π₯ kutaa -68-ffΒͺΒͺ. π₯
..................................
β gaaffii fi Deebi
β Muslimoota.
β Yohaannis 14:31
Ani Abbaa akkan jaalladhu addunyaan akka beekuuf, #akkuma_Abbaan Ana ajajetti nan #hojjedha. Ka'aa, asii haa deemnu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β© gaaffii isaanii
1=Kiristoos akkuma Abbaan ajajetti hojata malee ofii isaa hin hojjatu,kanafuu inni waaqa mitti jedhuu.β
========= ||
π³ Deebii keenya.
πKiristoos illee ni hojjataa, akkuma Abbaan hojjatuutti kani jedhuu ta'a.
πA)).β©Yohaannis 1:3
Wanti #hundinuus isumaan ta'e waan ta'e keessaas #isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru
β©akka dubbisa kanatti wanti hundi Kiristoosiin erga taβe ,Kiristoos wanta hundumaa akka godhuu ibsa.
πB)).Filiphisiiyus 3:20-21
Nuti garuu lammiilee samii ti;
#fayyisaa isa achii dhufu, jechuunis #Gooftaa Iyyaasus Kiristoosiin hawwii guddaadhaan eegganna innis
#humna isaa isa #guddaa #wantoonni_hundi akka isaaf bitaman godhuun,qaama keenya isa dadhabaa qaama
isaa isa ulfina qabeessa akka fakkaatuuf ni jijjiira.
β©humna guddaa akka qabuu ibsee jira ' kuni immoo ofuma isaa Kiristoos akka rawwatu ibsa.
πC)).1 ximotewos 1:12
Inni, ani amanamaa akkan
taetti na lakkaaee tajaajilaaf waan na muudeef, #Gooftaa keenya Kiristoos Iyyaasuus isa #humna naa kenne nan galateeffadha
β© kanafuu humna kani namaaf kennuu Kiristoos ,erga akkasii taβe ni galateeffamaa.
πD)). Qolosaayis 1:16_17
Wanti #sami keessa jiruu fi wanti #lafa irra jiru #hundinuu, wanti ijaan argamuu fi wanti ijaan hin argamne, warri teessota irra taa'anii fi warri mootummaa qaban, warri bantii samii keessaa gooftummaa fi aboo qabu jedhamanii sodaataman isaan #uumaman wanti hundinuu #karaa isaa uumame, isaafis uumame Inni wanta #hundumaa_dura ture karaa isaa wanti hundinuu iddoo godhatee in jiraata
π³ Kiristoosiin taβe jedha ammasi,yeroo Kiristoos humna dhabe gonkumaa hin jiru.
πE)).1 Qorontos 8:6
Nuuf garuu #Waaqayyo tokkichatu jira; innis abbaa, isa waan #hundumaa_uume, isa nuyi maqaa isaatiif #jiraannus. Akkasumas #gooftaa_tokkichatu jira; innis Iyyaasuus Kristos, isa wanti hundumtuu ittiin uumame, isa #nuyi ittiin jiraannus.
βAbbaa fi Kiristoos samii tokko qofa Uummamni malee samii gargaara uummamni hin jedhuu .Abbaan illee Kiristoos malee hooma gochuu hin danda'u. Kara Kiristoos addunyaan uumamee.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πKiristoos maalif akka Abbaan na,ajajeeti hojadha jeedhe ree, jennee yoo, ilaaluu ,
Tokkoffaa Fakkeenyaaf nuuf ta'uf ,abbaafi ajajame .
πF)). Ibroota 5:8-9
Inni #ilma_Waaqayyoo yoo tae iyyuu, rakkoowwan isa irra ga'an irraa #ajajamuu barate Guutummaatti gaumsa kan qabu erga taee boodas, warri isaaf ajajaman #hundi fayyina bara baraa akka argatan
itti gaafatamummaan ni kennameef.
πG)). 1Phexiroos 3:6
kunis akkuma Saaraan βgooftaa kooβ jettee isa waamuudhaan Abrahaamiif #ajajamtetti ture. Isinis wanta gaarii gochuu keessan yoo itti fuftanii fi
kan hin sodaanne yoo taatan ijoollee ishii taatu.
πH)). Filiphisiiyus 2:3-5
#Gadi ofii qabuudhaan warri kaan akka isin irra #caalan godhaa yaadaa malee, morkiidhaan yookiin of tuulummaadhaan kakaatanii waan tokko illee hin godhinaa faayidaa warra kaaniis yaadaa malee, faayidaa ofii keessanii qofa hin yaadinaa.
#Isinis ilaalcha #Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa.
π³ Kiristoos Abbaan akka isaa caaluu godhee ,kani mataa isaa hin barbannee. Kanafi Phawuloos yaada Kiristoos sana isin illee qabadhaa jedhe.
πΊ link waldaa kana kuno gara gadi xuqaa hordofaπππ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
β οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈβ οΈ