🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.39K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
♨️ Guyyaa 6 booddee
=➹ ከስድስት ቀንም በኋላ
👉Maatewoos 17:1
👉ማቴዎስ 17:1
▬▬▬▬▬▬
Kuta___1__ffaaa

=
#Qophii Ayyaanna
Guyyaa 13 kabajamuu
irratti

➛= ብርሃንም ወደ ዓለም
ስለ መጣ ሰዎችም ሥራቸው
ክፉ ነበርና
#ከብርሃን ይልቅ
ጨለማን ስለ ወደዱ
ፍርዱ ይህ ነው

➛=
#ክፉ የሚያደርግ ሁሉ
ብርሃንን ይጠላልና ሥራውም እንዳይገለጥ ወደ ብርሃን
አይመጣም፤

➛=
#እውነትን የሚያደርግ ግን
ሥራው በእግዚአብሔር ተደርጎ
እንደ ሆነ ይገለጥ ዘንድ ወደ ብርሃንt ይመጣል
=(ዮሐንስ 3:19-21)=

‼️Wanti murtiidhaaf
buuura tau kana dha
#ifni gara addunyaa
dhufeera namoonni
garuu hojiin isaanii
hamaa waan taeef
ifa mannaa dukkana
jaallatan

‼️ Wanta hamaa
hojjechuu kan
amaleeffate hundi
ifa ni jibba hojiin isaa
akka hin
#saaxilamneef
gara ifaatti hin dhufu

‼️Wanta
#dhugaa kan
hojjetu hundi hojiin isaa
fedhii Waaqayyoo
wajjin kan walisimu
tauun isaa akka mulatuuf
gara ifaatti dhufa.”
=(Yoh 3:19-21)=

◈Bagaa Gammadaan
hundi keessanuu "

=Kiristoos ifa, dhuguma
Namni gara ifatti dhufuu
Nama gaarii dha

♨️ Hiikaa guyyaa 6
booda Maalidha=_

👉1 ffaa (Tokkoffaa)
=Kiristoos biyyaa
Qisaariyaa keessa ture jira
Biyyi Qisaariyaa immoo
iddoo dhaloota
#Filiphoos
Ture.

➴ Kitaabni Qulqulluun
Filiphoosis 2 qofa akka jiruu
Ni ibsaa
🌻=Filiphoos tokkoffaan
isaa duukaa bu'a
Kiristoos ta’e
➛Mat 10:3
➛Mar 3:18
➛Luq 6:14
➛Yoh 1:43-48
➛Yoh 12:21-22
➛Yoh 14:9
➛HDB 1:13
=H.D.B=jechun hojii
Duuka bu'oota jechudha.
◈ biiyyii Filiphoos kan
immoo
#Galiilaadha
naanno Betasiyidaa

🌻=Filiphoos lammaffaa
immoo isaa biyyaa
#Qiisaariyaatti
➛Mat 16:13
➛Mar 8:27
➛HDB 21:8
➛HDB 8:40

♨️ seenaa Gababa
Filiphoos isaa biyyaa
Qisaariyaa"

=Filiphoos akkuma nama
Kamiyyuu Qisaariyaa
Keessa jirata turee
Kiristoos Guuyyaa tokko
Gara biyya isaa,dhaqee
Guyyaa 6 biyyaa keesaa
turee,biyyaa sana keessatti
Namoonni baay'een wa'e
Kiristoos irratti shakki ni
Kasu turee, Kiristoos garuu
Waa'ee isaa ifa gochuuf
Biyya,sana deeme
=Akkuma Kitaabni
Qulqulluun Jedhuttu
Deebi siirri waa'ee
Kiristoos ibsu
#Pheexiroos
Dubbaate turee
"Dhuguma Ati Ilma
Waaqayyotti.

♨️ isaa booda Filiphoos
Kuni Kiristoositti nama Amaanee turee, guyyaa
sana jalqabee jireenya isaa
Guutu Kiristoos duuka
bu'e jira

1=Filiphoos maatiin 120
Jiran keessa,Tokko turee
➴=HDB 1:15

2=Daaqoonota 7 keessa
Tokko ture
➹=HDB 6:5

3=Nama biiya Itoophiyaa keenya Kan cuuphee
Filiphoos Kan turee
➴=HDB 8:26-40

4=biyyaa Samaariyaa
hundaa kan barsisee
isaa turee
=Simoon nama,Seexanaa
Qabame qoricha biyyaatti
Samaariyaa keessa isaa beekama turee Kan
cuuphe Filiphoos turee
=➴HDB 8:4-26

5=Filiphoos ijoollee
dubartoota 4 qaba
isaan afuriin isaani
raaji nidubbatuu
=➹HDB 21:9

6=Mana Filiphoos
keessa Guyyaa
muraasa Phawuloos
akka Isa,bira tureedha
=➴HDB 21:8

🌼 yaada xumura
#Kiristoos biyyaa
Qisaariyaa keesatti
wa'ee Eenyuma
Isaa ibsuu qofaa
osoo hinTane Filiphoos
akka wamamuuf ture

=Filiphoos wamamuu
isaa immoo keessatuu
biyyaa
#Itoophiyaa dha
bu'a guddaa Nuu,fidee
jira

=Kanaafuu Ayyaanna
kabajuun keenya
Nuuf bu'a guddaa akka
Ta'e yaadadha
➛Ayyaana kan
kabajuufi Hundi
keessan ofii
qophessa

=♨️namoonni biyyaa
Keessa,fi Alaa jirtan
Hundi keessan iyyuu

👉Kuta_2 ffaa jira

➴link kan ilaalu ni
dandeessu👇

@haadha_Waaqa_naJaladha
🌹Akkami jirtu Nageenyi
Dhifamni,fi jalali waaqayyon isinif haata'u"
#Bagaa||🍂|| geessan=16
➜ kadhannna fi jalali
Haadha keenya isinifi
Haata'u hunduma keessanif

❖ kitaba raajicha
Milkiyasi irra🌺

Waaqayyo Ani isiin
nan jaalladhe” jedha
isin garuu, “Attamitti nu jaallate? jeetu

#Esaawuu obboleessa
Yaaqoob mitii ree?” jettanii in gaafattu; Waaqayyo immoo, “Ani amma iyyuu
Yaaqoobi nan jalladhe
Esaawuu nan jibbee jedha.
(=Miilkiyaas Raajichaa 1:2)
▬▬▬▬▬▬▬
ammas yoo, ta'e.
Namni Addunya kan
Irra jirtu bakka lamati
Qodama,...
➜inni #1ffªª =kan
Waaqayyo jalatu yoo
Ta'u
🌹fakkeenyi isaa
Yaaqoobi yoo, ta'u
➜inni #2_ffªª Kan
Waaqayyo jibbu
Yoo, ta'u
🌹fakkeenyi isaa
Essawuu dha.
▬▬▬▬▬▬▬
➜fakkeenyuma kan
🅰 haati Goofta keenya
Addunya kan irra
Namoota ni jallati
➜akkasumas addunya
Kan irra namoota
Jibbituu ni qabdi..
%▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸▸%
akkuma waaqayyo
Namoota inni
Jallatu fedhi isani
Guuttu
=haati waaqa keenya
Nama jalatufi fedhi isani
Guutti.
➜ akkuma kitabni
Qulqullunni jedhu
Namni ifa barbadu
Gara ifa yaa, dhufu
Jedhu, namni
Haadha waaqa jalatu
Gara ishe haa, dhufu

Yohannis 3:20-21👇
Wanta hamaa #hojjechuu
kan amaleeffate hundi
#ifa ni jibba
hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu

Wanta #dhugaa kan
hojjetu hundi hojiin isaa
#fedhii Waaqayyoo
wajjin kan wali-simu
ta'uun isaa akka mulatuuf
gara ifaatti dhufa.

# ክፉ የሚያደርግ ሁሉ ብርሃንን
ይጠላልና፥ ሥራውም እንዳይገለጥ
ወደ ብርሃን #አይመጣም

#እውነትን የሚያደርግ ግን ሥራው በእግዚአብሔር ተደርጎ እንደ
ሆነ #ይገለጥ ዘንድ ወደ #ብርሃን ይመጣል
=ዮሐንስ 3 :20-21
△△△△△△△△△
Afaan #Giriki inni
Dura immo hiika
Kan nuufi keena.

Κάθε άνθρωπος που πράττει #έργα φαύλα μισεί το φως και δεν έρχεται στο
φως, γιατί φοβάται μήπως αποκαλυφθούν τα έργα
του και κριθούν.

#Όποιος όμως κάνει πράξεις σύμφωνες με την αλήθεια του Θεού, αυτός έρχεται στο #φως· έτσι θα φανεί πως οι πράξεις του έχουν γίνει από υπακοή στο Θεό».
▬▬▬▬▬▬▬
🌾Ayyanna||gaari isinif haata'u
🌺yaada yoo qabtan
Link kan xuqa👇
🅰 👉 @Gutema123
🅱 👉 https://t.me/Haaqa_bot
▸yookin @Haaqa_bot
kan jedhu xuqa
====||====||====