πΉifni #Adeessa akka
ifa aduu ni ifa
ifni #aduu akka ifa
guyyaa 7 tti
dacha 7 ni ifa
β #α¨α¨α¨α α₯ααα
α₯αα° ααα α₯ααα
#α¨αααα α₯ααα α₯αα°
α°α£α΅ αα α₯ααα α°α£α΅
α₯α₯α αααα
=βΉRaaji-Isay 30:26
=βΉα’α³αα«α΅ 30:26
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
TULLUU=Tabori
Kuta -3 ffaa
β¨οΈ guyyaa kan Kiristoos
Tullu dheeraa Tabori oli
bahe jira Sababin inni
Tullu Tabori oliBahee
=1π iccitii heddun
isaa Tullu oli dheeraa
irra akka taβe seera oritti
keessa jira
β΄Fakkeenyaaf
β1=Adaamaa jalqabaa
iddoon inni qubatee
(seera.Uumam 2:8)
β2=Dooni Noohi
Tulluu dheeraa irraa
qubatee jirti
(seera.Uumama 8:4)
β3=Abrahaami ilma
isaa Arasa itti dhiyeesse
Tullu dheeraa irra turee (seera.Uumama 22:2)
β4=Yaaqoobi yeroo
jalqabaa Waaqayyo
rafee. BEETEL Tulluu
dheera iirra
(seera.Uuma 28:12)
β5=iddoo lubni
Malkiseedeq i
Asara itti dhiyeesse
turee
(seera.Uumama 14:19)
β6=Musen Tulluu
dheeraa irratti seera
fudhatee turee
(seera.Bau34:28
=β Tulluu dheeraan
yookiin gaara Fakkeenyi
isaa mana Kiristiyaanaa
ni fakkama
β Fakkeenya Qofa taβe hafee,mitti isuma dhuga
taβe dha
β¨οΈβ΄mana Kiristiyaanaa
kan caaluu Kiristoos
guyyaa kan gara mana Kiristiyaanaa dhufe
Jira
βakkuma inni jedhee
πΎAni garuu isinitti
nan hima,
#Mana qulqullummaa
irra kan caalu as jira
=Mat 12:6
πΎβΉααα αα α₯αα½ααα
#α¨αα α°α΅ α¨αα αα₯
α¨αα α α
=αα΄αα΅ 12:6
β¨οΈ sababin Gara Tullu
oli bahee seera oriritti
osoo hin cabsin
oli bahe
β=akkuma inni
jedhee
πAni seera raajoota
diguuf hin dhufnee
jajjabeessuf malee
jedhee jira
βΌοΈ ifni adeessa akka
ifa aduu ni ifa jechun
"gargartoota yookiin
Arditti yookiin
Abboota 72 jechudha
= #Adeessi fakkeenya
Abboota 72 ni taβu
(Luq 10:1)
=Fakkeenyi #aduu
du'aa bu'oota 11
Mat 10:4-6)
=12+72+36=120
βΉHDB 1:15 Dubbisa
β¦ifni addeessa akka
ifaa aduu ni ifa
jechuun
#Kabajni fi hojjin
Abboota 72 akka
duuka bu'oota 12
ni ta'a jechuudha
β¦ifni #aduu,akka
ifaa guyyaa 7 ni caala
jechuun Ifni dukaa
bu'oota Yeroo
Kiristoos Tulluu
Taboor irraa oli bahee
sana duuka bu'ooni
argani jiruu
β Haaluma kan
duuka bu'oota 3
πPheexiroos,
πYaaqoob
πYohaannis
Duuka buoonni
hundinuu aduu
ni fakkeeffamu
β¨οΈAkka adu guyyaa
7 ni ifu,dachaa ni ta'u
jechuun
βduuka bu'oota Tullu
Tabor irraa turan 3
sana caala
#Duuka,bu'oota osoo
Tulluu oli hin bahin
hafaan iccitiin tullu
Tabor ifaa taβe jira
βWarri Tullu Tabori
oli hin bahin hafan
isaa kan turee
1π Indiriyaas
2πFiliphoosii
3πBartolomewos
4πToomaasii
5πMaatewos
isa qaraxa
sassaabu
6πYaaqoob
