πkuta-103-itti fufa.π
#Gorsa tokko Raajii Naahomi
βRaajii-Naahoom 1:7
Waaqayyo #gaarii dha
yeroo rakkinaattis daΚΌoo dha.
Inni warra isa amanatan ni beeka
βRaajii-Naahoom 1:3
Waaqayyo aariidhaaf #suuta kan jedhuu fi humna guddaa kan qabu dha, TaΚΌus waaqayo adaba barbaachisu kennuu irraa matumaa duubatti hin jedhu. Daandiin isaa bubbee fi obomboleettii badiisa geessisu keessa jira, Duumessoonnis akkuma awwaara miila isaa jala jiruu ti.
βRaajii-Naahom 3:19
Badiisa si irra gaΚΌu irraa boqonnaa hin argattu. #Madaan kee fayyuu hin dandaΚΌu. Namoonni waaΚΌee kee oduu dhagaΚΌan hundi harka isaanii walitti rukutu; Sababiin isaas, gara jabina kee isa wal irraa hin cinneen kan hin miidhamne hin jiru.β
πhanga sanatti dubbisaππ