๐นNamoota fannifamuu
Kiristoos Oso hin arginee
Jecha wangeela qofaan
Amanani fayyina dha
Akkuma #Kiristoos Toomaasin
Jedhe warri Oso Ana hin argin amanana gammadoo dha jedhe
โ nuuti fakkeenya
Sana akka fayyinee ibsuu
โYoh 20:28๐
๐Toomaasis deebisee, โGooftaa ko, Waaqa ko!โ jedheen.
#Kiristoos โAti waan ana
#argiteef amantee?
#Warri utuu #hin argin
#amanan_gammadoo dhaโ jedheen
=5=๐ป Fakkeenyi biraa
bofti Sibila irraa hojjatee
Fi bofti lubbuu qabuu sunii
#Qaamni isaanii bofa fakkaatuun
Tokko ta'u isa immoo
#Kiristoos foonii nama uffate
Addaami lammaffaa jedhamuu
Isaa
โ(1Qor 15:45๐
#Addaam namni jalqabaa qaama jiraataa tae
jedhamee barreeffameera
#Addaam inni #boodaa
#Affuura isa jireenya
kennu tae
=6=๐ปโbofti qoricha
ofii keessa Qabu hin fannifamee
#bofti Qulqulluu garuu inni sibiilaa irra hojjate
mukaa,irratti fannifamuu isa
Immoo #Kiristoos qofti ni
Fanifame malee Addaami
Osoo hin fannifamee hafu
Isaa ibsa
โ 1Qor 1:23๐
#Nuti garuu Kiristoos
isa fannoo irratti
fannifame lallabna
innis Yihudootaaf wanta
nama gufachiisu dha
#namoota saba
Waaqayyoo hin taaneef
immoo gowwummaa dha
=jecha kana irraa kan
Hubbanu "Kiristoos isa
Fanifame lallabaan" yeroo
Jedhu Kiristoos qofatti
Akka fannifamee ifa
Nuufi godha..
=7=โbofti Museen
fannisee #tokoo
Qofa malee lama mukaa
Irrati hin fannifamee kuni immoo fakkeenya
Kiristoos qofti akka
fannifamee ibsuu
โ1 Qor 15:20-21๐
โ Amma garuu #Kiristoos warra #duan keessaa isa #jalqabaa taee duaa ka'ee
Sababiin isaas akkuma
#duuti karaa nama
#tokkoo dhufe, duaa kauun warra duaniis karaa #nama tokkoo dhufa
โKanaafuu Musen dirqama
Bofa tokko qofaa akka
Fannise hubbana fakkeenyi
Bofa sibilaa inni fannifamee
Kiristoos erga taโe
โผ๏ธHaaluma kana #fannoo
Tokko qofatu nama fayyisa
Jechuu keenya...
โค๏ธ jechamaa Kiristoos
Dubbate tokko Akkasi
Jedhee =__________
โLuqaas 23:31๐
#Yeroo mukti #jiidhaa
taee jirutti wantoota
kana yoo godhan
yeroo mukti #gogutti
immoo maaltu taa
laataโ
๐ #แ แฅแญแฅแฅ แฅแแจแต แฅแแฒแ แจแแซแฐแญแ แจแแ
#แ แฐแจแแแต แฅแแดแต แญแแโ
=แแแต 23:31
โhiika isaa beektu
laata=_____โ
โ #kuta_6-ffaa๐
๐น Yaada yoo qabatanii๐
#Gutema123
โ kan channeel ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
Jalati immoo fannoo
Kiristoos #morma keenya
irratti hidhachuun
barbaachisaa dha
Moo,hin barbachisu
kan jedhuu ilaala๐
===||===||===

โ #kutaa_3_ffaa
โKiristoos xalayaa
Du'a balleessee jira
Kunis dinna balleesse
โ Qol 2:12-15๐
๐isin #cuuphaa
isaatiin isaa wajjin awwaalamtanii turtan
walitti dhufeenya
isaa wajjin qabdaniinis
amantii humna Waaqa isa
duaa isa kaase sanaa
irratti qabdaniin isaa
wajjin duaa kaataniittu
Kana malees isin
sababii
#cubbuu keessaniitiin, akkasumas foon
keessan dhaqna
waan hin qabamneef
duutanii kan turtan taus, Waaqayyo isaa wajjin
jiraataa isin godheera.
๐ #Balleessaa keenya
hundas gaarummaadhaan
nuuf dhiiseera
๐akkasumas #seera
#harkaan_barreeffamef
isa labsiiwwan
qabatee fi nu mormu sana
#haqeera
fannoo irratti mismaaraan rukutuudhaanis karaa
irraa kaaseera
#Kanaanis mootummootaa fi
abbootii taayitaa boojiee qullaatti hambisuudhaan
#hiriira injifannootiin geggeessee uummatatti
isaan mulise
โฌโฌโฌโฌโฌ
kan taboota immoo
โ ser.lakkoofsa 10:33-36๐
๐isareloonni gaara
Waaqayyo irraa kaanii
adeemsa #guyyaa sadii
deemuu jalqaban
#Taabonnik kakuu
Waaqayyo iddoo #boqonnaa isaaniif barbaaduuf
adeemsa guyyaa sadii
isaan dura deeme
๐Yeroo isaan buufaticha keessaa baanii deemuu jalqabanitti #duumessi
Waaqayyo guyyaa
guyyaa isaan gararraa
ni taa ture.
โYeroo #Taabotichi
sochou hundumaatti
#Museen "#Yaa Waaqayyo
kai, #diinonni kee haa
#bittinnaaan
#warri si #jibbanis
si duraa haa baqatanโ
jedha ture.
๐Yommuu Taabotichi
boqotu immoo, โYaa waqayyo
gara Israaelota #kumaatama ta'an warra lakkaaamuu
hin dandeenyetti
deebiiโ jedha ture
โkan jechuun Taaboni
Akkamiti harka diinaa
Keessa isin olche ni ibsa
โakkuma Kiristoos
Dalla du'a digee
Taabooni Waaqayyo
Dalla iyarikoo ni
Baleesse
โ Ibroota 11:30๐
Sabichi guyyaa #torbaaf
erga itti #naannaee booda dallaan iYerikoo
amantiidhaan jige.
โ kitaaba Iyyaasuus 6:1-5๐
IYerikoon dalla akka
gaariitti cufamtee
waan turteef eenyu illee
ishii keessaa bauus tae
ishiitti seenuu hin
dandau ture.kanafuu
Israa'eloni Itti seenu
hin dandeenye
๐Waaqayyo Iyyaasuudhaan
akkana jedheโKunoo, ani iYerikoo, mootii ishii fi loltoota
ishii warra jajjaboo harka
keetti dabarsee kenneera Dhiironni loltoota
taatan hundi sia tokko magaalattiitti #marsaa naannaaa. Guyyaa ja'aaf
akkana godhaa
#Luboonni torbas
xurumbaa #torba qabatanii
Taaboticha dura akka
buan godhaa
๐Guyyaa #torbaffaatti
garuu, sia torba
magaalattiitti marsaatii naannaaa; luboonnis
xurumbaa sana haa
afuufan
#Xurumbaan sun yeroo
afuufamutti, sagalee
xurumbaa sanaa akkuma dhageessaniin,
guutummaan sabichaa guddisee iyya waraanaa
haa dhageessisu
Achiis #dallaan magaalattii
ni #jiga;e namoonni
sunis ol baanii,
tokkoon tokkoon isaanii kallattiidhaan gara
fuulduraatti ni qajeelu
โ kanafuu Tabooni
Dalla akkuma dige
Kiristoos dalla du'a
Nuura dige jira
โyeroo cuuphaa xurumbaa
Ni afuufama yoo, argitee
Jirate. Sababiin isaa isuma
Kan Ture
๐Walii fakkeenyi Taaboota
Fi Kiristoos hedduun jira
โขsababa Kanaafi
Taabooni fakkeenya Kiristoos
Wani qabuuf gara lagaati
Bahaa inni jedhamee isuma
Kan Ture.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
xumuree jira
-yaanni hedduun jira
Garuu ammafi ni gahaa
--------------------------------
Nagaa Waaqayyo
Hunduma keessaniif
Haataโu
------------------------------

๐
ฐ #Deebi isaa kuno ilaala "
๐น #Qophi_kuta_6_ffยชยช
#musilimooni
Waaqayyo hin dadhabu
Kiristoosi maalif dadhabe
Jedhuu...โ
๐นYohannis 4:6๐
#Boolli bishaanii Yaaqoobi
achi jirature.
