โ Ulfina #Waaqayyo biraa argamu caalaa
ulfina #namoota biraa
argamu waan jaallataniif ture
= #แจแฅแแแ แฅแแญ แญแฅแญ
แญแแ
#แจแฐแแ แญแฅแญ แแฐแแแ
=Yohaannis 12:43
=แฎแแแต 12 :43
====//=====
#sirna_qidase guyyaa
Kan =6/1/2014)
โkitaaba Yohaannis
12:36-50
=Haataโu malee, nuuti
Lakkoofsaa 34 irraa
eeggala,
โ Achiis namoonni
hedduun sun deebisanii
โNuti #Kiristoos bara
baraan akka jiraatu
Seericha irraa
dhageenyeerra
โMaarree ati akkamitti
Ilmi namaa olii kaafamuu
qaba jetta? Ilmi namaa kun
hoo eenyu?โ jedhaniin
โ Kanaaf #Iyyaasuus
akkana isaaniin jedhe
โ #Ifni sun yeroo gabaabaadhaaf isin bira
ni tura
Kanaaf #dukkanni sun akka
isin hin liqimsine
#yeroo ifa qabdanitti deemaa
#namni dukkana keessa
deemu hundi #garamitti
akka deemu hin beeku
โ isin #ilmaan ifaa
akka taataniif, yeroo ifa
qabdan kanatti ifichatti #amanaa.โ
#Iyyaasus wantoota kana
erga dubbatee booda achii deeme isaan jalaas ni dhokate.
โ inni #dinqii hedduu
isaan duratti kan hojjete
taus, isaan garuu isatti hin amanne;
โkunis kan tae
wanti #isaayyaas_raajichi
โYaa Waaqayyo wanta nu
irraa #dhagaetti kan amane eenyuโ
#irreen Waaqayyo hoo
eenyutti mulifameโ jedhee dubbate akka
raawwatamuuf ture
โ #Sababii isaan
#amanuu itti hin dandeenye ilaalchisee #Isaayyaas
ammas akkana jedheera
โ โ #isaan_ija isaaniitiin arganii
#garaa isaaniitiin hubatanii,
akka hin deebinee fi #anis akka
isaan hin #fayyisnetti, inni ija isaanii jaamseera
#garaa isaaniis #jabeesseera.โ
โ #isaayyaas wantoota kana
kan dubbate #ulfina isaa waan argeef ture
#waaee isaas dubbateera
โTaus #bulchitoota
keessaa illee
hedduun isaanii isatti
amananii turan
haa tau malee
#mana_sagadaa
keessaa akka hin #ariamneef sababii #Fariisotaatiif jedhanii waaee isaa
#ifatti hin dubbatan turan
โ sababiin isaas #ulfina Waaqayyo biraa argamu
#caalaa, ulfina #namoota
biraa argamu waan
#jaallataniif ture
โ #Iyyaasuus garuu
sagalee isaa olii
fuudhee akkana jedhe
โ#Namni anatti amanu
hundi, anatti qofa utuu
hin tain isa na ergettis ni amana;
โ #namni na argu hundi
isa na erge Sanas ni #arga
โ #Namni anatti amanu
hundi #dukkana keessa
akka hin jiraanneef
#ani ifa taee gara
addunyaa dhufeera
โ Haa tau malee
namni tokko #dubbii koo dhagaee yoo eeguu baate
ani isatti hin murteessu
sababiin isaas ani
addunyaa #fayyisuuf malee addunyaatti murteessuuf
hin dhufne
โ #Nama ana tuffatuu fi
dubbii koo hin fudhannetti
kan murteessu tokko jira
#Dubbii ani #dubbadhetu #guyyaa dhumaatti isatti murteessa
Sababiin isaas, wanta ani
jedhuu fi wanta ani
dubbadhu Abbaa
isa ana erge sanatu
na ajaje malee
ani ofii kootiin kakaee hin dubbanne
โ #Ajajni isaas jireenya bara baraa akka tae ani beeka Kanaaf, ani
wantan dubbadhu hunda akkuma Abbaan anatti himettan dubbadha
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
=hiikkaa jechoota
Bareeffama kana
Keessatti fayyadamnee
Hundi isaa hiika qaba.
=ijoollee #Muslimaa
Hundi isaanii jecha
Kitaaba kan irraatti
Ni guufatuu
=akkuma isaayaas jedhee
iji fi lapheen ijoollee
#Musiliimaa hundi duudaa
Ta'e jira.
