๐=sa'aatiin,itti hirribaa dammaqxan amma.
โง แจแฅแแ แแ แจแแตแแกแ แต แฐแแต แ แแ แฅแแฐ แฐแจแฐ แแแแ แฅแแแค แซแแแแ แต แแ แญแแ แแณแแฝแ แแฌ แแฐ แฅแ แแญแฆแ แแ
โง Rom 13:11
โง แฎแ 13:11
โฌโฌโฌโฆโฌโฌโฌ
โฆ Matadureen kuni hiriba keessa dammaqaa, yookiin namii rafee yoo,jirate kaha
(=Phaawuloos =)
โงhikaa dubbii kan kallattiidhaan kan ilaalamu miti
Maaliifi yoo,jennee hiribaa Uumaman Waaqayyo nafi wani Uumeefi yookiin hiribaa nama qofa osoo hin tanee bineensota, bineeldoota, allaattiiwwan fi bishaanii keessa warra jirtan hundumaafis akka rafan beekamaadha
โงKanaafuu hiribaa kan jedhamee bakkaa kanatti hiribaa isaa Uumama kan osoo hin tanee. #Hiribaa cubbuu keessa ka'a jechuudha
โงdhugumaa namoonni bayyeen hojii gaarii dhisani jiruu.
โงWaaqayyo irraa namoonni laphee ofii fagoo wanii godhanif
โฆamma dammaqaaโฆ.
โQulqulluu=Phaawuloos maalif jedhee ilaala ๐โ
โWaaqayyo biraa yoo tae malee Aangoon waan hin argamneef,namni hundi abbootii taayitaa
iddoo ol aanaa qabaniif haa bitamu,abbootiin taayitaa amma jiran aangoo isaanii isa daangaa qabu kan argatan Waaqayyo biraa ti
โ Kanaaf,namni aangoo mormu hundi qophii Waaqayyoo morma; warri qophii kana morman of irratti murtii fidu
โBulchitoonni kan sodaachisan namoota wanta #gaarii hojjetan utuu
hin tain, namoota wanta gadhee hojjetani dha
= #Nama aangoo qabu akka
hin sodaanne ni barbaaddaaโ Wanta gaarii hojjechuu kee itti fufi,isa biraas galata ni argatta
โ sababiin isaas inni #tajaajilaa Waaqayyoo isa faayidaa keetiif muudame dha. Haatau malee, inni goraadee kan hidhate kaayyoo malee waan hin taaneef,
wanta #gadhee yoo hojjette sodaadhu,Inni nama wanta hamaa hojjetutti dheekkamee haaloo bauuf tajaajilaa Waaqayyoo ti.
โ Kanaaf dheekkamsa isaa sodaachuudhaan qofa utuu hin tain, #qalbii keetiin kan kaes isaaf bitamuuf sababii gaaa qabda
โ Qaraxa kan kaffaltanis kanumaafi,sababiin isaas isaan tajaajiltoota Waaqayyoo uummata tajaajilani dha, tajaajila kanas yeroo hunda raawwatu
โ Hundumaaf wanta
isaaf malu, jechuunis isa qaraxa gaafatuuf qaraxa, isa gibira gaafatuuf gibira, isa sodaatamuu barbaaduuf
sodaa, isa ulfina barbaaduuf ulfina kennaa
โWal jaallachuu malee idaan eenyuu illee isin irra hin jiraatin,sababiin isaas namni nama jaallatu hundi
seericha raawwateera
โSeericha keessatti, โHin ejjin, hin ajjeesin, hin
hatin, hin gomjainโ jedhameera. Ajajawwan kunis taan ajajawwan kan biraan ajaja, โNama akka ofii keetti jaalladhuโ jedhu keessatti walitti qabamaniiru.
โ Jaalalli wanta hamaa nama irratti hin hojjetu; kanaaf,
namni nama jaallatu seera hundumaa hojii irra oolcha.
โจ๏ธ Isinis yeroo isaa waan beektaniif kana raawwadhaa; yeroo amantoota itti taane caalaa amma #fayyinni keenya waan dhihaateef, saa'atiin
itti hirribaa dammaqxan amma.
โจ๏ธHalkanichi darbuu jala gaeera; guyyichis dhihaateera. Kanaaf, hojii dukkanaa of irraa gatnee #meeshaa
waraanaa ifaa haa uffannu
(Rom 13:1-12)
โง แแแฑ แ แแแ แ, #แแแ แแญแฆแ แ แฅแแแฒแ แจแจแแแแ แฅแซ แ แแฅแฐแ #แจแฅแญแแแ แแป แฆแญ แฅแแแ แต
(แฎแ 13:12)
โฌโฌโฌโฌโฆโฌโฌโฌโฌ
=Galani Waaqayyof Haataโu
Ameen.
โงYaada yoo,qabatanii
@Gutema123