Gutema Gelana:
๐น#Waaqayyo garuu
Adduunya dura #mootidha,waliqixxee
lafa #jidduutti
#Qoricha hojjatee
=Far.Daawit 74:12
โแฅแแแ แฅแแญ แแ แจแแแ
แ แตแแตแ #แแแฅ แแ
#แ แแตแญแ แแซแจแ
#แแตแแแตแ แ แฐแจแ
=แแแแญ 74:12
โWaaqayyo addunyaa
Dura mooti akka
taโe ni hubanno=ok
=Waaqayyo samii fi lafti
Osoo hin jiratani Eenyu
irratti Mooti taโe =_____โ
โdeebiin isaa Waaqayyo
Amaluma isaan mooti
Waani Ta'eef.
๐ปWaaqayyo samii fi lafa
Uumamtooni biraa itti haa,fayyadamuu
Jedhe malee irratti
mooti ta'uf Mitti ta'uf mitti
=ammas yoo,taโe samii fi
Lafti ni badi inni akkuma jalqabaa mooti taโe inni
Ammas mootidha
๐ปWaaqayyo erga
Addunya dura mooti
Waaqayyo lafa yaa,
Uumuu yaa,dhisuu malee
Qoricha hojjachuu yaada
Waaqayyo turee
๐ปWaaqayyo maalif
Erga lafa fi samii
Uumee qoricha lafaa
Qofa irratti hojjatee=__โ
โnamni akka isaa yakkuu
Osoo lafa hin uummin dubbate
Kanaafu akka nama fayyisu
Dubbate jira
โ Waaqayyo qoricha
Raawachuu #waliqexxe lafaa
Maalif barbaachise โโ
โiddoo sana nama
waani Uumuuf
Akkas jedhee...
๐ป kanaa booda
Nama kan fayyisuu
Waaqayyo ta'u qaba
โ waa'ee fannoo
๐ผ #kutaa_1_ffaa
=Ser.Uumama 1:11-13๐
๐Amma immoo Waaqayyo
#Lafti_biqila haa baasu! Dhaabaan akka qomoo isaatti sanyii godhatu mukkeetiin ija kennanii iji isaanii immoo
sanyii of keessaa qaban adduma addaan akka
qomoo isaaniitti lafa
irratti haa argaman!
jedhe
#innis akkasuma in ta'e
Lafti biqila, dhaabaa sanyii godhatu akka qomoo qomoo isaatti, mukkeetii ija kennanii
iji isaanii immoo sanyii of keessaa qaban, adduma addaan akka qomoo qomoo isaaniitti in baase; kunis gaarii akka ta'e Waaqayyo in arge
#Galgallis ta'e, ganamnis ta'e kun #guyyaa_sadaffaa dha
โkan booda hiika
kan ilala
=mukti tokko
Yeroo #marguu yookiin
Mataa muka yoo,ilaaluu
Baala #lama fi kan #jidduu
Oli guddatu qaba
Fakkeenyaaf
Muka tana ilali
๐
A)๐๐ฟ๐ ๐
๐ B) ๐โ๐
C)๐๐๐
๐
D)๐๐ท๐
=kanafuu Haaluma
#Lafa keesa marguu
Biqlituu mataa Ishe
Fakkeenyaaf #fannoo
ibsaa
โbaali biqiltuu tanaa
Takka gara #mirgaa fi #bitaa
Jirachun Ishe fakkeenya
Yero Kiristoos fannifamuu
#Haatuu lammanii ibsaa
Mukti jidduu balaa gidduu
Olii guddatuu fakkeenya
#Kiristoos ibsa
=Luq 23:33
=Mat 27:38
โ dhuma irratti akkasii
Jedha #galgalis taโe
Ganamins taโe Kuni
Guyyaa #sadaffaa
โ kuni immoo fakkeenya guyyaa #sadii fi halkanii
Kiristoos boola keessa bule
Ka'u ibsa
=Mat 12:40
=Mat 17:9
=Yoh 2:19-22
=akkuma #bilqitoonni
Guyyaa sadatti lafa keessa
Oli marguu, Kiristoos immoo
Boola lafaa keessa oli bahee
โ gara #hiika bira guyyaa
#Sadi akkanatti illaala
โraaji Hose'e 6:1-2๐
โkoota gara Waaqayyoti deebian
Inni nuu,cabsee, inni nuu,fayyisee, inni nuu,rukkutee, inni nuu hidhee
Guyya #lama booda nuu,fayyisa
Guyyaa #sadaffati oli nuu kaasa
Isaa fuulduraatti ni jirana
โ แ, แแฐ แฅแแแ แฅแแญ แฅแแแแต แฅแญแฑ #แฐแฅแฎแแแ แฅแญแฑแ แญแแแฐแแ แฅแญแฑ แแตแถแแแฅ แฅแญแฑแ แญแ แแแแ
#แจแแแต แแ แ แแ แซแตแแแ #แ แฆแตแฐแแแ แแ แซแตแแฃแ
แ แแฑแ แ แแญแแต แฅแแแซแแ
=แแดแ 6:1-2
๐ป=guyyaa tokkoffaa
kan jedhame
๐bara seera #laphee
๐ป=guyyaa lamaaffaa
Kan jedhame
๐bara seera #oritti
๐ป=guyyaa sadaffaa
Kan jedhame
๐Bara #Wangela
==//===//===
Fayyida bilqiltoota kan
=1=nyaata bineensota
=2=bineenladoota
=3=allattiwani
=4=kanniisaa
=warra guutummaatti
isaan sooratan hundaaf
Jireenya keenu
=fannoo Kiristoos
#Nageenya jireenya
Biyya lafa Kanaaf
Keenne jira
โ Qol 2:14-15๐
โSeericha isa #harkaan barreeffame
isa #ajajawwan qabatee fi
nu #mormu sana nuu
#haqe..
#Fannoo irratti #mismaaraan rukutuudhaanis #karaa irraa nuu kaase
fannoo sanaanis #mootummootaa fi #abbootii #taayitaa boojiee #qullaa hambisee hiriira injifannootiin geggeessee
uummatatti isaan mulise
โ#แ แฅแ แแญ แจแแ แจแแ แจแแแแแแแ แ แตแฅแแแต แจแฐแปแแแ แจแแณ แฝแแแต #แฐแแฐแฐแ.
แฅแญแฑแแ #แ แแตแแ #แ แญแ_แจแแแแต แ แตแแแถแณแ
#แ แแ แแตแแ แฅแแฃแแตแ #แแ
#แตแ แ แแแฃแต แ แฅแญแฑ แฅแซแแซแธแ แ แแแฅ แ แณแซแธแ
=แแแตแญแต 2:14..
๐ปQol 1:20๐
โ akkasumas Waaqayyo
karaa #dhiiga ilmi
isaa #fannoo irratti dhangalaase sanaatiin

๐น โYaa,Du'a Nana injifannoon kee meerre reeโ Yaa, du'a nana ilkeen kee meerre reeโ
แแต แแญแฅ แแแแซแ แจแต แ แโ
แฒแฆแ แแญแฅ แตแ แแแฃแตแ แจแต แ แโ
1Qorontoos 15:55
1 แแฎแแถแต 15 :55
๐พ๐พ๐พ๐พ๐พ๐พ๐พ
=Baga_Geessaan
โบ Ayyaanna Du'a ka'umsa
Gooftaa keenya Kiristoosiin.
=======//=======
๐ พ #Yeroo hunda #Gooftaatti gammadaa. Ammas irra deebieen dubbadha
Gammadaaโ๏ธ
แแแแ แ แแณ แฐแต แญแ แแฝแ
แฐแแ แฅแแแ แฐแต แญแ แแฝแ
โFiliphisiiyus 4:4
โแแแตแตแฉแต 4:4
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โถ๏ธ Roome 5:12-16
#cubbuun karaa nama
tokkoo #addunyaatti gale;
du'utis karaa cubbuu dhufe kanaaf, #namoonni hundi cubbuu waan hojjetaniif
du'uti namoota hundumaa waliin ga'e.