= mee, ijoolleen ortodoksii
Yeroo tokko Dubbisa
Yeroo biraa bakka Muslimoonni
Itti dogoggora jiran kan ilaala
โฌโฌโฌโโฌโฌโฌ
Nagaan Tura
๐น=channeel kan irratti๐
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
๐นD๐๐๐๐๐ ๐ข๐ช๐จ๐๐ก๐๐ข๐ค๐ฉ๐๐ ๐๐ ๐ฅ๐๐๐๐ฃ๐ญ๐๐โโโโโ
โIyyesuus, โBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ isaaniin jedhe.โ (Maat.16:6).
แขแจแฑแตแ แจแแชแณแแซแแ แจแฐแฑแแแซแ แฅแญแพ แฐแ แแแแ แฐแ แ แแก แ แแธแแข (แแดแแต 16:6)

๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#Ani saboota #hundumaa
nan #sochoosa; wantoonni
gatii guddaa qabanis saboota hundumaa keessaa ni dhufu mana kanas ulfinaan nan guutaโ jedha #Waaqayyo Gooftaan Raayyaa.
โ Ibroota 12:25-26
#Iyyaasuus isa arsaa kakuu #haaraa tae, akkasumas #dhiiga facaafame isa karaa
#dhiiga Abeel irra aaluun dubbatuttil dhihaattaniittu.
#Isin isa #dubbachaa jiru
sana dhaggeeffachuu akka hin#didne of eeggadhaa. Namoonni isa lafa irratti akeekkachiisa#Waaqayyo
biraa dhufe dubbatu
sana dhaggeeffachuu didan adaba irraa erga hin oollee, nutiisa #samii irraa dubbatum sana irraa yoo garagalle akkamittiadaba jalaa
ooluu dandeenyaโ
#Yeroo sanatti #sagaleen isaa#lafa_sochoose,amma garuu, โAl_tokko dabalee lafa #qofa utuuhin tain, samiis nan #sochoosaโjedhee #waadaa galeera.
Jechoonni โali tokko dabaleeโ jedhan wantoonni hin sochooneakka itti fufaniif, wantoonni sochoan, jechuunis wantoonnitolfaman akka balleeffaman argisiisu. Kanaafuu, #Mootummaa sochouu hin dandeenye fudhachuuf akka jirru waan beeknuuf, gaarummaa guddaa isa karaa fudhatama qabuun, sodaafi ulfina guddaadhaan #tajaajilaqulqulluu Waaqayyoof dhiheessuu itti dandeenyu fudhachuu
keenya itti haa fufnu. Sababiin isaas, Waaqni keenya #ibidda gubee balleessu dha.
๐น inni bira sababa lafti sochoโaatefi Kiristoos Waani sodaateefi
โFar 68:8
#Lafti ni kirkirte;
#Waaqayyoon kan kae
#samiin bokkaa roobse;
Siinaan kunis Waaqayyo isa
#Waaqa_Israael ta'een kan
kae ni #kirkire.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 4ffaa
4=namoonni du'anis turan
Maalif awwaala keessa
bahaniโ
=Deebi
โDubbin Kiristoos akka raawamatufi
โYohaannis 5:25
#Dhuguma dhuguman isiniin jedha, #sa'aatiin warri #du'an
#sagalee #Ilma_Waaqayyoo ittidhagaan ni dhufa; saa'atiin sunis amma dha; #warri isa dhagaanis ni #jiraatu.
โYohaannis 5:28
Kana hin #dinqisiifatinaa; sababiin isaas, sa'aatiin warri #awwaala keessa jiran #hundi #sagalee isaa itti
dhagaan ni dhufa;
โโinni bira Kiristoos
Waaqayyo ta'u isa ibsuuf
Kunis namoonni kuni erga
du'ani ture jira #qaamni isaani Hundi #biyyee taโe jira
Kanaafu amma biyyee irraa
Qaama isaani tolche du'a
isaan kaasee jira.(Ser.Uum 1:7)
โFar 104:29
Yommuu #fuula kee dhoksitu
ni jeeqamu. #lubbuu isaanii
yoo fudhatte, #du'anii_biyyootti deebiu.Yoomu fuula kee,itti qabde immo lubbuu ni argatu
Atis irra lafaa ni haaressita.
โฌโฌโฌโฌโฌ
๐นGaafi 5 ffaa
5=erga awwaala keessa
bahanii eessaa jirtanโ
Isaa booda du'an moo
hin dunneโ
=deebi
Erga #awwaala keessa bahanii
Gara #IYarusalemi deemani
Isaa booda wa'ee #Kiristoos
Dubbacha turanii'
โmat 27:53
#Kiristoos erga #du'aa kaee booda, #namoonni awwaala gidduudhaa ba'an
gara #magaalaa qulqulluutti ni seenan; #namoonni #hedduunis
isaan #argan.
