πΉPheexiroos isaa duuka bu'aa Waaqayyo taβe irraa β¨οΈ
Erga ___2 ffaa
β³....................β³
2 phex 3:1-14
_______________
β Obboloota jaallatamo, xalayaan kun isa ani yeroo lammataatiif isiniif barreessu dha; akkuman xalayaa isa jalqabaa irratti godhe isa
kana irrattis isin yaadachiisuudhaan
sirriitti akka yaaddan isin nan kakaasa;
β kunis wantoota #raajonni
qulqulluun dursanii dubbatan, akkasumas ajaja #Gooftaa fi Fayyisaan keenya karaa ergamoota keessanii
dubbate akka yaadattaniifi
β Duraan dursaatii, #guyyoota_dhumaatti qoostonni fedhii ofii isaanii
hordofuudhaan wantoota gaarii taanitti qoosan akka dhufan beekaa;
β isaanis, βNan argama jedhee kan inni abdii kenne eessa jira? Guyyaa abbootiin keenya duanii jalqabee wanti hundi jalqaba uumamaatii kaasee akkuma jirutti itti fufeera.
β Namoonni kun bara duriitti #samiiwwan akka turan, akkasumas dubbii Waaqayyootiin lafti bishaan keessaa ol baatee jabaattee akka dhaabattee fi bishaan
gidduu akka turte, tae jedhanii
dhugaa kana fudhachuu hin barbaadan
β kanaanis addunyaan yeroo sana ture bishaaniin liqimfamee bade
β Dubbiidhuma kanaan
samiiwwanii fi lafti yeroo ammaa jiranis #ibiddaaf kaaamanii, hanga
guyyaa murtii yeroo namoonni Waaqayyoon hin sodaanne itti balleeffamanitti eegamaa jiru.
Yaa obboloota jaallatamo, isin
garuu Waaqayyo biratti #guyyaan tokko akka waggaa kuma tokkoo akka
tae, waggaan #kumni tokko immoo akka guyyaa tokkoo akka tae hin
dagatinaa
β Namoonni tokko tokko Waaqayyo akka turu godhanii
akka yaadan, inni abdiiwwan kenne raawwachuuf hin turu; kanaa mannaa hundumtuu yaada akka #geddaratan malee, namni tokko illee akka
badu waan hin barbaadneef isiniif jedhee ni obsa
β Haatau malee, guyyaan waaq Waaqayyo akka #hattuutti dhufa, yeroo sanattis samiiwwan sagalee guddisee huursuun ni darbu, wantoonni samii fi lafti ittiin hojjetamanis hoa cimaadhaan ni baqu,
laftii fi hojiiwwan ishii irratti hojjetamanis ni saaxilamu.
β Wantoonni kun hundi haala kanaan kan baqan erga taee,
amala qulqulluu qabaachuu fi hojii Waaqayyoof kan bulle tauu keenya argisiisan hojjechuudhaan namoota akkamii tauu akka qabdan itti
yaadaa;
β dhufa guyyaa waqayyo
isa samiiwwan ibiddaan itti balleeffaman, akkasumas wantoonni samii
fi lafti ittiin hojjetaman hoa cimaadhaan itti baqan eeggadhaa; akkasumas sammuu keessanitti dhiheessaa yaadaa!
β Haatau malee
akkuma inni abdii kennetti, samiiwwan haaraa fi lafa #haaraa warra qajeelummaan keessa jiraatu ni eegganna.
β Kanaaf yaa obboloota jaallatamo, wantoota kana eeggachaa waan
jirtaniif, dhuma irratti isa duratti #xurii fi mudaa kan hin qabne taatanii nagaadhaan argamuuf wanta isiniif dandaame hunda godhaa.
β³β³β³β³β³β³β³β³β³β³β³β³
Galani Waaqayyof
Dubaro Maariyaamiifi
Haataβu Ameen.
β³β³β³β³β³β³β³β³β³β³β³β³β³