Audio
๐นmormii guddaa
Orthodoksi fi pheenxee
โก๏ธ mata duree Fayyisaan eenyu jedhuu โ
โฌ๏ธ kitaaba keessatti kani hin bareeffamne jira, isaa hoo, ni fudhata,moo hin fudhatu โ
#Orthodoksi(Gutema )
#pheenxee paasterii (iyuel)
๐บsoba pheenxee ilaala kunoo๐๐๐๐๐๐๐

๐
ฐ falmii Kiristiyaanaa fi Musiliimaa gidduutti taโe.
#Orthodoksi irra ๐Gutema
#Musilima irra๐Xaaliburidallah
=========*
โคด๏ธ mata duree falmii
๐Yohaannis 8:21 Irratti
Kiristoos cubbuu keenya irraa nuu fayyisee mooโmiti kani jedhu irratti โ
โก๏ธ Guteman Kiristoos cubbuu keenya irraa nuu, fayyise kani jedhu mirkaneessa 100%
โก๏ธ xaaliburidallah immoo Kiristoos cubbuu irraa hin fayyisne kana jedhuu mirkaneessa 0%
๐murtii isaa namoota sagalee kana dhaganif dhifnee jira.
-----kutaa-1-ffยชยช--------

โ ortodoksi fi pheenxee
โฉ pheenxee gonkumaa Kiristoos hin beektuu.
Kiristoos iddoo #lamatti Addan qooduu.
โgara tokko Waaqa
โgara tokko nama
โโ nutti orthodoksi biratti
๐ ฐGara tokko waaqa โ
๐ ฑGara tokko namaโ
=Kiristoos gargari qooduu hin dandeenyu.
Sababiin isaa Kiristoos amala lamaa irraa amala tokko jenne amana.
๐ พ Ibrootaa 13:8
Iyyaasus Kiristoos #kaleessa,
hara, bara baraanis #isuma sana.
==================
1๏ธโฃ pheenxee Kiristoos du'a jalqabaa ka'e jira maalif jenne yoo, gaafane ragaa hin qabduu ๐
๐ ฐ nutti orthodoksin sababa Kiristoos angafa du'a taee ni ibsina.
1Qorontos 15:20-21
Amma garuu #Kiristoos warra duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'e Sababiin isaas akkuma duuti karaa nama
tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama_tokkoo
dhufa
1Qorontos 15:55
Yaa #dua_nana injifannoon kee meerre ree? Yaa dua nana #ilkeen kee meerre ree?โ
๐บRaji_hose 13:14
#Du'a jalaas isaan furuu ree? Yaa du'aa, dha'ichi kee #meerre ree?
#Orthodoksi (Gutema)
#pheenxee (Samuel)

ฐ orthodoksi fi pheenxee.
๐บRakkoo pheenxee kana ilaala kuno๐๐๐
โตโฉpheenxee kuni #maqaa #Kiristoos jedhuu eessaa akka dhufee gonkumaa hin beekani
โถโฉmaqaa #Iyyaasus jedhu jecha irraa dhufee gonkumaa hin beekani.
โทโฉpheenxee kuni kitaaba #66 gonkumaa hooma hin beekuu.
โธโฉpheenxee maqaan #Waaqayyo jedhu jalqabaa eessa akka dhufee hin beeknani
โkanafuu ergaa Kiristoos hin beekne, Waaqayyo hin beekne, kitaaba hin beekne . Maaliif guyyaa guutuu iyyaa oltuu laataa โ
โ nuuti warri #orthodoksi kunoo akkanatti pheenxee #afaanii ishi cufaan.
#Orthodoksi (Gutema Gelana)
#pheenxe paasterii (Abdi)
..............................
โpheenxee yaaduma iyyaasus Kiristoos jecha olu malee isaa gonkumaa akka hin beeknee hubbadha.

= #orthodoksi irraa Gutema Gelana
= #pheenxee irraa paasterii mangistuu yookiin Tolasa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉmata dura waliin dubbii keenya isa kana ture ๐๐
๐ พmootummaa Waaqayyo kani galuu eenyuu โ
Pheenxee #wangeela_guutuu mooโ
pheenxee makanna iyyasus mooโ
Pheenxee gosa isa kamiโ
โฒDeebi isaa๐
Kani mootummaa Waaqayyo galuu gonkumaa hin beekamuu kani jedhuun .kanafuu pheenxee #rakkoo qaba jedhamee jira=ok
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉmaaloo namoonni dukkana keessa jirtanii pheenxee keessa dafa baha deemaโโโ

