๐น๐บkutaa-48-ffยชยช๐บ๐น
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บโGaafi fi Deebi
โMuslimoota.๐
โYohaannis 11:53-54๐
guyyaa sanaa jalqabee isa #ajjeesuuf isa irratti mariatan.
Kanaan kan kaes, Iyyaasuus(kiristoos) sana
booda #ifatti Yihudoota gidduu hin deddeebine; kanaa mannaa #bakka sanaa #gadhiisee gara naannoo lafa onaa bira jiru, jechuunis magaalaa #Efreem jedhamtu tokko dhaqee barattoota isaa wajjin achi ture.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐gaaffii isaanii akkasii turee
1=) Kiristoos hin fanifamne ,yihudoonni irratti mariโatanii isaa ajeessuf jala deemee jedhuu. Kanaafuu eessatti arganii ajjeessan jedhuu.......โ
==================
๐บDeebi keenya ๐
Lakki saba hundafi due Kiristoos kan jedhuu ta'a
๐บRagaa+kitaaba
โตโYohaannis 11:51-52
inni(Qaayafan) kana kan
dubbate ofii isaatiin kakaee hin turre; kanaa mannaa, bara sanatti inni luba oli_Aanaa waan tureef Iyyaasuus(Kiristoos)
#sabichaaf akka #duu_raajii dubbate;
kan #duus_ijoollee Waaqayyoo warra #bittinnaaanii jiran walitti
qabee #tokko gochuuf malee sabichaaf qofa miti.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โก๏ธ gara mataa duree keenya yoo,deebinuu immoo Eeyyee yihudoonni irratti mariโatanii jiruu isaa ajjeesuudhaaf.
Kiristoos garuu hanga yoonaa hojii isaa hin xumuree ,kayyoo Kiristoos hambisuuf yeroo baay'ee ni deemuu ,
Uumanni Kiristoositti wani Amanuufi uumataa keenya nuu,jalaa fudhatee jedhanii isaa ajeessuf deemuu ,๐บuumanii hundinuu Kiristoos duukaa yoo,bu'ee fayyida mata isani hin argatani,kanafi malee uumata jaalatanii mitii.
โถโYohaannis 11:47_48
Dura buutonni lubootaa fi Fariisonni miseensota yaaii Saanhedriin walitti qabanii
akkana jedhan: โNamichi kun dinqii hedduu hojjechaa waan jiruuf maali goonuโ
Yoo akkanumatti #isa_dhiisne, hundi isaanii isatti #amanu; warri Roomaas dhufanii #iddoo #keenyaa fi saba keenya fudhatu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โkanafuu Kiristoos iddoo kan gadii dhisee deemee malee erguu hin dhaqne "kunoo Kitaabni iddoo inni jiruu maqaa wajiin lafaa godhee jira ยซ #magaalaa_Efreemi ยป
โทโYohaannis 11:53.
......gadhiisee gara naannoo lafa onaa bira jiru, jechuunis magaalaa #Efreem jedhamtu tokko dhaqee barattoota isaa wajjin achi ture.
๐นHaataโu malee ammas yeroo Ayyaana fasika walitti dhufanii jiruu.
โธโYohaannis 12:9
#Yeroo kanatti, #Yihudoonni_hedduun akka inni achi jiru beekanii dhufan; kan dhufanis #Iyyaasuus(Kiristoos)
#qofa utuu hin tain, Alaazaar isa inni duaa kaase sanas ilaaluuf ture.
๐บkanafis yeroo tokko jala iddoo sana dhisee deemee yoo,jedhamee #musiliimonni gowwummaadha hin ajjeessne jedhuu * kunoo Kitaabni yeroo biraa akka walitti dhufanii ibsaa ,kanafuu guyyaa jalqabaa sana erga harka bahe gara Abbaa deemee yeroo lammaffaa immoo eessa dhufee jennee yoo, gaafane deebii gonkumaa hin qabanii ๐๐๐๐๐.โ
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
๐บkayyoo Kiristoos yihudoota jala deemee ykn miliquu wanta lamaa qofaa
1โ #sa'aatii isa wanii hin geenyeef//yoo saaatin isa gahee ni qabuu.
2โhojii isaa hanga #xumurati
โนโYohaannis 7:6
Iyyaasus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe #Yeroon koo amma iyyuu #hin_geenye,isin garuu yeroon keessan yoom iyyuu mijaaaa dha
โบโYohaannis 12:23
Yesuus garuu akkana jedhee
isaaniif deebise: โSaaatiin Ilmi namaa ulfina itti argatu #gaeera.
โปโ Yohaannis 17:4
Ani #hojii akkan hojjedhu anaaf kennite #xumuree, lafa irratti ulfina sii kenneera.
โฎโsa'aatii isaa yoo, gahee fi hojii isaa hoo,xumuree harka yihudootati ni du'a.
โผโLuqaas 18:31_33
Achiis warra Kudha Lamaan
#kophaatti baasee akkana isaaniin jedhe: โAmma gara iyerusaalemitti oli baaa jirra; wanti raajonni Ilma namaa ilaalchisee barreessan
hundi ni #raawwatama. Fakkeenyaaf, harka namoota Yihudoota hin taanetti dabarfamee kennama, itti
#qoosama, rakkinni irra gaa, akkasumas itti tufama. Erga isa garafanii booda isa #ajjeesu; inni garuu guyyaa #sadaffaatti duaa ni kaa.โ(โด Luqaas 13:31-32โต)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ mee,Kiristoos hin dune kani jedhuu caqasa kitaaba tokko nuuf fida mee...โdhugaa nama beekuu yoo, tahanii ...โโโ
Gonkumaa hin fidanii sarootani wayii..๐๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan xuqa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=========||===========