Baga Geessan Hundi keessan (27)
Yeroo Kiristoos fannifamee sana Mootiin Philaaxoos Afaanii #sadiin(3) bareefama tokko bareesee โ jechi kuni iddoo #lama_qofatti bareefame argama
โโ๐ฉ๐ค๐ ๐ ๐ค๐๐๐๐ Luqaas 23:38
2โ๐ก๐๐ข๐๐๐๐๐ Yohaannis 19:20
๐kitaaba warra #pheenxee kani Oromiffaa sana irraa Luqaas 23:38 irraa kani jiruu #balleessan jiruu โ
โ Kani #Orthodoksi irraa jira๐ฏ๐ฏ๐ฏ Afaanii Kitaabni jalqabaa ittiin barreeffame irratti ni argama "Orthodoksi bara bara yaa jiratuu.
๐ฎ Luqaas 23:38 irratti akkasii jedha ยซBarreeffamni isa olitti bareefame turee Afaanii #Girikiitiin, Afaanii Roomaatti fi Afaanii Ibraayisxiitiin inni kuni Mootii Yihudootatiยป jedha.
๐ฎYohaannis 19:20 irratti immoo akkasii jedha ยซiddoon Iyyaasus itti fannifame waan magaalaatti dhiสผoo tureef Yihuudoonni hedduun bareefama sana dubbisaniiru; bareffamani sunis afaan #Ibraayisxiitiin, Roomaatti (Laatiinii) fi Giriikiin barreeffame.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โง Ragaa bira ilaala
Afaanii #Ingiliffaa
Afaanii #Amaariffa
Afaan #Giriikii durii
โก๏ธAyyana gaarii isiniif Haataโu