โก๏ธ๐นkutaa _ 51 ffยชยช ๐ธ
------------------------------------
๐พ Gaaffii fi Deebi
๐musiliimota.๐
โYohaannis 12:45
namni na argu hundi, isa na #erge Sanas ni arga
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ณ Gaaffii isaanii
1โKiristoos Ergama jedhuโ
========:============
๐บ Deebii keenya.
Jechii #erge yookiin ergamee yookiin ergama jedhu Abbaa biraa dhufu qofa ibsaa.kanafuu Qaamni Abbaa biraa dhufee yookiin argame kuni Eenyuu.โ
A.))๐jalqabaa dura Kiristoos #addunyaa kan dura jirachuu isaa qabxiiwwan ibsuu
โต๐Mulโata Yohaannis 22:13
Ani Alfaa fi Omeegaa, isa
duraa fi isa boodaa, isa jalqabaa fi isa xumuraa ti.
โถ๐Yohaannis 17:5
yaa Abbaa ulfina ani #addunyaan_uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, ati of biratti ulfina anaaf kenni
โท๐Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka
dura turetti utuu ol bauu yoo argitan maal jettu ree?
B.))๐Kiristoos abbaa biraa dhufu isaa kunis samii irraa dhufu kan i ibsudha
โตโYohaannis 8:42
Iyyaasuus(kiristoos) akkana isaaniin jedhe: โAni #bakka kana kanan dhufe #isa_biraa waan taeef, Waaqayyo utuu
Abbaa keessan taee na jaallattu turtan. Isatu na erge malee, ani ofii kootiin kakaee hin dhufne.
โถโYohaannis 8:38
#Ani wantoota yommuun Abbaa #koo_wajjin_turetti argen dubbadha;isin garuu wantoota abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu .
โทโYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin
jiru; #ilma_tokkicha isa taee fi #Abbaa_bira jirutu waaee Isaa nuu ibse.
โธโYohaannis 3:13
#Ilma namaa isa #samii irraa gadi bue malee, namni gara samiitti oli bae tokko illee hin jiru.
โนโ1qorontos 15:47
Namni inni jalqabaa lafa irraa dhufe, akkasumas biyyoo irraa hojjetame; namni inni lammaffaan garuu #samii irraa dhufe.
C.))๐ gara biyya lafaa kani ergamee kuni eenyu.
Iyyaasuus Kiristoos โKiristoos immoo ilma Waaqayyo.
โต๐Yohaannis 17:3
Jireenya bara baraa argachuu akka dandaaniif,
si isa #Waaqa dhugaa tokkicha taatee fi #Iyyaasus_Kiristoos isa ati ergite sana beekuu qabu
โถ๐Yohaannis 11:27
Ishiinis, โEeyyee, yaa Gooftaa, ati #Kiristoos_Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu
sana akka taate nan amanaโ jetteen
โท๐Yohaannis 6:69
Nuti ati #Ilma_Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.โ
D.))๐Ilmi Waaqayyo kuni dubbii(logos) Waaqayyo turee
Ilmi Waaqayyo immoo Waaqayyo turee.
โตโYohaannis 1:1
Jalqaba Dubbichatu (logosi) ture; Dubbichi Waaqayyoo wajjin ture; Dubbichis waaqayyo ture
โถโYohaannis 5:18
Seera Sanbataa cabsuu isaa qofa utuu hin tain, sababii
inni Waaqayyo Abbaa isaa akka tae dubbatee, #Waaqayyoo_wajjin_of_qixxeesseef Yihudoonni ittuma caalchisanii isa ajjeesuu barbaadu turan.
โทโQolosaayis 1:17
Akkasumas inni wantoota hundumaa #dura dha; wantoonni kaan hundi karaa isaa #uumaman;
โธโFiliphisiiyus 2:5-6
Isinis ilaalcha Kiristoos Iyyaasuus qabu sana qabaadhaa inni #bifa
#Waaqayyootiin kan ture taus, Aangoo Waaqayyoo saamuuf, jechuunis Waaqayyoo wajjin qixxee tauuf hin yaadne.
โนโIbroota 1:3
Inni #ulfina_Waaqayyoo_ni_calaqqisa, #eenyummaa isaas sirriitti bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli Aanaa mirga isa Suurra Qabeessa sanaa taae.
E.))๐Kiristoos yookiin Ilmi Waaqayyo kuni,yookiin Waaqayyo kuni booda foonii nama uffaate.hojii Seexanaa balleessee.
โต๐Ibroota 2:14-16
ijoolleenโ sun #foonii
fi dhiiga waan taaniif, #innis foonii fi dhiiga tae; kunis kan tae, dua isaatiin #Diyaabilos isa dua fiduuf humna qabu sana akka balleessuufi akkasumas, warra jireenya isaanii guutuu #garbummaa sodaa duaatiin qabamanii turan bilisa baasuufi.
Sababiin isaas inni sanyii
Abrahaam gargaaraa jira malee, #maleekota gargaaraa akka hin jirre beekamaa dha.
โถ๐1Yohaannis 3:8
#Diyaabilos jalqabaa kaasee
cubbuu waan hojjetuuf, namni cubbuu hojjechuu amaleeffatu kan Diyaabilosi. #Ilmi_Waaqayyoo kaayyoo
kanaatiif, jechuunis hojii Diyaabilos diiguudhaaf akka mulifamu godhame
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ
๐บlink kan xuqaa hordofa
@haadha_Waaqa_naJaladha
======โจณ===========

๐
ฑ kutaa-74-ffยชยช.๐
ฑ
๐gaafii fi deebi
๐Muslimoota
โYohaannis 17:8
Ani #dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
แฎแแแต 17:8
แจแฐแ แธแแ #แแ แฐแฅแปแธแแแแ แฅแแญแฑแ แฐแแ แแตแฅ #แจแ แแฐแ_แแแต แฅแแฐ แแฃแ แ แฅแแแต แ แแแฅ แ แแฐแ แฅแแฐ #แแญแธแ แ แแ.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฉgaaffii isaanii.
1๐ dubbii Kiristoosi Abbaa irraa fudhatee barattoota isaati keena, inni ofi hin beeku
jedhuu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ.
๐ Deebii keenyaa.
Lakkii Kiristoos wanta hunda beeka
โตโธYohaannis 16:30
Ati wanta #hunda akka #beektuu fi #eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati #Waaqayyo_biraa akka dhufte #amanneerra.โ
โปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโปโป
๐gara hiika jechoota
ilaalaa Yohaannis 17:8 irraa
maali ibsaaโ
๐A))๐ dubbii ati naafi keenite Ani isaanii keenera jedha.
=dubbii isaa kami kennefiโlaata Kiristoos.
๐deebii isaa idduma kanatti ibsee jira Kiristoos, dubbi kani jedhame isaa kana โKiristoos Abbaa bira dhufuu #beekuu fi Amanuudha, gara biyya lafaa eegame dhufu isaatti"โ
๐ค sababiin isaa Jechi #Fudhatanii jiru jedhuu kanuma ibsa wani taโef.
๐kunoo Kiristoos jechoota sani dubbii kee,jedhee malee dubbi bira mitii, โ โ
๐barattoonni Kiristoos isaa kana #Amananii fudhatanii jiru jechuudha.
โถโธYohaannis 17:8

โฉRagaa Dabalataa.
โทโธYohaannis 16:27
isin waan na jaallattanii fi Waaqayyoon bira akkan #dhufe waan #amantaniif, Abbaan ofii isaatiif iyyuu isin ni jaallata.
โฉJechi #Amanuu jedhuu immoo Yoh 17:8 irratti ibsamee jira. Kaayyoo inni *
โธโธYohaannis 11:27
Ishiinis, โEeyyee, yaa Gooftaa, Ati Kiristoos, #Ilma Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan #amanaโ jetteen.
โนโธYohaannis 8:24
Ani cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas, #inni dhufu sun ana taสผuu koo hin #amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu.โ
โบโธYohaannis 6:68
Nuti ati Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.โ
๐jecha #beekuu ๐jedhu immoo ilma Waaqayyo ta'u beekuudha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐B))โฉJechi Ani Abbaa biraa dhufee jedhuu hoo,maali ibsaโ
๐Kuni immoo Kiristoos #qofti Abba bira jirachuu ibsa.
โปโธYohaannis 6:46-47
Isa Abbaa biraa dhufe sana malee #namni_tokko illee Abbaa hin argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Anatti kan amanu hundi jireenya bara baraa qaba.
โผโธYohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru
#ilma_tokkicha isa taสผee fi #Abbaa_bira jirutu waaสผee Isaa nuu ibse.
๐นkanafuu Kiristoos qofti erga Abbaa biraa turee ,inni Kiristoos Waaqa.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐C))โฉKiristoos maalif Ergamee โ namoota fayyisuu.
โฝโธYohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, โKana booda waan ati dubbatteef qofa amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra; namni kun dhuguma #fayyisaa_addunyaa taสผuu isaas #beekneerraโ jedhan.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐D)โฉKiristoos erga namoota fayyisee booda hoo, eessa deemaa.
๐kara Tessoo isaa, isaa irratti dhufti deebi'a.
โพโธYohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu oli baสผuu yoo argitan
maal jettu ree?
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฃโ waligaltii dubbii kee, kani jedhamee Kiristoos Abbaa biraa dhufuu isa kani ibsu ta'u,hubbannee jira, fedhiin Abba namoonni akka fayyanii ,akkasumas #fedhiin_Kiristoos namoonni akka fayyaniif fi du'a jala akka miliqanif.kunis fedhii Kiristoos isaa Kiristoos dhufee hojjin mirkaneenesse jira
๐ พ,Yohaannis 6:40
#fedhiin_Abbaa koo namni #Ilma_beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; Anis guyyaa dhumaatti duสผaa isa nan kaasa.โ
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
โค link waldaa keenyaa kana xuqaa hordofa๐๐