๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.6K subscribers
55 photos
3 videos
10 files
118 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
๐Ÿ›‘ kutaa-10-ffaa:
๐Ÿ‘‰Gaafi fi Deebii Muslimota
๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž ๐™–๐™ ๐™ ๐™–๐™จ๐™ž ๐™Ÿ๐™š๐™™๐™๐™– โ Kitaabni #Maarqoos fi #Maatewos wali faallessu jedhu โž
Ragaan Islaamoonni dhiyeessan immoo kunooti ๐Ÿ‘‡

โ“ตโžป๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘ž๐‘œ๐‘  ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘ก๐‘–, ๐‘‘๐‘ข๐‘Ÿ๐‘Ž amaatiin(Simoon (๐‘โ„Ž๐‘’๐‘’๐‘ฅ๐‘–๐‘Ÿ๐‘œ๐‘  fayise ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘๐‘œ๐‘œ๐‘‘๐‘Ž ๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘–๐‘โ„Ž๐‘Ž ๐‘™๐‘Ž๐‘š๐‘ฅ๐‘– ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž.
๐ŸฅฅMaarqos 1:30
#Haati niitii Simoonis dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciifti turte isaanis yommusuma waaสผee ishee Yesuusitti himan
๐ŸฅฅMaarqoos 1:40
Namichi lamxaaสผaan tokko gara isaa dhufee jilbeenfatee Yoo fedhii kee taสผe ati na qulqulleessuu ni dandeessa jedhee isa kadhate

โ“ถโžป๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘’๐‘ค๐‘œ๐‘  ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘ก๐‘– ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ๐‘œ ๐‘‘๐‘ข๐‘Ÿ๐‘Ž ๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘–๐‘โ„Ž๐‘Ž ๐‘™๐‘Ž๐‘š๐‘ฅ๐‘– ๐‘“๐‘Ž๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘–๐‘ ๐‘’, ๐‘™๐‘Ž๐‘š๐‘š๐‘Ž๐‘“๐‘“๐‘Ž ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ๐‘œ amaatiin Simoon  ๐‘โ„Ž๐‘’๐‘’๐‘ฅ๐‘–๐‘Ÿ๐‘œ๐‘  ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž
๐Ÿ‡Maatewos 8:2
Kunoo namichi lamxaaสผaan tokkos dhufee fuula isaa duratti jilbeenfatee Yaa Gooftaa, yoo fedhii kee taสผe, ati na qulqulleessuu ni dandeessa jedheen
๐Ÿ‡Maatewos 8:14
Yesuus yommuu mana Phexros seenetti, haati niitii Phexros dhukkuba dhagna gubaadhaan qabamtee ciiftee arge.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ—†Deebii keenya
hundi isaa iyyuu sirriidha.
๐Ÿ•นjalqaba #Amaati Pheexiroos fayise isaa boodde namicha lamxiin fayyise

Ragaa keenya.
โžŠโžปMaarqoos 1:31_33
Innis dhaqee harka qabee ishee kaase Dhagna gubaan sunis ishee dhiise isheenis isaan tajaajiluu jalqabde Namoonnis #galgala sana erga biiftuun lixxee booddee dhukkubsattootaa fi warra hafuurota hamoon qabaman hunda Yesuusitti fidan #Magaalaan sun guutuunis balbala duratti walitti qabame

๐ŸŽฅ Jechi galgala jedhuu guyyaa Kiristoos mana amaati Pheexiroos oolle, iddoo inni jira magaalaa akka taโ€™e achumatti ibsa.
๐Ÿ‘‰ergaa galgala jedhee immoo ganama sana hoo Kiristoos eessa dhaqee?

โž‹โžปMaarqoos 1:35-38
Yesuus #ganama_barii dimimmisaan kaสผee manaa baสผee iddoo namni hin jirre tokko dhaqee achitti kadhate. Simoonii fi warri isa wajjin turan isa barbaaduu deeman isaanis yommuu isa argatanitti, โ€œNamni hundinuu si barbaadaa jira!โ€ jedhaniin Yesuus immoo deebisee, โ€œAkka ani achittis lallabuuf #kottaa_gara #magaalaawwan dhiสผoo jiran kaanii dhaqnaa. Sababiin ani dhufeefis kanumaโ€ jedhe.

๐Ÿ‘‰Kanaafuu ganama Kiristoos eessatti lallabna jedhee Maagaala jedhee =ok.

โžŒโžปLuqaas 5:12
Utuu Yesuus #magaalaawwan sana keessaa isa tokko keessa jiruu #namichi #dhagni isaa guutuun #lamxaaสผe tokko gara isaa dhufe. Innis yommuu Yesuusin argetti adda isaatiin lafatti gombifamee Yaa Gooftaa yoo fedhii kee taสผe, ati na qulqulleessuu ni dandeessaโ€ jedhee isa kadhate

๐Ÿฉธgara Maatewos yeroo deebinuu immoo maatewos illee magaaluma akka taโ€™e qabxii ibsuu jira namichi lamxiin suni.

