๐นAkkuma #Museen
lafa onaa keessatti
bofa #fannise
#ilmi namaas
#fannifamuu qaba
โข kunis, isatti kan
amanu hundi jireenya
bara baraa akka
qabaatuuf
๐ป #แแดแ แ แแตแจ แ แณ
#แฅแฃแฅแ แฅแแฐ แฐแแ แฅแแฒแ
#แ แฅแญแฑ แจแแซแแ แแ #แจแแแแ แแญแแต แฅแแฒแแจแ แฅแแ แฅแแณแญแ แ #แจแฐแ แแ #แญแฐแแ แญแแฃแแ
โขYohaannis 3:14-15
โขแฎแแแต 3 :14-15
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
= #kutaa_3-ffaa
โ Duubi fannoo
โakka eeyyema
Waaqayyottin
1โmuseen Maaliif bofa
fanisuu isaa barbaachise _โ
2โMusee bofa meeqa
Fannise=____โ
3โMuseen bofaa lubbuu
Qabu dhisee, maalif bofaa.
#Siibila diimaa irraa tolche
Fannise=_________โ
====||====||====
โ jalqabaa dura
Jecha kan kan dubbate
#Waaqa keenyaa Kiristoos
โiddoo kana irratti
Kiristoos fakkeenya
Musee kan dubbaate
Fannoon Kiristoos
Akkuma wanta salphaa
Osoo hin tanee karaa
Raajotan dubbatame itti #fayyadama akka turan
ifa,Gochuuf
โakka fakkeenyati
rajji Muse Qofa yaa
fudhannuu malee
Raajooni #hundinuu
dubbatanii Jiru
โraajoonni hundinuu
Akka wa'ee fannoo
dubbatan Kitaaba
#Qulqulluu raga qabna
โYoh 5:39๐
๐isin #Kitaabota #Qulqulluudhaan jireenya
bara baraa arganna jettanii waan yaaddaniif kitaabota
sana #qorattu
#kitaabonni kunis
#waaee dhuma koo
dhugaa bau
โแฎแแแต 5 :39๐
#แฅแแแฐ #แ แแปแแแต แจแแแแ
#แแญแแต แฅแแณแแฝแ แญแแตแแฝแแแ แฅแแญแฑแ #แตแแจแแซแแฝแ #แฅแแญแฑแ แตแ #แฅแ #แจแแแฐแญแฉ แแธแ
๐นKanaafuu Kitaabni
hundinuu wa'e kiristoos
Ibsu Jedhuu isaatii
๐ป gara mataduree
Keenya yoo
deebinuu immo
๐ปfannoo Kiristoos
Raaji Muse akkamitti
ibsame kan jedhu ilaala
๐ปSer.lakkofsa21:4-9๐
israa'eloonni naanna'anii
biyya #Edoomi bira darbanii adeemuudhaaf tulluu Heromniii ka'anii karaa galaana #diimaa dhaquf ni deeman garuu karaa irratti baayye ni dadhaban
#Sababa Kanaafi Akkasi jedhan #Lafa onaatti akka dhumnuuf biyya #Gibxii keessaa nu baaftaniiโ
โ Buddeenni hin jiruโ
โ bishaan hin jiruโ
โ nus nyaata kan jibbineโผ๏ธ jedhanii #Waaqayyoo fi #Musee irratti in dubbatan
yeroo kanati Waaqayyo yommus #bofoota isaan gidduutti in erge
bofoonni isaan #iddan(cininan) isaan keessaa #namoonni baay'een in #du'an Kana irratti jarri #Musee bira dhufanii
Nuyi Waaqayyo irratti
si iraati cubbu hojjane
#bofoota kana nu irraa akka #deebisuuf Waaqayyoon nuuf #kadhadhu jedhan
Museenis jaraaf in kadhate Waaqayyo immoo Museedhaan "Bofa #Nasaa irra tolchii
#Mukati fannisi
#Namni bofni #idde gara isaa yoo #ilaale in #fayya" jedhe. Museen ni hojjate namni bofni idde hundinuu, gara bofa #nasaa irraa tolfame sanaa yeroo ilaaletti in fayyanii
๐นqabxii hubbachu qabnuu
Bofa #lama jiraachuu isatti
=1=tokkoffan bofaa lubbuu
Qabu isaa Namoota hidee.
Ajjeesse.
