๐น๐kutaa-31 ffยชยช๐๐
โง Gaaffii fi Deebi
โMusiliimota๐
โYohaannis 9:3
Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhee deebise: โ #Hojiin_Waaqayyoo isa irratti akka mulatuuf kun ta'e malee, namichi kunis tae warri(maatiin) isaa cubbuu hin hojjenne.
-------------------------
๐โงGaaffii isaanii Kiristoos #hojii_Waaqayyo irratti yaa,mulatu jedhee malee #hojiin_kiyyaa irratti haa, mulatu hin jennee
#kanafuu ija namicha kani fayyee humna Kiristoosiin mitii
jedhu..โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐โงDeebi keenya
โlakki ija namicha kani fayyise Abbaa qofa mitii
Kiristoos illee fayyisee jira
kan jedhuu ta'a. yeroo kamiyyuu wanta Abbaan hojjatu Kiristoos illee ni hojjata.
โต=โYohaannis 5:19
Iyyaasus(Kiristoos) akkana jedhee isaaniif deebise #Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #Ilmi(Kiristoos) #waanuma Abbaan isaa #yeroo_hojjetu arge qofa
malee, ofii isaatiin kakaee wanta tokko illee hojjechuu hin dandau.
#Sababiin isaas waanuma Abbaan hojjetu hunda, Ilmis haaluma #wal_fakkaatuun wantootuma sana hojjeta.
๐kanafuu hojjin Abbaa ni mulataa yoo, taโe kan ilma ni mulata jechudha.
kanafuu hojiin Waaqayyo irraatti yaa,mulatu,jechuun
hojjin ilma illee irratti yaa,mulโatu jechudha.
โถ=โYohaannis 16:15
#Wanti_Abbaan qabu hundi kan koo ti. Inni wanta kan koo tae #irraa fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi
โง #แแ แฅ แซแแ แแ แจแฅแ แแ แตแแแ แก แแฅแ แซแแ #แแตแถ แญแแแซแฝแแแก แ แแ
(แฎแแแต 16:15)
=================
๐fakkeenya tokkoo
ilaala๐
#Pheexiroos namicha tokkoo ni fayyisee maqaa Kiristoos qofaa fayyadame.
kanafuu humnaa eenyutin fayyee
namichi kuni...โ
โท=HDB 3:6
#Pheexiros garuu, โAni
meetii fi warqii hin qabu; wanta ani qabu garuu siif nan kenna. #Maqaa
Iyyaasus Kiristoos nama Naazireetiitiin kaiitii deemi!โ jedhe.
โธ=HDB 3:12
Pheexiros yommuu kana argu,namoota sanaan akkana jedhe: โYaa namoota Israaeli akka waan nuti #humna keenyaan yookiin namoota
Waaqayyoof bulan tauu keenyaan namichi kun akka adeemu goonetti
maaliif dinqisiifattu? Maaliifis fajajjanii
nu ilaaltuโ
๐โงakka dubbii kanatti namichi kuni humna Kiristoosiin akka fayyee ni ibsaa, Pheexiroos fi Yohaannis maqaa Kiristoos ni Fayyisaan.
๐นโง #Kiristoos garuu maqaa eenyu waamee namicha ija isa jaamaa taโe sana fayyisee
ree...โ
โง=lakki Kiristoos humna isaan fayyisee malee wanta biraa mitii, ergaa humna isaan fayyisee immoo Kiristoos Waaqayyo dha jechudha
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐Dubbi kitaaba namoota kana illachise akkasi jedha (#Musiliimota)
fi #shakitota hundumaa dabalatee
โถ=Roome 3:13
Laagaan isaanii #awwaala banamaa dha; arraba isaaniitiinis gowwoomsaniiru.โ
โ #Summiin bofaa afaan isaanii keessa jira.โ
แแฎแฎแ แธแ แฅแแฐ แฐแจแแฐ #แแแฅแญ แแแฅ แ แแแณแธแแ แธแแแแแแค แจแฅแฃแฅ #แแญแ แจแจแแแฎแปแธแ แ แณแฝ แ แ
(แฎแ 3:13).
โ=Roome 11:8
Waaqayyo #ija arguu hin dandeenyee fi #gurra dhagauu hin dandeenye isaaniif kennee hanga #guyyaa haraatti hirriba hafuuraa cimaa isaanitti buuseโ jedhamee barreeffametti dha.(Raji isayaas 29:10)
#แแญแแปแธแ แฅแแณแซแฉ #แแฎแปแธแแ แฅแแณแญแฐแ แฅแแแ แฅแแญ #แจแฅแแ แแ แแแแตแ แฅแตแจ แแฌ แตแจแต แฐแฃแธแแก แฐแฅแ แฐแฝแแ แ
(แฎแ 11:8)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นlink kan xuqa
hordofa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//=====

๐ณ kutaa -62-ffยชยช...๐ณ
๐บgaaffii fi Deebi
๐บMuslimoota๐ผ
โYohaannis 14:12
Dhuguma dhuguman
isiniin jedha, namni #Anatti amanu #hundi hojii ani hojjedhus ni hojjeta Ani gara Abbaa waanan dhaquuf inni hojii kana irra #caalus ni hojjeta.
