โก๏ธ๐บ kutaa_46 ffaa.๐บโฌ๏ธ
๐บGaaffii fi Deebii
Muslimaa.๐ฆ๐ฆ
โYohaannis 11:40๐
Iyyaasus(Kiristoos) โYoo amante #ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti #himee hin #turree?โ jedheen*
แขแจแฑแตแฆ แฅแณแแแต #แจแฅแแแ แฅแแญแ แญแฅแญ แฅแแตแณแช #แ แแแแญแแฝแแ? แ แแตแข
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงGaaffii isaani
1=Alaazaari ulfina Waaqayyottin du'a kase malee ,ulfina Kiristoos mitii jedhu....โ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โงDeebi_keenya
Lakkii ulfina Kiristoos, Sababiin isaa iddoo kana irraa Kiristoos ofuma isaa Waaqayyo jedhe ofii wamee.
Raaga keenya.
โก๏ธ Yohaannis 11:40 irraa kan jiruu waliin dubbii Kiristoos fi maarata turee,Haataโu malee Kiristoos maaratadhan akkasii jedhee turee โYoo amante #ulfina_Waaqayyoo akka argitu sitti #himee hin #turree?โ jedheen*
๐ jecha #sitti_Himee hin turree jedhu ilaala, โฎKanaafuu iddoo kana irratti Gaafii
1=Kiristoos yoomii itti himeeโ
2=Kiristoos maali jedhee itti himee...โ
โฌโฌโฌโฌโฌ
โงDeebi isaa
Kiristoos kani itti #dubbate kanaa dura wa'ee #isaa qofa isheetti himee malee ,wa'ee Abbaa Gonkumaa itti hin dubbane kunoo Kiristoos kana dura kani dubbatee ๐
โต=โคด๏ธYohaannis 11:21-27
#Maartaan Kiristoosiin akkana jette: โYaa Gooftaa,
utuu ati as jiraattee silaa obboleessi koo hin duu ture. Haatau malee, #amma iyyuu ati wanta barbaadde #Waaqayyoon yoo gaafatte, Waaqayyo akka siif kennu ani beeka.โ jettee
Kiristoos โObboleessi kee
ni ka'aโ ishiidhaan jedhe.
#Maartaanis, โGuyyaa #dhumaa yeroo duaa kauutti akka inni kau beekaโ jetteen
Iyyaasuusi (kifistoos) akkana ishiidhaan jedhe: โDuaa kauu fi jireenyi Ana. Namni anatti amanu yoo due illee deebiee ni jiraata; #lubbuudhaan kan jiruu fi Anatti kan amanu hundis matumaa hin du'u. Kana ni amantaa ree?โ,Ishiinis, โEeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, #Ilma_Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amanaโ jetteen
๐ฅkanafuu akka dubbisaa kanatti Kiristoos wa'ee isaa qofa itti himee jira.
๐kanaa booda immoo kan dubbisaa
โถ=Yohaannis 11:39_40
Iyyaasuus(Kiristoos)
โDhagicha irraa kaasaaโ jedhe.
#Maartaan obboleettiin namicha due sanaa #Iyyaasusin(Kiristoosin)โYaa Gooftaa, amma guyyaa afuri waan taeef yoona
foolii godhateeraโ jette. Iyyaasuus(Kiristoos)โYoo #amante_ulfina_Waaqayyoo
akka argitu sitti #himee hin turree?โjedheen.
๐ทKiristoos kana duraa waee eenyu itti hime ree.Yoh 11:21-27) irraa kan jiruu itti himee ,iddoo sana immoo kana jiru wa'ee Kiristoos qofa.
๐บ Kiristoos immoo ulfina Waaqayyo kana dura sitti himme turee kan jedhee, ofuma isaa Waaqayyo jedhe itti himme.
Kitaaba Qulqulluu keessatti Kiristoos qaama biraa fakkeessee wa'ee isaa dubbachuu Amala isaatti
โท=Matewoos.13:3
โ #Namni sanyii facaasu #tokko sanyii facaasuu dhaqe
โiddoo kana irratti Kiristoos ofuma isa namichi suni isa taโe
Osoo jiruu ,Qaama biraa fakkeessee namichi sanyii facaasuu #tokko jedhee dubbatee.
๐นnamichi sanyii facaasuu sunii isaa matumaa isaa ta'u immoo yeroo ibsu akkana jedhee
โธ=Maatewos 13:37
Innis (kiristoos) deebisee akkana jedhe: โ#Namni_sanyii gaarii facaase sun #Ilma_namaati
๐บHaaluma kan jalqabaa Yoh 11:21-27 irraa jiruu ofi ibse, booda immoo ulfina Waaqayyo jedhe ofi waamee (Yoh 11:40)irratti
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โฎ 0924777763
โฎ ๐บ๐บ๐บ๐บ
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
link waldaa keenyaa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha

โ Dubbisaa gaarii isiniif Haataโu โ ๐๐๐
๐ ฐ Fakkeenyaaf
Ser.Bau 33:20. โฉWaaqayyoo ibidda ifa fakkatee yeroo mulatu hoomtuu hin arguu.
1 Xim 1:17* fi 1 Xim 6:16 โฉifa Waaqayyo fi humna Waaqayyo namni arguu hin jiru jedhe.
โฏ kana jechuun Haaluma museen jedhee sana waliin tokkoo.
Yeroo Waaqayyo #ibidda , #ifa, fi #humna/Aangoo, isaanii guutuu dhufu namni arguu hin jiruu.
๐ณSera Bau 24:17
Yeroo kanatti #ulfinni_Waaqayyoo akka #ibidda xaph godhuutti, fiixee tulluu sanaa irraa saba Israa'el duratti in mul'ata ture.
๐ณIbroota 12:29
Waaqayyo keenya #ibiddaa gubee balleessuu dha.
๐ Fakkeenyaaf yero museen fuulli isaa ifa ibidda fakkatee dhufee sana nami isa argu hin dandeenye.
Seera.Bau 34:30
#Aaronii fi #namoonni Israa'el hundinuu gara Musee yommuu ilaalan, #fuulli isaa akka calaqqise arganii isatti dhi'aachuu in #sodaatan.
Seera. Bau 34:35
Yeroo sanattis namoonni Israa'el gara #fuula_Musee ilaalanii, fuulli isaa akka #calaqqise argan; Museen hamma yeroo Waaqayyoo wajjin dubbachuudhaaf achi deebi'etti, fuula isaa in haguuggate*( 2Qor 3:7-18)
โ akkuma museen yeroo fuula ifa taโen dhufu namni arguu hin dandeenye , Waaqayyo illee akkuma kana turee namni isaa hin arguu.
โ yeroo immoo fuuli Musee ifa hin ture namni arga turan , akkuma kana immoo yeroo inni ifa, ibidda ,humna/ Aangoo malee dhufee namni ni arga jechudha.
๐ณ Yaada musiliimota
1Yoh 4:12 irraa jiruu immo๐
โฌ๏ธ 1Yohaannis 4:12
#Namni tokko illee Waaqayyoon takkaa #hin_argine; yoo wal #jaallanne, Waaqayyo nu keessa in jiraata, jaalalli inni ittiin nu jaallatus nu keessatti fiixaan ba'uu isaa ti
๐บโฉDeebi keenya๐บ
iddoo kana irratti.
Sababa namni Waaqayyo hin argineef jalalaa wani hin qabneef jedhee Yohaannis , garuu namni jalala yoo, qabatee immoo fuula fulaatti Waaqayyo fi Kiristoos ni arga.
๐ ฐโฉYohaannis 14:21
Namni Ana jaallatu, isa ajajawwan koo fudhatuu fi eegu dha. Nama na jaallatu
hunda Abbaan koo ni jaallata, Anis isa nan jaalladha, #isattis #ifatti of nan #mulisa.
๐ ฑ โฉYohaannis 14:23
Kiristoos akkana jedhee deebiseef: โNamni na jaallatu #hundi dubbii koo ni eega, #Abbaan koos isa #jaallata, #nutis gara isaa dhufnee #bakka jireenyaa keenya #isaa wajjin godhanna.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐ dubbii kiristoos Namni Ana Argee Abbaa Argee jedhuu immoo immoo hiika akkamii qaban .
๐ ฑ๐ Lamaan isaanii iyyuu Aangoo/Humna, ifa,ibidda tokko wanii qabaniif
Namni Ana arge Abba arge jedhee
A.))๐Yohaannis 1:18
#Homtinuu #takkaa_Waaqayyoon hin argine, #ilma tokkicha isa abbaa bukkee ture sanatu waa'ee isaa hiikee beeksise malee
=hoomtuu erga Waaqayyo hin arginee Ilmi isa qofati immoo akkamitti isa biraa ture yeroo jennuu ,Ilmi isa Abbaa waajin Aangoo tokko wani qabuuf.
B))๐Ibroota 1:3
Inni(kiristoos) #ulfina Waaqayyoo ni calaqqisa, eenyummaa isaas #sirriitti #bakka bua, akkasumas waan
hundumaa humna dubbii isaatiin jiraachisa. Inni cubbuu keenya erga qulqulleessee booda, iddoo oli aanaan mirgaa isaan Suurra Qabeessa sanaa taae.
C.))๐ 2 Pheexiroos 1:16
#Nuti_humnaa fi argamuu #Gooftaa keenya Iyyaasuus Kiristoos kan isinitti beeksisne, #surraa isaa isa #guddaa ija keenyaan argineen malee,
oduu durii isa soba taee fi haxxummaadhaan uumame hordofnee miti.
D))๐Yohaannis 8:19
Isaanis, โAbbaan kee eessa jira? jedhaniin Iyyasus(Kiristoos) โIsin anas tae Abbaa koo hin beektan. Utuu ana beektaniittu taee, Abbaa koos ni beektu turtanโ jedhee deebiseef.
E.))๐Maatewos 11:27
Abbaan koo wanta
hunda anaaf kenneera; Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee hin jiru; akkasumas Ilmaa
fi nama Ilmi isatti mulisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee hin jiru.
F.))๐Yohaannis 16:15
Wanti Abbaan qabu #hundi kan #koo ti. Inni wanta kan koo tae irraa #fudhatee isinitti beeksisa kanan jedhes kanumaafi.
G.))๐Yohaannis 17:10
#wanti kan koo tae hundi kan kee ti; wanti kan kee tae hundis kan koo ti; anis isaan gidduutti ulfina argadheera.
๐ Yoh 14:9 irraa kan jiruu kunoo kana fakkaata,hiika isa
โฉkutaa_2ffยชยช itti fufa.
Yoh 14:9irratti ammas hordofa.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐บLink waldaa keenya kana
Xuqa hordofa๐
@haadha_Waaqa_naJaladha
โ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธโ ๏ธ