ #gama hundumaatiin β #obboloota_isaa_fakkaachuu qaba ture
ππ#ijoollee_Muslimaa jecha kana hubbadhaππππ
Karaa kamiyyuu obboloota isaa fakkachuu qaba yeroo jedhuu
1β§obboloota kan jedhame namoota lafaa kan irraa jirtan yoo, ta'u
2β§obboloota fakkachuu qaba kan jedhamee immoo Kiristoos fooni uffatee isaan fakkachu qaba jechuu
πΉakkamitti Kiristoos namoota fakkaata kan jeetu immoo
1πakka namatii nyaachuudhaan
2πakka namatii kadhachuudhaan
3π akka namatii dadhabuudhan
4πakka namatti soomuudhan
5πakka namati rafuudhan
6πakka namatti calisuudhan
7πakka namatti gadi ofii qabudhan
8πakka namatti adeemudhan
9πakka namatii Waaqayyof galata dhiyeesse
10π akka namatti ergama taβe
11πakka namatii raaji taβe
12π Haataβu malee akka namoota jiratee garuu inni akka #nama_cubbuu tokoo illee hin hojjanne
11π1Phex 2:21-25
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βDhugaa dubbachuuf isin #jireenya akkasiitiif waamamtan; sababiin isaas, #Kiristoos faana isaa
dhiheenyatti akka hordoftan #fakkeenya isiniif dhiisuudhaan isiniif jedhee #dhiphateera.
π inni #cubbuu tokko illee hin hojjenne, dubbii gowwoomsaanis afaan isaa keessatti hin argamne.Inni yommuu isa #arrabsan deebisee hin arrabsine. Yommuu dhiphatettis hin doorsisne; kanaa mannaa isa qajeelummaadhaan
murteessu Sanatti imaanaadhaan of
kenne
πΉNuti cubbuudhaaf duunee qajeelummaadhaaf akka jiraannuuf, inni ofuma isaatiin cubbuu keenya #qaama isaatiin #fannoo irratti baate. βIsinis madaa isaatiin fayyifamtan.β Sababiin isaas isin
akka #hoolota karaa irraa maqanii turtan; amma garuu gara #tiksee fi ilaaltuu ol aanaa lubbuu keessaniitti deebitaniittu
π......ππ jalate dhiistee
π......ππ murti Kiristoos
jala hin baatu

πΎπΎ Yeroo Waaqayyo
kana godhutti eenyutu
jiraata reeβ
π α₯ααα α₯αα αα α
α²α«α°αα α αα! αα
α αααα΅ ααα«αβ
πΎπΎ who shall live
when God doeth this
β¬ Ser.lakkofsaa 24:23
β¬ Numbers 24 :23
β¬ αααα 24:23
----------------------------------
#Bagaa-Geesaaan
=Ayyaanna Dhaloota
------------------------------------
β dhaloota Gooftaa
Keenya Iyyaasuus Kiristoos
β Kiristoos dhalate jira yeroo
Jennu, akkanaa jechuu keenya
#Fooni nama irraa foonii
#Lubbuu nama irraa lubbuu fudhatee
=1=Mat 1:1π
Sanyi( hidda) dhaloota Iyyaasuus Kiristoos
#sanyii 9_Daawit
#sanyii_Abrahaam isa kana
β jechi sanyii jedhuu qoomaa
Yookin hidda dhaloota,
=sanyii Abrahaami jedha
=sanyii Daawit jedha
βAbrahaami fi Daawiti
Nama malee Waaqayyo
mitii β
βkan jechuun Abrahaamiifi
Daawit foonii fi lubbuu qabuu
Kanaafuu Fooni fi lubbuu isaanii irraa fudhatee dhalate
Jenne dubbanna
βAbrahaami foonii fi lubbuu
Adaami irraa argamee
βDaawiti immoo foonii fi lubbuu Abrahaami irraa Argame
β Dubaroo Maariyaami
Immoo foonii fi lubbuu
Daawit irraa Dhalate...