#Iyyaasus karaa deemuu
isaatiin waan #dadhabeef boolla bishaanii sana #bira
taa'e Yeroon isaas
gara saa'atii ja'aa(6) ture
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Deebin keenya
immo Kuno ilaala๐
โsababa kiristoos
Dadhabee "Qabxiwwan(5)
====//===//====
๐นโ1)= Qabxii inni tokkoffan
โ Fakkeenya Rajoota
Raawwachuufi.
โ rajoonni heddun nama
Cubbama cubbuu isaa irra
Deebisuufi dadhabani jiru
๐น=Yoh 4:38๐
Ani wanta isin itti
hin #dadhabne akka haammattan isin
ergeera
#Warri kaan itti #dadhabaniiru, isin garuu #bu'aa dadhabbii isaanii irraa hirmaattan.
โkan erguu Goofta keenya
โkan ergamani duuka buoota
โ warri kuni kan itti dadhabani
Inni jedhu #raajoota bara duri
Jechuu isaati
#แฎแแแต_4 :38 แฅแแ แฅแแแฐ แซแแฐแจแแฝแแ แตแ แณแญแฑ แแแต แฐแฐแตแแฝแแค #แแแฝ #แฐแจแ
แฅแแแฐแ แ แตแซแแธแ แแฃแฝแ
๐ ฐ Luqaasi 10:23-24๐
Sana booda gara
#barattoota isaatti
garagalee, akkana jedhee kophaatti isaanitti dubbate
#Ijji wantoota isin argaa
jirtan kana argu
gammadaa dha
Ani isiniin nan jedha,
#raajonnii fi #mootonni hedduun wantoota
isin argaa jirtan kana
arguuf kan #hawwan
taus hin argine
wantoota isin dhagaaa
jirtan kana dhagauuf
kan hawwan
ta'us hin dhageenye.
โibroota 11:13๐
#Namoonni kun hundi
#amantii isaanii eeganii du'aniiru; taus, #waadaawwan sun yommuu #raawwataman hin argine; kanaa mannaa, #fagootti ilaalanii simatan, akkasumas #biyyattii
keessatti #keessummootaa fi
yeroo gabaabaadhaaf kan jiraatan ta'uu isaanii
ifatti labsan.
โธ แฅแแแ แแ แ แแแ แแฑ
แจแฐแฐแฃแธแแ #แจแฐแตแ แแ แ แแแแแ แณแฉ แแ แจแฉแ แแแ แ แฉแตแ แฐแณแแแต แ แแตแชแฑแ แฅแแแถแฝแ #แแปแฐแแฝ แฅแแฒแแ แณแแ(แแฅแซแแซแ 11:13)
๐นโRaga dabalata
โMat 13:16-17
โ1Mot 19:4
โyonasi 4:3
โ kanaafuu rajjoonni
Kuni isaani #karaa keessa
#Rafaa, kuni isaani #dadbaba
Turani haaluma kan kiristoos
Akkuma isaani dadhabi sana
Irratti hirmate jira
โfakkeenya dubbi rajoota
Xumuruufi kiristoosi
Ni dadhabe.
