โผ๏ธFiroottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beeku.
โจ๏ธ แจแแแแฝ แแแ แ แแ แตแ แจแฐแ แซ แจแแ
โ=Luq 1:61
โ=แแแต 1:61
โฌโฌโฌโฌโโฌโฌโฌโฌ
#dhaloota_Yohaannis_cuuphaa
~Bagaa geessan~~
Waaqayyo Qulqulluu Yohaannis jedhee dhifama nuuf haa,godhuu Ameen
๐ป dhaloota isaa
akkana ture๐ป
๐ผ #Elsaabexis yeroo ishiin itti
deessu gaee ilma deesse Ollaawwan ishii fi firoottan ishii
Waaqayyo gara laafina guddaa ishiitti argisiisuu isaa dhagaanii ishii wajjin gammadan Guyyaa saddeettaffaattis mucicha dhaqna qabuu dhufan #maqaa isaas Zakkaariyaas jedhanii maqaa abbaa isaatiin
moggaasuuf turan
๐ป #Haati isaa garuu deebistee, โHin tau! Yohaannis jedhamuu qabaโ jette Yeroo kanatti isaan #Firoottan kee keessaa eenyu illee maqaa kanaan waamamee hin beekuโ jedhaniin Achiis mucicha eenyu jedhee waamuu akka barbaadu #mallattoodhaan abbaa isaa gaafatan
๐ป innis gabatee irratti barreeffamu gaafatee, Maqaan isaa #Yohaannisiโ jedhee barreesse Yeroo kanatti hundi isaanii ni dinqisiifatan #Battaluma sanattis #afaan isaa ni saaqame, arrabni isaas hiikamee dubbachuu jalqabe Waaqayyoonis ni galateeffate
๐ป #Namoonni ollaa
isaanii jiraatan hundi baayee sodaatan wantoonni kun hundi baddaa guutummaa biyya Yihudaa keessatti odeeffamuu jalqabe Warri kana dhagaan hundi, #Mucaan kun
maali taa laata?โ jedhanii garaa isaaniitti qabatan Sababiin isaas #Waaqayyo isaa wajjin akka jiru ifatti mulata ture
๐ป Achiis Zakkaariyaas abbaan
isaa #Afuura_Qulqulluudhaan guutamee akkana jedhee raajii dubbate
1โyaa, Waaqayyo Waaqni Israael saba isaatiif #xiyyeeffannaa waan kennee
fi fayyina waan isaanii fideef haa galateeffamu
2โ inni mana Daawit
tajaajilaa isaa keessaa gaanfa #fayyinaa nuu kaaseera
3โ kunis akkuma #afaan raajota isaa Qulqulluu warra bara duriitii jalqabee turaniin dubbatetti dha
4โ #Diinota keenyaa fi harka warra nu jibban hunda jalaa akka nu oolchu waadaa
galeera
5โAkkuma abbootii keenyaaf abdii kennetti #gara_laafina nutti argisiisa
6โ kakuu isaa isa #Qulqulluus ni yaadata
7โ Kakuun kunis
kakuu inni abbaa keenya #Abrahaamiif kakate dha
8โ akkuma kakuu isaattis harka diinota keenyaa keessaa erga nu baasee booda
9โ sodaa malee #tajaajila_Qulqulluu akka isaaf dhiheessinu mirga nuu
kenna
10โ kunis amanamoo akka
taanuu fi bara jireenya keenya #hundatti wanta qajeelaa tae akka hojjennuufi
11โ Ati garuu yaa mucaa
nana, #daandii isaa qopheessuuf Waaqayyo dura waan deemtuuf, raajii Isa Hundaa Olii sanaa jedhamtee waamamta
12โ sabni isaa dhiifamni #cubbuu isaaniif godhamee, beekumsa fayyina akka argatan isaan gargaaru isaaniif kennita
13โKunis kan tae gara laafina guddaa Waaqayyo keenyaatiin kan kae dha. Gara laafina kanaanis #ifni akka barii ganamaa ol gubbaadhaa nuu baa
14โ inni warra #dukkana keessa jiranii fi warra gaaddidduu duaa jala jiraataniif ifa kenna akkasumas miilli keenya daandii nagaa irra akka deemu godha
15โ Mucaan sunis ni guddate, #Afuuraanis ni cime; hanga guyyaa israaelootatti ifatti of mulisettis lafa onaa keessa jiraate (Luq 1:57-80)
โฌโฌโฌโฌโโฌโฌโฌโฌ
Galani Waaqayyof Haataโu
Ameen

๐นilma koo,Gibxiitti
Nan waamee
โข แแแแ แจแแฅแ แ แซแแต
=Raji_Hoose 11:1
=แแดแ 11 :1
||***********||
=Goondasa Dubaroo
Maariyaami
= #Raaji_Hoose
โ#kutaa_3_Ffaa
โHoose jechuun
Qoricha jechuudha
โAbbaan Hoose Beeri
Jedhama
โHoosen raajii kan
Dubbate dhaloota
Kiristoos dura
Bara 721 ttii
โ Kitaabni Hoosen
Bareesse boqonnaa
#14 qaba
====||====
โgara mata duree
Keenya yeroo deebinuu.
