๐นAfaan nama
Qulqullu Namoota
hedduu ni soora,
#Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a
๐ #แจแปแตแ แจแแแฎแฝ
แฅแ แฐแแฝแ #แญแแแฃแ
#แฐแแแฝ แแ แจแแฃแธแ
แแตแแต แจแฐแแฃ แญแแณแ.
โfakkeenya 10:21
โแแณแ 10:21
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โGorsa,kan
Irraa maali hubbachu
Dandeessan, hunduma
Isaa dubbisa ๐
๐ ฐ ilmi ogeessi #abbaa
isaa ni gammachiisa
ilmi gowwaan garuu
#haadha isaa ni gaddisiisa
๐ ฑ Qabeenyi hamminaan argame gatii hin qabaatu,
Qajeelummaan garuu
dua irraa nama oolcha
๐ ฐ Waaqayyo namni
Qulqulluun akka #beelau
hin godhu,
Namoota hamoo garuu
wanta hawwan ni #dhowwata
๐ ฑ Harki hojii hiike
#hiyyummaa fida,
Harki jabaatee hojjetu garuu
#sooruma argamsiisa
? ilmi hubannaa guddaa
qabu #waqtii bonaatti
midhaan walitti qabata
ilmi nama qaanessu garuu,
yeroo #makaraatti_hirriba
cimaa rafa
๐ ฐ #Eebbi mataa nama
Qulqulluu irra jira,
Afaan nama hamaa garuu
jeequmsa dhoksee qabata.
๐ ฑ Yaadannoon nama
Qulqulluu #eebba argamsiisa
#Maqaan nama hamaa
garuu tortoree bada
๐ ฐ Namni #garaa(laphee) ogeessa tae qabu qajeelfama
ni fudhata
#Namni gowwummaadhaan
dubbatu garuu ni hafa
๐ ฑ Namni garaa Qulqulluudhaan
deddeebiu #sodaa
malee deema
Namni karaa isaa jalaa
godhu garuu ni #qabama
๐ ฐ #Namni hammina
yaadee ija isaatiin dubbatu gadda fida
Namni gowwummaadhaan
dubbatus ni badaa
๐ ฐ Afaan nama Qulqullu madda #jireenyaa ti
Afaan nama hamaa garuu
#jeequmsa dhoksee qabata
๐ ฑ #Jibbi falmii kakaasa,
#Jaalalli garuu balleessaa
hundumaa ni haguuga
๐ ฐ Ogummaan afaan
nama hubataa irra jira,
Uleen garuu dugda nama hubannaa hin qabneef ta'a
๐ ฐ Ogeeyyiin #beekumsa ni kuufatu,Afaan nama hamaa garuu badiisa waama
๐ ฑ Qabeenyi sooressaa isaaf
magaalaa dallaa dhagaa
qabdu dha.
Badiisni hiyyeessotaa garuu
hiyyummaa isaanii ti.
๐ ฐ Hojiin nama Qulqulluu
gara #jireenyaatti geessa;
Oomishni nama hamaa garuu gara #cubbuutti geessa
๐ ฐ Namni #adaba fudhatu daandii gara jireenyaatti
geessu dha,
Namni #sirreeffama tuffatu
garuu warra kaan karaa irraa
ni badaa
๐ ฐ Namni #jibba isaa
dhoksu soba dubbata
Namni oduu hamaa
babalisus gowwaa dha
๐ ฑ Dubbiin yoo #baayate dogoggora hambisuun
hin dandaamu
Namni #arraba isaa to'atu
hundi garuu
of eeggataa dha
๐ ฑ #Arrabni nama Qulqullu akkuma #meetii hunda
caalaa baeessa taee ti,
#Garaan nama hamaa
garuu gatii hin qabu
๐ ฑ #Afaan nama Qulqullu namoota hedduu
ni soora,
Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a
๐ ฐ #Eebbi Waaqayyo
sooressa nama godha
๐ ฑ #Nama_gowwaadhaaf gocha qaanessaa irratti hirmaachuun akkuma
#taphaa ti,
#Ogummaan garuu kan
nama hubannaa qabuu ti
๐ ฑ Namni #hamaan wanti
inni sodaate isa irra ga'a
Namoonni #Qulqulluun garuu
hawwiin isaanii isaaniif
#guutama
๐ ฑ Bubbeen yommuu darbu,
namni hamaan hin jiraatu
#Namni Qulqulluun garuu
bara baraaf buuura dha
๐ ฐ Akkuma wanti dhangaggaaaan ilkaan
Balleesuu, Aarris ija
dheekkamsiisu,
Dhibaaaanis nama isa
ergate ni dheekkamsiisa
๐ ฐ Waaqayyo #sodaachuun umurii dheeressa.
Umuriin hamootaa
garuu ni #gabaabbata
๐ ฑ Wanti Qulqullooni eeggatan
#gammachuu argamsiisa,
#Abdiin hamootaa
garuu ni bada
๐ ฑ #Daandiin Waaqayyo
nama balleessaa
hin qabneef #dahoo dha.
Warra hammina hojjetaniif
garuu #badiisa dha
๐ ฐ Namni Qulqulluun
matumaa akka kufu
hin godhamu,
Namoonni hamoon garuu
lafa irra jiraachuu isaanii
itti hin fufan..
๐ ฐ #Afaan nama Qulqulluu #ogummaa ni baasa,
Arrabni jalaan garuu ni #cita.
๐ ฐ Arrabni nama Qulqulluu
#wanta nama
gammachiisu beeka,
Afaan hamootaa
garuu #jalaa dha
(fakkeenya 10:1-32)
------------------------------
Galani Waaqayyof
Haataโu Ameen.