Fakkeenyaaf.
โžโžปMaatewos 8:3-4
Yesuusis harka isaa hiixatee namicha qaqqabee Fedhii koo ti qulqullaaสผi jedheen Lamxiin isaas yeruma sana qulqullaaสผe. Ergasiis Yesuus, โ€œNama tokkotti illee akka hin himne beekkadhu. Garuu dhaqiitii akka isaaniif ragaa taสผuuf lubatti of argisiisi kennaa Museen ajaje sana illee dhiสผeessi jedheen

Kiristoos namaa tokkotti illee hin himmni jedhanii =ok.
Namichi immoo didee magaalaa keessatti dubbachuu jalqabee, Kanaafuu Kiristoos magaalaa sana dhisee bahee deemee.

โžŽโžปMaarqoos 1:45
#Namichi garuu achii baสผee baayสผisee #odeessuu jalqabe. #Kanaafis #Yesuus ergasii #magaalaan #ala, lafa #namni hin jirre ture malee ifaan ifatti #magaalattii_seenuu hin dandeenye. Namoonni garuu iddoo hundatti isa bira dhufaa turan.

โžปKanaafuu Maatewos illee gochaa hunda kana barressu yaa dhisuu malee namichi nama magaalaa akka taโ€™e ifa.

โžป๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž.
๐‘”๐‘œ๐‘โ„Ž๐‘– ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘™๐‘Ž๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘› ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘ข๐‘ข ๐‘˜๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘œ๐‘“๐‘– ๐‘‘๐‘Ž๐‘›๐‘‘๐‘Ž'๐‘Ž๐‘› ๐‘ค๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘ก๐‘Ž๐‘’๐‘“, ๐‘—๐‘Ž๐‘™๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž ๐‘ฆ๐‘˜๐‘› ๐‘๐‘œ๐‘œ๐‘‘๐‘Ž ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘’๐‘’ ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘’๐‘’๐‘ ๐‘ ๐‘ข๐‘ข ๐‘›๐‘– ๐‘‘๐‘Ž๐‘›๐‘‘๐‘Ž๐‘š๐‘Ž.

   ๐™›๐™–๐™ ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–๐™–๐™›
โžŠโžป๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘›๐‘– ๐‘ก๐‘œ๐‘˜๐‘˜๐‘œ ๐‘ ๐‘’๐‘’๐‘›๐‘Ž ๐‘๐‘Ž๐‘Ž๐‘™๐‘Ž ๐‘—๐‘Ž๐‘™๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘Ž, ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘’๐‘’๐‘ ๐‘ ๐‘’ ๐‘๐‘œ๐‘œ๐‘‘๐‘Ž ๐‘–๐‘š๐‘š๐‘œ๐‘œ ๐‘ ๐‘’๐‘’๐‘›๐‘Ž ๐‘ก๐‘œ๐‘™๐‘Ž ๐‘ฆ๐‘œ๐‘œ ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘’๐‘’๐‘ ๐‘ ๐‘’.ยซ ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘™๐‘Ž๐‘š๐‘Ž๐‘› ๐‘–๐‘ ๐‘Ž๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘ข๐‘ข ๐‘ ๐‘’๐‘’๐‘›๐‘Ž ๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘”๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘Ž ๐‘ค๐‘Ž๐‘›๐‘– ๐‘ก๐‘Ž๐‘’ ๐‘ ๐‘–๐‘Ÿ๐‘›๐‘Ž ๐‘๐‘Ž๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘’๐‘’๐‘“๐‘“๐‘Ž๐‘š๐‘Ž ๐‘›๐‘Ž๐‘š๐‘Ž ๐‘ ๐‘Ž๐‘›๐‘Ž ๐‘–๐‘Ÿ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘ก๐‘– ๐‘Ÿ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘–๐‘›๐‘Ž โ„Ž๐‘–๐‘› ๐‘ž๐‘Ž๐‘๐‘ขยป

๐”ค๐”ฏ๐”ž ๐”ฑ๐”ข๐”ฉ๐”ข๐”ค๐”ฏ๐”ž๐”ช๐”ž ๐”จ๐”ฌ๐”ฌ๐”ฑ๐”ž๐Ÿ‘‡

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ…ฐ kutaa-11-ffaa
โœGaaffii fi Deebii Islaama
๐™œ๐™–๐™–๐™›๐™ž๐™ž ๐™ž๐™จ๐™–๐™–๐™ฃ๐™ž ยซ Kitaabni Maarqoos fi ergaa Yohaannis wali faalleessa jedhu

๐ŸŽฅ ragaa isaanii.
โžŠโžปMaarqoos irratti yaa Qulqulluu Waaqayyo jedhani ragaa ba'u
Maarqoos 1:24
akkana jedhe; โ€œYaa #Yesuus nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa #Qulqullicha_Waaqaa!โ€

โž‹ erga Yohaannis irratti immoo #Iyyaasus kiristoos foonii akka dhufe ragaa ba'uโ“:โ ^โ )
1 Yohaannis 4:2
Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma: Hafuurri akka #Yesuus Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baสผu hundi kan Waaqaa ti;
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐Ÿ•นDeebii keenya hundinuu sirriidha kana jedhuu ta'a

โžปjalqaba dura Seexanni ykn hafuura xuraawaan suni Ati Qulqullicha Waaqayyo kani jedhe eenyun jedheeโ“
โžปIyyaasuusin jedhee =ok.
โžปjalqaba sagalee turee(sagaleen immoo Waaqayyo turee)  sagalee sanu foonii nama uffaate.=ok.
โžปYeroo kanatti maqaa Iyyaasuus jedhamu argamee.

