Gutema Gelana:
๐น#Waaqayyo garuu
Adduunya dura #mootidha,waliqixxee
lafa #jidduutti
#Qoricha hojjatee
=Far.Daawit 74:12
โแฅแแแ แฅแแญ แแ แจแแแ
แ แตแแตแ #แแแฅ แแ
#แ แแตแญแ แแซแจแ
#แแตแแแตแ แ แฐแจแ
=แแแแญ 74:12
โWaaqayyo addunyaa
Dura mooti akka
taโe ni hubanno=ok
=Waaqayyo samii fi lafti
Osoo hin jiratani Eenyu
irratti Mooti taโe =_____โ
โdeebiin isaa Waaqayyo
Amaluma isaan mooti
Waani Ta'eef.
๐ปWaaqayyo samii fi lafa
Uumamtooni biraa itti haa,fayyadamuu
Jedhe malee irratti
mooti ta'uf Mitti ta'uf mitti
=ammas yoo,taโe samii fi
Lafti ni badi inni akkuma jalqabaa mooti taโe inni
Ammas mootidha
๐ปWaaqayyo erga
Addunya dura mooti
Waaqayyo lafa yaa,
Uumuu yaa,dhisuu malee
Qoricha hojjachuu yaada
Waaqayyo turee
๐ปWaaqayyo maalif
Erga lafa fi samii
Uumee qoricha lafaa
Qofa irratti hojjatee=__โ
โnamni akka isaa yakkuu
Osoo lafa hin uummin dubbate
Kanaafu akka nama fayyisu
Dubbate jira
โ Waaqayyo qoricha
Raawachuu #waliqexxe lafaa
Maalif barbaachise โโ
โiddoo sana nama
waani Uumuuf
Akkas jedhee...
๐ป kanaa booda
Nama kan fayyisuu
Waaqayyo ta'u qaba
โ waa'ee fannoo
๐ผ #kutaa_1_ffaa
=Ser.Uumama 1:11-13๐
๐Amma immoo Waaqayyo
#Lafti_biqila haa baasu! Dhaabaan akka qomoo isaatti sanyii godhatu mukkeetiin ija kennanii iji isaanii immoo
sanyii of keessaa qaban adduma addaan akka
qomoo isaaniitti lafa
irratti haa argaman!
jedhe
#innis akkasuma in ta'e
Lafti biqila, dhaabaa sanyii godhatu akka qomoo qomoo isaatti, mukkeetii ija kennanii
iji isaanii immoo sanyii of keessaa qaban, adduma addaan akka qomoo qomoo isaaniitti in baase; kunis gaarii akka ta'e Waaqayyo in arge
#Galgallis ta'e, ganamnis ta'e kun #guyyaa_sadaffaa dha
โkan booda hiika
kan ilala
=mukti tokko
Yeroo #marguu yookiin
Mataa muka yoo,ilaaluu
Baala #lama fi kan #jidduu
Oli guddatu qaba
Fakkeenyaaf
Muka tana ilali
๐
A)๐๐ฟ๐ ๐
๐ B) ๐โ๐
C)๐๐๐
๐
D)๐๐ท๐
=kanafuu Haaluma
#Lafa keesa marguu
Biqlituu mataa Ishe
Fakkeenyaaf #fannoo
ibsaa
โbaali biqiltuu tanaa
Takka gara #mirgaa fi #bitaa
Jirachun Ishe fakkeenya
Yero Kiristoos fannifamuu
#Haatuu lammanii ibsaa
Mukti jidduu balaa gidduu
Olii guddatuu fakkeenya
#Kiristoos ibsa
=Luq 23:33
=Mat 27:38
โ dhuma irratti akkasii
Jedha #galgalis taโe
Ganamins taโe Kuni
Guyyaa #sadaffaa
โ kuni immoo fakkeenya guyyaa #sadii fi halkanii
Kiristoos boola keessa bule
Ka'u ibsa
=Mat 12:40
=Mat 17:9
=Yoh 2:19-22
=akkuma #bilqitoonni
Guyyaa sadatti lafa keessa
Oli marguu, Kiristoos immoo
Boola lafaa keessa oli bahee
โ gara #hiika bira guyyaa
#Sadi akkanatti illaala
โraaji Hose'e 6:1-2๐
โkoota gara Waaqayyoti deebian
Inni nuu,cabsee, inni nuu,fayyisee, inni nuu,rukkutee, inni nuu hidhee
Guyya #lama booda nuu,fayyisa
Guyyaa #sadaffati oli nuu kaasa
Isaa fuulduraatti ni jirana
โ แ, แแฐ แฅแแแ แฅแแญ แฅแแแแต แฅแญแฑ #แฐแฅแฎแแแ แฅแญแฑแ แญแแแฐแแ แฅแญแฑ แแตแถแแแฅ แฅแญแฑแ แญแ แแแแ
#แจแแแต แแ แ แแ แซแตแแแ #แ แฆแตแฐแแแ แแ แซแตแแฃแ
แ แแฑแ แ แแญแแต แฅแแแซแแ
=แแดแ 6:1-2
๐ป=guyyaa tokkoffaa
kan jedhame
๐bara seera #laphee
๐ป=guyyaa lamaaffaa
Kan jedhame
๐bara seera #oritti
๐ป=guyyaa sadaffaa
Kan jedhame
๐Bara #Wangela
==//===//===
Fayyida bilqiltoota kan
=1=nyaata bineensota
=2=bineenladoota
=3=allattiwani
=4=kanniisaa
=warra guutummaatti
isaan sooratan hundaaf
Jireenya keenu
=fannoo Kiristoos
#Nageenya jireenya
Biyya lafa Kanaaf
Keenne jira
โ Qol 2:14-15๐
โSeericha isa #harkaan barreeffame
isa #ajajawwan qabatee fi
nu #mormu sana nuu
#haqe..