โค๏ธ akkuma yero #fannifame
#lafeen isaa osoo hin cabini
Hafe, duubi raajota rawwate
โธ โณ Yohannis 19:36
โธ โณ Far-Daawit 34:20
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นโ2)=inni lammaffan immo
#Waaqayyo Amala
dadhaba ta'e
Namati mulachun Amala
Waaqayyooti
โโbara duri keessa
#Abrahamatti yero
Mulateti nama dadhabe
Fakkate itti mulate
๐นโser.Uum 18:1-8
๐โ #wali_fakkeenya_isa
๐ ฐโ waaqayyoo Abrahamati
Kan mulate sa'aati 6 tti
๐ ฑโ kiristoos dubarti kaniti
Kana mulate sa'aati 6 tti
๐ ฐโAbharami waaqayyotti
Deeme
๐ ฑโ dubartin gara kiristoos deemte
๐ ฐโ Abrahama nama
Dubarti 3 waajjin ciise jira
๐ ฑโ dubartin dhira 5 wajjin ciiste Jirti
โธ=lamanuu cubbu
rawwatani jiru
๐ ฐโ Abrahami bishaani
Waaqayyoof dhiyeesse jira
๐ ฑโ kiristoos jalqaba bishani
Akka isaa keenitu ishe gaafate
๐ ฐโ Abrahama xumura irrati
Gammachu argate
๐ ฑโ dubartin xumuraa irrati
Gammachu argate gara
mana ishee deemte
โ iccitti kuni maalif
Ta'e kan jeetu yoo, tate
Kan dubbisi โ(Yoh 4:2-5)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
#kuta_1_ffยชยช
Kana irratti xumurama
#kuta_2_ffยชยช itti fufa
โibsa #bareeffama
#sagaleen Hordoffu
Namni barbaduu
#Link kan xuqa seena
โผ๏ธ @haadha_Waaqa_naJaladha โผ๏ธ
โผ๏ธ @haadha_Waaqa_naJaladha โผ๏ธ
=====//===//====

๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Ani saboota #hundumaa
nan #sochoosa; wantoonni
gatii guddaa qabanis saboota hundumaa keessaa ni dhufu mana kanas ulfinaan nan guutaโ jedha #Waaqayyo Gooftaan Raayyaa.
โ Ibroota 12:25-26
#Iyyaasuus isa arsaa kakuu #haaraa tae, akkasumas #dhiiga facaafame isa karaa
#dhiiga Abeel irra aaluun dubbatuttil dhihaattaniittu.
#Isin isa #dubbachaa jiru
sana dhaggeeffachuu akka hin#didne of eeggadhaa. Namoonni isa lafa irratti akeekkachiisa#Waaqayyo
biraa dhufe dubbatu
sana dhaggeeffachuu didan adaba irraa erga hin oollee, nutiisa #samii irraa dubbatum sana irraa yoo garagalle akkamittiadaba jalaa
ooluu dandeenyaโ
#Yeroo sanatti #sagaleen isaa#lafa_sochoose,amma garuu, โAl_tokko dabalee lafa #qofa utuuhin tain, samiis nan #sochoosaโjedhee #waadaa galeera.
Jechoonni โali tokko dabaleeโ jedhan wantoonni hin sochooneakka itti fufaniif, wantoonni sochoan, jechuunis wantoonnitolfaman akka balleeffaman argisiisu. Kanaafuu, #Mootummaa sochouu hin dandeenye fudhachuuf akka jirru waan beeknuuf, gaarummaa guddaa isa karaa fudhatama qabuun, sodaafi ulfina guddaadhaan #tajaajilaqulqulluu Waaqayyoof dhiheessuu itti dandeenyu fudhachuu
keenya itti haa fufnu. Sababiin isaas, Waaqni keenya #ibidda gubee balleessu dha.
๐น inni bira sababa lafti sochoโaatefi Kiristoos Waani sodaateefi
โFar 68:8
#Lafti ni kirkirte;
#Waaqayyoon kan kae
#samiin bokkaa roobse;
Siinaan kunis Waaqayyo isa
#Waaqa_Israael ta'een kan
kae ni #kirkire.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 4ffaa
4=namoonni du'anis turan
Maalif awwaala keessa
bahaniโ
=Deebi
โDubbin Kiristoos akka raawamatufi
โYohaannis 5:25
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #sa'aatiin warri #du'an
#sagalee #Ilma_Waaqayyoo ittidhagaan ni dhufa; saa'atiin sunis amma dha; #warri isa dhagaanis ni #jiraatu.