๐บ Mormii Guddaa Tokkoo
=Orthodoksi fi pheenxee jidduutti taโe.
๐ ฐ #Orthodoksi irraa #Gutema Gelana
๐ พ #pheenxee irraa paasterii #Baayisaa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉpheenxee kuni #waldaa #Haawariyati isaa jedhamu hordofa.
๐ ฑ #dogoggora_pheenxee kana ilaala kuno๐๐
โตโฉkanafuu erga Phaawuloos
Roome 1:3
Inni waa'ee #ilma isaa isa #akka_fooniitti_sanyii Daawit keessaa #dhalatee dubbate
=pheenxe kuni dubbii Waaqayyo mitii jedhe๐.
โถโฉcuphaan lubbuu qofaa fayyada jedha.fooniifi hin fayyaduu jedha๐
โทโฉKiristoos foonii nama mitii samii irraa foonii fide dhufe jedha ๐
โธโฉAdaa yihudoota gonkuma hin beekuu.๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฒsagalee dhageeffadhaa.

ฑ ortodoksii fi pheenxee
๐ #orthodoksi(Gutema)
๐ #pheenxee (Baqala)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
1โฉdhuguma nama kabajaa fi jalatama obboolleessa keenya Baqala baay'ee jalana.
2โฉdhuga jiruu himma malee gonkumaa sobaa hin beekuu
3โฉisaa qofa namni samuu fayya, kana dhuga barbaduu.
4โฉBaqalan yeroo dhiyoo keessatti gara dhugaa deemuuf kani ofii qopheessedha.
5โฉWaaqayyo sii, fana Haataโu.
Dafi gara obboloota Qulqulloota Orthodoksi tti gali.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ.
2 Qorontos 6:1 -2
Kana malees, isaa wajjin waan hojjennuuf gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fudhattanii #kaayyoo isaa irraa akka hin #jalสผanne isin gorsina.
Sababiin isaas inni, โAni yeroo fudhatama qabutti si dhagaสผeera, guyyaa fayyinaattis si gargaareeraโ jedha. Kunoo, yeroon #caalaatti fudhatama qabu amma. Kunoo, #guyyaan #fayyinaa_amma.
2 แแฎแแถแต 6:1-2
แ แฅแจแแ แฅแจแ แซแ แจแฅแแแ แฅแแญแ แธแ แ แจแแฑ แฅแแณแตแแ แ แฐแแ แฅแแแแแแแค
แ แฐแแฐแฐ #แฐแแต แฐแแแ แก แ แแณแแ แแ แจแณแแ แก
แญแแแแค แฅแแแฅ #แจแฐแแฐแฐแ แฐแแต แ แแ แแแค แฅแแแฅ #แจแแณแ_แแ แ แแ แแ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Jabadhuu.

๐น Orthodoksi fi Muslimaa
โปmataduree mormi
Maqaa Kiristiyaanaa jedhuu irratti.
โธhoji-duka-buota 11:26
Erga isa argee boodas, gara Anxokiyaatti isa fide. Achiis waggaa tokko guutuu isaanii wajjin walda(gumii )keessatti walitti qabaman; namoota hedduus ni barsiisan; barattoonnis yeroo jalqabaatiif Anxokiyaa keessatti #Kiristiyaanotaโ jedhaman
๐นLuqaas 11:28
Inni garuu #Lakki_gammadoon
illee #namoota_dubbii Waaqayyoo #dhagaanii_hojii irra oolchani dha jedhe.
โค๏ธkanafuu nutti Qajelfama Waaqayyo dhageenye dubbii Waaqayyo hojji irraa olchine ,dubbii suni immoo akka nutti Kiristiyaanaa jedhamnu Waaqayyo biraa nuuf dhufe, kanafuu nuuti isaa dhageenye hojii irraa olchine.
๐ koota na,duuka bu'aa jedhe Kiristoos ,kanafuu Kiristiyaanaa taโa fakkeenya kiyyaa hordofa jedhu isaatti.
Maatewos 5:19
#Kottaa_na_duukaa buaa; ani immoo namoota kan qabdan isin nan godhaโ isaaniin jedhe.
โฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑ
1โป #orthodoksi irraa
Gutema Gelana
2โป #Muslimaa irraa
Abbuu.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ||โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ

๐บ๐ข๐ค๐ง๐ข๐ ๐ค๐ง๐ฉ๐๐ค๐๐ค๐ ๐จ๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐ ๐๐๐๐๐ช๐ฉ๐ ๐ฉ๐'๐
A))โป #Orthodoksi irraa
=Gutema.
B))โป #pheenxee irraa
=Habte.
โ ๐ข๐๐ฉ๐๐๐ช๐ง๐๐ ๐ข๐ค๐ง๐ข๐๐
#Maariyaamin (waaqa)/Waaqayyo deesseeโmoo hin deenye.โ
โ #soba pheenxee kana
ilala๐
โโป๐ง๐๐๐๐-๐๐จ๐๐ฎ๐๐๐จ 9:6
#Mucaan nuuf dhalateera;
ilmi nuuf kennameera;
mootummaan gatiittii isaa irra jiraata.
Innis Gorsaa Dinqisiisaa, #Waaqa_Jabaa,
Abbaa Bara baraa, Mootii Nagaa
jedhamee ni waamama.
แขแณแญแซแต 9:6
แแแ แฐแแแถแแแแแฅ แแแต แแ แ แฐแฐแฅแถแแแแค แ แแ แแตแ แ แซแแแ แแญ แญแแแแค แตแแ แตแแ แแซแญแฅ แแซแ #แ แแแญแฅ แจแแแแ แ แฃแตแฅ แจแฐแแ แ แแ แฐแฅแ แญแ แซแแข
โบkanafuu Jechi แ แแแญ jedhuu Waaqa, jedhama.
โบkanafuu Maariyaamin ๐ ๐๐๐๐(๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐) ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐ฏ๐ฏ
โทโปYohaannis 20:28
Toomaas immoo,deebise โGooftaa koo! #Waaqa koo!โ jedheen.
แฎแแแต 20:28
แถแแตแแฆ แแณแฌ #แ แแแฌแแก แฅแ แแแฐแแต
(Kitaabni pheenxee garuu iddoo kanatti Waaqa kani jedhuu kana Waaqayyo jedhee hike jira
=Waaqa =Waaqayyoo))
#แ แแแญโป๐ฌ๐๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐๐ช๐๐๐.
#แฅแแแ แฅแแญ โป๐ฌ๐๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฎ๐ค jechudha.
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
๐๐๐ก๐๐๐๐๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

๐นGaaffii tokko Muslimoonni akkasii jedhanii naa gaafatanii
#Maariyaami kani #ajjeesee Iyyaasuus #Kiristoos , kanaafu Kiristoos akkamitti #haadha isaa ajjeesaa kuni #safuudha nani jedhanii โโ๐
โป yeroo kana ani immoo gaafii tokko gaafadhee Raaji #muhammadi Kani #ajjeesee eenyu jedhee gaafadhee #Allaha nan jedhee.
โปerga akkasii taโe kana hunda Allaha muhammadi tti fayyadama ture maalif ajjeese ,Allahan maaliif #garaa itti jabate kuni #safuu dha jedhanii โ๐๐๐
Yeroo kana #deebii fidu didee caalise ๐
๐นgaaruu ani wanta tokko isinitti nan himma yaa ijoollee #orthodoksi.
Duโaa jechuun #boqonnaa dha , Waaqayyo immoo namni yeroo boqachuu qabatu nama boqachisaa.
Kanaafuu Waaqayyo boqonnaa namaaf yoo kenne kuni akkamii safuu ta'a mee,โakkamitti boqonnaa cubbuu ta'a โ
๐นyaa Muslimaa akkanumaan ofii keessatti hin fincaanii jennani.

Baga Geessan Hundi keessan (27)
Yeroo Kiristoos fannifamee sana Mootiin Philaaxoos Afaanii #sadiin(3) bareefama tokko bareesee โ jechi kuni iddoo #lama_qofatti bareefame argama
โโ๐ฉ๐ค๐ ๐ ๐ค๐๐๐๐ Luqaas 23:38
2โ๐ก๐๐ข๐๐๐๐๐ Yohaannis 19:20
๐kitaaba warra #pheenxee kani Oromiffaa sana irraa Luqaas 23:38 irraa kani jiruu #balleessan jiruu โ
โ Kani #Orthodoksi irraa jira๐ฏ๐ฏ๐ฏ Afaanii Kitaabni jalqabaa ittiin barreeffame irratti ni argama "Orthodoksi bara bara yaa jiratuu.
๐ฎ Luqaas 23:38 irratti akkasii jedha ยซBarreeffamni isa olitti bareefame turee Afaanii #Girikiitiin, Afaanii Roomaatti fi Afaanii Ibraayisxiitiin inni kuni Mootii Yihudootatiยป jedha.
๐ฎYohaannis 19:20 irratti immoo akkasii jedha ยซiddoon Iyyaasus itti fannifame waan magaalaatti dhiสผoo tureef Yihuudoonni hedduun bareefama sana dubbisaniiru; bareffamani sunis afaan #Ibraayisxiitiin, Roomaatti (Laatiinii) fi Giriikiin barreeffame.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โง Ragaa bira ilaala
Afaanii #Ingiliffaa
Afaanii #Amaariffa
Afaan #Giriikii durii
โก๏ธAyyana gaarii isiniif Haataโu