πΈβ‘οΈ kutaa_38 ffΒͺΒͺ.β¨οΈβ¨οΈ
β οΈ Gaaffii fi Deebi
β― Musiliimota.
βπ΄Yohaannis 10:30
Anii fi Abbaan Tokko dha Β»
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π Ύ gaaffii isaanii iddoo kana irratti Kiristoos anii fi Abbaa tokko dha wani jedheef Kiristoos Abbaa wajjin qixa ta'u hin ibsuu.
β‘οΈ kanafuu Ani fi Abbaan tokko dha jechuun #kaayyoo fi #yaada tokko wani qabaniif jedhuu.
βJechi tokko jettu kana ibsaa jedhuu
π»Ragaa isaanii immoo
β΅=mat 19:5 fi ser.um 2:24
namni abbaa isaa
fi haadha isaa ni dhiisa, haadha isaattis ni maxxana; isaan #foon_tokko tau.
β= 1Qor 3:5_8
Ani nan dhaabe,
Apholos bishaan obaase, kan guddise garuu Waaqayyo dha; kanaaf,
ulfina argachuu kan qabu Waaqayyo isa guddisu malee, isa dhaabus
tae isa bishaan obaasu miti. Inni dhaabus tae inni bishaan obaasu #tokko dha; taus, namni hundi akkuma #hojii isaatti badhaasa isaa ni fudhata.
β·=Yohaannis 17:22-23
Akkuma nuyi #tokko taane, isaanis #tokko haa ta'aniif, ulfina ati anaaf kennite isaaniif kenneera*.
Ani isaan keessa atis na keessa jiraachuu keetiin isaanis raawwatanii #tokko haa ta'an; biyyi lafaas ati na erguu kee, akkuma na jaallattes isaan immoo jaallachuu kee haa beeku
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πΈ Deebi keenyaa
π₯₯βοΈ deebi 1ffaa
1βMat 19:5 fi ser.Um 2:24
=isaan foonii tokko jedhee
malee kaayyoo tokko fi yaada tokkoo hin jennee kuni dogoggora isaanitti.
βKanaaf Jechi foonii tokko jedhuu dubartiin dhira irraa argamtee jechuu ibsuf. (ser.Um 2:23)
βlakki yoo,jedhanii immoo
erga yaada fi kaayyoo tokko tani
β΅ Abrahaamiifi saaran yaani Isaani maalif gargaara taβe (ser.um 18:13-14)
β looxi fi haati mana looxi maalif. tokko hin tain.(ser.u 19:26)
=Deebii 2 ffaa
1Qor 3:5-8
βiddoo kana irratti Tajaajila ibsa malee kaayyoo tokko fi yaada tokko miti.
β οΈ Fakkeenyaaf tokkoo bishaanii ni obsa
π tokko immoo ni dhaba yoo, taβe,
β Affuurri tokko kenna nama gargaara jecha
(1 Qor 12:1)
Yaa obboloota ko! Waa'ee #kennaa_garaagaraa #Afuurri qulqulluun kennuu, akka hubattan nan barbaada
βJechi inni dhabuus taβe inni bishaanii obsuu tokko jedhuu immoo (Phaawuloos fi appolos) nama jechudha
βerga namaa tani immoo foonii walii fakkaata qabuu tokko jechudha.
( 1Qor 15.39 )
#Foon hundinuu akaakuu tokko #miti;
#foon namootaa akaakuu #tokko, foon horii kan biraa ti, foon simbirrootaa kan biraa ti, foon qurxummiis kan biraa ti
=Deebi 3 ffaa
Yoh 17:22-23
βakkuma nuu tokko tanee isaan nuu, wajiin tokko haatan jechuun.
βergaa murtii addunyaa kan xumurame booda Abbaa fi Kiristoos wajjin bara baran jirachuu ibsaa.
kuni immoo tokko isaan godha.
β΅Yoh 17:24
Yaa abbaa, isaan ati anaaf kennite kun #iddoon_ofii #jiraadhu haa jiraataniif, ulfina isa ati biyyi lafaa utuu hin uumamin waan na jaallatteef anaaf laattes, haa arganiif nan fedha
β Yoh 14:2-3
#Mana_abbaa koo keessa iddoon #jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; #iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema*.
β·Mulβata 21:22_25
Manni qulqullummaa ishee #Waaqayyo gooftaa isa hundumaa danda'uu fi #hoolicha waan ta'eef, ani mana qulqullummaa tokko illee mandarattii keessatti hin argine #Biiftuun yookiis ji'i mandarattii irratti ibsuun barbaachisaa miti; ulfinni Waaqayyoo ifa ishee ti, hoolichis ibsaa ishee ti*!
#Sabni ifa isheetiin in deddeebi'u, mootonni biyya lafaas wanta ulfina qabu isaan bira jiru gara isheetti in fidu Karri ishee matumaa guyyaadhaan hin cufaman, halkan immoo achi hin jiru
βΈMulβata 22:5
Halkanis deebi'ee hin argamu; Waaqayyo gooftaan ifa isaanii ta'uuf waan jiruuf, ifni ibsaa, ifni aduus isaaniif hin barbaachisu. #Isaan baraa hamma bara #baraatti mo'uuf jiru*.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
ββ‘οΈ Yohaannis 10:30
Ani fi Abbaan tokko dha jechuun Kiristoos Waaqa ni ibsaa.
β jecha Kiristoos jechuu gara ilmatti jijjiirama jalqabaa dura. yeroo kana immoo.
ilmi fi Abbaan tokko ta'u ibsaa.
βYohaannis 10:33_36
Yihudoonni immoo, βAti Waaqayyoon waan #arrabsiteef malee, hojii gaarii waan hojjetteef dhagaadhaan kan si dhoofnu miti. #Ati nama taatee utuma jirtuu Waaqayyoon of #goota' hoo jedhanii deebisaniif*
Kiristoos immoo, ββAnoo, isin waaqayyoota isiniin jedheeraβ kan jedhu seera keessan keessatti caafamee jira mitii*?

π
± kutaa-69-ffΒͺΒͺπΊ
β²β© gaaffii fi Deebi
β²β© Muslimaa
βYohaannis 15:1
Ani muka wayinii isa dhugaa ti, kan dhaabe immoo
Abbaa koo ti.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
1=gaaffii isaani Kiristoos muka waynii malee Waaqayyo miti jedhuu...β
β¬β¬β¬β¬β¬//
β©Deebi keenya.
βjalqabaa duraa hiika waynii ergaa xumuree booda gaaffii isaanii deebi itti kennina.
============
π °β©hiikaa waynii β
1))βwaynii #biqiltuu lafa biqiltuudha.
Ser.Uumama 9:20-24
2))βwayni kana #dhugamu dha.
Sera.uumama 9:24 * ser.Uumama 27:25
3))βwayni muka #guddaa ,kani humna qabuu
seera.Uumama 40:11
*49:11,seera.Bau 23:11
4))βWayni #Aarsaaf kani dhiyyatu.
Sera.uumama 14:18
sera Bau 22:29
ser.lakkoofsa 15:5-10 .
1Samu'eel 1:24
5))βWayni kani nama #macheessu.
seera Lewwota 10:9
sera.lakkoofsa 6:3
Kitaba-fakkeenya 20:1* 21:17 * 23:20*
6))βwaynii #Dimaa ta'u isaa
Sera.keessa.deebi 32:14 , kitaba-fakkeenya 23:31.
7))βguyyaa #Ayyaana kani dhugaanii
Kitaaba-murtii 9:27
8))βwaynii #nyaatafi ni fayyada
1sena.bara 12:40 *
1sena.bara 16:3* isayaas 16:7 * hoose 3:1
9))βwaynii #gosti_gargaara jirachuu isaa.
Kitaba-Nahimiiyaa 5:18
10) waynii #dhanga'an jirachuu isaa.
Ruuti 2:14 *Ermiyaas 31:29 , Hisqi'el 18:2, Maatewos 27:48, Maarqoos 15:36
Luqaas 23:36 ,Yohaannis 19:29
11))βwaynii #garaa_Qulqulluun dhuguma ,kitaaba-lallabaa 9:7
12)βWaynii nama #gammachiisaa
Kitaaba-Aster 1:10
Farfannaa104:15
kitaaba-lallabaa 2:3
13)β #uffaanni waynii jiraachuu isaa
isayaas 63:2
14)β #Naaziroonni waynii gonkumaa hin dhuganii.
Amosi 2:12 * ser.lakk 6:2-3
15)βwaynii #qorichaf ni fayyadamuu.
Luqaas 10:34
1ximotewos 5:23
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π ±,fakkeenya waynii
β΅)β© #namni jalaan waynii ni fakkaata.iyyoob 15:33* 24:18
isayaas 5:2 * iyyuel 3:13
βΆ)β© #Rakkinni wayni fakkaata
Farfannaa 60:3
β·)β© #dheekkamsi Waaqayyo wayniin ni fakkeeffama.
Farfannaa 75:8 , Ermiyaas 25:15
Mulβata 14:10
βΈ)β© #sabni Israa'el waynii ni fakkeeffama .
Farfannaa 80:8 ,hoose 10:1
βΉ)β© #dubartiin ykn haati mana wayniin ni fakkeefati
Farfannaa 128:3 *Hisqi'el 19:10
βΊ)β© #jalali waynii ni fakkeefama
Kitaaba-weddu 1:4
β»)β© #namni waynii ni fakkaata
Isayaas 5:4_7 * Ermiyaas 2:21
Ermiyaas 8:13 * hoose 14:7
sefoniyaa 1:12.
Maatewoos 21:34-41
βΌ)β© #Seexanni wayniin ni fakkaata.
Isaayaas 34:4
β½)β© #cubbuun wayniin ni fakkata.
Ermiyaas 51:7 Mulβata 14:8_10
Mulβata 17:2* Mulβata 18:3.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬β¬
β waldaa keena hordofuu yoo,barbade link kana xuqaa
πππ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