π Dubaroo Maariyaami irraa
immoo foonii fi lubbuu fudhatee dhalate
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Amaloota foonii
β¬ dhalachuu
β¬ nyachuu
β¬ beela'u fi Dhugu
β¬ kadhachuu
β¬ soomuu
β¬ dadhabuu
β¬ deemuu fi rafuu
β¬ itti qoruu fi rakkina arguu
βββββββββ
Kanaafuu Kiristoos erga
Fooni nama fi lubbuu Nama
Qabate Amaloota kan argisiisuu qaba
β’maalif yoo,jennee kuni seera. Uumama ta'u isaatti
β’Waaqayyo immoo seera
Erga kennee seera sanaa
Waaqayyo yoo,kabajne
Nami ni kabaja
βFakkeenyaa seera keessa
Tokko π
βSeera.Ba'u 31:17
#Ani_Waaqayyo guyyaa 6 keessatti samii fi lafa uumee guyyaa #torbaffaatti immoo waanan hojjechaa ture #hundumaattii boqodheen aara galfadhe; kun anaa fi saba Israa'el gidduutti bara baraan milikkita in ta'aβ jedhe
β¬Kanaafuu Waaqayyo dura
Ofi isaatti fakkeenya taβe kabajee jira, isaa booda immoo Naman godha jedhe
Ajaja,,
β¬ jalqabaa dura Namaf
Amala akkana ergaa Uumme
Kan akka #nyachuu,Dhugu...
βWaaqayyo ni kabaja malee
Amala kan hin diggu jechuudha
βsababa Kanaafi Kiristoos
Amaloota Fooni fi lubbuu
Argisise jira...maalif isuma
Mataan isaa lubbuu fi foonii
Wani Uumemef seera isaa ni kabaja Waani taβefi
βYoh 1:3π
πΎWanti #hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e #tokko illee
hin jiru
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Amala Waaqummaa
β¬ bara baran jirachuu
β¬ kan hin rafnee
β¬ kan hin nyaannee fi hin dhufne
β¬ kan uffata hin barbannee
β¬ cubbuu kan hin qabnee
βIbroota 13:8π
#Iyyaasus Kristos #kaleessa isuma ture, #har'as bara baraanis isuma sana
β’kaleessa yeroo jedhuu
Addunya dura jirachuu isa
β’harβas yeroo jennuu immoo
Kan hin jijjiramee kaleessa
Erga jiratee har'aas jira jechuudha
β’ bara baran yeroo jedhuu
Addunya kan booda jechuudha isaatti
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Kiristoos immoo kan
dhalate foonii qofa akka
Tae ifaa godha
β’Kiristoos erga foonii
Nama uffatee hanga
ammatti 2014 ta'a
β kanafuu Kiristoos dhalate
Yeroo jennuu fonni qofa
ππΎ Walumaagalatti Amala
#Lama irraa amala tokko
-Tawahadoon jechame ibsaa
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΎ=Kiristoos maalif
Dhalateββ
=Deebi=-----------
1=Addaamii harka Seexanaa
Keessaa basuuf
β Ibrootaa 2:14π
π ijoollonni kun #foonii fi #dhiiga akkuma ta'an
#inni #Obboloota kooβ jedhee isaan waamu kunis
akkuma isaanii ta'e
#du'a isaatiin #Seexana isa humna du'aa qabu balleessuudhaaf #nama ta'e
βJechi ijoollee jedhuu
Addaamii irraa eegalee
Namoota jiran jechuudhaa
βinni jedhuu Kiristoos ibsaa
β Jechi Nama taβe jechuu foonii fi dhiiga fudhate jechuudha
βSeexanna jechuun Affuura
Xarawaa, gosaa ergamoota keessa tokko kan taβe
β³roome 8:3π
Sababii #nama_fooniitiif seerri hojii isaa hojjechuu dadhabe. Waaqayyo #ilma ofii isaatii ergee, #cubbuu isa nama foonii keessaatti farade; ilmi isaa kun #foon isa namni cubbamaan #uffatu uffatee, cubbuu balleessuu #dhufe
β³=1 Yoh 3:8π
#Seexanni jalqabaa jalqabee #cubbuu waan hojjeteef, namni cubbuu hojjetu kan Seexanaa ti
#ilmi Waaqayyo immoo
hojii Seexanaa
diiguudhaaf #mul'ate
=2=Dubbiin rajoota
Akka raawwatamuuf
rajoota yeroo jennu
=Muse
=Eliyaas
=elsa'a
Daawit
Isaayyaas
Ermiyaas.......
=============
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)