πΉπ kuta-29ffΒͺΒͺππΉ
β§Gaafi fi Deebi
πMuslimoota π
------------------------------
βYohaannis 8:48
Yihudoonnis deebisanii, ββAti #nama_Samaariyaa ti, jinniin si keessa jiraβ jechuun keenya sirrii
mitiiββ jedhaniin.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
1=gaaffii isaanii
Kiristoos nama
jedhuu.β
-------------------
β§Deebii keenya
Kiristoos foonii nama
wanii uffatee gara namoota dhufee jira
πKiristoos foonii uffachuun isaa nama fakkatee mulachufi.
kayyoo foonii nama uffatee inni guddaan hojii Seexanaa balleessuufi
RAGAA KITAABAπ
1=βIbroota 2:14-16
#ijoolleenβ sun foonii
fi dhiiga waan taaniif, innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, #dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka #balleessuufi
Akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu #garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi
Sababiin isaas inni #sanyii
#Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota(Ergamoota)
gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.
2=β1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee #cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi.
#Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos #diiguudhaaf
dhufee.
3=βFiliphisiiyus 2:6-8
inni bifa Waaqayyootiin kan ture taus, #Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin
yaadne Kanaa mannaa #duwwaa ofii godhe; #bifa_garbummaa fudhatees #nama tae
kana malees yeroo
#nama taee dhufe, #gadi of qabuudhaan hamma #duaatti, jechuunis hamma
fannoo irratti #fannifamee #du'uutti ajajamaa tae.
===================
βKiristoos foonii nama
uffatee jechuun Waaqummaa isaa irraa hoomtuu hin hirattu.
πΉFakkeenyaaf #Ergamoonni yeroo
β§looxii.
β§Danel,
mulataan sana namaa
fakkaatan itti mulatani
garuu ergamoonni ijaan
hin mul'ataani turanii
β§kanafuu sababa ergamoonni nama fakkatanii looxii mulatanif
wanti isaan irraa hiratu
gonkumaa hin jiruu.
β§(ser.Uum 19:1-2)π
#Ergamoonni Waaqayyoo lamaan galgala gara Sodoomi ni dhufan; #Looxis karra Sodoomi dura in taa'a ture; Loox yeroo isaan arge, simachuudhaaf ka'ee itti adeemee, hamma mataan isaa lafa ga'utti sagadeeffi
==========
πΉakkuma ergamoonni ija namatti mulachu hin dandeenye, nama fakkatani mulatani,akkasumas osoo Aangoo isaani hin hirisne
mulatani
βhaaluma wali fakkatu kiristoos ijan hin mulane garuu fooni nama uffate wani dhufe, nama taβe,nama yaa, ta'u malee
garuu Aangoo isaa irraa
gonkumaa hirachu hin danda'u
4=β1ximotewos 6:14-16
hanga #Gooftaan keenya
Iyyaasus Kiristoos mulatutti, mudaa fi
himata tokko malee ajaja sana eegi;
inni gammadaanii fi #kophaa isaa
Bulchaa tae sun yeroo isaaf murteeffametti of mulisa. Inni #Mootii
moototaa fi Gooftaa gooftotaa ti;
kan #hin_duune isa qofa dha; #ifa itti dhihaatamuu hin dandaamne keessa jiraata; #namni_tokko illee
isa argee #hin_beeku, isa arguus hin dandau. Isaaf ulfinnii fi jabinni bara
baraa haa tau. Ameen.
πΉπHaataβu malee #yihudoonni iddoo kana
irratti dogoggora dubbatanii Kiristoos
namaa #samariyaa mitii
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉlink kan xuqaaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
**///**

πΉπkutaaπΉ_Β³Β²ffΒͺΒͺπΌπ·
β§Gaafi fi Deebi
π€Musiliimotaπ¦
β§βYohaannis 9:17
isaan ammas namicha #Qaro_dhabeessa ture sanaan, βija kee kan
siif bane isa waan taeef, ati waaee isaa maali jettaββ jedhaniin. Namichis, βinni #raajii dhaβ jedhe.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πβGaaffii isaanii
1=Kiristoos #Raajidha
jedhuβ
--------------------
πβ§Deebii keenya.
