βjechi #sulamaxi jedhu Afani #Ibrayisxiitti irraa dhufee kunis (Χ©ΧΧΦΌΧΦ·ΧΦ΄ΦΌΧΧͺ ) hikaa isa #Nageenya_qabeettii jechudha
β» ishin tuni #Mariyaami dha #Gabrael nagenyi siif Hatau jedheni
β.kitaba weduu 6:13
Yaa #Sulamaxittii debi'i debii akka nu si ilaalluuf deebii deebii Isin akkuma nama sirba #Mahanayiim ilaluutti
maaliif Sulamaxittii ilaaltu
β.Luqas 1:28
Ergaman Waaqaa sunis gara #ishe dhaqe Yaa ishee kenna argatte #nagaan siif haa taΚΌu Gooftan si wajjin jira jedhe
β§ jechi #Mahanayiim afanii Ibrayisxiitti (ΧΦ·ΧΦ²Χ ΦΆΧ #buufta_lama jedhudha
βbuufta lama kani jedhame #Galiilaa fi biyya #Gibxii
Kunis #Maariyaami Galiilaa irraa kaate Gibxii keessa qubachuu ibsa.
β.Mat2:14
Yoosef kaΚΌee mucicha fi #hadha isaa halkanin fudhatee #Gibxitti qajele
β.Mat 2:22
Arkelawos bakka Herodis abba isaa biyya Yihuda bulchu akka jalqabe waan dhagaeef achi dhaqu sodate Kana males Waaqayyo abjudhaan akeekkachiisa waan isaaf kennef gara #Galiila deme
β» #π πππ πππππ ππ ππππ βππ‘ππ’β£
ππππ π‘ππππππππ πππ‘ππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha