πΉkutaa-102-ffaa.π
β»Gaaffii fi Deebii Muslimoota.
βYohaannis 1:25
isaan βAti #Kiristoos yookiin #Eeliyaas yookiin #Raajicha miti taanaan, maaliif #cuuphxa ree?β jedhanii isa gaafatan.
1=β» #Gaafi isaanii #Raajicha kani jedhamee kuni #Muhammadi jedhuuπβ
β§sababa isaa immoo waee #Namoota_sadanii kuni kaaku #Moofaa keessatti gara fuulduraatti ni dhufu jedhamee wani bareffamefi. Isaanii keessa π
ββ§ #Kiristoos dhufee jiraπ―
ββ§ #Eeliyaas dhufee jira yookiin bakka Eeliyaas #Yohaannis #Cuuphan dhufe jira jedhuπ―
Maatewoos 17:12-13
Ani isinitti nan hima, #Eeliyaas #dhufeera; isaan garuu wanta barbaadan isa irratti raawwatan malee isa hin beekne. Ilmi namaa-sa'aa akkasumaan harka isaaniitti dhiphachuuf jedha.β Yeroo kanatti #barattoonni isaa kan inni dubbachaa ture #waaeeguu_Yohaannis_Cuuphaa taΚΌuu isaa hubatan
β§kanafuu Eeliyaas ni dhufa kani jedhee Yohaannis cuuphaadhaa.
πββ kanafu Eeliyaas dhufee jechuun Yohaannis cuphaan dhufe jechudha (Mat 11:14) dubbisi π
ββ» #Raajicha kani jedhamee immoo #muhammadi jedhuuβ
β¬β¬β¬β¬
π·Deebii keenyaπ
ββ»Eeyyee dhuguma #Kiristoosiin dhufee jiraβ£οΈ
ββ»Eeyyee #Eeliyaas ni dhufa jedhame bakka isa #Yohaannis Cuuphaan dhufee jiraβ£οΈ
ββ»Eeyyee #Raajichi ni dhufa jedhame dhufee jira inni suni #muhammadi osoo hin tanne #Kiristoos β£οΈ
π· #Mataa_Duree falmii keenya #Raajicha kani jedhama #Kiristoos Mooβ Muhammadi kani jedhuu irrattiβ
β #Qabxiwwan_Tokkoffaan
β» #Namoonni kuni sadanuu iyyuu #sirna_cuuphaa raawachuu qabani Β« Fariisonni Yohaannis cuphaani akkasii jedhanii Ati erga Kiristoos yookaan Eeliyaas yookiin Raajicha hin tanne #maalif #cuuphada ree jedhanii (Yoh 1:25),dubbisi π
πΉKanaafuu Namoonni sadan kuni #diraama cuuphaa cuphuu qabuu. warri dhufu kuni
ββ»Kiristoos cuuphaa cuuphee jira
A)π#Maatewos 3:11
Ani yaada waan geddarattaniif bishaaniin isin nan cuupha; inni ana booda dhufu garuu ana caalaa jabaa dha; ani kophee isaa illee isa irraa baasuuf gaΚΌumsa hin qabu. Inni #hafuura qulqulluu fi #ibiddaan isin #cuupha
β»inni hafuura fi ibiddaan cuuphu immoo Kiristoos Kanaaf Kiristoos cuuphee jira
ββ» bakka Eeliyaas bue kani dhufee immoo Yohaannis Cuuphaan cuuphee jira.
B)π#Luqaas 3:7
#Yohaannis namoota hedduu harka isaatiin cuuphamuuf gara isaa dhufaniin akkana jedhe: βIsin ijoollee buutii nana, dheekkamsa isa dhufaa jiru jalaa akka baqattan eenyutu isin akeekkachiise?
ββ»Raaji #Muhammadi yoomi cuuphee β yookaan matan isaa iyyuu hin cuuphamne β
π³ kanaafu dubbii suni isaaf hin dubbatamnee =okπ
β¬β¬β¬
β#Qabxiiwwan_lammaffaan
β£οΈKanaafu " Raajicha " kani jedhame Kiristoos.
β»Fakkeenyaaf #Kiristoos ni dhufa jedhamee kaaku #Moofaa keessatti iddoo itti dubbatamee (Raaji Daani'el 9:25)
ββ» Eeliyaas yookiin Yohaannis Cuuphaan ni dhufa jedhamee kaakuu Moofaa keessatti iddoo itti dubbatame
(Raajii Isayaas 40:3 fi Raaji milkiyaas 3:1, 4:5 )
=Maaliif immoo Yohaannis Cuuphaan bakka Eeliyaas dhufe isaa jedhuuf immoo Β«Afuuri Eeliyaas Yohaannis cuuphaa irraa wanii jiruuf.π
C)π#Luqaas 1:17
#inni garaa abbootii gara ijoolleetti, namoota hin ajajamnes gara ogummaa qajeelotaatti deebisuuf #hafuuraa fi humna #Eeliyaasiin fuula isaa dura ni deema; kunis namoota Waaqayyof qopheessuufi.
ββ»Kani #Raajicha ni dhufa jedhame dubbatame immoo kaaku Moofaa keessatti iddoo kanaaπ
D)π#Sera_kesa_Debi 18:15
Waaqayyo Waaqni kee #obboloota kee keessaa #raajii_akka_kootii tokko siif kaasa. Atis isa dhagaΚΌuu qabda.
ππ dubbii kuni Kiristoosif jedhamee kitaaba irratti dubbatame jira.
1β»Tokkoffaa Kiristoos maatan isaa Musee waee kiyya dubbate jechuu isaa.
E).π#Yohaannis 5:46
Utuu #Musee amantanii silaa anas ni amantu ture; inni #waaee_koo_barreesseetii
F)π #Luqaas 24:27
Innis #Musee fi #raajota hunda irraa jalqabee waan Katabbiiwwan #Qulqulluu hunda keessatti #waaΚΌee isaae #dubbatame isaaniif ibse.
2β»lamaaffan #Filiphoos museen kitaaba isaa keessatti wae Kiristoos dubbatee jedhee jira.
G)π #Yohaannis 1:45
#Fiiliphoos NaatnaaΚΌelin argee, βIsa #Museen_kitaaba Seeraa keessatti waaΚΌee isaa barreessee fi isa #raajonnis waaΚΌee isaa barreessan, ilma Yoosef, #Iyyaasus nama Naazreeti arganneerraβ jedheen.