๐น=1=biiftuun maalif
dukkaanofteโ
=deebi isaa (4)
โ1โ #kabajaa Kiristoos ibsuuf Ture,biiftuun qaama Kiristoos hin mul'isne, yihudoonni garuu uffaata Kiristoos carraa godhani fudhatan
โ Far 19:1
#Samiiwwan ulfina Waaqayyoo ni dubbatu #Hawaan hojii harka
isaa ni lallaba.
โแแแแญ 19:1
#แฐแแซแต แจแฅแแแ แฅแแญแ #แญแฅแญ แญแแแซแแฅ แจแฐแแญแ #แ แแญ แจแฅแแ แฅแซ แซแแซแ
2=fakkeenyi biiftuu #Dubaro
#Maariyaamidha, akkuma biiftuun dukkanoofte, gadi Maariyaami baay'ee cimaa
Ta'u ibsaa..
โser.Uum 37:9-10
#Yooseef abjuu tokko arge; achiis, โAni #abjuu kan biraas argeera. Yeroo kanatti
#aduun, #addeessii fi
#urjiileen 11 anaaf ni sagadanโjedhee obboloota isaatti hime.
Achiis abjuu kana #abbaa
isaa fi obboloota isaatti hime;
abbaan isaas isatti dheekkamee,
โHiikni abjuu kee kanaa maali
dhaโ #Anii fi #haati tee, akkasumas #obboloonni kee dhugumadhufnee lafatti gombifamnee
siif sagaduuf jennaaโโ isaan jedhe.
โ #fakkeenyi Aduu(biiftuu) #Yaaqoobi ta'e Akkuma kan dubaro #Maariyaami Aduun ni fakkeessina.
โFakkeenyi #addeessa "Raahel"
โFakkeenyi #urjii ijoollee Yaaqoobi
โfakkeenyi #yoseefii Kiristoos
โLuq 2:34-35
#Simioon isaan eebbise; #Maariyaam haadha mucichaatiinis akkana jedhe: โKunoo, mucaan kun #Israael keessatti #kufaatiif fi
#kaumsa_namoota hedduutiif sababa ta'a;akkasumas mallattootuffatamu ni taa
eeyyee,sii,immoo
#goraadee(seefi) dheeraan si keessani darba kunis kan tau, yaadni garaa namoota hedduu keessa jiru ifatti akka bauufi.โ
๐Jechi goraadee jedhuu
Gadi guddaan sii,irraa gaha Jechu isatti
=3= inni bira dubbiin #rajoota akkaRaawatamuufi
#Biiftun dukkanoofte
โRaaji-Isaayyaas 24:22-23
Akkuma #hidhamtoonni
#boolla keessatti walitti qabamanitti,
Isaanis walitti ni qabamu,
#Mana_hidhaa keessattis
isaan irratti ni #cufama;
#Guyyoota hedduu boodas
#xiyyeeffannaan isaaniif ni
kennama.
#Addeessi guutuun hin kennitu
#Aduun iftus ni salphatti,
Sababiin isaas, Waaqayyo
Gooftaan Raayyaa Gaara
#Tsiyoon irrattii fi #iyerusaalemi keessatti #Mootii ta'eera, Maanguddoota saba isaa durattis #ulfina
qabeessa taeera.
โRaaji Amos 8:9
#Waaqayyo Gooftaa Oli Aanaan akkana jedha:
#Guyyaa sanatti #aduun guyyaa #saafaa(sa'aati 6 tti) akka lixxu nan godha,
Utuma ifni guyyaa jiruus
#biyyattii nan dukkaneessa.
=4=Kiristoos yeroo #lamaffaa
Yero dhufu #biiftuun akka dukkanooftuu ibsuuf ammas
Akkasi godhee.
โMat 24:29-30
#Rakkina guyyoota sanaa
booda yeruma sana #aduun nidukkanoofti,
#addeessis ifa ishii
hin kennitu, #urjiileen samii irraa ni kukkufu, #humnoonni samiis ni raafamu.
Yeroo sanatti #mallattoon #Ilma namaasamii irratti ni mulata; #gosoonni lafa irraa hundi gaddaanqoma isaanii ni rurrukutu;isaan Ilmi namaa humnaa fi ulfina guddaadhaan #duumessa samiitiin yommuu dhufu ni argu.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 2 ffaa
2=Addeessi fi urjiin maalif dimmateโ
๐=deebi isaa
Jalqaba akkuma biiftuu
Addeesi fi urjiin diimachu isanii #kabaja Kiristoos ibsuuf
Far 19:1
๐ผโFakkeenyi biraa #addeessi fi urjii, fakkeenya #Qulqulloota Yoomu ta'u, Qulqulloota Yoomu jennuu immoo #duukaa bu'oota Kiristoos fi kan biraa
โisaan guyyaa sana bayee
Akka akka #Gadaan ibsaa #ija isaani keessa, hanga #dhigni bahuuti boo'uu ibsuufi
โkan akka #Yohaannis, Pheexiroos, #Henok, Eliyaas, Muse fa'a. Jechudha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นgaafi 3ffaa
3โlaftii Maalif sochateโ
โjalqabaa dura #Kiristoos #Waaqayyo Ishe ta'u ibsuu
-yihudaani wa'ee Kiristoos hin beeknee Ture, amma garuu
Lafi ni beektee ni #dubbatee
โ iyoob 12:9-10
#Lafatti dubbadhu! innis si #barsiisa; yookiis #qurxummiin galaanaa akka sitti himu godhi!
#Harki Waaqayyoo akka isaan tolche, isaan kana #hundumaa keessaa eenyutu waaqayyo hin beeknee ree โ
๐น lafti sochate inni jedhamee
#Namoota_cubbadhan
Jiraatan Kiristoos bilisa basuu fi garummaa Kiristoos lafaa irratti baay'achuu ibsa
โlafatti fakkeenya #namatti
(Mat 13:1-7)
โRaaji Hagee 2:6-7
#Waaqayyo Gooftaan akkana jedha: โ #Yeroo_muraasa booda #al_tokko dabalee #samiiwwanii fi#lafa, akkasumas galaanaa fi lafa
isa #gogaa nan #sochoosa
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โLink kan xuqaa hordofa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

๐
ฐ kutaa-72โชโชffยชยช. ๐บ
๐ชดโGaaffii fi Deebi
๐ชดโMusiliimota
โ Yohaannis 15:15
Garbichi tokko wanta Gooftaan isaa hojjetu waan hin beekneef,
Ani kana booda garboota jedhee isin hin waamu. Kanaa mannaa, #Ani wantan #Abbaa koo irraa #dhagae_hunda waanan isin beeksiseef michoota jedhee isin waameera.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ gaaffii isaanii
1= Kiristoos wanta dubbatu hunda Abbaa irraa fudha malee ofii hin beekuu jedhanii โ
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
1๏ธโฃ Deebii keenyaa.
Lakki Dubbiin kani Kiristoos. Tau irree ni mirkaneessina
โตโYohaannis 6:68
Simoon Pheexirosis akkana jedhee isaaf deebise: โYaa Gooftaa, gara eenyuu dhaqna? Ati #dubbii_jireenya bara baraa #qabda.
๐ akka dubbisaa kanatti dubbii jireenya eenyutu qabaโdeebii isaa Kiristoos jechudha. Erga,dubbii jireenya Kiristoos irraa argamee maaali sii,barbachisaa ree. Kana oli.
โถโYohaannis 6:63
Jireenya kan kennu #Afuura foon faayidaa tokko illee hin qabu. #Dubbiin ani isinitti dubbadhe Afuura, akkasumas #jireenya.
โทโYohaannis 6:27
Nyaata baduuf hin #hojjetinaa; kanaa mannaa nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf, isa #Ilmi_namaa isiniif #kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan chaappaa isaa Ilma irratti godhee #mirkaneesseera.โ
โธโMatewoos 7:24.
namni #dubbii_koo kana dhagaสผee hojii irra oolchu, nama hubataa mana isaa qarsaa irratti ijaarrate fakkaata.
๐osoo Dubbiin kuni kani Kiristoos ta'u baatee maalif dubbii koo jedha ree?, dubbii Abbaa koo,jedhu didee ?
