๐น๐บkutaa_49 ffaa ๐บ๐น
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บGaaffii fi Deebii
๐บmusiliimota
โ Yohaannis 12:36
isin ilmaan ifaa akka taataniif, #yeroo ifa qabdan kanatti ifichatti amanaa.โ Iyyaasus(Kiristoos)wantoota kana erga dubbatee booda achii deeme; isaan jalaas ni #dhokate.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณ Gaaffii isaanii.
โต=Kiristoos jala miliqe yookiin jalaa dhokatee jira,yihudoonni eessatti isaa arganii fanifisaani jedhuu...โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณ Deebii keenya.
Jala miliqe yookiin jala dhokatee yoo,jedhamee hin fanifamne jechudha hiika isaaโLakki akkasii miti.
โ inni jala kani dhokatee sa'aatiin isaa wanii hin geenyefi malee wanta biraa mitii.
Ragaa_kitaaba
โต=Yohaannis 12:27
Amma ani dhiphadheera, maali
jechuun dandaa โYaa Abbaa, #saaatii kana irraa na oolchi. Haatau malee, #Ani saaatii kanaafan dhufe.
โKiristoos Ani dhiphadheera yeroo jedhuu Aangoo dhiphina balleesssu dhabee osoo hin tanee ยซduubbi rajjoota akka rawwatamufยป Kiristoos nuuf jedhee rakkoo keenya baatee haala kanani ibsuuf. ANI dhiphadheera jedhee.
โถ=Raaji_isaayaas 53:4
Inni garuu dhugumaan #dhiphina_keenya of irra in kaa'e, muddama keenyas in baate; nuyi garuu akka waan Waaqayyo dha'icha isatti fidee, akka waan inni isa rukutee gad isa deebisettis in lakkoofne
โก๏ธ jecha Kiristoos ani sa'aatii kanaafi dhufee jedhuu yeroo isaa wani gaheef.
โท=Yohaannis 12:32_33
Ani garuu lafa irraa yoon oli kaafame, akaakuu namootaa hunda ofitti nan harkisa.โ Kana kan dubbate, #inni_dua akkamii duuuf akka jedhu argisiisuuf turee.
โธ=Luqaas 13:31_33
#Saaatii sanatti Fariisonni tokko tokko dhufanii, โHeroodis si #ajjeesuu waan barbaaduuf asii baiitii deemiโ jedhaniin innis akkana isaaniin jedhe: โDhaqaatii jeedala sanatti, โKunoo ani #haraa fi #boru jinniiwwan nan baasa, namoota dhukkubsatanis nan fayyisa, guyyaa #sadaffaattis_hojii koo nan xumuraโ jedhaatii itti himaa.Haatau malee, #raajiin iYerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
โKiristoos sababa raajii itti jedhamee yeroo gaafii fi Deebi kitaaba Luqaasi ilaaluu haala gaariin ibsama.hanga sanatti nuu,eeggaa.
โKutaa+48 ffaa Dubbisa.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/506
แญแ แแ แจแฐแแแจ แจแซแฑ แ แญแฐแแแฅ แแแญ แแ แ แแซแฝ แแแต แแ แซแ แแต แแ แจแ แขแจแฑแต แตแ แแแก แแแต แฅแแณแแ แตแแขแต แฐแแแจแค
แตแ แแแกแ แแ แ แญแฐแแแฅ แแแญ แแ #แจแฐแ แฐแแตแ_แจแฅแแแ แฅแแญแ_แแแฝ แฐแแ #แ แ แแตแแต แฅแแฒแฐแ แตแฃแธแ แแ แฅแแแข((แฎแแแต 11:51-52))
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
Link group keenyaa hordofuu yoo,fedha qabatee.๐๐๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=======//===//=========

Telegram
๐นGoofoon_Qulqulloota_Maariyaamadha๐น๐๐ป
๐น๐บkutaa-48-ffยชยช๐บ๐น
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บโGaafi fi Deebi
โMuslimoota.๐
โYohaannis 11:53-54๐
guyyaa sanaa jalqabee isa #ajjeesuuf isa irratti mariatan.
Kanaan kan kaes, Iyyaasuus(kiristoos) sana
booda #ifatti Yihudoota gidduu hin deddeebine; kanaaโฆ