๐น jalatamoota fi kabajamoota
Keenya ๐
#Qophii_kutaa_5_ffaa
Kiristoos Raaji โmoo miti โ
Kan jedhuu irratti
๐ พ Deebi isaa hordofa
โจ๏ธ Muslimooni Kiristoos
Raaji dha jedhuu
Kitaaba Yohaannis
irratti kana bareeffame ๐
โ Yohaannis 4:19
๐ทDubartittiinis akkana
isaan jette: โGooftaa
ati #raajii ta'uu kee hubadheera
=====//======
โjecha kan irratti
Kiristoos Raaji dha jedhuu
โโโโโโโโโโโโโโโโโโโโ
=Deebin keenya immoo
Dubartittiin #caaliste dubbatee
Maalee wa'ee Kiristoos ta'u isaa
Iyyuu hin #Beektu kan jedhuu ta'a
=======================
โโYohaannis 4:25
๐Dubartittiinis, โMasiihiin
inni #Kiristoos jedhamu
akka #dhufu beeka
Inni yeroo dhufu wanta #hundumaa ifatti
nutti himaโ isaan jette
#Iyyaasuus โAni inni sitti dubbachaa jiru kun #isa dha" ishiidhaan jedhe ;
๐ ฑ kanafuu dubartiin
Oso jalqabaa Kiristoos
Ta'u isaa beektee
Kiristoos ni dhufa
Wanta hundumaa nuti
Himma hin jeetu ture
โisheen dogoggoran
Yoo, dubbatee Muslimooni
Immoo lamaffaa maalif
Dogogoruu...โ
โโYohaannis 4:28-29๐
Kanaafuu, dubartittiin
okkotee ishii dhiistee gara
#magaalaa dhaquudhaan akkana jettee
namootatti himte
โKottaa, #namicha wantan
Ani godhe hunda natti
hime ilaalaa.
Namichi kun, #Kiristoos #tainnaa laataโโ
๐ ฑ yeroo lamaffaa
Dubartin shakidhan
Kiristoos ta'in jecha
Jirti,
โosoo sirriitti Kiristoos
Ta'u beektee wanta
Hunduma kan natii
Himme Kiristoos
Jechu Qabdi ture
โamma garuu
Yero tokko tokko
Kiristoos, yeroo tokko
tokko immoo namicha
Jecha jirti
๐นHaataโu malee
Yero gara #magaalaa
Deemte wa'ee Kiristoos
Dubbatu " akka
Yero #jalqabaa sana
#Raaji hin jennee
Sababi isheen Raji
Jechu dideefi....
= #Iyyaasuus ani
Kiristoos
Wani jedhaniifi
โณโณโณโณโณโณโณโณ
Kanaafuu Muslimonni
Offi eeggannoo godha.
Hin dogoggorina ๐
โธโธโธโธโธโธโธโธ
๐ ฐ Jechi Raaji
Jedhu yoomii
Eeggale.....โ
โโ=Deebi isaa bara
Samu'eel'
โ1 Samu'eel 9:9๐
#Bara duriitti #Israael
keessatti #namni tokko
yommuu Waaqayyoon gaafachuuf deemu
โKottaa, nama #mulata argua
sana bira dhaqnaโ jedha ture.
Sababiin isaas
namni yeroo #haraatti_raajii jedhamu, bara #duriitti nama #mulata argu jedhama ture
๐ #แแฌ_แแขแญ แจแแฃแแ #แแตแ แฃแ #แซแฅแญ แญแฃแ แแ แญแ แ แตแแตแ #แ แฅแตแซแคแ แแแต แฐแ
#แฅแแแ แฅแแญแ แแแ แจแ แฒแแต แ
แแฐ แฃแ แซแฅแญ แฅแแแต แญแ แแ แญ
=(1 แณแแคแ 9:9)
ฮคฮฟฮฝ ฯฮฑฮปฮนฯ ฮบฮฑฮนฯฯ
ฯฯฮฑฮฝ ฮญฮฝฮฑฯ ฮฯฯฮฑฮทฮปฮฏฯฮทฯ
ฮฎฮธฮตฮปฮต ฮฝฮฑ ฯฮฌฮตฮน ฮฝฮฑ ฯฯฯฮฎฯฮตฮน
ฮณฮนฮฑ ฮบฮฌฯฮน ฯฮฟ ฮฮตฯ ฮญฮปฮตฮณฮต: ยซ #ฮ ฮฌฮผฮต ฯฯฮฟฮฝ #ฮฮปฮญฯฮฟฮฝฯฮฑยป. ฮฮนฮฑฯฮฏ ฮฑฯ ฯฯฯ ฯฮฟฯ ฯฮฎฮผฮตฯฮฑ ฮฟฮฝฮฟฮผฮฌฮถฮตฯฮฑฮน ฯฯฮฟฯฮฎฯฮทฯ ฯฮฑฮปฮนฮฌ
ฮฟฮฝฮฟฮผฮฑฮถฯฯฮฑฮฝ ยซ #ฮฮปฮญฯฯฮฝยป.