๐Walumaagalatti dubbiin Kiristoos illee akka jiruu ni ibsaa.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ ฑ gara mataduree keenya yoo,deebinu
Kiristoos maalif dubbii Abbaa irraa dhagaee hunda isinitti nan himma jedha ree, isaa jedhuufi
A))โฉSababa,Tokkoffaa(-1ffaa)
=Dubbiin Abbaa fi ilma Tokko wanii taโefi. โ kani Abbaan qabuu kani ilma ,kani ilmi qabuu hundi kani Abbaatti ,kanafuu kani Abbaas yoo,jedhe rakkina hin qabuโ.
โ๐Yohaannis 17:10
wanti kan #koo taสผe #hundi kan kee ti; wanti kan #kee taสผe #hundis kan koo ti; Anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
B))โฉSababa lammaffaa(-2ffaa)
Kiristoos akkasii kani jedhee kabaja isaa ibsuuf turee. kunis dhugaa Kiristoos akka taโe mirkaneessuf turee
โ๐Yohaannis 7:17-18
Namni fedhii Waaqayyoo raawwachuu barbaadu kam iyyuu, barumsi kun Waaqayyo biraa akka dhufe yookiin #Ani_ofii kootiin kakaสผee kanan dubbadhe taสผuu fi dhiisuu koo ni beeka. #Namni ofii isaatiin kakaสผee dubbatu hundi ulfina mataa isaa barbaada; namni ulfina isa isa erge sanaa barbaadu hundi garuu, inni #dhugaa dha; #jalสผinnis isa keessa hin jiru.
C))โฉSababa sadaffaa(-3ffยชยช)
Kiristoos akkasii kani jedhee Abbaan biraa gara namoota dhufu isaa mirkaneessuf.kunis yeroo abba biraa turee kani arge dubbachuu isaatti
โ๐Yohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa koo #wajjin turetti #argen dubbadha; isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhagessan hojjettu.โ
๐iddoo kana irratti Kiristoos Ana qofatu Abbaa arge malee kani bira hoomtuu hin jiru jedhee jira.
โ๐Yohaannis 6:46
#Isa_Abbaa biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin_argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.
โฒkanafuu kuni eenyu ree, Kiristoos qofaa jechudha,erga akkasii taโe Abbaa wajjiin ture inni dhuguma Kiristoos Waaqa.
D))โฉSababa afuraffaan(-4ffaa).
duuka bu'oota keesaa tokko tokko jechunis obbolota,Kiristoos,yihudoota keessa
,Fariisonni keessa dubbii Kiristoos fudhachuu irratti dubbati jedhu turee yookiin akka salphaatti ilaalu yookiin itti hin amanani ture yeroo kan immoo Kiristoos dubbiin kani abbati jedha.
โ๐Yohaannis 7:5.
#Obboloonni isaa illee isatti hin #amanne turan.
โ๐Yohaannis 7:47-48
#Fariisonni immoo deebisanii akkana jedhan: โIsinis ni gowwoomfamtanii? Bulchitoota yookiin Fariisota keessaa tokko illee isatti kan #amane jiraa?.
โ๐Yohaannis 10:24-25
#Yihudoonni isatti marsanii, โHanga yoomiitti qalbii nu rarraasta? Ati Kiristoos yoo taate ifatti nutti himiโ isaan jechuu jalqaban Iyyasus(Kiristoos) deebisee akkana isaaniin jedhe: โAni isinitti #himeera, isin garuu #hin_Amantan. Hojiiwwan ani maqaa Abbaa kootiin hojjechaa jiru kun, waaสผee koo dhugaa ni baสผu.

๐ฅฅ ๐ค๐๐๐ค๐ก๐ค๐ค๐ฉ๐ ๐ฅฅ๐
Obboloota jechuun Afaanii Giriikiitiin #ฮฑฮดฮตฮปฯฮฟฮฏฯ (Adelfoiis) jedhama.
๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐จ๐๐ ๐ ๐ช๐ฃ๐ค๐
Muslimoonni akkasi jedhuu silaa Kiristoosiin Waaqa jettu Waaqni immoo obboloota qaba jedhu....โ
๐ณ Yohaannis 20:17
Iyyaasuus Ani amma iyyuu gara Abbaatti waanan ol hin baaneef, na hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota_kootiin, โAni gara Abbaa koo fi gara Abbaa keessanitti, gara Waaqa koo fi gara Waaqa keessanitti ol nan baสผaโ jedhii isaanitti himiโ ishiidhaan jedhe.
๐ฅฅ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฃ๐ฎ๐๐
๐ ๐๐ง๐๐จ๐ฉ๐ค๐ค๐จ ๐จ๐๐๐๐๐ ๐ข๐๐๐ก๐๐ฉ๐๐ ๐ค๐๐๐ค๐ก๐ก๐ค๐ฉ๐ ๐ ๐ค๐ค ๐๐๐๐๐ ๐ข๐โโ
โตโป #๐๐๐๐๐๐_๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐
โถโป๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โทโป #๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น#T๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐.
โถโปSera.Keesa.Deebi 18:15.
#Waaqni kee Waaqayyo #obboloota kee gidduudhaa raajii akka kootii siif ni kaasa. Isinis isa dhagaสผuu qabdu.
โทโปFaarfannaa,Daawit 22:22
Ani maqaa kee #obboloota_kootti nan beeksisa; Gumii gidduuttis sin jajadha.
๐น #L๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐_๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐(๐๐๐๐๐)๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ยซ kana ibsuuf akkasii jedhee ยป
โธโปIbroota 2:14
ijoolleenโ sun #foonii fi #dhiiga waan taสผaniif, #innis_foonii fi dhiiga taสผe; kanas kan godhe, duสผa isaatiin Diyaabilos isa duสผa fiduuf humna qabu sana balleessuuf
โนโปIbroota 2:17
inni wantoota Waaqayyoo wajjin wal qabatan hundumaa irratti luba ol aanaa gara laafessaa fi amanamaa taสผuudhaan, aarsaa araaraa cubbuu namootaatiif dhiifama argamsiisu dhiheessuuf, #gama hundumaatiin #obbolootaโ isaa #fakkaachuun isa barbaachiseera.
โบโปMulโata Yohaannis 22:16.
Ani Iyyaasuus faayidaa gumiiwwaniitiif jedhee waaสผee wantoota kanaa isiniif dhugaa baสผuuf Ergamaa koo ergeera. Ani #hiddaa fi #sanyii Daawiti; akkasumas bakkalcha ifa guddaa qabu dha
โปโปRoome 1:3
waaสผee #Ilma isaa isa #karaa #foonii sanyii Daawit keessaa dhufe sanaa kan ibsu dha.
โผโป1 Pheexiroos 4:1
#Kiristoos yeroo #fooniin turetti rakkinni waan isa irra gaสผeef, isinis yaada Kiristoos qabaachuuf of qopheessaa; sababiin isaas, namni rakkinni isa irra gaสผe cubbuu hojjechuu dhiiseera;
โฝโปRoome 8:29
sababiin isaas, #Ilmi isaa #obboloota hedduu gidduudhaa angafa akka taสผuuf, Waaqayyo warra jalqaba beekamtii isaaniif kenne dursee murteessuudhaan fakkaattii Ilma isaa akka qabaatan godheera.
๐น #S๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ #๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐.
โพโปMaatewos 12:48-50
#Iyyaasus deebisee namicha isatti hime sanaan, โHaati tiyya eenyu? Obboloonni koo hoo eenyu faสผi?โ jedhe. Achiis harka isaa gara #barattoota isaatti diriirsee akkana jedhe: โKunoo, haati tiyyaa fi #obboloonni koo warra kana! Namni fedhii Abbaa koo isa samii raawwatu hundi, #obboleessa, #obboleettii fi haadha koo ti.
โฌโฌโฌโฌโฌ
#Kiristoos_Raajidha,yeroo jennu Aangoo maalummaa rajji kani qabuu ta'u ibsaa Fakkeenyaaf.rajooni kuni lafa irra dhufanii Kiristoos ยซ #samii irraa irra dhufee ยป kani sami irraa dhufuu immoo #waaqa malee hoomaa miti.
โตโปYohaannis 6:62.
#Ilmi namaa #bakka_dura turetti utuu #ol_bauu yoo argitan maal jettu ree?
โถโปYohaannis 8:23
#Innis akkana isaaniin jedhe: โ #Isin_gad irraa ti; #Ani garuu #ol_irraa ti. #Isin_addunyaa kana irraa ti; #Ani garuu #addunyaa kana irraa #miti.
๐ฅฅrajoonni hundi isaanii gara lafaa irraa dhufanii
๐๐ค๐๐ฏ๐ T๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)