πΉWangeela
tokko Qofaa jira
=Galaatiyaa 1:7
β¬β¬β¬ββ¬β¬β¬
1β=akkuma
cuuphaan
Tokko jiruu
2β=akkuma Gooftaan
tokko jiruu
3β=akkuma Amantan
tokko jiru
4β=akkuma wangeeli
Tokko Jiru
5β=hordofitooni
Tokko qofti jiruu
βqabxiiwwan 1-3 kan
ibsu π=Eef 4:5
βqabxiin wangeela
Tokko ibsu=Gal 1:7
βQabxin
Hordoftoota tokko
Ibsu (Ani
#ortodoksii Kana
ibsuu
π=Eefe 1:10-13
π=Gal 1:15
πΌ=Qabxiwwan 5 kan
Bakka Tokkoti ilaala
β akkuma #Phaawulos
Jedhe1Qor 13:13 irraatti
β=jalalaa
β=amantii
β=abdii
β isaan sadan iyyuu
Garagara hin Bahan
Jedhuu
β ammas wantoonni
#Shanan(5) kuni adda
Hin Bau
β¨οΈ Waa'ee hordofitoota
Waaqa tokko irratti
#Ani_ortodoksii dha
Kan jedhuu irratti
πΉAni #ortodoksii
Ta'e dhalee kootif
Waaqayyof Galani
Haataβu jechuun
Ni barbaachisaa moo
Hin barbaachisuuβ
πΉAni ortodoksii ta'u
Kootif baayβeen
#gammada jechuun
Ni barbaachisaa moo
Hin barbaachisuuβ
πΌ kanaa irratti
Kitaabni Qulqulluun
Maali jedha
β #isin isa gaarummaa Kiristoos isa guddaatiin
isin waame Sana irraa gara #wangeela kan #biraatti
saffisa akkasiitiin garagaluun keessan na dinqisiiseera
πΌ=jechi #isin jedhuu yeroo
Jalqabaf Namoota warra
Galaatiyaaf jechuu isatti
β #wangeeli kan biraan
akka hin jirre
#beekamaa dha
haa tau malee
namoonni isin jeeqanii fi
#wangeela waaee
Kiristoos ibsu #jalisuu barbaadan tokko
tokko jiru
πΌ wangeeli kan biraa
Akka hin jire jechuun
Isaa Waangeela tokko
Qofa jira jechuu isati
Kan bira wa'e Kiristoos
Hin ibsu jedhudha
βTaus nu keessaa
namni tokko yookiin #Ergaaman//maleekaan
tokko #samii irraa dhufee
#wangeela nuti isiniif
#lallabne irraa #adda tae
yoo isiniif lallabe inni #abaaramaa haa tau
β wangeela tokkicha
Kan irraa adda taβe
Kan laallabe Abaarama
Ni ta'a
Namas yoo,taβe
Ergamootaa yoo
Ta'es
π»=Haataβu malee
Ergamoonni Waaqayyo
Wangeela nama
Barsisuu ni danda'u
=Ergamaan Seexanaa
Dhufe garuu kan adda
Ta'e yoo,lallabee
Ni abaaramaa
βAkkuma kanaan dura dubbanne ammas dabalee
nan dubbadha #eenyu illee wangeela isin #fudhattan
irraa adda tae yoo isiniif
lallabe #abaaramaa haa tau
π»=Namas yoo taβe kan
Abaaramee ta'a
βAni amma namoota
moo Waaqayyoon amansiisuuf yaalaan jira? Moo namoota gammachiisuuf yaalaan jira? Ani amma iyyuu namoota
gammachiisuuf yaalaan
jira yoo tae #garbicha
Kiristoos miti jechuu dha
βYaa obbolootaa
#wangeela ani isiniif
lallabe #nama irraa kan
madde akka hin taane
akka beektan
nan barbaada
π»=wangeelich nama
Irra akka hin dhufnee
Ibse
β sababiin isaas ani
Wangeella kana
#Iyyaasuus_Kiristoos
irraa #mulataan nan
fudhadhe malee
nama irraa hin fudhanne
yookiin namni
na hin barsiisne
π»=wangeeli kan
Kiristoos
Ta'u ibse jira
βAni dur #amantii
Yihudii keessatti akkamitti akkan jiraadhe
jechuunis #Kiristiyaanotaa Waaqayyoo cimsee
ariachaa fi balleessuuf dhamaaa akkan ture dhageessaniittu
π»= #Phaawuloos jalqabaa
Amanti yihudoota
Hordofaa akka jiruu
βakkasumas #aadaa
abbootii kootiif hinaaffaa guddaan qaba ture
saba koo keessatti
warra #hiriyoota koo
taan hedduu #caalaas
amantii Yihudii
keessatti baayee
guddachaan ture
π»=Phawuloos yeroo
Sanati hiriyoota isaa
Akka caaluu mul'isa
βHaatau malee
Waaqayyo inni
#gadameessa haadha
kootii jalqabee na
#filate fi karaa gaarummaa
isaa isa guddaa na
waame sun
π»=Akkuma Phaawuloos
Gadameessaa haadha
Isaa keessa filatame
Hordofa Kiristoos taβe
β Ani #ortodoksii taβen
Dhaladhee yoo jeete
Sirridha,Ani ortodoksii
Ta'u kootiif,nan
gammada yoo,jeette
Sirridha
π=Gal 1:6_17
π»Wangeelli #dursa
Wanta hunda akka
Ta'e ifa
===========
#saqqii dhugaatiin
mudhii keessan
hidhachuu fi gaachana
#qomaa Qulqulluu uffachuudhaan
#jabaadhaa dhaabadhaa
akkasumas #wangeela
#nagaa labsuuf
qophaauudhaaf #miilla keessanitti #kophee
kaaadhaa
=Eefesoon 6:14-15
=============
πΉ#Yaada yoo
qabataniiπ
π @Gutema123
πΌ=link channeel
Yoo barbaadanπ
@haadha_Waaqa_naJaladha

π» fakkeenyi bofa isa
#Sibila diima isaa
Nasaa irra hojjatamee
nama fayyisuuπ
=1β bofti Sibila Naasa
irra hojjatamee
Fakkeenyi isaa
#Kiristoos
π bofti Kuni sibiila
cimaa irraa
Hojjatame kan
#qoricha ofii keessa
hin qabuu
π»fakkeenyi qoricha
#Cubbu fi sobaa
Kanaafuu Kiristoos
Cubbu Tokko illee
Hin qabuu ( 1Yoh 3:5)
πYoh 8:46π
isinii keessaa namni
#cubbuu hojjetteetta
jedhee na himatu eenyuβ
Ani #dhugaan dubbadha
yoon tae, isin maaliif
ana hin amantan reeβ
2=βbofti #sibiila Kuni
muka irratti fannifamee
Malee lafaa irraa hin
Godhamne Kuni immoo
Fakkeenya Kiristoos
Lafa irraa #olii fudhanii
Kiristoos fannoo irratti
Fannisu ibsa (Yoh 19:17--8)
3=βfakkeenyi sibilla
Nasaa Kuni #dimaadha
kuni immo #dhiga
Kiristoos ibsa
βRaji-isaya 63:2π
#Uffaani kee maaliif
#diimate reeβ
uffanni kee maaliif
uffata nama waynii
#cuunfuu fakkaate ree
βα’α³αα«α΅ 63:2π
#ααα΅α α΅α αα αα?
αα₯α΅α α΅ α ααα αα₯ααα« α₯αα°αα¨αα₯ α°α αα₯α΅
α΅α αα αα°α?