=2=inni lamata bofa lubbuu
Hin qabnee isaa Naasa irraa
Hojjatame,namoota fayyise
๐ป๐ป๐ป๐ป๐ป
โFakkeenyaa bofaa
Lubbu qabuu isaa
qoricha #Nama ajjeesuu
=1=โbofti qoricha ofii
keessa.Qabu inni
nama ajjeesee
โfakkeenyi isaa #Seexanaa
Ykn #Daabiloos dha
โ Mulโata Yoh 12:9๐
#jawwee guddaan sun
jechuunis #bofti inni jalqabaa, inni #Diyaabilosii fi Seexana jedhamu, inni guutummaa
lafaa dogoggorsu sun gadii darbatame; inni gara
lafaatti gad darbatame Ergamooni/maleekonni
isaas isaa wajjin gadi darbataman
=2=โbofti lubbuu qabu
suni Qoricha nama ajjeesuu
Qoricha kan jedhame soba fi cubbudha
โYoh 8:44๐
๐isin kan #abbaa
keessan kan Diyaabilosi
fedha abbaa keessaniis
raawwachuu barbaaddu
inni jalqabumaa kaasee
kan #nama_ajjeesu ture dhugaan isa keessa
waan hin jirreefis dhugaatti jabaatee hin dhaabanne
inni #sobduu fi abbaa sobaa waan taeef, soba yommuu dubbatu ofii isaa keessaa baasee dubbata
=inni jalqabaa nama
Ajjeessa turee jechuun
Jalqaba Addaami kan
Dogogora soba itti
Dubate isaa Waani ta'ef (ser.Uum3:1-5)
=3=โfakkeenyi biraa
bofti inni qoricha nama
ajjeesuu #Adaami
=Maalif sababa Addaamiif
Namoota jiran hundi #cubbuu
Isaan du'an yookiin
isatu sanyii isaa
ajjeesee (1 Qor 15:49)
====||===||====
โ Yaada yoo qabatanii๐
#Gutema123
โ kan channeel ๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ #kutaa_4-ffaa๐

๐นkutaa-76-ffยชยช๐ง
๐gaaffii fi Deebi
๐Muslimoota
๐ pheenxee
โYohaannis 17:9
Ani waaee isaanii sin #kadhadha kan Ani si kadhadhu waaee #addunyaa utuu hin tain, waaee warra ati Anaaf kennite sanaa ti; sababiin isaas isaan kan kee ti
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐gaaffii isaanii.
1= Muslimoonni akkasii jedhuu Kiristoos erga Waaqayyo taโe maaliif kadhachuu isa barbaachise jedhuuโ๐
2= pheenxee akkasii jedhuu Kiristoos nuuf kadhata jedhuuโ๐
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ Deebii keenyaa.
๐ Lakki Kiristoos Akkasii jedhee dubbatee โ Ana na kadhadhaa jedhee jira Afaanii isaattin โ.
โถโชMaatewoos 9:37-38
barattoota isaatiin, โDhuguma iyyuu, #midhaan sassaabamu baayสผee dha, #hojjettoonni garuu muraasa. Kanaaf #Gooftaan makarichaa, hojjettoota gara makara isaatti akka ergu #kadhadhaaโ jedhe.
๐ hiika jechoota kana
1โปmidhaan sassaabamu kani jedhamee ยซnamoota Addunyaa kanattiยป
2โปHojjatoota kani jedhamee ยซBarattootaยป isaatti
3โป Gooftaa makaricha kani jedhamee ยซ Kiristoos ยป
โผโผโผโผโผโผโผโผ*
kanafuu Kiristoos barattoota isaatiin โ Gooftaa makaricha kadhadha hojjatoota akka erguuf jedhee " hiikin isaa Ana kadhadha akka Ani barattoota erguuf jedhee ยปโ
๐ kanafuu Kiristoos Ana kadhadha jedhe jira.
Yaa Musiliimaa maali
siif wayyaโ
Yaa, pheenxee maali
siif wayaโ
โฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑ
๐Amma Yoh 17:9 irratti maali hubbachisa laata.
โทโชYohaannis 17:9-10๐
Ani waaสผee isaanii sin kadhadha; kan ani si #kadhadhu waaสผee addunyaa utuu hin taสผin, waaสผee warra ati anaaf kennite sanaa ti sababiin isaas isaan kan keeti.
#wanti_kan_koo taสผe hundi kani keeti, #wanti_kan_kee taสผe hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
๐ชท akka dubbisa kanatti Namni kani Eenyuti.
A)) kani Abbaa mooโ
B)) kani Kiristoos โ
=Deebii isaa
kani lamaan isaanii iyyuutti.
" Sababiin isaa Kiristoos akkasii jedhee jira ยซ kani kee hundi kani kooti,kani koo hundi immoo kani keetii wani jedheef ยป
๐erga immoo namni kani Kiristoos taโe,wanta ofii harka qabuu irratti maaliif kadhachuu barbaachise reeโjennee pheenxee fi Muslimaa gaafannaโ =deebi hin jiruu ๐ jedhuu.
โฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑโฑ
โป Walumaagalatti Kiristoos dhala namaa hunda bilisa basuuf wani dhufeefi " akkuma inni afaanii isaanii Ani bilisa yoo, isin base malee isin Garboota jedhe.
โธโชYohaannis 8:36
#Ilmi_bilisa yoo isin baase, isin dhuguma bilisa ni taatu.
โนโชGalatiyaa 5:1
#Kiristoos_bilisa kan nu baase bilisummaa akkasii akka argannuufi. Kanaafuu, jabaadhaa dhaabbadhaa; deebitaniis #waanjoo garbummaa jala of hin galchinaa.
โฃโ kanafuu bilisa kani sii,basuu Kiristoos erga taโe ,waee Kiristoos immoo isayaas akkasii jedhee inni ba'a isaanii baate kadhatee jedhee jira , kadhannaa kani jedhamee immoo amma bilisa basuu kana Seexanaa jala.
โบโชRaaji-Isayaas 53:12
namoota hedduu gidduutti gaสผee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, #inni_lubbuu isaa hamma duสผaatti illee dabarsee kenneera, #Yakkamtootaa wajjinis lakkaaสผameera #Cubbuu namoota hedduu ni baate, Yakkamtootaafis ni #kadhate.
โฃโ amma Kiristoos ni kadhate inni jedhuu bakka namoota bu'ee cubbuu namoota bachu isaatti , kunis ofii isaa dhifama godhee rawwate, dhifamni Abba akka beekamuu gochuuf akkasii jedhee malee Kiristoos wanta gochuu barbade ofii isaa iyyuu beeka.
๐ dhiifamni Kiristoos akkamitti beekamaโyoo,jedhamee Kiristoos gara namoota dhufuu isaa fedhii isa ibsa.
๐dhiifamni Abbaa akkamitti beekama โilma isa ergu isaatti (Yohaannis 3:16).
๐บ yaada bira immoo Kiristoos Abbaa kadhadha jedhee barsisee turee amma immoo akkamitti antu isiniif kadhata jedhu danda'a โyaa, Muslimaa ,yaa,pheenxee โdeebii nutti himma kaa๐โ
โฑโฑโฑ
โปโชMaatewos 6:9
โEgaa, isin akkana jedhaa #kadhadhaa: โโYaa Abbaa keenya isa samii irra jiraattuu, maqaan kee haa qulqullaaสผu.
โผโชMaatewos 6:6
#Ati garuu yeroo #kadhattu, gara kutaa kee seeni; balbala kee cufadhuutii Abbaa kee isa iddoo dhoksaa jiru kadhadhu. #Abbaan kee inni dhoksaatti ilaalus gatii kee siif ni deebisa.
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
link waldaa keenya argachuuf kana xuqaa ๐๐๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)

๐
พ kutaa-78-ffaa.๐บ
โgaafi fi deebi
โMusiliimaa
โpheenxee
โ Yohaannis 17:15
โAni isa #hamaa sana irraa akka isaan eegduuf malee, addunyaa keessaa akka isaan baastu si hin #kadhadhu.
โฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃโฃ
gaaffii isaanii
1โwarrii Musiliimaa Kiristoos Waaqayyo miti ni kadhaata jedhuu
2โwarri pheenxee immoo Kiristoos nuuf kadhata jedhuu.
===============
๐deebi keenyaa.
Lamaan isaanii iyyuu dogoggoraani jiruu kani jedhuu ta'a.
๐Sababiin duukaa buoonni hundinuu Waaqayyo kadhatan malee ,Kiristoos nuuf kadhata jedhanii calisani hin beekanii , yeroo wanta โhammaโ irraa gahee ni kadhatuu turee.