โYohaannis 5:28
Kana hin #dinqisiifatinaa; sababiin isaas, sa'aatiin warri #awwaala keessa jiran #hundi #sagalee isaa itti
dhagaan ni dhufa;
โโinni bira Kiristoos
Waaqayyo ta'u isa ibsuuf
Kunis namoonni kuni erga
du'ani ture jira #qaamni isaani Hundi #biyyee taโe jira
Kanaafu amma biyyee irraa
Qaama isaani tolche du'a
isaan kaasee jira.(Ser.Uum 1:7)
โFar 104:29
Yommuu #fuula kee dhoksitu
ni jeeqamu. #lubbuu isaanii
yoo fudhatte, #du'anii_biyyootti deebiu.Yoomu fuula kee,itti qabde immo lubbuu ni argatu
Atis irra lafaa ni haaressita.
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 5 ffaa
5=erga awwaala keessa
bahanii eessaa jirtanโ
Isaa booda du'an moo
hin dunneโ
=deebi
Erga #awwaala keessa bahanii
Gara #IYarusalemi deemani
Isaa booda wa'ee #Kiristoos
Dubbacha turanii'
โmat 27:53
#Kiristoos erga #du'aa kaee booda, #namoonni awwaala gidduudhaa ba'an
gara #magaalaa qulqulluutti ni seenan; #namoonni #hedduunis
isaan #argan.
โjechi #namoota heddunis isaan argan jedhu = #addunyaa kana irratti namoota baay'e #barisiisu isaanii ibsa
แแดแแต 27:53
#แจแตแแฃแคแแ แ แแ แจแแแฅแฎแฝ แแฅแฐแ แแฐ แ แตแตแต แจแฐแ #แแกแ #แแฅแแแฝ_แณแฉ.
๐ #Baayina namoota kan meeqaYero jennuu immoo
500-600 jidduu ni ta'u
โ 1Qor 15:6
Achiis ali tokkotti obboloota #500 caalanitti mulate;
#isaan keessaa tokko
tokko #du'aniiru; #hedduun isaanii #garuu amma iyyuu
nuu #wajjin jiru.
โkanafuu namoonni kunis
Kuni isaanii akkauma #Alaazaari, du'ani jiruu yookiin
Akkuma #Muse, akkuma #Abrahaami,du'ani jiruu
Kuni isaani immoo akkuma
#Henok, Eliyaas,gara samii fudhatamni jiruu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Link kan xuqaa seena๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===//====//====

๐ kutaa-97-ffยชยช ๐๐
โปgaafi Deebi Musiliimota
โYohaannis 1:13
isaan #Waaqayyo irraa #dhalatan malee, #dhiiga irraa yookiin fedhii #foonii irraa yookiin fedhii #dhiiraa irraa hin dhalanne.
๐gaaffii isaanii Namni akkamitti dhigaa ykn fedhii fooni ykn fedhii dhira malee dhalchuu danda'a jedhuu..โ
โฌโฌโฌโฌ
๐ท Deebii keenyaa.
#Gaafi keenya immoo nuuf Deebisa yaa Musiliimota Adaami dhiga male ykn fedhii fooni malee ykn fedhii dhira malee Hin Uumamnee moo..โ
โgara yaada keenya yaa Deebinuu " Namni kamiyyuu foonii Adaami sana,qaba foonii nama gosummaa tokko.
1Qorontos 15:39
Foon hundinuu tokko miti; #Namni_foon_gosa_tokkoo qaba; horiin foon gosa biraa, simbirroon foon gosa biraa, qurxummiinis foon gosa biraa qabu.
๐ ๐จ๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐ ๐๐จ๐ ๐๐๐๐๐๐ข๐๐๐
1.๐จ๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐ค๐ ๐ ๐ค๐๐๐๐
Namni maqaa Kiristoositti Amanuu jedhe malee namaa hunda hin jennee.
โโงYohaannis 1:12-13
warra isa simatan #hundumaatiif, isaan #maqaa isaatti waan #amananiif, ijoollee Waaqayyoo akka taสผaniif Aangoo isaaniif kenne Isaan Waaqayyo irraa #dhalatan malee, dhiiga irraa yookiin fedhii foonii irraa yookiin fedhii dhiiraa irraa hin dhalanne.
โHoji-Duka.buota 2:21
Namni #maqaa Waaqayyo waammatu hundi ni fayya
โRoome 10:13
Namni maqaa Waaqayyo waammatu hundi ni fayya.
