๐
พ Deebi guutuu sagaleen
Kan jiruu sana ilaala ๐ พ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ ser.Uum 3:15
Anis sii fi dubartittii gidduutti, #sanyii keef fi
#sanyii ishii gidduuttis diinummaanh akka jiraatu
nan godha.
Inni #mataa kee ni buruqsa,
ati immoo koomee isaa ni madeessita.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Mulโata 12:9
Kanaaf jawwee guddaan
sun, jechuunis
#bofti inni jalqabaa, inni #Diyaabilosii fi #Seexana jedhamu, inni guutummaa
lafaa dogoggorsu sun gadi darbatame; inni gara lafaatti gadidarbatame; maleekonni isaas isaa wajjin gadi darbataman
โฌโฌโฌโฌโฌ
Mulโata 20:1-2
Anis maleekaan furtuu qilee
qabuu fi funcaa guddaa harka
isaatti qabate tokko yommuu samii keessaa gad buu nan arge. Innis jawwee sana qabee waggaa 1,000 hidhe; jawween kun isa Diyaabilosii fi
Seexana tae, jechuunis bofa isa jalqabaa ti.
2 Pheexiroos 2:4
Dhugaa dha, Waaqayyo maleekota warra #cubbuu hojjetan adabuu
irraa duubatti hin jenne; kanaa mannaa Inxoroxoos keessatti isaan darbatee, dukkana cimaa keessatti funcaadhaan isaan hidhee murtiidhaaf
isaan kaaeera.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Maatewoos 12:25-26
Iyyaasuus yaada isaanii kana beekee akkana isaaniin jedhe: โ #Mootummaan wali qoqqoodu hundinuu ni bada; magaalaan yookiin manni wali qoqqoodu hundinuus jabaatee hin dhaabatu.
Haaluma wal fakkaatuun, #Seexanni Seexana
kan baasu yoo tae, wal qoqqoodeera jechuu dha; maarree mootummaan isaa akkamitti jabaatee
dhaabachuu dandaaโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Maarqoos 5:9-13
#Iyyaasuus maqaa kee eenyu?โ jedhee isa gaafate. Innis, โNuti #baayee waan taaneef
maqaan koo โ #Leegewooniโโ jedhee deebiseef.
Namichis Iyyaasuus #hafuurota sana biyya sana keessaa akka hin ariine irra deddeebiee kadhate.
Yeroo kanatti booyyee hedduun hoomaan tokko gaara tokko
irra ni dheedu turan. Hafuuronni xuraaoon sunis, โGara hoomaa
#booyyee sanaatti akka gallu isaanitti nu ergiโ jedhanii isa kadhatan.
Innis isaaniif heyyame. Hafuuronni xuraaoon kunis baanii booyyota sanatti galan; booyyonni gara #2,000 taanis qarqara hallayyaa irraa
didichanii galaanicha keessa lixanii liqimfaman.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
1 Qorontoos 8:5
โ #waaqayyoliiโ hedduunii fi โ #gooftoliiโ hedduun jiru;
taus, #samii irrattis tae #lafa irratti #waaqayyolii kan jedhaman yoo jiraatan
iyyuu
1 แแฎแแถแต 8:5
#แแผแ_แฅแ_แ แแแญแตแ แฅแ #แแถแฝ แ แแค แแแญ แแ #แ แฐแแญ แแ #แ แแตแญแ แแ แ แแแญแต แจแฐแฃแ แแแ แขแแฉ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Efesoon 6:12
#qabsoon keenya
#dhiigaa fi foonii wajjin miti; kanaa mannaa
mootummoota, abbootii taayitaa, bulchitoota addunyaa isa dukkanaaaa kanaa fi #humnoota hafuurota #hamoo iddoo #samii keessa jiranii
wajjini dha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
1 ximotewos 1:20
#Hemenewoosii fi Iskindiris
jara kana keessa jiru; isaan #adaba irraa #baratanii #Waaqayyoon arrabsuu
irraa akka of qusataniif ani #Seexanatti dabarsee isaan kenneera
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Maatewoos 25:41
#mootichi warra karaa
bitaa isaa jiraniin akkana jedha: โIsin abaaramoo nana
gara ibidda bara
baraa isa Seexanaa (#Diyaabilosii) fi maleekota
isaatiif qophaaetti ana irraa deemaa.
โQol 2:14-15
Seericha isa harkaan barreeffame, isa ajajawwan qabatee fi nu, mormu sana nuu
haqe. Fanno irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa
irraa nuu kaase. Fanno
sanaanis #mootummootaa fi #abbootii taayitaa boojiee qullaa hambisee hiriira injifannootiin geggeessee
uummatatti isaan mulise
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โlink kan fayyadama๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====//======