π
Ύ kutaa-78-ffaa.πΊ
βgaafi fi deebi
βMusiliimaa
βpheenxee
β Yohaannis 17:15
βAni isa #hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin #kadhadhu.
β£β£β£β£β£β£β£β£
gaaffii isaanii
1βwarrii Musiliimaa Kiristoos Waaqayyo miti ni kadhaata jedhuu
2βwarri pheenxee immoo Kiristoos nuuf kadhata jedhuu.
===============
πdeebi keenyaa.
Lamaan isaanii iyyuu dogoggoraani jiruu kani jedhuu ta'a.
πSababiin duukaa buoonni hundinuu Waaqayyo kadhatan malee ,Kiristoos nuuf kadhata jedhanii calisani hin beekanii , yeroo wanta βhammaβ irraa gahee ni kadhatuu turee.
βΆβHoji duuka buota 4:24
Isaan yommuu kana dhagaΚΌan tokkummaadhaan sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhanii #Waaqayyoon_kadhatan: βYaa Gooftaa Oli Aanaa, ati samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hunda uumteetta.
β Kanaafuu iddoo kanatti wanti hama yeroo isaanii irraa gahee Waaqayyo kadhatanii jiruu ,malee Kiristoos nuuf kadhata jedhanii hin dhifnee.
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ
β gara maata duraa keenyaa yeroo deebinnuu immoo wanta hamma irraa kani nama dhorkuu Abba qofa mooβKiristoos hoo ni dhorkaa laata β,deebii isaa Eeyyee ni dhorkaa.
β·β1Yohaannis 5:18
Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna; #inni Waaqayyo irraa #dhalate #sun_isa_eega, inni #hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaΚΌu.
β£βiddoo kanatti Waaqayyo irraa kani dhaltee inni jedhu Abbaa irraa kani dhalee Kiristoos
βΈβ2,Tasaloonqee 3:3
#Gooftaan amanamaa dha; inni #isin_cimsa, isa #hamaa sana irraas isin eega.
πiddoo kanati Gooftaa kani jedhamee Kiristoos
πkanafuu wanta hamma irraa kani nama eeggu #Abbaa fi #ilma jechudha.

Erga maatan isaa iyyuu wanta hamma irra nuu, eega taβe Kiristoos maalif isiniif nan kadha jedhee ree.β
1βͺDuubi raajicha raawachuuf kana jedhee.
βΉβIsaayaas 53:12
Kanaan kan kaΚΌes, namoota hedduu gidduutti gaΚΌee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duΚΌaatti illee dabarsee kenneera, Yakkamtootaa wajjinis lakkaaΚΌameera; Cubbuu namoota hedduu ni baate, #Yakkamtootaafis ni #kadhate.
2βͺ Abbaaf ulfina kennuuf.kuni immoo inni gadi ofii qabuu Kiristoos guutummaatti mulisa.
βΊβYohaannis 8:49
Iyyasus Kiristoos deebisee akkana jedhe: β #Ani Abbaa kootiifan #ulfina kenna malee, jinniin na keessa hin jiru; isin immoo na salphistu.
β»βYohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree #lafa irratti #ulfina siif kenneera. Kanaafuu, yaa #Abbaa, #ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina #anaaf kenni.
3βͺnuuf fakkeenya ta'uf
βΌβFiliphisiiyus 2:5
#Ilaalcha Kiristoos Iyyasus qabu kana qabaadhaa
ββYohaannis 13:15
βͺAkkuma #Ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan ani #fakkeenya isiniif taΚΌeera.
πΊ inni biraa immoo waee kadhannaa iddoo kana irratti.
Ni ibsaa sababa isaa wajjin.
ββYohaannis 17:20-21
βAni warra kanaaf #qofa utuu hin taΚΌin, warra dubbii isaanii dhagaΚΌanii #anatti amananiifis nan #kadhadha;
Isaanis #tokko haata'aniif, yaa abbaa, akka ati ana keessa jirtu anis si keessa akkan jiru, isaanis nu keessa haa jiraataniif, biyyi lafaas ati akka na ergite haa beekuuf #kadhachuu koo ti
β warra Anati Amanani hundaaf nan kadhadha jechuu isaatti. Kunis Yohaannis 17:15 wajjiin tokko , Haataβu malee kadhadha inni jedhamee iddoo kanatti iddoo #ani jirachuu akka jirataniif. (Yoh 17:20-25) dubbisi
ββYohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa #iddoon jireenyaa hedduun jira. Kun utuu taΚΌuu baatee isinitti nan himan ture; sababiin isaas, ani iddoo isiniif qopheessuun deema.
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌ
π ° Kutaa ~76~Dubbisaaπ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/676
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
πΉkutaa-76-ffΒͺΒͺπ§
πgaaffii fi Deebi
πMuslimoota
π pheenxee
βYohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin #kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
βΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβΌβ¦