Seerichi utuu hin kennamin cubbuun addunyaa keessa
ture; ta'us yeroo seerri
hin jirretti namni tokko
illee cubbuu hojjetteetta jedhamee hin himatamu ture.
Haatau malee, namoota cubbuu #Addaam ajajamuu diduudhaan hojjetee wajjin
wal fakkaatu hin hojjenne
irratti illee, du'uti #Addaamii kaasee hanga #Museetti
akka #mootiitti mo'eera #Addaam isa isa booda
dhufu sanaaf fakkeenya ture.
Ta'us wanti kennaan
sun fide, wanta #cubbuun
sun fidee wajjin tokko miti
Sababiin isaas cubbuu
nama tokkootiin namoonni hedduun #du'aniiru; ta'us, gaarummaan Waaqayyoo
inni guddaan kennaa tolaa karaa nama tokkoo,
jechuunis karaa
Iyyaasus Kiristoos argame, namoota hedduudhaaf
#faayidaa guddaa argamsiiseera.
------------------------
๐ พ แฎแ 5:12-16๐
๐แตแแแ แแญแแซแต #แแขแ แต
แ แ แแต แฐแ แแฐ #แแแ แแฃ แ แแขแ แตแ แแต
แฅแแฐแแแ #แแ แแขแ แตแ
แตแแฐแจแ แแต แแฐแ แแ แฐแจแฐแค
#แแ แฅแตแจ แแฃ แตแจแต แแขแ แต แ แแแ แแ แจแ แแแญ แแ แแ แ แแแ แต แแ แแขแ แต แ แญแแ แญแแค
แแแญ แแ #แ แ แณแ แแฐแแแ แแณแ แแขแ แตแ แฃแแ แฉแต แแญ แฅแแณ
#แจแ แณแ แแแฎ แฅแตแจ #แแด
แตแจแต #แแต_แแแ แค แ แณแ แญแแฃ
แแแต แแแ แแฅแญแฑ แ แแณแ แแแ
แแแญ แแ แตแฆแณแ แฅแแฐ
แ แฐแ แแ แ แฅแแฐแแซแ แ แญแฐแแแค แ แ แแต แฐแ แ แฐแ แฅแแแน แแฐแแแแฅ แแแญ แแ แจแฅแแแ แฅแแญ #แธแแ
แ แ แแต แฐแ #แ แขแจแฑแต แญแญแตแถแต
แธแ แจแแแ แตแฆแณ แจแแซ แญแแ #แแฅแแแฝ แ แแข
#แ แแต แฐแแ แแขแ แตแ
แ แแตแจแ แฅแแฐ แแแ แแ แ
แฅแแฐแแซแ แตแฆแณแ แ แญแฐแแ
#แแญแต แจแ แแต แฐแ แแตแแ
แแฅแถแ แแแฅ แตแฆแณแ แแ
#แ แฅแ แ แฐแ แแแฝแฐแ แแฃ
โโโโโโโโโ
๐งขRaaji Hose 13:14๐
Ani #humna Awwaalaa
jalaa isaan nan baasa;
Du'a jalaas isaan
nan fura.,Yaa,Du'aa,
ilkeen kee meerreโ
Yaa, Awwaalaa, badiisni
ati geessistu meerreโ
Gara laafinni ija koo
duraa ni dhokata.
๐ พแแดแ 13 :14๐
#แจแฒแฆแ แฅแ แฅแณแฐแแธแแแ
#แจแแตแ แฅแคแฃแธแแแ
แแต แแญ #แธแแแญแ แแดแต แ แโ
แฒแฆแ แแญ,แแฅแแตแ แแดแต
แ แโ แญแ แซแ แจแแญแ แฐแฐแแจแฝ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ พ Filiphisiiyus 3:20
#Nuti garuu lammiilee
#samii ti,#fayyisaa isa
achii dhufu, jechuunis
Gooftaa Iyyaasuus
Kiristoosiin hawwii
guddaadhaan eegganna
๐ พ แแแตแตแฉแต 3:20
#แฅแ แ แแซแฝแ #แ แฐแแญ แแแ
แจแแซแ แฐแแ แจแแแฃ #แแตแแแตแ แฅแญแฑแแ #แแณแ แขแจแฑแต
แญแญแตแถแตแ แฅแแ แฃแ แแแ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โถ๏ธQolosayisi 2:14-15๐
#Seericha isa #harkaan #barreeffame, isa ajajawwan qabatee fi nu, mormu sana
nuu , #haqe. #fannoo irratti #mismaaraan rukutuudhaanis karaa irraa nuu #kaase
fannoo sanaanis #mootummootaa fi abbootii taayitaa boojiee #qullaa hambisee #hiriira injifannootiin geggeessee uummatatti
isaan mulise.
๐นแแแตแญแต 2:14-15๐
#แ แฅแ แแญ แจแแ แจแแ แจแแแแแแแ แ แตแฅแแแต #แจแฐแปแแแ แจแแณ แฝแแแต #แฐแแฐแฐแแข แฅแญแฑแแ #แ แแตแแ #แ แญแ แจแแแแต แ แตแแแถแณแ
#แ แแ แแตแแ แฅแแฃแแตแ แแ
#แตแ แ แแแฃแต แ แฅแญแฑ
แฅแซแแซแธแ #แ แแแฅ แ แณแซแธแ
0โฃEfesoon 2:14-15๐
inni #girgiddaa isa
gidduutti #dallaa ta'ee
gargari isaan dhowwu
#diigee garee #lamaan
tokko gochuudhaan
#nagaa nuu fideera
inni gareewwan lamaan
sana ofii isaa wajjin nama haaraa tokko sanaan tokko gochuu fi nagaa uumuudhaaf #foon isaatiin #diinummaa,
jechuunis #ajajawwan Seerichaa warra labsiiwwan qabatan sana #balleesseera
0โฃ แคแแถแ 2:14-15๐
แฅแญแฑ แฐแแแฝแ แแแ
#แแแฑแ แซแแแฐ แ แ แแ
แจแฐแแแฉแตแแ #แจแตแฅแแแตแ แแ แฝแฎ แ แแซแจแ แซแแแ #แจแฅแ_แแตแแณแ #แ แฅแแ แซแแจแฐ
แญแ แ แจแแแณแธแ แ แแตแ
#แ แฒแตแ แฐแ แ แซแฑ แญแแฅแญ
แแแต แฐแแแแ แซแฐแญแ แแแต
๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ๐ พ
Ayyaanna gaarii isiniif
Haataโu

พ Deebi guutuu sagaleen
Kan jiruu sana ilaala ๐ พ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ ser.Uum 3:15
Anis sii fi dubartittii gidduutti, #sanyii keef fi
#sanyii ishii gidduuttis diinummaanh akka jiraatu
nan godha.
Inni #mataa kee ni buruqsa,
ati immoo koomee isaa ni madeessita.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Mulโata 12:9
Kanaaf jawwee guddaan
sun, jechuunis
#bofti inni jalqabaa, inni #Diyaabilosii fi #Seexana jedhamu, inni guutummaa
lafaa dogoggorsu sun gadi darbatame; inni gara lafaatti gadidarbatame; maleekonni isaas isaa wajjin gadi darbataman
โฌโฌโฌโฌโฌ
Mulโata 20:1-2
Anis maleekaan furtuu qilee
qabuu fi funcaa guddaa harka
isaatti qabate tokko yommuu samii keessaa gad buu nan arge. Innis jawwee sana qabee waggaa 1,000 hidhe; jawween kun isa Diyaabilosii fi
Seexana tae, jechuunis bofa isa jalqabaa ti.
2 Pheexiroos 2:4
Dhugaa dha, Waaqayyo maleekota warra #cubbuu hojjetan adabuu
irraa duubatti hin jenne; kanaa mannaa Inxoroxoos keessatti isaan darbatee, dukkana cimaa keessatti funcaadhaan isaan hidhee murtiidhaaf
isaan kaaeera.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Maatewoos 12:25-26
Iyyaasuus yaada isaanii kana beekee akkana isaaniin jedhe: โ #Mootummaan wali qoqqoodu hundinuu ni bada; magaalaan yookiin manni wali qoqqoodu hundinuus jabaatee hin dhaabatu.
Haaluma wal fakkaatuun, #Seexanni Seexana
kan baasu yoo tae, wal qoqqoodeera jechuu dha; maarree mootummaan isaa akkamitti jabaatee
dhaabachuu dandaaโ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Maarqoos 5:9-13
#Iyyaasuus maqaa kee eenyu?โ jedhee isa gaafate. Innis, โNuti #baayee waan taaneef
maqaan koo โ #Leegewooniโโ jedhee deebiseef.
Namichis Iyyaasuus #hafuurota sana biyya sana keessaa akka hin ariine irra deddeebiee kadhate.
Yeroo kanatti booyyee hedduun hoomaan tokko gaara tokko
irra ni dheedu turan. Hafuuronni xuraaoon sunis, โGara hoomaa
#booyyee sanaatti akka gallu isaanitti nu ergiโ jedhanii isa kadhatan.
Innis isaaniif heyyame. Hafuuronni xuraaoon kunis baanii booyyota sanatti galan; booyyonni gara #2,000 taanis qarqara hallayyaa irraa
didichanii galaanicha keessa lixanii liqimfaman.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
1 Qorontoos 8:5
โ #waaqayyoliiโ hedduunii fi โ #gooftoliiโ hedduun jiru;
taus, #samii irrattis tae #lafa irratti #waaqayyolii kan jedhaman yoo jiraatan
iyyuu
1 แแฎแแถแต 8:5
#แแผแ_แฅแ_แ แแแญแตแ แฅแ #แแถแฝ แ แแค แแแญ แแ #แ แฐแแญ แแ #แ แแตแญแ แแ แ แแแญแต แจแฐแฃแ แแแ แขแแฉ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Efesoon 6:12
#qabsoon keenya
#dhiigaa fi foonii wajjin miti; kanaa mannaa
mootummoota, abbootii taayitaa, bulchitoota addunyaa isa dukkanaaaa kanaa fi #humnoota hafuurota #hamoo iddoo #samii keessa jiranii
wajjini dha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
1 ximotewos 1:20
#Hemenewoosii fi Iskindiris
jara kana keessa jiru; isaan #adaba irraa #baratanii #Waaqayyoon arrabsuu
irraa akka of qusataniif ani #Seexanatti dabarsee isaan kenneera
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Maatewoos 25:41
#mootichi warra karaa
bitaa isaa jiraniin akkana jedha: โIsin abaaramoo nana
gara ibidda bara
baraa isa Seexanaa (#Diyaabilosii) fi maleekota
isaatiif qophaaetti ana irraa deemaa.
โQol 2:14-15
Seericha isa harkaan barreeffame, isa ajajawwan qabatee fi nu, mormu sana nuu
haqe. Fanno irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa
irraa nuu kaase. Fanno
sanaanis #mootummootaa fi #abbootii taayitaa boojiee qullaa hambisee hiriira injifannootiin geggeessee
uummatatti isaan mulise
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โlink kan fayyadama๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=====//====//======

โท๐Qolosaayis 2:15๐บ๐บ๐บ
Fannoo sanaanis #mootummootaa fi abbootii taayitaa boojiee qullaa hambisee hiriira injifannootiin geggeessee uummatatti isaan mulise.
โธ๐1Qorontos 15:55
Yaa dua nana injifannoon kee meerre ree? Yaa dua nana ilkeen kee meerre ree?โ
โkani du'a balleessuu kuni eenyu โโWaaqayyo qofa
Ergaa Waaqa qofaa taโe Kiristoos Waaqayyo jechudha.
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ
Link kan xuqaa hordofaa
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
=======//====//========