βAkka jecha namicha #Qaro_dhabeessa kanatti
ija isaa fayyuun isa kuni #dinqi wanii taβef, yookiin erge dhalate namni iji haaraa Uumee hin jiruu wanii taβef gochaa kana arge #Raajidha/Dinqidha jedhee malee.*Namichi kunis Kiristoos eessa inni dhufee gonkumaa hin beekuu, garuu sababa gochaa dinqisiisaa kana argeefi raajicha jedhe kana dura taβe hin beekuu wani taβef
πΈRAGAA KITAABA π
β΅=βYohaannis 9:25
Namichis akkasi jedhe β inni cubbamaa tauu fi dhiisuu isaa ani #hin_beeku. Wanti ani beeku tokko, ani #Qaro_dhabeessa akkan turee fi amma garuu arguu akkan dandae qofa dhaβ jedhee deebiseef.
βΆ=βYohaannis 9:32
#Dur_durii jalqabee namni ija nama #qaro-dhabeessa ta'ee #dhalate akka bane matumaa dhagaamee
hin beeku
β·=βfar_Daawit 40:5
Yaa Waaqa koo Ati wantoota #dinqisiisoo
#hedduu nuuf gooteetta,
Yaadawwan nuuf qabdus
hedduu dha. Kan #siin_gitu tokko illee hin jiru Ani waa'ee wantoota kanaa #himuu fi dubbachuuf
utuun yaalee, #Lakkoofsi isaanii gita hin qabu.
πα α€α± α ααα¬ #α«α°α¨ααΈα α°α αα«α΅ α₯α αα α α³α₯α αα ααα α¨ααα΅αα α¨αα #α£αα«α α₯αααα #α¨αα₯α
αα α α =(αααα 40 :5)
βΈ=Yohaannis 6:14
Namoonni sun #dinqii Iyyaasuus(Kiristoos)
hojjete yommuu argan, βKun dhuguma iyyuu #Raajicha isa gara addunyaa akka dhufu dubbatame sana dhaβ jedhan.
βΉ=β Yohaannis 11:47
#Dura_buutonni
lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaii wali_gala walitti qabanii akkana jedhan: βNamichi kun #dinqii_hedduu_hojjechaa waan jiruuf maali goonuβ
βΊ=Yohaannis 12:18
#Namoonni hedduun sunis isa simachuu kan dhaqan, inni dinqii kana hojjechuu isaa waan dhagaaniif ture
*****
β§Walumaa galatti wanti
Samuu nama olii yoo,hojjatamee #Israa'el keessaatti dinqii yookiin Raajii jedhama.sababa kanafis namichi Kiristoosiin raaji dha jedhee
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
Lakki dirqama Kiristoos Raajii dha, yoo, jedhanii immoo, akkuma Abbaan hojjatu Anis nan Hojadha jedha. Kanafuu Abbaan illee Raajii dha jedhu ta'a.
1β£=Yohaannis 5:17π
inni(Kiristoos) garuu, #Abbaan koo hanga ammaatti #hojjechaa jira;
#Anis nan hojjedhaβ jedhee isaaniif deebise
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΉlink kan xuqaa
hordofuu dandessuπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
β β β β β ⨳⨳⨳β β β β β

πΊπyeroo tokko qofa
Duubisi ammasπΊππ
β©kanaa jechuu addunyaa kan Uumme Kiristoos jechuu isaatti.
Addunyaa karaa isaa argee jechuun qaamni bira akka hin jire ifa godhe.
β©addunyaan isaa hin beekne jechuun isaa immoo akkuma rajichi isaayaas jedhee turee.
βΌπRaajii isaayaas 1:2_3
Yaa samiiwwan, dhagaa
yaa lafaa, xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhu, Sababiin isaas
Waaqayyo akkana jedhee dubbateera Ani ijoollee nan kunuunse, nan guddises,
Isaan garuu na irratti kaasan.
#Qotiyyoon abbaa isaa,
#Harreenis gooftaa isaa akka gaariitti beeka #Israael garuu na #hin_beeku Sabni koo hubannaa hin qabu.β
β½π1Qorontos 8:6
nuuf garuu isa #wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis
kan isaa taane Waaqa tokkicha #Abbaa qofatu jira; akkasumas, #Gooftaa_tokkichaa isa #wantoonni_hundi karaa
isaa #argamanii fi nutis karaa isaa argamne Iyyaasuus Kiristoos #qofatu jira
βΎπQolosaayis 1:16-18
#wantoonni_samii keessa jiranii fi lafa irra jiran kaan hundi, wantoonni ijaan argamanii fi ijaan hin argamne, teessonis
tae gooftummaan, mootummaanis tae #Aangoon hundi karaa isaa #uumaman. Wantoonni kaan hundi karaa isaa fi isaaf uumaman. Akkasumas #inni wantoota hundumaa dura dha; #wantoonni kaan #hundi karaa isaa #uumaman
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΊπlinka waldaa keenya
kana Xuqaa hordofaa π
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