#Fannoo irratti #mismaaraan rukutuudhaanis #karaa irraa nuu kaase
fannoo sanaanis #mootummootaa fi #abbootii #taayitaa boojiee #qullaa hambisee hiriira injifannootiin geggeessee
uummatatti isaan mulise
โ#แ แฅแ แแญ แจแแ แจแแ แจแแแแแแแ แ แตแฅแแแต แจแฐแปแแแ แจแแณ แฝแแแต #แฐแแฐแฐแ.
แฅแญแฑแแ #แ แแตแแ #แ แญแ_แจแแแแต แ แตแแแถแณแ
#แ แแ แแตแแ แฅแแฃแแตแ #แแ
#แตแ แ แแแฃแต แ แฅแญแฑ แฅแซแแซแธแ แ แแแฅ แ แณแซแธแ
=แแแตแญแต 2:14..
๐ปQol 1:20๐
โ akkasumas Waaqayyo
karaa #dhiiga ilmi
isaa #fannoo irratti dhangalaase sanaatiin
๐น#Waaqayyo garuu
Adduunya dura #mootidha,waliqixxee
lafa #jidduutti
#Qoricha hojjatee
=Far.Daawit 74:12
โแฅแแแ แฅแแญ แแ แจแแแ
แ แตแแตแ #แแแฅ แแ
#แ แแตแญแ แแซแจแ
#แแตแแแตแ แ แฐแจแ
=แแแแญ 74:12
โWaaqayyo addunyaa
Dura mooti akka
taโe ni hubanno=ok
=Waaqayyo samii fi lafti
Osoo hin jiratani Eenyu
irratti Mooti taโe =_____โ
โdeebiin isaa Waaqayyo
Amaluma isaan mooti
Waani Ta'eef.
๐ปWaaqayyo samii fi lafa
Uumamtooni biraa itti haa,fayyadamuu
Jedhe malee irratti
mooti ta'uf Mitti ta'uf mitti
=ammas yoo,taโe samii fi
Lafti ni badi inni akkuma jalqabaa mooti taโe inni
Ammas mootidha
๐ปWaaqayyo erga
Addunya dura mooti
Waaqayyo lafa yaa,
Uumuu yaa,dhisuu malee
Qoricha hojjachuu yaada
Waaqayyo turee
๐ปWaaqayyo maalif
Erga lafa fi samii
Uumee qoricha lafaa
Qofa irratti hojjatee=__โ
โnamni akka isaa yakkuu
Osoo lafa hin uummin dubbate
Kanaafu akka nama fayyisu
Dubbate jira
โ Waaqayyo qoricha
Raawachuu #waliqexxe lafaa
Maalif barbaachise โโ
โiddoo sana nama
waani Uumuuf
Akkas jedhee...
๐ป kanaa booda
Nama kan fayyisuu
Waaqayyo ta'u qaba
โ waa'ee fannoo
๐ผ #kutaa_1_ffaa
=Ser.Uumama 1:11-13๐
๐Amma immoo Waaqayyo
#Lafti_biqila haa baasu! Dhaabaan akka qomoo isaatti sanyii godhatu mukkeetiin ija kennanii iji isaanii immoo
sanyii of keessaa qaban adduma addaan akka
qomoo isaaniitti lafa
irratti haa argaman!
jedhe
#innis akkasuma in ta'e
Lafti biqila, dhaabaa sanyii godhatu akka qomoo qomoo isaatti, mukkeetii ija kennanii
iji isaanii immoo sanyii of keessaa qaban, adduma addaan akka qomoo qomoo isaaniitti in baase; kunis gaarii akka ta'e Waaqayyo in arge
#Galgallis ta'e, ganamnis ta'e kun #guyyaa_sadaffaa dha
โkan booda hiika
kan ilala
=mukti tokko
Yeroo #marguu yookiin
Mataa muka yoo,ilaaluu
Baala #lama fi kan #jidduu
Oli guddatu qaba
Fakkeenyaaf
Muka tana ilali
๐
A)๐๐ฟ๐ ๐
๐ B) ๐โ๐
C)๐๐๐
๐
D)๐๐ท๐
=kanafuu Haaluma
#Lafa keesa marguu
Biqlituu mataa Ishe
Fakkeenyaaf #fannoo
ibsaa
โbaali biqiltuu tanaa
Takka gara #mirgaa fi #bitaa
Jirachun Ishe fakkeenya
Yero Kiristoos fannifamuu
#Haatuu lammanii ibsaa
Mukti jidduu balaa gidduu
Olii guddatuu fakkeenya
#Kiristoos ibsa
=Luq 23:33
=Mat 27:38
โ dhuma irratti akkasii
Jedha #galgalis taโe
Ganamins taโe Kuni
Guyyaa #sadaffaa
โ kuni immoo fakkeenya guyyaa #sadii fi halkanii
Kiristoos boola keessa bule
Ka'u ibsa
=Mat 12:40
=Mat 17:9
=Yoh 2:19-22
=akkuma #bilqitoonni
Guyyaa sadatti lafa keessa
Oli marguu, Kiristoos immoo
Boola lafaa keessa oli bahee
โ gara #hiika bira guyyaa
#Sadi akkanatti illaala
โraaji Hose'e 6:1-2๐
โkoota gara Waaqayyoti deebian
Inni nuu,cabsee, inni nuu,fayyisee, inni nuu,rukkutee, inni nuu hidhee
Guyya #lama booda nuu,fayyisa
Guyyaa #sadaffati oli nuu kaasa
Isaa fuulduraatti ni jirana
โ แ, แแฐ แฅแแแ แฅแแญ แฅแแแแต แฅแญแฑ #แฐแฅแฎแแแ แฅแญแฑแ แญแแแฐแแ แฅแญแฑ แแตแถแแแฅ แฅแญแฑแ แญแ แแแแ
#แจแแแต แแ แ แแ แซแตแแแ #แ แฆแตแฐแแแ แแ แซแตแแฃแ
แ แแฑแ แ แแญแแต แฅแแแซแแ
=แแดแ 6:1-2
๐ป=guyyaa tokkoffaa
kan jedhame
๐bara seera #laphee
๐ป=guyyaa lamaaffaa
Kan jedhame
๐bara seera #oritti
๐ป=guyyaa sadaffaa
Kan jedhame
๐Bara #Wangela
==//===//===
Fayyida bilqiltoota kan
=1=nyaata bineensota
=2=bineenladoota
=3=allattiwani
=4=kanniisaa
=warra guutummaatti
isaan sooratan hundaaf
Jireenya keenu
=fannoo Kiristoos
#Nageenya jireenya
Biyya lafa Kanaaf
Keenne jira
โ Qol 2:14-15๐
โSeericha isa #harkaan barreeffame
isa #ajajawwan qabatee fi
nu #mormu sana nuu
#haqe..
#Fannoo irratti #mismaaraan rukutuudhaanis #karaa irraa nuu kaase
fannoo sanaanis #mootummootaa fi #abbootii #taayitaa boojiee #qullaa hambisee hiriira injifannootiin geggeessee
uummatatti isaan mulise
โ#แ แฅแ แแญ แจแแ แจแแ แจแแแแแแแ แ แตแฅแแแต แจแฐแปแแแ แจแแณ แฝแแแต #แฐแแฐแฐแ.
แฅแญแฑแแ #แ แแตแแ #แ แญแ_แจแแแแต แ แตแแแถแณแ
#แ แแ แแตแแ แฅแแฃแแตแ #แแ
#แตแ แ แแแฃแต แ แฅแญแฑ แฅแซแแซแธแ แ แแแฅ แ แณแซแธแ
=แแแตแญแต 2:14..
๐ปQol 1:20๐
โ akkasumas Waaqayyo
karaa #dhiiga ilmi
isaa #fannoo irratti dhangalaase sanaatiin