โขMaatewoos akkana
Jedhe bareesse๐
๐Namooni oguuma
sun Erga isaan achii
deemanii booda
Ergamaan Waaqayyo abjuudhaan Yoseefitti
mulatee,Kaiitii #mucichaa fi #haadha isaa fudhadhuutii
gara #Gibxiitti baqadhu
Heroodis mucicha ajjeesuu waan barbaaduuf hamma
ani sitti himutti achuma turi
jedheen
Kanaaf, Yoseef kaee
mucichaa fi haadha
mucichaa fudhatee
#halkaniin gara Gibxii dhaqe
Hamma #Heroodis du'uttis achuma ture Kunis kan tae wanti Waaqayyo karaa
#raajii isaa" #Ani ilma koo
biyya Gibxiitii nan waame jedhee dubbate akka raawwatamuufi
=โMaatewoos 2:13-15
******
Hubbadha.Gara biyya
Gibxiitti kan waamee
Eenyu.โ
=biyya Gibxiitti kan
Waame Waaqayyo
Yookin Waaqayyo jechuun
Abbaa jechudha.
=ilma, kan jedhamee immoo
Kiristoos:
๐ปmaqaan Kiristoos
=~ilma
=~Amaanu'eel
=~Iyyaasuus
=~Gooftaa
Haataโu maqaan isaa
Kuni Kiristoos osoo
Fooni nama iyyuu hin
Qabtni dura iyyuu jira..
โilma jedhee kan
Waame Abba isaa Waani
Taef nuuti ilma jenne
wamana
โErgaman Waaqayyo
Yooseefin #mucaa yookiin
#Da'imaa fi haadha mucaa
Fudhi jedhee jira
๐ปKanaafuu Raaji hose
ilma jedhe waamee
Ergamaan immoo da'ima
Jedhe wamee
Jechi #mucaa fi #ilma irratti
Ergama Waaqayyo maalif ilma
Jechu didee mucaa yookiin
Da'imaa jedhee waamee โ
=ilma kan jedhame Kuni
Addunya dura Abbaa,isaaf
Ilma,Ture..Waaqummaa
Isaan Abbaa isaa wajjin
Waliqixa
โขErgaman da'ima ykn
Mucaa jedhee kan wamee
Foonni nama,wajjiin Tawudoo
Tau ibsuufi.. jecha kan
Fayyadamne...
โakkuma Raajiin
isaayaas Dubbate๐
โRaaji-Isay 9:6
๐ #Mucaan nuuf #dhalateera #ilmis nuuf kennameera
humni mootummaa isaa gatiittii isaa irra jira
#maqaan isaa Gorsaa, dinqii, #Waaqayyo-jabaa
abbaa bara baraa
angafa nagaaโ in jedhama
โ #แแแ_แฐแแแถแแแแ
#แแแต แแ แ แฐแฐแฅแถแแแ
แ แแ แแตแ แ แซแแแ แแญ แญแแแ แตแแ แตแแ แแซแญ, แแซแ
#แ แแแญ แจแแแแ แ แฃแต
#แจแฐแแ แ แแ แฐแฅแ แญแ แซแ
=แขแณแญแซแต 9:6
โHaaluma Kana Ergama
Waaqayyo muca ykn da'ima
Fudhi jedhee jira
๐Abbaan ilma isaa
Sababa maalif gara
Biyyaa Gibxiitti wama โ
โbiyyi Gibxii saba Israa'el
Waaggaa 430 ofii jalatti
Rakko hedduu irraan geesse.
