πΉπππ€π€π‘π‘ππ π
#Namni akkamitti ijoollee Waaqayyo ta'u danda'a.β
β΅β» #πππππ ππππππ π’ππ πππππ
βΆβ» π ππππ π’ππ #ππππππ ππ πππππ ππππ π’ππ ππππ
β·β» #π πππππ’π π πππ πππ πππππππππ
βΈβ» #πππππππ π πππππ’π π’ππ ππππππ
βΉβ»ππππ πππ #πππππ π’ππ ππππ
βΊβ» π πππππ’π #π ππππππ π’ππ πππ ππππ.
β»β» #πππππππππ π’ππ ππππππ.
πΉπechi #ijoollee jedhuu afaanii Giriikiitiin #ΟΞΞΊΞ½Ξ± (Tekna) jedhama.
βΆβ»Yohaannis 1:12
Warra isa simatan hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, #ijoollee_Waaqayyoo akka taΚΌaniif aangoo isaaniif kenne.
β·β»Raajii-Isayaas 63:8
#innis, βIsaan dhugumaan saba koo ti #ijoollee hin sobnee dhaβ jedhe; kanaafuu inni Fayyisaa isaanii taΚΌe.
βΈβ»Yohaannis 11:52
kan #duus_ijoollee Waaqayyoo warra bittinnaaΚΌanii jiran walitti qabee #tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.
βΉβ» Luqaas 13:34
Yaa Iyerusaalem, yaa Iyerusaalem, raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti walitti qabdu #ijoollee kee siΚΌa meeqan walitti qabuu barbaade! Isin garuu hin barbaanne.
βΊβ»Roome 8:16.
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo taΚΌuu keenya #hafuurichi hafuura keenyaa wajjin taΚΌee dhugaa baΚΌa.
β»β»Raaji Isaayaas 44:3
Ani lafa dheebote irratti bishaan,lafa gogaa irratti burqaa nan dhangalaasaatii;
ani #ijoollee kee irratti #Hafuura koo,sanyii kee irratti immoo eebba koo nan dhangalaasa.
βΌβ»Roome 8:21
kunis, uumamni mataan isaas garbummaa tortoruu jalaa bilisa baΚΌee, #bilisummaa_ijoollee Waaqayyoo isa ulfina qabeessa akka argatuufi.
β½β»Roome 9:8
Kanaafuu, warri akka fooniitti ijoollee taΚΌan dhuguma ijoollee Waaqayyoo miti; kanaa mannaa, akka sanyii isaatti kan lakkaaΚΌaman warra akka #waadaa sanaatti #ijoollee isaa taΚΌani dha.
βΎβ»1Yohaannis 3:1
#Nuti_ijoollee Waaqayyoo jedhamnee akka waamamnuuf #Abbaan_jaalala guddaa akkamii akka nutti argisiise ilaalaa! Dhuguma iyyuu nuti ijoollee isaa ti. Addunyaan Waaqayyoon hin beeku; nuunis kan hin beekne kanaafi.
βΏβ»1Yohaannis 5:2
Waaqayyoon yommuu #jaallannuu fi #ajajawwan isaa yommuu raawwannu #ijoollee_Waaqayyoo akka jaallannu kanaan ni beekna.
πππππ Tπππππππππ πππ‘π’π
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)