βkanafuu wa'ee
Dhiga Kiristoos
Rajjonni hedduun
dubbatanii jiru
β #Musen dhigaa
Kiristoos Sibila dimaa
taβen ibsee jira
β raajii #isayaas
uffaata diman ibsee jira
βMulβata Yoh 19:13π
πuffata #dhiigni itti
bubue uffateera
#maqaan isaas
Dubbii #Waaqayyoo
jedhama
β uffaata dhiigni irra bu'e
Uffaate jechuun,, foonii
Nama isaa dhiiga qabuu
Uffaate jechuudha
π #Maqaan isaa duubi
Waaqayyo jedhama
jechuun.isa immoo jalqabaa
Sagale turee, (Yoh 1:1)
inni Waaqayyo jedhee
#Sagaleen yookiin Dubbi
Suni foonii nama uffatee
Jechuu isaatii
π»α«α₯α 19:13
#α α°αα α¨α°α¨α¨ αα₯α΅
α°ααα½αα α α΅αα
α¨α₯ααα α₯αα #αα α°α₯αα α
βMulβata 19:15-16π
#Goraadeen qaramaanii fi dheeraan kan inni ittiin
#saboota rukutus afaan
isaa keessaa ni ba'a
#ulee sibiilaatiinis isaan
ni tiksa Kana malees
iddoo cuunfaa wayinii dheekkamsa sodaachisaa
isa kan Waaqayyo
Hundumaa Dandauu
ni dhidhiita
#Uffata isaa irratti maqaan, #Mootii moototaa fi Gooftaa gooftotaaβ jedhu
barreeffameera
βHaaluma walii
fakkaatu #Kiristoos
yeroo fannifamee
Mata isaa gubbatti
Mooti yihudoota kan
Jedhu baraffamee jira
βπΉYoh 19:19-22π
#Philaaxosis_barreeffama barreessee #fannoo
sana irratti maxxanse
Wanti inni barreesses
#Iyyaasuus nama
Naazireeti #Mootii
Yihudootaaβ kan jedhu ture
Bakki Iyyaasuus itti
fannifame magaalaatti
dhihoo waan tureef
Yihudoonni #hedduun
wanta barreeffame kana
dubbisaniiru innis
βafaan Ibrootaatiin
βafaan Laatinii fi
βafaan Giriikiitiin
kan barreeffame ture
Dura buutonni lubootaa Yihudootaa garuu
Philaaxosiin #Ani Mootii Yihudootaa tiβ akka
inni jedhe barreessi
malee, βMootii
Yihudootaaβ jettee
hin barreessinβ jedhan
Philaaxosis βEgaa, ani
wantan barreesse
barreesseeraβ jedhee
deebise
βKuni yeroo Kiristoos fannifamee kan ibsuudha
Uffaanni isaa dhiga kan
taβe Sababa kanaafi
βHaataβu malee #sibili sunii
Diima ta'u isaan dhigni
Kiristoos fakkeessu isatti
Maali dhigni nama Dima
Waani taβef
β #Museen bofa #sibiilaa
irra Kan hojjatee, Sababiin
isaa Kiristoos #ulee
sibilaan akka Saba
isaa tiksuu ibsuuf
Sibilli #cimaa akkuma taβe
Tikseen keenya Kiristoos
Cima ta'u ibsuu
βYoh 10:11π
#Ani tiksee gaarii dha
tiksee gaariin immoo
#hoolota isaatiif jedhee
lubbuu isaa
dabarsee ni kenna
=4=βfakkeenya biraa
Musen bofaa fannisee
Sana karaa laman(2)
namaa fayyisa
=1=ijan arguudhan nama
Fayyisa
=2=lamaffan immoo
Sagale bofa fannifamee
sanaYoo, dhaga'ani
namni ni fayya
πΉ=Fannoo Kiristoos #ijan
Argani kan fayyan
Fakkeenyaaf
#dukka bu'oota isati
yookiin matii 120
=HDB 1:15
βYoh 20:20π
Erga kana jedhee booda,
#harka isaa fi #cinaacha isaa isaanitti argisiise
#Barattoonnis Gooftaa
arguu isaaniitti guddaa #gammadan
β#Gammachu jechuun
Immo #fayyina arguudha
akkuma Simi'oon jedhee
β=Luqaas 2:28-30π
#Simioon mucicha fuudhee #hammatee akkana jedhee Waaqayyoon galateeffate
#Yaa Gooftaa Oli Aanaa,
akkuma dubbattetti amma #garbicha kee nagaadhaan geggeessi
sababiin isaas #iji koo
isa #fayyina argamsiisu #argeera
πΉ=fakkeenyi warra
#ijaan Oso Hin arginee
sagalee qofan
Fayyani
==//====/===
πΉ Yaada yoo qabataniiπ
#Gutema123
β kan channeel π
@haadha_Waaqa_naJaladha
β #kuta_5_ffaaπ

π πππ§πππππ (π¦ππ) π©πππππππ‘ππ
βTajaajila yookiin Garbicha jechuun Afaanii Giriikiitiin #δοΟΞ»ΞΏΟ Ο (Duulosi) jedhama.
Yeroo tokko tokko immoo #Οαίδά (paiidaa) jedhama.