โโโโโโโโโ
๐ Raga dabalataa
Dubbisuu ni dandeessa
โ2 Samu'eel 24:11
โ1 sen 26:28
โ1 sen 29:29
โ1 Mot 17:13
โRaji isayaas 30:10
โRaji Amosi 7:12
==***********=====
โRaaji yeroo jennu
Akkamit hubbaate...โ
โ Maddi yookiin burqaan
Raaji eenyu... โ
=Waaqayyo moo โ
=Nama....โ
โขWaaqayyo raji ta'u ni
Danda'a...โ
โข raajoonni Hundi
Dhuga ni dubbatu...โ
โข wanti namaa dinqisiisuu
Yero arganii fi dhagaan
Namoonni tokko tokko
Kuni raji dha jedhuu...
โAti hoo,Maali jeeta
%โธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธ%
โrajoota sirrii kan
Jedhamani Akkamitiโ
=Deebi isaa dubbisi๐
โSeera.lakkoofsa 11:6
โseera.lakkoofsa 11:25
โseera keesa.deebi 18:20
โ1Samu'eel 19:20
โ1 Samu'eel 28:6
โ1Mot 19:16
*******
โRaji Ermiyaas 1:5
โRaji Ermiyaas 23:28
โRaji Ermiyaas 28:13-30
โRaji Ermiyaas 28:9
โRaji Hisqi'el 11:4
******
โRaji Amosi 7:12-16
โ1 Mot 20:35
โ2 Mot 3:12
โ2 Mot 14:25
*****
โmatewoos 11:9
โ1 Qor 12:10
โ1 Qor 13:2
๐๐๐โผโผ๐๐๐
rajoota sobduu
Yero jennuu akkamitti โ
โseera.keesa.deebi 18:22
โ1 Samu'eel 18:10
โNahimiya 6:12
โRaji Ermiyaas 5:31
โRaji Ermiyaas 14:14-15
โRaji Ermiyaas 23:25
โRaji Ermiyaas 23:32
โRaji Ermiyaas 27:14-15
โRaji Ermiyaas 29:9
โraji Hisqi'el 14:9
โraji Hisqi'el,7:26
โmatewoos 7:15-17
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นLink group kan
Xuqa seenaโ
โ @haadha_Waaqa_naJaladha
Keenya ๐
#Qophii_kutaa_5_ffaa
Kiristoos Raaji โmoo miti โ
Kan jedhuu irratti
๐ พ Deebi isaa hordofa
โจ๏ธ Muslimooni Kiristoos
Raaji dha jedhuu
Kitaaba Yohaannis
irratti kana bareeffame ๐
โ Yohaannis 4:19
๐ทDubartittiinis akkana
isaan jette: โGooftaa
ati #raajii ta'uu kee hubadheera
=====//======
โjecha kan irratti
Kiristoos Raaji dha jedhuu
โโโโโโโโโโโโโโโโโโโโ
=Deebin keenya immoo
Dubartittiin #caaliste dubbatee
Maalee wa'ee Kiristoos ta'u isaa
Iyyuu hin #Beektu kan jedhuu ta'a
=======================
โโYohaannis 4:25
๐Dubartittiinis, โMasiihiin
inni #Kiristoos jedhamu
akka #dhufu beeka
Inni yeroo dhufu wanta #hundumaa ifatti
nutti himaโ isaan jette
#Iyyaasuus โAni inni sitti dubbachaa jiru kun #isa dha" ishiidhaan jedhe ;
๐ ฑ kanafuu dubartiin
Oso jalqabaa Kiristoos
Ta'u isaa beektee
Kiristoos ni dhufa
Wanta hundumaa nuti
Himma hin jeetu ture
โisheen dogoggoran
Yoo, dubbatee Muslimooni
Immoo lamaffaa maalif
Dogogoruu...โ
โโYohaannis 4:28-29๐
Kanaafuu, dubartittiin
okkotee ishii dhiistee gara
#magaalaa dhaquudhaan akkana jettee
namootatti himte
โKottaa, #namicha wantan
Ani godhe hunda natti
hime ilaalaa.
Namichi kun, #Kiristoos #tainnaa laataโโ
๐ ฑ yeroo lamaffaa
Dubartin shakidhan
Kiristoos ta'in jecha
Jirti,
โosoo sirriitti Kiristoos
Ta'u beektee wanta
Hunduma kan natii
Himme Kiristoos
Jechu Qabdi ture
โamma garuu
Yero tokko tokko
Kiristoos, yeroo tokko
tokko immoo namicha
Jecha jirti
๐นHaataโu malee
Yero gara #magaalaa
Deemte wa'ee Kiristoos
Dubbatu " akka
Yero #jalqabaa sana
#Raaji hin jennee
Sababi isheen Raji
Jechu dideefi....
= #Iyyaasuus ani
Kiristoos
Wani jedhaniifi
โณโณโณโณโณโณโณโณ
Kanaafuu Muslimonni
Offi eeggannoo godha.
Hin dogoggorina ๐
โธโธโธโธโธโธโธโธ
๐ ฐ Jechi Raaji
Jedhu yoomii
Eeggale.....โ
โโ=Deebi isaa bara
Samu'eel'
โ1 Samu'eel 9:9๐
#Bara duriitti #Israael
keessatti #namni tokko
yommuu Waaqayyoon gaafachuuf deemu
โKottaa, nama #mulata argua
sana bira dhaqnaโ jedha ture.
Sababiin isaas
namni yeroo #haraatti_raajii jedhamu, bara #duriitti nama #mulata argu jedhama ture
๐ #แแฌ_แแขแญ แจแแฃแแ #แแตแ แฃแ #แซแฅแญ แญแฃแ แแ แญแ แ แตแแตแ #แ แฅแตแซแคแ แแแต แฐแ
#แฅแแแ แฅแแญแ แแแ แจแ แฒแแต แ
แแฐ แฃแ แซแฅแญ แฅแแแต แญแ แแ แญ
=(1 แณแแคแ 9:9)
ฮคฮฟฮฝ ฯฮฑฮปฮนฯ ฮบฮฑฮนฯฯ
ฯฯฮฑฮฝ ฮญฮฝฮฑฯ ฮฯฯฮฑฮทฮปฮฏฯฮทฯ
ฮฎฮธฮตฮปฮต ฮฝฮฑ ฯฮฌฮตฮน ฮฝฮฑ ฯฯฯฮฎฯฮตฮน
ฮณฮนฮฑ ฮบฮฌฯฮน ฯฮฟ ฮฮตฯ ฮญฮปฮตฮณฮต: ยซ #ฮ ฮฌฮผฮต ฯฯฮฟฮฝ #ฮฮปฮญฯฮฟฮฝฯฮฑยป. ฮฮนฮฑฯฮฏ ฮฑฯ ฯฯฯ ฯฮฟฯ ฯฮฎฮผฮตฯฮฑ ฮฟฮฝฮฟฮผฮฌฮถฮตฯฮฑฮน ฯฯฮฟฯฮฎฯฮทฯ ฯฮฑฮปฮนฮฌ
ฮฟฮฝฮฟฮผฮฑฮถฯฯฮฑฮฝ ยซ #ฮฮปฮญฯฯฮฝยป.
โโโโโโโโโ
๐ Raga dabalataa
Dubbisuu ni dandeessa
โ2 Samu'eel 24:11
โ1 sen 26:28
โ1 sen 29:29
โ1 Mot 17:13
โRaji isayaas 30:10
โRaji Amosi 7:12
==***********=====
โRaaji yeroo jennu
Akkamit hubbaate...โ
โ Maddi yookiin burqaan
Raaji eenyu... โ
=Waaqayyo moo โ
=Nama....โ
โขWaaqayyo raji ta'u ni
Danda'a...โ
โข raajoonni Hundi
Dhuga ni dubbatu...โ
โข wanti namaa dinqisiisuu
Yero arganii fi dhagaan
Namoonni tokko tokko
Kuni raji dha jedhuu...
โAti hoo,Maali jeeta
%โธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธ%
โrajoota sirrii kan
Jedhamani Akkamitiโ
=Deebi isaa dubbisi๐
โSeera.lakkoofsa 11:6
โseera.lakkoofsa 11:25
โseera keesa.deebi 18:20
โ1Samu'eel 19:20
โ1 Samu'eel 28:6
โ1Mot 19:16
*******
โRaji Ermiyaas 1:5
โRaji Ermiyaas 23:28
โRaji Ermiyaas 28:13-30
โRaji Ermiyaas 28:9
โRaji Hisqi'el 11:4
******
โRaji Amosi 7:12-16
โ1 Mot 20:35
โ2 Mot 3:12
โ2 Mot 14:25
*****
โmatewoos 11:9
โ1 Qor 12:10
โ1 Qor 13:2
๐๐๐โผโผ๐๐๐
rajoota sobduu
Yero jennuu akkamitti โ
โseera.keesa.deebi 18:22
โ1 Samu'eel 18:10
โNahimiya 6:12
โRaji Ermiyaas 5:31
โRaji Ermiyaas 14:14-15
โRaji Ermiyaas 23:25
โRaji Ermiyaas 23:32
โRaji Ermiyaas 27:14-15
โRaji Ermiyaas 29:9
โraji Hisqi'el 14:9
โraji Hisqi'el,7:26
โmatewoos 7:15-17
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นLink group kan
Xuqa seenaโ
โ @haadha_Waaqa_naJaladha