โjechi #namoota heddunis isaan argan jedhu = #addunyaa kana irratti namoota baay'e #barisiisu isaanii ibsa
แแดแแต 27:53
#แจแตแแฃแคแแ แ แแ แจแแแฅแฎแฝ แแฅแฐแ แแฐ แ แตแตแต แจแฐแ #แแกแ #แแฅแแแฝ_แณแฉ.
๐ #Baayina namoota kan meeqaYero jennuu immoo
500-600 jidduu ni ta'u
โ 1Qor 15:6
Achiis ali tokkotti obboloota #500 caalanitti mulate;
#isaan keessaa tokko
tokko #du'aniiru; #hedduun isaanii #garuu amma iyyuu
nuu #wajjin jiru.
โkanafuu namoonni kunis
Kuni isaanii akkauma #Alaazaari, du'ani jiruu yookiin
Akkuma #Muse, akkuma #Abrahaami,du'ani jiruu
Kuni isaani immoo akkuma
#Henok, Eliyaas,gara samii fudhatamni jiruu
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Link kan xuqaa seena๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
===//====//====

๐ธโก๏ธ kutaa_38 ffยชยช.โจ๏ธโจ๏ธ
โ ๏ธ Gaaffii fi Deebi
โฏ Musiliimota.
โ๐ดYohaannis 10:30
Anii fi Abbaan Tokko dha ยป
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ พ gaaffii isaanii iddoo kana irratti Kiristoos anii fi Abbaa tokko dha wani jedheef Kiristoos Abbaa wajjin qixa ta'u hin ibsuu.
โก๏ธ kanafuu Ani fi Abbaan tokko dha jechuun #kaayyoo fi #yaada tokko wani qabaniif jedhuu.
โJechi tokko jettu kana ibsaa jedhuu
๐ปRagaa isaanii immoo
โต=mat 19:5 fi ser.um 2:24
namni abbaa isaa
fi haadha isaa ni dhiisa, haadha isaattis ni maxxana; isaan #foon_tokko tau.
โ= 1Qor 3:5_8
Ani nan dhaabe,
Apholos bishaan obaase, kan guddise garuu Waaqayyo dha; kanaaf,
ulfina argachuu kan qabu Waaqayyo isa guddisu malee, isa dhaabus
tae isa bishaan obaasu miti. Inni dhaabus tae inni bishaan obaasu #tokko dha; taus, namni hundi akkuma #hojii isaatti badhaasa isaa ni fudhata.
โท=Yohaannis 17:22-23
Akkuma nuyi #tokko taane, isaanis #tokko haa ta'aniif, ulfina ati anaaf kennite isaaniif kenneera*.
Ani isaan keessa atis na keessa jiraachuu keetiin isaanis raawwatanii #tokko haa ta'an; biyyi lafaas ati na erguu kee, akkuma na jaallattes isaan immoo jaallachuu kee haa beeku
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ธ Deebi keenyaa
๐ฅฅโ๏ธ deebi 1ffaa
1โMat 19:5 fi ser.Um 2:24
=isaan foonii tokko jedhee
malee kaayyoo tokko fi yaada tokkoo hin jennee kuni dogoggora isaanitti.
โKanaaf Jechi foonii tokko jedhuu dubartiin dhira irraa argamtee jechuu ibsuf. (ser.Um 2:23)
โlakki yoo,jedhanii immoo
erga yaada fi kaayyoo tokko tani
โต Abrahaamiifi saaran yaani Isaani maalif gargaara taโe (ser.um 18:13-14)
โ looxi fi haati mana looxi maalif. tokko hin tain.(ser.u 19:26)
=Deebii 2 ffaa
1Qor 3:5-8
โiddoo kana irratti Tajaajila ibsa malee kaayyoo tokko fi yaada tokko miti.
โ ๏ธ Fakkeenyaaf tokkoo bishaanii ni obsa
๐ tokko immoo ni dhaba yoo, taโe,
โ Affuurri tokko kenna nama gargaara jecha
(1 Qor 12:1)
Yaa obboloota ko! Waa'ee #kennaa_garaagaraa #Afuurri qulqulluun kennuu, akka hubattan nan barbaada
โJechi inni dhabuus taโe inni bishaanii obsuu tokko jedhuu immoo (Phaawuloos fi appolos) nama jechudha
โerga namaa tani immoo foonii walii fakkaata qabuu tokko jechudha.
( 1Qor 15.39 )
#Foon hundinuu akaakuu tokko #miti;
#foon namootaa akaakuu #tokko, foon horii kan biraa ti, foon simbirrootaa kan biraa ti, foon qurxummiis kan biraa ti
=Deebi 3 ffaa
Yoh 17:22-23
โakkuma nuu tokko tanee isaan nuu, wajiin tokko haatan jechuun.
โergaa murtii addunyaa kan xumurame booda Abbaa fi Kiristoos wajjin bara baran jirachuu ibsaa.
kuni immoo tokko isaan godha.
โตYoh 17:24
Yaa abbaa, isaan ati anaaf kennite kun #iddoon_ofii #jiraadhu haa jiraataniif, ulfina isa ati biyyi lafaa utuu hin uumamin waan na jaallatteef anaaf laattes, haa arganiif nan fedha
โ Yoh 14:2-3
#Mana_abbaa koo keessa iddoon #jireenyaa baay'eetu jira; utuu inni hin jiru ta'ee, isinitti nan himan ture; #iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema*.
โทMulโata 21:22_25
Manni qulqullummaa ishee #Waaqayyo gooftaa isa hundumaa danda'uu fi #hoolicha waan ta'eef, ani mana qulqullummaa tokko illee mandarattii keessatti hin argine #Biiftuun yookiis ji'i mandarattii irratti ibsuun barbaachisaa miti; ulfinni Waaqayyoo ifa ishee ti, hoolichis ibsaa ishee ti*!
#Sabni ifa isheetiin in deddeebi'u, mootonni biyya lafaas wanta ulfina qabu isaan bira jiru gara isheetti in fidu Karri ishee matumaa guyyaadhaan hin cufaman, halkan immoo achi hin jiru
โธMulโata 22:5
Halkanis deebi'ee hin argamu; Waaqayyo gooftaan ifa isaanii ta'uuf waan jiruuf, ifni ibsaa, ifni aduus isaaniif hin barbaachisu. #Isaan baraa hamma bara #baraatti mo'uuf jiru*.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โโก๏ธ Yohaannis 10:30
Ani fi Abbaan tokko dha jechuun Kiristoos Waaqa ni ibsaa.
โ jecha Kiristoos jechuu gara ilmatti jijjiirama jalqabaa dura. yeroo kana immoo.
ilmi fi Abbaan tokko ta'u ibsaa.
โYohaannis 10:33_36
Yihudoonni immoo, โAti Waaqayyoon waan #arrabsiteef malee, hojii gaarii waan hojjetteef dhagaadhaan kan si dhoofnu miti. #Ati nama taatee utuma jirtuu Waaqayyoon of #goota' hoo jedhanii deebisaniif*
Kiristoos immoo, โโAnoo, isin waaqayyoota isiniin jedheeraโ kan jedhu seera keessan keessatti caafamee jira mitii*?

๐๐ kutaa _ 58 ffaa ๐๐
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
โฉGaaffii fi Deebi
โซ๏ธ musiliimota
โ Yohaannis 14:1
Iyyaasus(Kiristoos) itti dabalee akkana jedhe: #Garaan keessan hin raafamin. #Waaqayyotti amanaa, #Anattis amanaa.
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
โฉgaaffii isaani
A))* Abbaa akka Waaqayyotti
itti Amanuudha jedhu
B))* Kiristoos immoo akka
Raajitti itti Amanudha jedhu
โโโโโโโโโโ
๐บRagaa isaanii fidanii
โฉBara durii raajoota fi Waaqayyotti Amana kani jedhu jira jedhuu
๐Ser.Bau 14:31
Sabni Israa'eli Waaqayyo irree isaa isa guddaadhaan warra Gibxii irratti waan hojjete yommuu argan, isa in sodaatan; #isaan_Waaqayyoon, #Musee garbicha isaa in amanan
๐ ฐโฉDeebii keenya iddoo
kana irratti
Dubbii kana kani dubbatee Musee moo, saba Israa'eliโ
Lakki museen yoomi Waaqayyo ofii qixeesse Ana fi Waaqayyotti Amana jedhe.
Garuu Israa'eloonni gochaa Waaqayyo gara Musee raawate arganii Waaqayyo karaa harka Musee dinqii wani hojjateef. Kuni dhugumaa jedhanii Waaqayyo fi museetti Amanani.
Malee isaan Waaqayyo fi museen Aangoo tokko qabanii jedhanii miti.โ
โจ๏ธRagaa lammaffaa isaanii dhiyeessan
๐ ฑ2seena bara 20:20
Isaanis guyyaa itti aanu
ganama barii kaanii gara lafa
onaa Teqoohaa dhaqan. Utuu
deemaa jiraniis #Yoshaafaax
dhaabbatee, โYaa Yihudaa, isin
jiraattonni iyerusaalemis, na
dhagaaa! Jabaattanii dhaabbachuu akka dandeessaniif, Waaqa keessan
Waaqayyoti amanaa.
Raajota isaatti amanaa; milkaaina ni argattu.โ
๐ ฑDeebi keenya iddoo
kana irratti
Yoshafaxi jedhee malee
warra yihudaa fi iyerusalemin.Waaqayyo fi raajoota Amana jedhee
Haataโu malee yoshafax mataa isaa iyyuu rajoota jedhee Waaqayyo irraa gargari basee jira,
โฉRaajoota keessa immoo eenyu ree? Ana fi Waaqayyo Amana kani jedhee โlakki gonkumaa hin jiruu.โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บGara Deebi keenya
kallattiidhaan Yohaannis 14:1 irraa kan jiruu ilaala
#Lakkii Kitaabni iddoo kana irratti Abbaa akka Waaqayyotti ,ilma immoo akka raajiitii itti Amana hin jennee (Yohaannis 14:1)โ
๐ พ akkamitti Qaama lamani kanatti Amanama. Yeroo jette immoo #jechi_Amana jedhuu Kiristoos fi Abbaadha wali qixadha.
๐ ฐโฉ.Abbaan Waaqayyo jette yoo, amantee
๐ ฑโฉ.Kiristoos illee Waaqayyo jettee itti Amanu qabda
๐ ฐโฉ.Kiristoos fayyisaadha yoo, jettee amantee
๐ ฑโฉ.Abbaan illee fayyisadha jetee Amanuu qabda.
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ
kanafuu Kiristoos,Abbaa fi Anati Amana Jedhee
โณ๏ธ Qabxiiwwan armaan gadii Kiristoos fi Abbaa qofa ilaalta
โตโฉYohaannis 12:45
Namni #Aa argu hundi, isa na erge Sanas ni arga
โถโฉYohaannis 14:9
Iyyaasus(Kiristoos)akkana jedheen: โYaa Filiphoos, yeroo dheeraa hammanaatiif ergan isinii wajjin jiraadhee booda illee, isin amma iyyuu na hin beeknee? Namni Ana arge #hundi Abbaas argeera. Maarree ati akkamitti, โAbbaa nutti argisiisiโ jetta?
โทโฉYohaannis 5:17
#Inni(Kiristoos) garuu, #Abbaan koo hanga ammaatti hojjechaa jira; #Anis nan hojjedhaโ jedhee isaaniif deebise.
โธโฉYohaannis 5:21
Akkuma #Abbaan namoota #duan kaasee jireenya isaaniif kennu, #Ilmis nama barbaadeef #jireenya ni kenna.
โนโฉ 1Yohaannis 5:12
Namni Ilma sana
qabu jireenya kana qaba; namni
Ilma Waaqayyoo hin qabne jireenya
kana hin qabu.
โบโฉ2Yohaannis 1:9
Namni barumsa Kiristoos irra darbee deemuu fi isatti hin jiraanne hundi Waaqayyoon hin qabu. Namni barumsa
kanaan jiraatu, inni Abbaa fi Ilmaqaba
โปโฉYohaannis 10:30
Anii fi Abbaan tokko dha.
โผโฉYohaannis 14:21
Namni Ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu
hunda Abbaan koo ni jaallata, Anis isa nan jaalladha, #isattis ifatti of nan mulisa.
โฝโฉYohaannis 14:23
Kiristoos akkana jedhee deebiseef: โNamni na jaallatu #hundi dubbii koo ni eega, #Abbaan koos isa jaallata, #nutis gara isaa dhufnee bakka jireenyaa keenya isaa wajjin godhanna.
โพโฉYohaannis 15:23
Namni na jibbu hundi Abbaa koos ni jibba
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ธ๐ผ๐ผ๐ธ๐ผ๐ผ๐ธ๐ผ๐ผ
Link waldaa keenya xuqa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
โญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญโญ

๐บ kutaa-89-ffaa.๐
โปgaafii fi deebii
โปMuslimoota
โ gaaffii isaanii akkasii jedha ยซ
Maariyaam Magdalawitti Iyyaasus isa duสผaa kaสผe wajjin yeroo jalqabaatiif yoomi wali argiteโ
A))โปWangeelaa Yohaannis irratti kophaa ishi.
Yohaannis 20:16
Iyyaasuus โMaariyaam!โ jedheen. Isheenis isatti gara galtee afaan Ibraayisxiitiin, โRabbuunii!โ jetteen. Hiikkaan isaas โBarsiisaaโ jechuu dha
B))โปWangeelii Maatewos immoo kophaa osoo hin tanee dubartoota bira wajjiin jedha.
Maatewos 28:9
Yeruma sana kunoo Iyyaasus isaanitti dhufee, nagaa #isaan gaafate. Isaanis isatti dhiสผaatanii #miilla isaa qabatanii sagadaniif.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ Deebii keenyaa.
Jalqabaa duraa Maariyaami magdalawitti wajjiin kani wali argan ,yeroo ishiin dubartoota hedduu wajjiin jirtu sana dha yookaan immoo akka maatewos ibsee sana.
๐kutaa-88-dubbisa.๐
๐kutaa-87-dubbisa๐
โปakka dubbisaa kitaaba maatewos fi galumsa isatti fi (adverb and tense) isaati jalqaba dhufa.
โตโปMaatewos 28:1.
Kunoo maleekaan(Ergaman) waaqayyo samii irraa waan gadi buสผeef kirkirri lafaa guddaan ni taสผe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaสผe.
โ kuni taate yeroo jalqabaa ibsaa ,Sababiin kirkirri lafaa yeroo ta'u sana , akkasumas yeroo ergamaan samii irraa gadi bu'uu arga jiruu wani taโef.
โปwangelonni kuni garuu ergamoonni iddoo awwaala sanatti dursanii dubartoota Egaa turanii jedha, kuni immoo erga samii irraa gadi bu'ani jalqabee akka taeedha.
Fakkeenyaaf.
โถโปMaarqoos 16:4
Yommuu ol jedhanii ilaalan garuu, dhagichi akka malee guddaa taสผus, afaan awwaalichaa irraa gangalfamee #ture.
โทโปLuqaas 24:2
Haataสผu malee, dhagichi awwaala sana irraa garagalfamee #argan
โธโปYohaannis 20:1
Maariyaam Magdalaan guyyaa jalqaba torban sanaatti ganama barii utuu lafti hin ifin, gara awwaalichaa dhuftee dhagichi awwaalicha irraa #kaafamuu isaa argite.
๐บxumura irratti.
Wangeloonni sadan akka dubbachaa jiranitti erga awwali banamee ta'u ibsaa.
๐บ kani maatewos garuu yeroo jalqabaa banamuu ibsa.
โerga kanaa mirkaneessine immoo Maariyaami magdalan yeroo lama akka Kiristoos argitee ibsina โ inni jalqabaa kani maatewos irraa jiru, inni lammaffaa immoo kan Yohaannis irra jiruu โ.
----------------
โถ-Maatewos
โท-Yohaannis
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐link kana xuqaa
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha.
=======//======

๐บkuta-90-ffaa ๐๐๐
โปgaafi fi Deebi
โปMusiliimota
๐Gaaffii isaanii akkasii jedha.
โตโปDubartii magdala(magdalawit)Maariyaam kani jedhamtu ยซ erga jalqabaa Kiristoos argitee lamaaffaa maalif barbadi jedhuu.โ
Maatewos 28:9
Yeroo kanatti #Iyyasuus isaanitti dhufee, โNagaan isiniif haataสผu!โ jedhe. Isaanis isatti dhihaatanii #miilla isaa qabatanii isaaf sagadan.
Yohaannis 20:15
#Iyyaasuus,โDubartii nana maaliif #boossa? Eenyuun barbaadda?โ jedheen. Ishiinis #nama_ashaakiltii #eeggu waan ishiitti fakkaateef, โYaa gooftaa, situ fudhate yoo taสผe, ani akkan isa fudhadhuuf eessa akka isa keesse natti himiโ jetteen.
==========
โDeebii keenya๐
Sababa ishii Kiristoos jalqabaa argitee booda immoo yeroo lamaffaa barbaduufi.
โปjalqabaa dura kani maatewos irraa jiru osoo dubartoonni karaa deemaa jirani karaatti itti dhufe nagaa gaafatee. Isaa booda isaani miilla isaa qabani sagadaanif. garuuu Kiristoos akkasii jedhanii๐
โถโปMaatewos 28:10
Achiis Iyyaasus โHin sodaatinaa! Gara Galiilaa dhaqanii achitti akka na #argan obboloota kootti himaaโ isaaniin jedhe.
โปHaataโu malee isaanii yaada kana barattootatti himanii jiruu.
โทโปMaatewos 28:16
Barattoonni isaa 11 garuu, gara gaara Galiilaa Iyyaasuus achitti wal-argina isaaniin jedhe sanaa #dhaqan.
โ hanga yeroo kanatti Kiristoos Gaaliila hin dhaqnee.Sababiin isaa namoonni tokko tokko wanta kana kani hin Amanee wani jiraniif.
โธโปYohaannis 20:8
Haataสผu malee, #isaan wanta #Kitaabni Qulqulluun inni duสผaa kaสผuu akka qabu dubbatu amma iyyuu #hin_hubanne turan.
โนโปMaarqoos 9:32
#Isaan garuu wanta inni dubbate hin hubanne; isa #gaafachuus ni sodaatan.
โบโปMaatewos 26:32
Haataสผu malee, #ergan_duaa kaสผee booda, isin #dursee gara #Galiilaa nan dhaqa.โ
โErgamoonni(Malakooni) kanuma jedhanii turani.
โปโปMaatewos 28:7
Kanaaf #dafaa dhaqaatii, โInni duสผaa kaสผeera, isin #dursee gara #Galiilaa ni dhaqa, isin achitti isa ni argituโ jedhaa barattoota isaatti himaa. Wanta ani isiniin jedhe kana hin #irraanfatinaa.โ
โผโปMaarqoos 16:7
Kanaa mannaa dhaqaatii, #Inni isin dursee gara Galiilaa ni dhaqa. #Akkuma inni isinitti himee #tures, isin achitti isa ni argituโ jedhaa barattoota isaa fi Pheexirositti himaa.โ
โโปLuqaas 24:6-7
Inni duสผaa kaสผeera, as hin jiru. #Yommuu_Galiilaa turetti wanta inni isinitti dubbate yaadadhaa; #Ilmi namaa cubbamootatti dabarfamee kennamuu, Fannoo jirratti fannifamuu fi guyyaa #sadaffaattis duสผaa kaสผuu akka qabu isinitti himee ture.โ
๐ Walumaagalatti.
Dubartiin tunni jecha Kiristoos fi kani ergamoota sana hin fudhanne . Akkuma Kitaabni jedhuu wanti kuni jala dhokatee ture. Jecha.
โโปLuqaas 9:44-45
Wanta ani isinitti himuuf jedhu kana xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa, akkasumas yaadadhaa; Ilmi namaa harka namootaatti #dabarfamee ni kennama.โ #Isaan garuu wanta inni dubbachaa ture hin hubanne. #Dubbiin kun isaan jalaa waan #dhokateef, hubachuu hin dandeenye; waaสผee dubbii kanaas isa gaafachuu ni sodaatan.
๐บ dubartiin tuniis yeroo afurii deddeebitee jirti.Kiristoos jalqabaa dura karaa irratti argitee yeroo biraa immoo iddoo awaala deemtee osoo ishiin bo'aa jirtu, nama biqiltuu eeggu itti fakkatee Sababiin isaa yeroo kunis ganama wanii taโef, ยซ akkuma eeggan tokko halkanii guutuu wanta isaa eeguu kuni iddoo kamittiyyuu irraa guddaan isaa haatuun halkanii wani haattuuf halkanii baay'ee ni eeggama, ture, ishin dubartiin sunis yaanni ishii iddoo biqiltuu wani jiruuf nama biqiltuu eeggu kana itti fakkatee Kanaafi, sababa ishiin Kiristoos walate isaa kana turee.
โโปYohaannis 20:14
Erga kana dubbattee booda, duubatti garagaltee Iyyaasus akka achi dhaabate argite; haa taสผu malee ishiin inni Iyyaasus taสผuu isaa #hin_hubanne.
11โYohaannis 20:15
Iyyaasus immoo, โDubartii nana, maaliif boossa? Eenyuun barbaadda?โ jedhee ishee gaafate; isheen illee, kun #eegduu dha jettee, waan #yaadeef, โGooftaa ko, ati asii fuutee iddoo tokkotti isa geessiteetta yoo ta'e, eessa akka isa keesse anatti himi, ani dhaqee isa nan fidaโ ittiin jette
๐บ kuni rakkoo hubbanna ishee malee wanta biraa miti Eeyyee Kiristoos yeroo lama argitee jirti.
========
link waldaa xuqaa๐

๐ทkutaa-7-ffaa:
Gaaffii fi Deebii Muslimoota.