β» amma garuu δοΟΞ»ΞΏΟ Ο/Ξ΄ΞΏαΏ¦Ξ»ΞΏΟ fayyadamna.
πΊ πππππ πππππππ‘π‘π #ππππππβππ π¦πππππ #π‘ππππππππ π€πππππ¦π¦ππ πππβπππ....ββ
β΅β» #π πππππ’π’π ππππ ππππ #πππππ ππππ ππππππ π’ππ πππ.
βΆβ» #πππππ ππππππ π πππππ’π’π ππππ #ππππππ.
β·β» #πππππ ππ #πππππ π πππππ’π ππππ ππππππ
βΈβ» #πππππππππ ππππ ππππ π πππππ’π’π ππππππ
βΆβ»Isayaas 44:21
Ati #tajaajilaa(Garbicha) koo waan taateef Yaa Yaaqoob, yaa IsraaΚΌel, wantoota kana yaadadhu Ani si #tolcheera, ati tajaajilaa(garbicha) koo ti Yaa IsraaΚΌel, ani si hin irraanfadhu.
β·β»Sera.Uumama 26:24
Halkan sana waaqayyo isatti mulΚΌatee, βAni Waaqa abbaa kee Abrahaami. Ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin; #Abrahaam_tajaajilaa(garbicha) kootiif jedhee sin eebbisa, sanyii kees nan baayΚΌisaβ isaan jedhe.
βΈβ»Seera.Lakkoofsa 12:8
Ani fuulaa fuulatti, karaa namaaf hin galleen utuu hin taΚΌin ifatti isatti nan dubbadha; inni fuula waaqayo ni arga. Maarree isin #tajaajilaa(garbicha) koo #Musee mormitanii dubbachuu kan hin sodaanne maaliifi?β
βΉβ»Sera.lakkoofsa,14:24
#Tajaajilaan koo #Kaaleb garuu ilaalcha adda taΚΌe waan qabuuf, akkasumas garaa guutuudhaan ana duukaa waan buΚΌeef, ani dhugumaan biyya inni dhaqee ture sanatti isa nan galcha; sanyiin isaas ishii ni dhaalu.
βΊβ»2 Samuel 7:5
Dhaqi #tajaajilaa(Garbicha)koo #Daawitiin akkana jedhi Waaqayo akkana jedha: βAti mana ani keessa jiraadhu naaf ijaaruu qabdaa?
β»β»isaayaas 43:10
Waaqayyoo akkana jedha: βIsin dhugaa baatota koo ti, Eeyyee, #tajaajilaa koo #isan filadhe dha; Kunis, isin akka beektanii fi akka natti #amantaniif, Ani isuma taΚΌuu koos akka hubattaniifi. Ana dura Waaqni bira hin jiru Ana boodas hin jiru.
βΌβ»Maatewos 25:23
Gooftaan isaas #Garbicha(Tajaajila)gaarii fi amanamaa nana, baΚΌeessa goote! Ati wantoota muraasa irratti amanamaa taateetta. Ani immoo wantoota hedduu irratti sin muuda. Gara gammachuu gooftaa keetti seeniβ isaan jedhe.
β½β»Yohaannis 15:20.
Wantan isinitti hime kana yaadadhaa #Garbichi tokko gooftaa isaa hin caalu. Isaan na ariΚΌataniiru yoo taΚΌe, isiniinis ni ariΚΌatu; dubbii koo eeganiiru yoo taΚΌe, dubbii keessanis ni eegu.
βΎβ»Yaaqoob 1:1
Yaaqoob isa #garbicha_Waaqayyoo fi #garbicha_Gooftaa Iyyaasus Kiristoos taΚΌe irraa, gosoota 12n warra bakka adda addaatti bittinnaaΚΌaniif: Nagaan isiniif haa taΚΌu!
βΏβ»Sera.Uumama 18:3
Achiis akkana jedhe: βYaa waaqayyo, si duratti fudhatama argadheera yoon taΚΌe, maaloo, ana #tajaajilaa kee bira hin darbin.
βΆβΆβ»Kitaba-Nahimiya 9:14
Sanbata kee isa qulqulluu isaanitti ni beeksiste; karaa #tajaajilaa kee #Musees #ajajawwan, #dambiiwwanii fi #seera isaaniif ni kennite.
ππ€ππ―π Tπ’π©π’π€π―ππͺπͺπ Kπππ‘ππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)