โถโHoji duuka buota 4:24
Isaan yommuu kana dhagaสผan tokkummaadhaan sagalee isaanii ol kaasanii akkana jedhanii #Waaqayyoon_kadhatan: โYaa Gooftaa Oli Aanaa, ati samii, lafa, galaanaa fi wantoota isaan keessa jiran hunda uumteetta.
โ Kanaafuu iddoo kanatti wanti hama yeroo isaanii irraa gahee Waaqayyo kadhatanii jiruu ,malee Kiristoos nuuf kadhata jedhanii hin dhifnee.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
โ gara maata duraa keenyaa yeroo deebinnuu immoo wanta hamma irraa kani nama dhorkuu Abba qofa mooโKiristoos hoo ni dhorkaa laata โ,deebii isaa Eeyyee ni dhorkaa.
โทโ1Yohaannis 5:18
Namni Waaqayyo irraa dhalate kam iyyuu cubbuu hojjechuu akka hin amaleeffanne beekna; #inni Waaqayyo irraa #dhalate #sun_isa_eega, inni #hamaan sun homaa isa gochuu hin dandaสผu.
โฃโiddoo kanatti Waaqayyo irraa kani dhaltee inni jedhu Abbaa irraa kani dhalee Kiristoos
โธโ2,Tasaloonqee 3:3
#Gooftaan amanamaa dha; inni #isin_cimsa, isa #hamaa sana irraas isin eega.
๐iddoo kanati Gooftaa kani jedhamee Kiristoos
๐kanafuu wanta hamma irraa kani nama eeggu #Abbaa fi #ilma jechudha.

Erga maatan isaa iyyuu wanta hamma irra nuu, eega taโe Kiristoos maalif isiniif nan kadha jedhee ree.โ
1โชDuubi raajicha raawachuuf kana jedhee.
โนโIsaayaas 53:12
Kanaan kan kaสผes, namoota hedduu gidduutti gaสผee isaaf nan kenna, Innis namoota jajjaboo wajjin boojuu ni hirata, Sababiin isaas, inni lubbuu isaa hamma duสผaatti illee dabarsee kenneera, Yakkamtootaa wajjinis lakkaaสผameera; Cubbuu namoota hedduu ni baate, #Yakkamtootaafis ni #kadhate.
2โช Abbaaf ulfina kennuuf.kuni immoo inni gadi ofii qabuu Kiristoos guutummaatti mulisa.
โบโYohaannis 8:49
Iyyasus Kiristoos deebisee akkana jedhe: โ #Ani Abbaa kootiifan #ulfina kenna malee, jinniin na keessa hin jiru; isin immoo na salphistu.
โปโYohaannis 17:4-5
Ani hojii akkan hojjedhu anaaf kennite xumuree #lafa irratti #ulfina siif kenneera. Kanaafuu, yaa #Abbaa, #ulfina ani addunyaan uumamuu isaa dura si biratti qabu sanaan, of biratti ulfina #anaaf kenni.
3โชnuuf fakkeenya ta'uf
โผโFiliphisiiyus 2:5
#Ilaalcha Kiristoos Iyyasus qabu kana qabaadhaa
โโYohaannis 13:15
โชAkkuma #Ani isiniif godhe, isinis akkanuma akka gootan ani #fakkeenya isiniif taสผeera.
๐บ inni biraa immoo waee kadhannaa iddoo kana irratti.
Ni ibsaa sababa isaa wajjin.
โโYohaannis 17:20-21
โAni warra kanaaf #qofa utuu hin taสผin, warra dubbii isaanii dhagaสผanii #anatti amananiifis nan #kadhadha;
Isaanis #tokko haata'aniif, yaa abbaa, akka ati ana keessa jirtu anis si keessa akkan jiru, isaanis nu keessa haa jiraataniif, biyyi lafaas ati akka na ergite haa beekuuf #kadhachuu koo ti
โ warra Anati Amanani hundaaf nan kadhadha jechuu isaatti. Kunis Yohaannis 17:15 wajjiin tokko , Haataโu malee kadhadha inni jedhamee iddoo kanatti iddoo #ani jirachuu akka jirataniif. (Yoh 17:20-25) dubbisi
โโYohaannis 14:2
#Mana Abbaa koo keessa #iddoon jireenyaa hedduun jira. Kun utuu taสผuu baatee isinitti nan himan ture; sababiin isaas, ani iddoo isiniif qopheessuun deema.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐ ฐ Kutaa ~76~Dubbisaa๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/676

โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโฆ