πΉπkuta-24ffΒͺΒͺππ
βGaaffii fi Deebii β
πMusiliimootaπ
----------------------------
β Yohaannis 8:21
Kiristoos akkasi jedhe
β #Ani nan deema,
isinis na barbaaddu,
taus #cubbuu keessaniin ni duutu.
Bakka ani dhaqu isin dhufuu hin dandeessanβ isaaniin jedhe.
----------------------
=Gaaffii isaanii Kiristoos
Cubbuu balleessuuf hin
Dhufne ,..β
β erga cubbuu balleessuuf
Dhufee maaliif cubbu keessani ni duutu jedha
Ree.....βjedhuu
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
βDeebi keenya
Hordofaa.
=Lakki cubbuu balleesuuf dhufe, garuu namoonni
Kiristoosi itti hin amanee
Eeyyee cubbuu isanittin
Ni duβu
β©Kiristoos cubbuu keessaniin ni dutu
Kan jedhee namoota
Isaatii hin amanee
Wani jiraniif
πRagaa kitaaba
β΅=Yohaannis 8:22-24
Achiis Yihudoonni,
Bakka ani dhaqu isin
dhufuu hin dandeessanβ kan jedhu,
of ajjeesuu barbaadeetii laata?β jechuu jalqaban.
Innis akkana
isaaniin jedhe: βisin #gadi irraa ti;
ani garuu #olii irraa ti.
Isin addunyaa kana
irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
Ani #cubbuu keessaniin ni #duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
= #inni dhufu
sun #Ana tauu koo hin #amantan taanaan,
isin cubbuu keessaniin
ni duutu
βΆ=Yohaannis 11:9-10
Iyyaasus(kiristoos)
deebisee akkana jedhe: β #Guyyaan tokko sa'aatii 12f #ifa qaba mitii?
#Namni ifa guyyaatiin
deemu kam iyyuu, ifa #addunyaa kanaa waan arguuf, waan tokkotti illee hin gufatu.
#Namni_halkaniin
deemu kam iyyuu garuu, ifni isa keessa waan hin jirreef ni gufata.β
β·=Yohaannis 12:34-41
Achiis #namoonni
hedduun sun deebisanii, βNuti #Kiristoos bara baraan akka jiraatu Seericha irraa dhageenyeerra. Maarree
ati akkamitti #ilmi namaa olii kaafamuu qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?β jedhaniin.
Kanaaf Iyyaasus akkana isaaniin jedhe: βIfni
sun yeroo #gabaabaadhaaf isin bira ni tura. Kanaaf, dukkanni sun akka
isin hin #liqimsine, yeroo ifa qabdanitti deemaa; #namni dukkana keessa deemu hundi, garamitti akka deemu hin beeku.
Isin #ilmaan-ifaa
akka taataniif, yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti #amanaa.βKiristoos wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni dhokate.
Inni dinqii hedduu isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti
#hin amanne;
kunis kan tae, wanti #Isaayyaas raajichi, βYaa Waaqayyo wanta nu irraa dhagaetti kan amane eenyu?,Irreen Waaqayyo hoo #eenyutti mulifame?β jedhee dubbate akka raawwatamuuf ture. Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee Isaayyaas ammas akkana jedheera:
βIsaan #ija isaaniitiin arganii, #garaa isaaniitiin hubatanii,akka hin deebinee fi anis akka
isaan #hin_fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera;
#garaa isaaniis jabeesseera.β
#Isaayyaas wantoota kana kan dubbate, #ulfina isaa waan #argeef ture; waaee isaas dubbateera.
βΈ=Yohaannis 5:40
isin jireenya argachuuf
gara koo dhufuu hin barbaaddan.
βΉ=Yohaannis 1:4-5
#Wanti karaa isaa tae #jireenya ture; jireenyi immoo #ifa namootaa
ture. Ifni dukkana keessatti ifaa jira, taus dukkanni isa hin #moone
βΊ=Yohaannis 1:9-13
#ifichi inni dhugaan #akaakuu namoota hundaatiif ifa kennu,
#gara addunyaa dhufuuf jedha ture.
Inni addunyaa #keessa ture, addunyaanis
karaa isaa #argame; taus addunyaan isa #hin_beekne.
#Inni gara biyya isaa dhufe; haatau malee, sabni isaa isa hin #simanne.
#Warra isa simatan hundumaatiif garuu, #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee
Waaqayyoo akka taaniif mirga isaaniif kenne. Isaanis #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii
#dhiiraa irraa hin dhalanne.
β»=Yohaannis 3:15-21
kuni, isatti kan #amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuufi.
βIsatti kan amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuuf malee akka hin #badneef,Waaqayyo Ilma
isaa isa #tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayee jaallateera.
Sababiin isaas, Waaqayyo Ilma isaa gara addunyaatti kan erge, addunyaan karaa isaa akka #fayyu malee akka inni addunyaatti murteessuuf miti.
Isatti kan amanu
hundi itti hin #murteeffamu. Isatti
kan hin amanne hundi,
#maqaa Ilma Waaqayyoo isa tokkichatti waan hin
amanneef, ammuma iyyuu itti murteeffameera.