----------------------------
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
||๐๐๐๐๐๐๐||
Qulqullu Namoota
hedduu ni soora,
#Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a
๐ #แจแปแตแ แจแแแฎแฝ
แฅแ แฐแแฝแ #แญแแแฃแ
#แฐแแแฝ แแ แจแแฃแธแ
แแตแแต แจแฐแแฃ แญแแณแ.
โfakkeenya 10:21
โแแณแ 10:21
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โGorsa,kan
Irraa maali hubbachu
Dandeessan, hunduma
Isaa dubbisa ๐
๐ ฐ ilmi ogeessi #abbaa
isaa ni gammachiisa
ilmi gowwaan garuu
#haadha isaa ni gaddisiisa
๐ ฑ Qabeenyi hamminaan argame gatii hin qabaatu,
Qajeelummaan garuu
dua irraa nama oolcha
๐ ฐ Waaqayyo namni
Qulqulluun akka #beelau
hin godhu,
Namoota hamoo garuu
wanta hawwan ni #dhowwata
๐ ฑ Harki hojii hiike
#hiyyummaa fida,
Harki jabaatee hojjetu garuu
#sooruma argamsiisa
? ilmi hubannaa guddaa
qabu #waqtii bonaatti
midhaan walitti qabata
ilmi nama qaanessu garuu,
yeroo #makaraatti_hirriba
cimaa rafa
๐ ฐ #Eebbi mataa nama
Qulqulluu irra jira,
Afaan nama hamaa garuu
jeequmsa dhoksee qabata.
๐ ฑ Yaadannoon nama
Qulqulluu #eebba argamsiisa
#Maqaan nama hamaa
garuu tortoree bada
๐ ฐ Namni #garaa(laphee) ogeessa tae qabu qajeelfama
ni fudhata
#Namni gowwummaadhaan
dubbatu garuu ni hafa
๐ ฑ Namni garaa Qulqulluudhaan
deddeebiu #sodaa
malee deema
Namni karaa isaa jalaa
godhu garuu ni #qabama
๐ ฐ #Namni hammina
yaadee ija isaatiin dubbatu gadda fida
Namni gowwummaadhaan
dubbatus ni badaa
๐ ฐ Afaan nama Qulqullu madda #jireenyaa ti
Afaan nama hamaa garuu
#jeequmsa dhoksee qabata
๐ ฑ #Jibbi falmii kakaasa,
#Jaalalli garuu balleessaa
hundumaa ni haguuga
๐ ฐ Ogummaan afaan
nama hubataa irra jira,
Uleen garuu dugda nama hubannaa hin qabneef ta'a
๐ ฐ Ogeeyyiin #beekumsa ni kuufatu,Afaan nama hamaa garuu badiisa waama
๐ ฑ Qabeenyi sooressaa isaaf
magaalaa dallaa dhagaa
qabdu dha.
Badiisni hiyyeessotaa garuu
hiyyummaa isaanii ti.
๐ ฐ Hojiin nama Qulqulluu
gara #jireenyaatti geessa;
Oomishni nama hamaa garuu gara #cubbuutti geessa
๐ ฐ Namni #adaba fudhatu daandii gara jireenyaatti
geessu dha,
Namni #sirreeffama tuffatu
garuu warra kaan karaa irraa
ni badaa
๐ ฐ Namni #jibba isaa
dhoksu soba dubbata
Namni oduu hamaa
babalisus gowwaa dha
๐ ฑ Dubbiin yoo #baayate dogoggora hambisuun
hin dandaamu
Namni #arraba isaa to'atu
hundi garuu
of eeggataa dha
๐ ฑ #Arrabni nama Qulqullu akkuma #meetii hunda
caalaa baeessa taee ti,
#Garaan nama hamaa
garuu gatii hin qabu
๐ ฑ #Afaan nama Qulqullu namoota hedduu
ni soora,
Gowwoonni garuu hubannaa dhabuu isaaniitiin kan
kae ni duu.a
๐ ฐ #Eebbi Waaqayyo
sooressa nama godha
๐ ฑ #Nama_gowwaadhaaf gocha qaanessaa irratti hirmaachuun akkuma
#taphaa ti,
#Ogummaan garuu kan
nama hubannaa qabuu ti
๐ ฑ Namni #hamaan wanti
inni sodaate isa irra ga'a
Namoonni #Qulqulluun garuu
hawwiin isaanii isaaniif
#guutama
๐ ฑ Bubbeen yommuu darbu,
namni hamaan hin jiraatu
#Namni Qulqulluun garuu
bara baraaf buuura dha
๐ ฐ Akkuma wanti dhangaggaaaan ilkaan
Balleesuu, Aarris ija
dheekkamsiisu,
Dhibaaaanis nama isa
ergate ni dheekkamsiisa
๐ ฐ Waaqayyo #sodaachuun umurii dheeressa.
Umuriin hamootaa
garuu ni #gabaabbata
๐ ฑ Wanti Qulqullooni eeggatan
#gammachuu argamsiisa,
#Abdiin hamootaa
garuu ni bada
๐ ฑ #Daandiin Waaqayyo
nama balleessaa
hin qabneef #dahoo dha.
Warra hammina hojjetaniif
garuu #badiisa dha
๐ ฐ Namni Qulqulluun
matumaa akka kufu
hin godhamu,
Namoonni hamoon garuu
lafa irra jiraachuu isaanii
itti hin fufan..
๐ ฐ #Afaan nama Qulqulluu #ogummaa ni baasa,
Arrabni jalaan garuu ni #cita.
๐ ฐ Arrabni nama Qulqulluu
#wanta nama
gammachiisu beeka,
Afaan hamootaa
garuu #jalaa dha
(fakkeenya 10:1-32)
------------------------------
Galani Waaqayyof
Haataโu Ameen.
----------------------------
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
||๐๐๐๐๐๐๐||
Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)