โMaarqoos 1:15
innisโBarri sun gaสผeera(xumurame) mootummaan Waaqayyoo dhiสผaateera; qalbii jijjiirradhaatii wangeelatti amanaa!โ jedhe
โ=Gaaffii isaanii Kiristoos mootummaa hin qabu inni iyyuu mootummaa Waaqayyo lallabaa jedhuu.โ
โ=Kiristoos wangeela lallabee jedhee barumsa akkamitti jedhuu โ
๐นDeebi keenya. =1=
Eeyyee Kiristoos mataan isaa iyyuu #Mootummaa qaba
โตโ2Pheexiroos 1:11
akkasiin gara #mootummaa bara #baraa kan #Gooftaa keenyaa fi #Fayyisaa keenya Iyyaasuus Kiristoositti galuun guutummaatti isiniif kennama.
โถโEfesoon 5:5
Akkuma beektanii fi ofii keessanii hubattanitti, namni halaleen yookiin namni xuraaสผaan yookiin namni sassata isa waaqolii tolfamoo waaqeffachuu taสผe raawwatu #Mootummaa_Kiristoosii fi #Mootummaa_Waaqayyoo keessatti dhaala tokko illee hin qabaatu.
โทโ2 ximotewos 4:1
Waaqayyo durattii fi Kiristoos Iyyaasus isa karaa mulสผachuu isaa fi #Mootummaa_isaatiin warra jiranii fi warra duสผan irratti murteessuuf jedhu duratti cimseen kana si ajaja:
๐ง๐๐๐๐๐๐๐ข ๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐ข๐๐๐ ๐๐๐๐ โฃ
โinni Mataa isa waee mootummaa isaa labsee โ jechi ยซ #bari ยป xumurame yookiin barri sun gaโee jedhe โ
kani Raajonni durii dubbachaa turan xumura irratti Kiristoos ni dhufaa kani jedhuu ture
๐นDeebii lamaffaa =2=
wangeela Kiristoos lallabee kani akkamii ture isaa jedhuu immoo. barattoota isaa gaafachuu qofaa deebiin isaa.
๐ ฐ tokkooffaa Kiristoos isaanii gaafadha jedhee jira. ๐ค๐๐๐ก๐ ๐๐๐ ๐๐ข๐๐๐๐โ๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข ๐๐๐๐๐ก๐๐๐ก๐ ๐๐๐โ๐. ๐๐๐๐๐ก๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ฏ
โธโYohaannis 18:21
Ati maaliif na gaafatta? #Warra waan #Ani isaaniin jedhe dhagaสผan gaafadhu. Kunoo #isaan waan ani jedhe #beeku.
โนโMaatewos 10:26-27
Kanaafuu isaan hin sodaatinaa. Wanni haguugamee utuu hin mulสผifamin hafu yookaan wanni dhokfamee utuu hin beekamin hafu tokko iyyuu hin jiruutii. Waan #ani dukkana keessatti isinitti himu guyyaa adiin odeessaa; waan gurratti isinitti hasaasan, bantii manaa irraa #labsaa.
โบโ1Yohaannis 1:1
Nu waaสผee Dubbii jireenyaa kan jalqabaa kaasee ture, kan #dhageenye, kan #ija keenyaan argine, kan ilaallee fi kan harki keenyas qaqqabe kana labsina.
๐ ฑ inni lamaffaa immoo Kiristoos ogummaa barattoota isaatti wani Kanaafi : barattoota isaa wanta hunda bareessani.
โปโLuqaas 21:15
Anuu afaanii fi #ogummaa diinonni keessan tokko iyyuu dandaสผanii dura hin dhaabanne yookaan hin mormine isiniif nan kennaatii.
๐ sadaffaa Afuura Qulqulluun barattoota wani gargaruuf wanta hundumaa hubbachisa.
โผโYohaannis 16:13-14
#Hafuurri dhugaa sun yommuu dhufutti gara dhugaa hundaatti #isin_geessa. Inni waan dhagaสผu qofa dubbata malee ofuma isaatiin hin dubbatu; waan dhufuuf jirus isinitti hima. Inni sababii #waanuma_koo fuudhee isinitti beeksisuuf ulfina naa kenna.
โฝโYohaannis 15:26
Jajjabeessaan ani Abbaa biraa isinii ergu, jechuunis Hafuurri Dhugaa inni #Abbaa keessaa baสผu sun yommuu dhufutti waaสผee koo dhugaa baสผa.
๐ญ๐ช๐ข๐ช๐ง๐ ๐๐ง๐ง๐๐ฉ๐
Kani ยซ #๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ยป lallabaa ture fi kani isaa dura taโe hunda sababa Kanaafi dukaa bu'oonni Kiristoos barreessanii.๐ฏ๐ฏ๐ฏ
๐๐ข๐ก๐-6-๐๐ข๐๐๐๐ ๐ :๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ฅ๐ข๐๐.
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/1010
=dhugaan jiru kanuma yaa Muslimoota.