โขser.Bau 12:40-41๐
#Barri Israa'eloonni biyya
Gibxii keessa jiraatan
waggaa 430 ture
Dhuma waggaa 430 sanatti guyyaadhuma sana macci #Waaqayyoo hundinuu biyya Gibxii keessaa in ba'an
*****
wanta beekuu qabuu
Qabnu Israa'eloni
Biyya Gibxii keesa
Wagga 215 turan
Biyya karaan keessa
Waggaa 215 turan
=215:+215=430 ta'a
โHaataโu malee akkuma
Yero Ilmi laga Yordaanositti
Cuphame Ilmi koo
Kan isaa dhagaa jedhee
Dubbaate...
=Ilmi immoo xalayaa du'a
Laga sana keessa balesse
:Mat 3:17
โ Haaluma kan Ilmi
isaa biyya Gibxii keessa
Xaawooti kan dua namatti
Fidu,yaa,balleessuu jedhee
#Abbaan isaa, ilma isa
Achiti waamee....
โRaajiin Kuni xumura kan
Argate sababa,Gondasa
Dubaroo Maariyaami
Ilma ishee Biyya Gibxii
Geessu isheen...........
Yero amma kan biyyi
Gibxii Xaawooti Ishe ammas
Irra deebitee haala gaariin
Itti fufte hojjacha jirti
kanafuu Murti cimaatu
fuula dura Ishe jira..
โ #kutaa_4_ffaa
~hordofuu yoo barbade~
๐ป @haadha_Waaqa_naJaladha
====||====||====

Audio
๐บ๐ข๐ค๐ง๐ข๐ ๐ค๐ง๐ฉ๐๐ค๐๐ค๐ ๐จ๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐ ๐๐๐๐๐ช๐ฉ๐ ๐ฉ๐'๐
A))โป #Orthodoksi irraa
=Gutema.
B))โป #pheenxee irraa
=Habte.
โ ๐ข๐๐ฉ๐๐๐ช๐ง๐๐ ๐ข๐ค๐ง๐ข๐๐
#Maariyaamin (waaqa)/Waaqayyo deesseeโmoo hin deenye.โ
โ #soba pheenxee kana
ilala๐
โโป๐ง๐๐๐๐-๐๐จ๐๐ฎ๐๐๐จ 9:6
#Mucaan nuuf dhalateera;
ilmi nuuf kennameera;
mootummaan gatiittii isaa irra jiraata.
Innis Gorsaa Dinqisiisaa, #Waaqa_Jabaa,
Abbaa Bara baraa, Mootii Nagaa
jedhamee ni waamama.
แขแณแญแซแต 9:6
แแแ แฐแแแถแแแแแฅ แแแต แแ แ แฐแฐแฅแถแแแแค แ แแ แแตแ แ แซแแแ แแญ แญแแแแค แตแแ แตแแ แแซแญแฅ แแซแ #แ แแแญแฅ แจแแแแ แ แฃแตแฅ แจแฐแแ แ แแ แฐแฅแ แญแ แซแแข
โบkanafuu Jechi แ แแแญ jedhuu Waaqa, jedhama.
โบkanafuu Maariyaamin ๐ ๐๐๐๐(๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข๐) ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ฏ๐ฏ๐ฏ
โทโปYohaannis 20:28
Toomaas immoo,deebise โGooftaa koo! #Waaqa koo!โ jedheen.
แฎแแแต 20:28
แถแแตแแฆ แแณแฌ #แ แแแฌแแก แฅแ แแแฐแแต
(Kitaabni pheenxee garuu iddoo kanatti Waaqa kani jedhuu kana Waaqayyo jedhee hike jira
=Waaqa =Waaqayyoo))
#แ แแแญโป๐ฌ๐๐๐ฆ๐ ๐๐๐๐๐ช๐๐๐.
#แฅแแแ แฅแแญ โป๐ฌ๐๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฎ๐ค jechudha.
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
๐๐๐ก๐๐๐๐๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha