π³ β€΄οΈ kutaa -64- ffΒͺΒͺ β€΅οΈ π³
πΊ gaafi fi Deebi
πΊMuslimoota
βYohaannis 14:13
Abbaan karaa #Ilmaa ulfina akka argatuuf, wanta isin maqaa kootiin kadhattan hunda
ani isiniif nan raawwadha
======"||
πgaaffii isaanii
1=Kiristoos ilma kani jedhamuu akkamu namoota kani ilma jedhanii amanu dha jedhuββ
========||Γ
πΊ Deebi keenya.πΊπ
Kiristoos ilma kani jedhamuu kani isa kuni gonkuma addaβΌοΈ
β΅.)) Kiristoos qofaatu addunyaa Uumamuu ishee duraa jira
πYohaannis 17:5
Yaa Abbaa ulfina #Ani addunyaan #uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni.
βΆ.)) ilma Kiristoos qofatu Waaqayyo biraa turee
πYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu #namni Waaqayyoon arge hin
jiru #ilma_tokkicha isa taee fi
Abbaa bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
β·.)) Seexanni Kiristoos qofaan ilma Waaqayyo jedhee malee
πMaarqoos 3:11
#Hafuuronni xuraaoon illee, yommuu isa argan hundatti isa duratti kufanii βAti #Ilma_Waaqayyoo tiβ jedhanii iyyu turan.
βΈ.)) Kiristoos ilma Waaqayyo qofa malee eenyu ergamoota erge .namoota walitti qaba
πMaarqoos 13:27
Innis yeroo sanatti Ergamoota(maleekota) ergee, warra isaaf #filataman_andaara lafaatii hanga andaara samiitti kallattii arfanii #walitti ni qaba.((Mat 25:31)* luq 21:36
βΉ.)) ilma Kiristoos isaa qofaatu samii irraa dhufee malee.
πYohaannis 6:62
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu oli bauu yoo argitan maal jettu ree?
βΊ.)) ilma Kiristoos qofan jireenyi argama.
πYohaannis 20:31
Wantoonni kun garuu kan barreeffaman Iyyaasus(kiristoos) dhuguma inni Kiristoosii fi #Ilma_Waaqayyoo tauu
isaa akka amantaniif, amantaniis karaa #maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.
β».)) ilmi Kiristoos illee ergamoota irraa adda akka taβe
πIbroota 1:5
Fakkeenyaaf Waaqayyo maleekota keessaa isa kamiin, βAti #ilma_koo ti; ani hara #si #dhalfadheera,β akkasumas βAni #abbaa isaa nan taa, innis ilma koo ni taaβ jedhee beeka?
βΌ.)) Kiristoos #ilma waqayyo jechuu qabu namni hundinuu
π1Yohaannis 5:5
#Addunyaa mouu kan dandau
eenyu? Isa Iyyasus(Kiristoos) #Ilma_Waaqayyoo tauu isaa amanu sana mitii?
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πKiristoos karaa #foonii ilma #Abrahaam ,ilma #Daawit,ilma Maariyaami jedhama( Mat 1:1)* (Rome 1:3)* (Ibrotaa 2:15).
π²kanafuu iddoo kanatti gara foonii ilma isaanii jedhama malee gara Gooftummaa isaa fi Waaqayyummaa isaani ilma isaani miti.
πMaatewos 22:41_46
#Fariisonni walitti qabamanii
utuu jiranii Iyyasus(Kiristoos)akkana jedhee isaan #gaafate Waaee #Kiristoos maali yaaddu? Inni #ilma eenyuuti? jedhe Isaanis, #Ilma_Daawitiβ jedhaniin Innis akkana jedhee isaan gaafate: Maarree, Daawit akkamitti #hafuuraan geggeeffamee #Gooftaaβ jedhee isa waama? Daawit #Waaqayyo_Gooftaa kootiin, βAni diinota kee miilla kee jala hamman siif godhutti ati #mirga koo taaiβ jedheeraβ jedhee dubbateera Maarree #Daawit Gooftaa jedhee
erga isa waamee, akkamitti ilma isaa taa? Sana booda namni tokko illee deebii isaaf kennuu hin dandeenye guyyaa sanaa jalqabees namni gaaffii kan biraa isa gaafachuuf ija
jabaate hin turre
π ° akkuma Daawitif gara #foonii qofaan ilma taβe ,gara foonii ilma Abrahaami, ilma Maariyaami, ilma Nohii ni jedhama,β garuu gara gooftummaa immoo ilma Daawit miti ,akkasumas ilma Maariyaami miti β inni Waaqa fi Gooftaa Maariyaamitti ,Daawitii, Abrahaami malee.
===============
link waldaa keenya xuqaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========//==========