โFarfannaa 9:10
Warri #maqaa kee beekan sitti #amanamu; Yaa waaqayyo ati warra si barbaaddatan matumaa hin dhiistu.
โRaji-Isayaas 50:10
isin gidduudhaa waqayo kan sodaatu, Sagalee tajaajilaa isaas kan dhagaสผu eenyu? Dukkana cimaa ifni keessa hin jirre keessa kan deeme eenyu? inni #maqaa_waaqayyotti haa #Amanamu, Waaqa isaattis haa hirkatu.
โYohaannis 20:31
Wantoonni kun kan barreeffaman, Iyyaasus dhuguma Kiristoos Ilma Waaqayyoo taสผuu isaa akka amantaniif, #amantaniis karaa #maqaa isaa jireenya akka argattaniifi.
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ _๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
๐๐๐๐๐๐๐ ๐โ๐ข๐๐ข๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐๐ข ๐๐ข๐๐ ๐๐๐๐ #๐ค๐๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐ก๐,๐๐๐๐ ๐๐๐ก๐ก๐.
2.๐จ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐ข๐๐๐๐๐.
Namni foonii fi dhiga irraa hin dhalannee jedhun nama,hafuuraa jechuudha ยซSababiin isaa afuurri dhiga fi foonii hin qabuu wani taefi ยป
โLuqaas 24:39
Anuma taสผuu koo beekuuf, harka koo fi miila koo ilaalaa; qaqqabaatii na ilaalaa; uumamni #hafuuraa akka ana irratti argitan kana #foonii fi lafee hin qabu.โ
โMaatewos 16:17
Yeroo kanatti Iyyaasuus โYaa Simoon ilma Yoonaas, kana kan siif ibse #foonii fi #dhiiga utuu hin taสผin, Abbaa koo isa samii waan taสผeef gammadi.
๐Tolee nama hafuuraa jechuun kani hojii hafuuraa kani hojjatu wani taโef ,namni foonii fi dhiiga immoo hojuma foonii dhiiga hojjata jechudha.
โพYohaannis 4:24
#Waaqayyo_hafuura #warri isa waaqeffatanis #hafuuraa fi dhugaadhaan waaqeffachuu qabu
โฟRoome 8:5
warri akka #fooniitti jiraatan, yaadni isaanii wantoota foonii irratti xiyyeeffata; warri akka #hafuuraatti jiraatan garuu, yaadni isaanii wantoota hafuuraa irratti xiyyeeffata.
โโRoome 8:9
Dhuguma hafuurri Waaqayyoo yoo isin keessa jiraate garuu, fedha #foonii wajjin utuu hin taสผin, fedha hafuuraa wajjin tokkummaa qabaattu. Taสผus, namni tokko #hafuura Kiristoos hin qabu taanaan, namni kun kan isaa miti.
โฌโฌโฌโฌ
๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ฉ๐ ๐๐ข๐ข๐ค๐ค.
โ๐ฃ๐๐ข๐ฃ๐ ๐๐ ๐ ๐ ๐ ๐๐ฉ๐๐๐ ๐ฆ๐ช๐ก๐ฆ๐ช๐ก๐ก๐ช๐ฉ๐ฉ๐ ๐ ๐๐ก๐ก๐๐ฉ๐ ๐๐๐๐๐ช๐ฃ ๐๐๐๐ก๐๐ฉ๐.
โตโป1 Pheexiroos 1:23
isin karaa #dubbii Waaqayyoo isa jiraataa taสผee fi yeroo hunda jiraatuun, haaraa kan #dhalattan, sanyii baduun utuu hin taสผin sanyii hin badneen ture.
โถโปYaaqoob 1:18
Kun fedhii isaa waan taสผeef, nuti uumamawwan isaa keessaa warra jalqabaa akka taanuuf, inni dubbii dhugaatiin nu #dhalche.
โทโป1Yohaannis 5:1
Namni Iyyaasus dhuguma Kiristoos taสผuu isaa amanu hundi Waaqayyo irraa #dhalateera; namni abbaa jaallatu hundis isa isa irraa dhalate sana ni jaallata.