ilma Alfewoos
7πTaadewos
8πSimoon
isa hinaafticha
yookin Naatinael
9πYihudaa
Asqorotuu isa
yeroo booda
Kiristoos dabarsee
β¨οΈ icciitti kan barattoota
11 Ni beeku garuu hundi
isaan hin bareessine
Malee
πΌ kan bareessan
βmaatewos
βmarqoos
βLuqaas
βPhexiroos
β¦β¦β¦β¦β¦β¦β¦
namoonni iccitii
kuni ifaa taβe immoo
namoota 83 turee
=11+72=83
RAAJI_iSAAYASA
30:26 irraa kan jiru
Hikni isaa kan turee
2 far_Daawit 88/89:12
ilaala Amma immoo
β #Kabba fi #kibbaa
situ uume tulluun
#Taaborii fi tulluun Hermoonemin maqaa
keetti in gammadu"
=β #α°ααα α°α‘α₯α α αα°
#αα αα α³α¦αα α ααααα
α α΅αα α°α΅ αααΈαα
β΄=αααα 88/89:12)
β¨οΈ Maalif kibba fi kabba
Qofa ta'e___β
β¨οΈ Tulluu kuni laman
maalif gammadu_β
β¨οΈMaqaan Kiristoos
Tullu illee ni
gammachiisa
Jechudha
=sa'aati yoo,qabatanii
Kitaabolee kan Dubbisa
1βFar_Daawiit 133:3
2βFar _Daawit 98:8
3βAbboti murti 4:6
4βkitaaba_Iyyaasu
12:1,19:22
5βseera.keessa deebi
3:8-9
6βkitaaba iyyoobi
26:7
β΄=kutaa 4 ffaa jira
β¨οΈ link kan kan iirra
barumsa yeroo darbee
Ni argatuπ
β΄@haadha_Waaqa_naJaladha
β¨οΈ yaada yoo,
qabatanii Immoo
gara kan koota π
= @Gutema123

π
° kutaa-91-ffΒͺΒͺ.
π₯₯gaaffii fi deebii
π³Musiliimota.
ππππππ ππππππ ππππ
βΆβ©πππππππππ π πππππ’π’π ππππ πππππ
βYohaannis 20:17
#Iyyaasuus βAni amma iyyuu #gara_Abbaatti waanan oli hin baaneef, naa hin qabin. Kanaa mannaa dhaqiitii #obboloota kootiin, βAni gara #Abbaa_koo fi gara Abbaa keessanitti, gara #Waaqa_koo fi gara Waaqa keessanitti oli nan baΚΌaβ jedhii isaanitti himiβ jedheen.
β©Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jedhuuβ
β¬β¬β¬β¬β¬
π₯.Deebii keenya.
Waaqa kani jedhamee iddoo kanatti eenyu ,β
=Deebii isaa Abbadha. Ok.
β Kanaafuu Iyyaasuus Waaqa qaba jechuun isaa Hiikni isaa
Β« #Iyyaasuus_Abbaa_qaba Β» jechudha.
π Kiristoos #jalqabaa dura Abbaa jedhee isa booda immoo maalif #waaqa jedheβ
=deebii isaa π
β,#jecha Waaqa jedhuu warri yihudootati yeroo hunda ni fayyadamu ,jecha,Abba jedhuu immoo xiqqoo fayyadamu
βΆβ»Raaji milkiyaas 2:10
#Hundi keenya iyyuu #abbaa tokko qabna mitii? Kan nu uumes #Waaqa tokkicha mitii? Maarree, kakuu abbootii keenyaa xureessuudhaan maaliif gocha gantummaa wal irratti raawwanna?
((π³Raji-milkiyaas 1:6)) dubisi
βsababaa Kanaafi akka isaanii sirriitti beekaniif waaqa ittii himee.
β·β»Yohaannis 8:54
#Iyyaasuus deebisee akkana jedhe: βAni yoon ulfina ofiif kenne, ulfinni koo gatii hin qabu. Inni ulfina anaaf kennu, #Abbaa koo #isa_isin #Waaqa_keenya jettan sana dha.
