πΉkutaa_Β³βΆ ffΒͺΒͺπ·dubbisa
π ±Gaafi fi Deebi.
β©MusiliimotaπΌ
βYohaannis 10:28π
Ani #jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman(hoomtu hin badu) eenyu illee harka koo keessaa isaan hin butatu(fudhatu)
π "Kiristoos jireenya akkamii kenuu danda'u jedhuu...βisaa booda immoo ofuma isaanii jireenya inni jedhee kan turee jedhuu.β οΈ
π ± Yohaannis 17:2-3
akkuma ati namoota hunda irratti Aangoo
isaaf kennite, innis warra ati isaaf kennite hundaaf #jireenya_bara baraa akka kennuufi. Jireenya bara
baraa #argachuu akka dandaaniif, si isa #Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasuus Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu.
βkanafuu akka yaada isaanitti jireenya jechuun kan turee jedhu.β
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πDeebii keenyaπ
Akka deebii isanitti Abbaa fi Kiristoos beeku qofatu jireenya bara baraa fida
β‘οΈ gaaffii keenya kana irratti akkamitti Kiristoos fi Abba beekuu qofa hiikaa isaa maali dha kani jedhu ta'a ... π
βiddoo kana irraatti Kiristoos #dubbii dhokta dubbate maale hiika isaa ifa hin goonee * Sababiin Kiristoos kan duraa waee #hiika jireenya bara bara dubbachaa waani tureefi amma garuu xinnoo ishe dubbatee. kunis Jechi kuni iddoo kana irratti ifa mitii (Yoh 17:2-3)*akkamitti akka taβe hooma hin ibsu.
π yaadaa Bira immoo namni jireenya bara bara kana argatu Kitaabni haalagaragaraan ni ibsaa.
β΅=seera egudhan
=Mat 19:16-17)
β=wanta Addunyaa kana dhisani Kiristoos duuka budhan
=Mat 19:29)
β·=Hojii gaarii hojjachuun
Mat 25:46
βΈ=Affuuri Qulqulluun jireenya akka kenuu
=Roome 8:11)
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π€ Β« amma gara deebii keenyatti kootaβ§ Kiristoos jireenya bara bara isiniif nan keenna kan jedhee,maalif sababi jalqabaa barsiisa turee ammas irraa deebi'ee itti himme. βοΈΒ»
π Ύ Ragaa KitaabaβοΈ
βΆ=Yohaannis 1:3-4
Wanti hundi karaa isaa tae wanta tae keessaas isa malee wanti tae tokko
illee hin jiru. Wanti karaa isaa tae #jireenya
ture; jireenyi immoo #ifa namootaa ture.
β·=Yohaannis 3:14-15
Akkuma Museen lafa onaa keessatti #bofa
fannise, Ilmi namaas fannifamuu qaba; kunis, isatti kan #amanu
hundi #jireenya bara baraa akka qabaatuuf
βΈ=Yohaannis 5:21
Akkuma Abbaan namoota duan kaasee #jireenya isaaniif kennu, #Ilmis
nama barbaadeef jireenya ni kenna.
βΉ=Yohaannis 5:29
warri wanta #gaarii hojjetan duaa kaiinsa jireenyaatiif warri wanta gadhee hojjetan immoo duaa kaiinsa murtiitiif awwaala keessaa ni bau.
β=Yohaannis 5:39-40
βIsin Kitaabota Qulqulluudhaan #jireenya bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif #kitaabota sana qorattu; kitaabonni kunis
waaeedhuma koo dhugaa bau. Taus, isin jireenya #argachuuf gara koo dhufuu hin barbaaddan.
β»=Yohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin hojjetinaa; kanaa mannaa #nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi namaa isiniif kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan
chaappaa isaa Ilma irratti godhee
mirkaneesseera.β
βΌ=Yohaannis 6:35
Iyyaasus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: β #Ani nyaata jireenyaa ti. Namni
#gara koo dhufu hundi matumaa hin #beelau; namni anatti amanu hundis matumaa hin #dheebotu.
β½=Yohaannis 6:40
#fedhiin Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa
dhumaatti #duaa isa nan kaasa.β
βΎ=Yohaannis 6:53-54
Iyyaasus(Kiristoos)akkana
isaaniin jedhe: β#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #foon Ilma namaa yoo nyaattanii fi dhiiga isaa
yoo dhugdan malee, ofii keessaniin #jireenya hin qabdan. Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo
dhugu hundi jireenya bara baraa qaba; anis guyyaa dhumaatti #duaa
isa nan kaasa;
βΏ=Yohaannis 7:38
Akkuma #Kitaabni
Qulqulluun jedhu, anatti kan amanu hundi: βLagni #bishaan_jireenya kennuu isa keessaa ni yaaa.β
β«=1Yohaannis 5:12-13
#Namni Ilma sana
qabu jireenya kana qaba; namni Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya kana hin qabu. Ani wantoota kana kanan isiniif #barreessu, isin warri #maqaa
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
link xuqa hordofa.
@haadha_Waaqa_naJaladha
++++ππ