๐น๐kutaa_34ffยชยช.๐บ๐น
โ=Gaafi fi Deebi
โ Muslimootaโ
โโโโโโโ
1=โYohaannis 10:14
Ani tiksee gaarii
dha. Ani #hoolota_koo beeka, hoolonni koos ana beeku.
2=โ Guyyaa itti aanutti Yohaannis utuu Iyyaasuus(kiristoos) gara isaa dhufuu argee akkana jedhe: โilaa, #Hoolicha Waaqayyoo isa cubbuu addunyaa kanaa balleessu(haquu)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โGaaffii isaanii
#Kiristoos_hoolaa jedhamee jira.โ
โ#isiinis hoolotaa jedhee jira .โ
โต๐=kanafuu #hoolaan hoolota akkamitti eeguu danda'a jedhuu....โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Deebii keenya๐
โlakki kuni #dogoggora keessan, #jechi hoolaa fi hoolota jechuu #fakkeenya
malee, "wanta biraa
mitii โยป
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
Ragaa kitaaba
1โฃ=Yohaannis 10:6
Iyyaasus(Kiristoos)
โ#fakkeenya โ kana isaanitti dubbatus, isaan garuu wanta inni isaanitti dubbachaa ture hin hubanne.
๐ gara olitti wa'ee hoolota fakkeenyani itti dubbate ofuma isan jechuudha
(Yoh 10:1-5) dubbisaa.
*โฃ walii_galatti waee hoola fi hoolota yoo,jedhamuu fakkeenya.dha.
*
โนakkuma #Waaqayyo ofii isa hoola ofi fakkeessee #namoota immoo hoolota fakkeessu, โakkuma ani #Qulqulluu taโe isin immoo Qulqulloota ta'a jedhaยป
2โฃ = 1.Pheexiroos 1:16
#Ani_qulqulluu
waanan taeef, isinis #qulqulloota tauu qabduโ jedhamee barreeffameera
(Seera.lewwota 19:2) dubbisi.
๐yaada biraa Akkuma Ani
garaa lafeessa taโe isin immoo gara lafeeyyi ta'a jedha.
3โฃ=Luqaas 6:36
Akkuma #Abbaan keessan gara #laafessa tae, isinis gara #laafeyyii taaa.
4โฃ=matewoos 5:48
#akkuma Abbaa keessan
isa samii #mudaa hin qabne sanaa, isinis mudaa kan #hin qabne taaa.
โงWaaqayyo namaa bifaa isaan wani uummeef Amaloota kani nammi ni wamama (ser.Um 1:16-28)
๐ป Haaluma kana. inni foonii keenya wani uffateefi โ Waaqayyo ergaa foonii keenya uffatee nuu yookiin ,(nama fakkatee) dhufee sababa kanafi Yohaannis cuphaan hoola jedhe wamame (Yoh 1:29).
๐๐๐๐๐๐
๐*Seera Durii keessatti Waaqayyo #hoolotaa jedhee #nama wamame jira "hoolotaa koo jedhee kuni immoo kani ibsu, ๐ฏKiristoos hoolota koo, jechuun isaa Waaqayyo ta'u isaa ibsufi.
6โฃ=Raajii_Hisqi'el 34:11
#Waaqayyo Gooftaa hunda oli akkana jedha: โKunoo, ani jira anumti #hoolota koo nan barbaada, nan kunuunsas.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ jechi hoolota koo
jedhu #Uumu ibsaa.(Sababiin isaa akkuma hoolota koo, jedhuu "namoota koo, jedhuu ta'a)
โง yero kami iyyuu yoo, taโe Waaqayyo malee #hoomtuu hoolota jedhee kana nama โโ wamamu gonkumaa hin jiruu ยป Haaluma kana Kiristoos hoolota koo.jedhe jira Waaqummaa isaa ibsee jira.
โต= Yohaannis 10:16
#Ani_hoolota kan biraa golakana keessaa hin taane qaba; isaaniinis fiduun qaba, isaan sagalee
koo ni dhagau, tuuta #tokkos ni tau;tikseen isaaniis #tokko taa.
(แจแแ แ แ แจแต แซแแแ แแแฝ แ แแฝ แ แแแค แฅแแญแฑแ แฐแแ แแแฃ แญแแฃแแ แตแแแแ แญแฐแแแฅ แ แแตแ แแแ แญแแแ แฅแจแแแ แ แแต (แฎแแแต 10:16)
๐ link kan xuqaa hordofuu dandeessu ๐๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
~โโโ~~~~โ

~โโโ
๐ฅฅ๐
ฑ kutaa=40 ffยชยช โฌ๏ธ
โจ๏ธGaafii fi Deebiโจ๏ธ
๐ พ * Musiliimota*๐ พ
โ=Yohaannis 10:39
kanaaf isaan ammas isa #qabuuf yaalan; inni garuu isaan
jalaa #miliqe , (แฅแแแฒแ แฐแแแ แแญแแต แแแ แจแฅแแธแแ #แแฃ//แฎแแแต 10:39)
โชโชโชโชโชโชโช
๐Gaaffii isaanii.
1=Kiristoos hin fannifame harka bahee jira.// immoo hin dunne jedhu...โโ
๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ๐ฅ
Deebi keenya
๐ jalaa miliqee jechuun hin fannifamee jechuudha....โ๐
โ๏ธ jalaa miliqee jechuun hin dunne jechudha...moo..โ๐๐
โฆ kanafuu warri Musiliimaa sobaa dubbatu jechuudha.
๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ
Raga keenya jalaa miliqee jechuun hanga sa'aatiin isaa gahutti hoomtuu isaa hin qabnee jechuudha
โต=Yohaannis 8:20.
Iyyaasus(kiristoos) kana kan dubbate, mana
qulqullummaa keessa naannoo qodaan buusii taautti utuu barsiisaa
jiruu ture. Haatau malee #saaatiin isaa amma iyyuu waan hin geenyeef
eenyu illee isa #hin_qabne.
#แขแจแฑแต แ แแ แฐแต แฒแซแตแฐแแญ แ แแแ แคแต แ แ แแฅ แญแ แ แแแญ แฐแแแจแค #แแแ แแ แ แแฐแจแฐแแ แแแ #แ แแซแแแ//แฎแแแต 8:20
๐๐๐๐๐๐๐
โด๏ธ yeroo sa'aatiin isaa gahuu. ni faanifamee
โถ=Luqaas 22:14-15
Iyyaasuus(kiristoos) yeroo #saaatiin isaa #gau ergamootaa(12) wajjin maaddiitti dhihaate. Yeroo kanatti akkana isaaniin jedhe: โ #Dhiphinni ana irra gauu isaa dura, Faasikaa kana isinii wajjin nyaachuuf baayee hawwaan ture #แฐแแฑแ_แ แฐแจแฐ แแ แจแ แฅแซ แแแฑ แแแญแซแต แแญ แ แแแต แฐแแแ แฅแญแฑแ #แจแแจแซแฌ แ แแต แจแฅแแแฐ แแญ แญแ แ #แแฒแซ แแ แ แฅแ แ แฅแแ แแ แญ.//แแแต.22:14-15
โจ๏ธkanafuu fanifamuf sa'aatiin isaa yoo, gahu dubbate jira #Kiristoos
๐ฑ #kutaa_23 ffaa Dubbisaa๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/329 ๐
โท=Yohaannis 19:14
Guyyaan isaa #yeroo
Qophii #Faasikaa ture; yeroon isaas gara #saaatii ja'aa(6) ture. Innis Yihudootaan, โilaa, mootii keessan!โ jedhe.
#แแแฒแซแ แจแแแแแต #แแ แแ แจแค #แตแตแตแต แฐแแตแ แจแแซแ แ แแ แจแค แ แญแแตแแ แฅแแ แแแฃแฝแแก แ แแธแ//แฎแแแต 19:14)
๐ผ kanafuu Kiristoos fanifame jira jechuudhaa
โธ=Yohaannis 19:30
Kiristoos #wayinii dhangaggaaaa sana erga dhamdhamee booda, โNi #xumuramee jedhe; achiis #mataa isaa gadi qabee #lubbuu isaa kenne.
#แขแจแฑแตแ แแแฃแคแแ แจแฐแแ แ แ แแ #แฐแแธแแก แ แ แซแฑแแ แ แแแฅแ #แแแฑแ แ แณแแ แฐแ //แฎแแแต 19:30
โน=Mulโata.Yoh 1:18
isa jiraatu dhas, #Ani_dueen ture; garuu kunoo, baraa hamma bara baraatti nan #jiraadha,
ani #furtuuwwan duaa fi Awwaalaa qaba.
#แแผแ แแ แญแ แฅแแแแฅ แจแแแแ แฅแตแจ แแแแ แตแจแต แแซแ แแแฅ แจแแตแ แจแฒแฆแแ #แแญแแป แ แแ//แซแฅแญ 1:18)
๐๐๐๐๐๐๐๐

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
๐น๐kutaa-23ffยชยช๐๐
๐ Gaafi fi Deebi๐
โMusiliimotaโ
โYohaannis 8:20
#Iyyaasuus(Kiristoos)
kana kan dubbate,
mana qulqullummaa keessa naannoo qodaan buusii ta'autti utuu barsiisaa,jiruu ture.
Haatau malee #sa'aatiin
isaa amma iyyuu
waan hin geenyeef
eenyuโฆ