β©iddoo kanatti sirriitti ifa godhe Fakkeenyaaf jechi β isa isin β Waaqa keenyaa jettanii sun yeroo jedhuu akka yihudootati waaqa jedhanii beekuu Kanaafi.
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
π» Amma Kiristoos Waaqa inni isaani jedhanii - #Hiikni isaa #Kiristoos_Abbaa qaba
jechudha_π―.
β Kiristoos ππππ πππ ππππ πππππ πππππ πππππππ β
β©jalqabumaa Kiristoos Abbaa bira ture osoo gara addunyaa kana hin dhufin dura.
βΈβ»Yohaannis 6:62
Yoos, #Ilmi_namaa bakka #dura turetti utuu #oli baΚΌuu yoo argitan maal jettu ree?
βΉβ»Yohaannis 8:38
#Ani waanan Abbaa koo #biratti argen dubbadha; isinis waanuma abbaa keessan irraa dhageessan hojjettu.
βΊβ»Yohaannis 8:42
Iyyaasus akkana isaaniin jedhe; β isin utuu #Waaqni abbaa keessan taΚΌee silaa na jaallattu turtan; ,#Ani Waaqa #biraa #baΚΌeen_dhufeetii. Isatu na erge malee ani ofii kootiin hin dhufne.
β»β»Yohaannis 8:14
Iyyaasus deebisee akkana isaaniin jedhe: β #Ani_eessaa akkan #dhufee fi eessa akkan #dhaqu waanan beekuuf, waaΚΌee ofii koo yoon dhugaa baΚΌe illee, dhugaa baΚΌiinsi koo dhugaa dha. Isin garuu eessaa akkan dhufee fi eessa akkan dhaqu hin beektan.
βΌβ»Yohaannis 7:29
#Ani garuu sababiin #isa_biraa dhufee fi sababii inni na ergeef isa nan beeka
β½β»Yohaannis 8:23
Innis akkana isaaniin jedhe: β#isin_gadi irraa ti; #Ani garuu #oli irraa ti. Isin addunyaa kana irraa ti; ani garuu addunyaa kana irraa miti.
βΎβ»Yohaannis 6:38
Ani fedhii isa na erge sanaa guutuuf malee, fedhii koo guutachuuf #samii_irraa_gadi hin buuneetii.
βΏβ»Yohaannis 6:46
#isa_Abbaa_biraa dhufe sana malee #namni tokko illee Abbaa #hin argine; Abbaa kan arge isa qofa dha.
π₯ ragaa dabalataa
Yohaannis 3:13,31.
β¬β¬β¬β¬β¬
β€οΈKani #Muslimooni Kiristoos Waaqa qaba jedhanii suni hiikni isaa kiristoos Abbaa qaba jechuuti hiikate.
βAbbaa fi Kiristoos
-ππππππ π€πππ-πππ₯π ππππ’.
-π πππππ π€ππππ’πππ π€πππ-πππ₯π ππππ’
-π’πππππ π€πππ-πππ₯π ππππ’.
-ππππππ‘π,π€πππ-πππ₯π ππππ’.
-βπ’πππ π€πππ-πππ₯π ππππ’
β΅β»Yohaannis 5:23
#Namni hundi akkuma #Abbaadhaaf #ulfina kennu, #Ilmaafis #ulfina akka kennuufi. Namni Ilmaaf ulfina hin kennine, Abbaa isa isa ergeefis ulfina hin kennu.
βΆβ»Mulβata Yohaannis 5:13-14
#Uumamni_samii keessa, #lafa_irra, lafa #jala, #galaanaa fi wantoonni isaan keessa jiran #hundi, β #Isa_teessoo irra taaΚΌe Sanaa fi #Hoolichaaf #galaanni #kabajni, #ulfinnii fi #humni baraa hamma bara baraatti haa taΚΌuβ yommuu jedhan nan dhagaΚΌe. #Uumamawwan jiraatoon arfan, βAmeen!β jedhan, jaarsoliin sunis kufanii waaqeffatan(sagadan).
π₯₯ ππππ link waldaaπ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)