======||
โก๏ธ gaaffii isaanii
1=Kiristoos erga Waaqa taโe namni akkamitti isaa amanuu isaa caala hojjachuu danda'u jedhuu...โ
========||ร
๐Deebi keenya
โEeyyee inni Waaqa.
๐ณ kaaku durii keessatti namoota Waaqayyo caala hojii dinqii hojjataani jiruu ,namoonni kunis Waaqayyotti wani amananiif.
๐Fakkeenyaaf
1โIyyaasu ilma nawe
2โEliyaas raajicha
3โIsayaas raajichaa
โตโฉKitaba iyyaasu 10:12-13
Yeroo waqayyon Israaelota duratti Amoorota injifatetti
Iyyaasuun Israaelota duratti waqayyodhan akkana jedhe Yaa #aduu, Gibeon irratti
dhaabbadhu Yaa #addeessaa, Sulula Ayiloon irratti dhaabbadhu Kanaafuu, sabichi diinota isaa irratti hamma haaloo bautti aduun bakkuma jirtu ni dhaabbatte; addeessis iddoo ishiitii hin #sochoone. Kun kitaaba Yaashaari irratti barreeffameera mitii? Aduun sami #walakkaa bakkuma jirtu ni dhaabbatte; gara guyyaa tokkootiifis lixuudhaaf hin ariifanne Sana #duras tae sana
booda, akka guyyaa sanaatti
guyyaan Waaqayyon sagalee namaa itti dhagae hin jiru sababiin isaas, waaqayon Israaeliif lolaa ture.
โถโฉ1motoota 17:1
Yeroo kanatti #Eeliyaas
Tishbichi inni Giiliyaad keessa jiraatu Akaabiin waqayyo Waaqa Israael isa jiraataa
isa ani tajaajiluun nan #kakadha, ajaja kootiin yoo tae malee waggoottan kanatti fixeensis tae #bokkaan hin jiraatu jedhe.
โทโฉ2 motoota 20:8-11
Hisqiyaas Waaqayon akka
na fayyisuu fi guyyaa sadaffaatti gara mana waaqayyoti akkan oli bau mallattoon argisiisu
maali dha?โ jedhee #Isaayyaasiin gaafatee ture Isaayyaasis deebisee Mallattoon waaqayyo biraa dhufee fi waqahyon wanta dubbate akka raawwatu
argisiisu kana dha Gaaddidduun kortoo irra jiru tarkaanfii kudhan gara fuulduraatti akka deemu moo tarkaanfii kudhan gara duubaatti akka deebiu barbaadda?โ isaan jedhe. Hisqiyaasis #Gaaddidduun
sun tarkaanfii kudhan gara fuulduraatti deemuun isaa salphaadha tarkaanfii kudhan gara #duubaatti deebiuun isaa garuu salphaa mitiโ jedhe. Kanaafuu, Isaayyaas gara Waaqayyotti ni #iyye innis gaaddidduun kortoo Akaaz irra jiruu fi gadi buee ture sun, tarkaanfii kudhan gara duubaatti akka deebiu godhe.
โก๏ธ Iyyaasuun aduu fi dhabuu isaa,Waaqayyo isa duraa godhee hin beeku.
โก๏ธEliyaas Waaggaa fi jia 3 dhorkuu isa.
โก๏ธIsayaas gadidduu dubbati tarkaanfii 12 deebisuu isa
๐บHaaluma wali faakataa
โธโฉHooji duuka buoota 5:3-5
#Pheexiros garuu akkana
jedhe Yaa Hanaaniyaa, Seexanni hafuura qulqulluu akka sobduu fi qarshii laficha itti gurgurte keessaa hamma tokko dhoksitee hambisuuf akka ija jabaattu kan si godhe maaliifi? Utuma hin gurgurin iyyuu kanuma kee hin turree? Erga
gurgurtee boodas wanta barbaadde itti gochuu dandeessa turte mitii? Wanta akkasii gochuuf garaa
keetti maaliif yaadde? Ati namoota utuu hin tain Waaqayyoon sobde Hanaaniyaan yeroo kana dhagau lafa dhaee #due. Namoonni kana dhagaan hundis guddaa sodaatan
โนโฉHoji duuka buoota 8:39
Yommuu bishaan keessaa baanis #hafuurri Waaqayyo battaluma sanatti #Filiphoosiin #fuudhee deeme; sana booda
xuaashichi isa hin argine; taus gammadaa karaa isaa irra buee deeme.
โPheexiroos afaanii isaa qofa dinqii kana raawachuu isa
โ Filiphoos Affuura Qulqulluun
Deemu barsiisuu fi cuphuu isa.
โค๏ธโคด๏ธ namoonni kuni 5 isaanii iyyuu Waaqayyoti wani amananiif Waaqayyo akka isaanii dinqii guddaa isaa caaluu kana akka hojjatani heyyamefi jira
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
link waldaa keenya kana xuqaa hordoffa.
@haadha_Waaqa_naJaladha
๐๐๐๐๐๐๐๐๐