โžŠโžปMaarqoos 1:23-24
Yeruma sana namichi mana sagadaa isaanii keessaa kan #hafuura xuraaสผaan qabame tokko iyyee akkana jedhe; โ€œYaa #Yesuus nama Naazreeti, ati maal nurraa qabda? Nu #balleessuu dhufte moo? Ati eenyu akka taate ani nan beeka, yaa #Qulqullicha Waaqaa!

โž‹โžปYohannis 1:1
Jalqabatti #sagalee ture; sagaleen Waaqa wajjin ture; sagalee sunis #Waaqa ture.

โžŒโžปMaatewos 1:21
#Isheen ilma deessi; atis #maqaa isaa #Yesuus jettee ni moggaafta; inni saba isaa cubbuu isaanii irraa ni fayyisaatii.

โžโžปRoome 8:3
Waan seerri sababii fooniitiin dadhabsiifameef hojjechuu hin dandaสผin, Waaqni #Ilma ofii isaa #bifa_foon cubbamaatiin aarsaa cubbuu akka taสผuuf erguun hojjeteeraatii. Kanaanis inni fooniin cubbuutti mure.

๐Ÿ›‘ gara Yohaannis koota immoo yeroo tokkoo.

โžŽโžป1 Yohaannis 4:1-2
Yaa michoota,  #hafuuronni kan Waaqaa taสผuu fi taสผuu baachuu isaanii ilaaluuf qoradhaa malee hafuurota hunda hin amaninaa;  #raajonni sobduun hedduun addunyaa seenaniiru
Haalli isin ittiin Hafuura Waaqaa beektanis kanuma:  #Hafuurri akka #Yesuus_Kiristoos fooniin dhufe dhugaa baสผu hundi kan Waaqaa ti;

โžโžปYohaannis 6:68-69
Simoon #Phexrosis akkana jedhee deebise; โ€œYaa #Gooftaa, gara eenyuu deemna? Ati #dubbii jireenya bara baraa qabdaa. Nu akka ati #Qulqullicha Waaqaa taate #amanneerra; beekneerras.โ€
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
โžโžปMaarqoos 1:25
#Yesuus immoo, #Calสผisii isa keessaa baสผi!โ€ jedhee ifate.

Kiristoos maalif calisi keesa bai jedhan โ“, sababa Seexanni hooji gaarii wani hin qabneef fi maqaa Kiristoos na fayyisee jedhe osoo hin tanee calisee iyyee

โž‘โžปseera.Bau  20:7
#Maqaa Waaqayyo Waaqa keetii akkasumaan hin #dhaสผin; Waaqayyo warra #akkuma argan maqaa isaa dhaสผan utuu hin adabin hin dhiisuutii.

โž’โžปYaaqoob 2:18-19
Namni tokko garuu, โ€œAti #amantii qabda; ani immoo #hojii qabaโ€ jedha.
Ati amantii kee hojii malee na argisiisi; anis hojii kootiin amantii koo sin argisiisa. Akka Waaqni tokkichi jiru ati ni amanta. Kun gaarii dha!  #Hafuuronni_hamoon iyyuu waan kana ni amanu; sodaadhaanis ni hollatu.

โž“โžปLuqaas 6:46
Isin waan ani jedhu hin hojjettan; yoos maaliif, โ€˜Yaa #Gooftaa, yaa Gooftaaโ€™ naan jettu?
โ“ซโžปMaatewos 7:21
Nama fedhii Abbaa koo isa samii irraa #raawwatu malee namni, โ€˜Yaa #Gooftaa, yaa Gooftaaโ€™ naan jedhu hundi mootummaa samiitti hin galu.

๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™ง๐™ง๐™–๐™–๐™ฉ๐™ž.
โžปKan Maarqoos irraa jiru illee Seexanaani Kiristoosif ragaa baโ€™e kunis Kiristoos Gooftaa hunda ta'u ibsuf malee ragaa Seexanaa barbachisaa taโ€™e miti.
(Uumamni hundi waee Waaqayyo beekuu ibsuuf)

โ“ฌโžปHoji duka bu'ota 10:36
Isin ergaa Waaqni karaa Yesuus Kiristoosiin nagaa labsuudhaan saba Israaสผelitti erge sana beektu; #Yesuus Kiristoos kun #Gooftaa_waan #hundaa ti.๐Ÿ‘ˆ

โžปkan Yohaannis irraa jiru raajoota sobduu irraa ofii eega jedha raajonni sobduun immoo humna Seexanaa fi kayyoo dhunfaa isaanii fayyadamni nama wani dogoggorisaanif.

^โ _gara telegrama_โ ^โ€”โ โ˜†

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha