โLuqaas 7:36-50๐
โGuyyaa tokko
waaqni keenya
#Kiristoos biyya
#Qifirnaahom,osoo jiru
Fariisichi tokko gara isa
Dhufe Kiristoos kadhachuu
Jalqabe
=Sababiin Fariisichi
kadhatuu
Immoo akka isa wajjin #nyaatuuf turee
โKanaaf inni gara
#mana Fariisichaa
seenee maaddiitti
dhihaate Yeroo kanatti
#dubartiin_magaalicha
keessatti #cubbamtuu tauudhaan beekamtu
tokko Kiristoos mana Fariisichaa keessatti
nyaachaa akka jiru
dhageessee
โ #zayitii urgaau #qaruuraa #albaasxiroositti fiddee
dhufte
โAchiis #duuba isaatiin #jilbeenfattee booaa
#imimmaan ishiitiin
#miilla isaa jiisuu
jalqabde #rifeensa
mataa ishiitiinis imimmaan sana #haxoofti turte
โKana malees miilla
isaa #dhungachaa zayitii urgaau sana dibdi turte
โFariisichi isa #afeere
sun yommuu kana argu
#garaa isaatti
#Namni kun dhuguma
utuu raajii taee, silaa
#dubartiin isa #tuqaa
jirtu kun eenyuu fi nama akkamii akka taate
jechuunis cubbamtuu
tauu ishii ni beeka
turejedhee yaade
โ Kiristoos garuu deebisee #Simoon, ani wantan sitti
himu tokkon qabaโ jedheen
=(Simi'oon,maqaa
Pheexiroos)
Innis, #Barsiisaa,
natti himi!โ jedhe
โ Namoonni #lama
nama liqii kennu tokko
irraa liqeeffatan
โinni tokko dinaaree
#500 liqeeffate
โ inni tokko immoo dinaaree #50 liqeeffate
โ Haatau malee #lamaan isaanii iyyuu wanta ittiin liqii isaanii #kaffalan yommuu dhaban
namichi akkasumaan
isaaniif #dhiise Kanaaf,
isaan keessaa isa kamtu caalaatti namicha
sana jaallataโ
โSimoonis deebisee
Isa namichi #baayee
dhiiseef sana natti
fakkaataโ jedhe.
#Kiristoos #Murtii sirrii
kennite jedheen
โAchiis gara #dubartii
sanaatti garagalee
#Simooniin akkana jedhe Dubartii kana #argitaaโ
#Ani #mana kee seeneera
ati garuu #bishaan miillaa anaaf hin kennine
Dubartiin kun garuu
imimmaan ishiitiin miilla
koo jiistee #rifeensa
ishiitiin haxoofte
โAti ana hin #dhunganne dubartiin kun garuu
sa'aatii ani itti olii
seenee jalqabdee
miilla koo dhungachuu
hin dhiisne.
โAti #mataa koo
zayitii hin dibne
dubartiin kun garuu
miilla koo zayitii urgaau dibdeetti
โKanaan kan kaes
ani siin nan jedha
#dubartiin kun #jaalala
#guddaa waan argisiisteef #cubbuun ishii #hedduu
taus #ishiidhaaf dhiifameera
๐น#Namni dhiifamni #xinnoon godhamuuf garuu,
#jaalalli inni argisiisu
xinnoo dha.
โAchiis dubartii sanaan Cubbuun kee siif
#dhiifameeraโ jedheen
โYeroo kanatti warri
isaa wajjin maaddiitti
dhihaatan garaa
isaaniitti
#Namni cubbuudhaaf
dhiifama godhu
kun eenyuโ jedhanii
yaaduu jalqaban
โinni garuu #dubartii
sanaan #Amantiin kee
si fayyiseera
nagaadhaan deemi
jedheen
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ seenaa dubartii
Kana waggoota isheen
Dhaloota ishee irraa
Eeggalte hundi isaanii
Moofa taโe, Waaggaa
Haara garuu sababa
Cubbuu ishee dhiisteen
Bara haaraa, jireenya
Haaraa,bara gammachuu
Jirachu ishee ifaa
Godhate
โณ๏ธNamni kamiyyuu
Yoo,cubbuu isaa irraa
Bilisa hin bahin, bara
Kabajuun bu'aa maali
Qabaโผ๏ธ
โYoh 3:19-21
#Wanti murtiidhaaf
buuura tau kana dha
#Ifni gara addunyaa dhufeera #namoonni garuu hojiin
isaanii #hamaa waan
taeef ifa mannaa
dukkana #jaallatan
#Wanta hamaa
#hojjechuu kan
#amaleeffate hundi
ifa ni #jibba
#hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu
โ #Wanta_dhugaa
kan hojjetu hundi
hojiin isaa #fedhii
#Waaqayyoo wajjin
kan wal simu
tauun isaa akka
mulatuuf gara
ifaatti #dhufa
โwanta dabalataa
Dubbisuf fedha
Yoo,qabatanii
โrajii isay 51:6
โMulโata 6:14
โfar,Daawit 90:2
โrome 12:10
โ2 Qor 9:10
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Waaqayyo bara
Dhufun nuu
Haa,gahuu.
โAyyaana
Gaarii isiniif
Haataโu. Ameen.
โGuyyaa tokko
waaqni keenya
#Kiristoos biyya
#Qifirnaahom,osoo jiru
Fariisichi tokko gara isa
Dhufe Kiristoos kadhachuu
Jalqabe
=Sababiin Fariisichi
kadhatuu
Immoo akka isa wajjin #nyaatuuf turee
โKanaaf inni gara
#mana Fariisichaa
seenee maaddiitti
dhihaate Yeroo kanatti
#dubartiin_magaalicha
keessatti #cubbamtuu tauudhaan beekamtu
tokko Kiristoos mana Fariisichaa keessatti
nyaachaa akka jiru
dhageessee
โ #zayitii urgaau #qaruuraa #albaasxiroositti fiddee
dhufte
โAchiis #duuba isaatiin #jilbeenfattee booaa
#imimmaan ishiitiin
#miilla isaa jiisuu
jalqabde #rifeensa
mataa ishiitiinis imimmaan sana #haxoofti turte
โKana malees miilla
isaa #dhungachaa zayitii urgaau sana dibdi turte
โFariisichi isa #afeere
sun yommuu kana argu
#garaa isaatti
#Namni kun dhuguma
utuu raajii taee, silaa
#dubartiin isa #tuqaa
jirtu kun eenyuu fi nama akkamii akka taate
jechuunis cubbamtuu
tauu ishii ni beeka
turejedhee yaade
โ Kiristoos garuu deebisee #Simoon, ani wantan sitti
himu tokkon qabaโ jedheen
=(Simi'oon,maqaa
Pheexiroos)
Innis, #Barsiisaa,
natti himi!โ jedhe
โ Namoonni #lama
nama liqii kennu tokko
irraa liqeeffatan
โinni tokko dinaaree
#500 liqeeffate
โ inni tokko immoo dinaaree #50 liqeeffate
โ Haatau malee #lamaan isaanii iyyuu wanta ittiin liqii isaanii #kaffalan yommuu dhaban
namichi akkasumaan
isaaniif #dhiise Kanaaf,
isaan keessaa isa kamtu caalaatti namicha
sana jaallataโ
โSimoonis deebisee
Isa namichi #baayee
dhiiseef sana natti
fakkaataโ jedhe.
#Kiristoos #Murtii sirrii
kennite jedheen
โAchiis gara #dubartii
sanaatti garagalee
#Simooniin akkana jedhe Dubartii kana #argitaaโ
#Ani #mana kee seeneera
ati garuu #bishaan miillaa anaaf hin kennine
Dubartiin kun garuu
imimmaan ishiitiin miilla
koo jiistee #rifeensa
ishiitiin haxoofte
โAti ana hin #dhunganne dubartiin kun garuu
sa'aatii ani itti olii
seenee jalqabdee
miilla koo dhungachuu
hin dhiisne.
โAti #mataa koo
zayitii hin dibne
dubartiin kun garuu
miilla koo zayitii urgaau dibdeetti
โKanaan kan kaes
ani siin nan jedha
#dubartiin kun #jaalala
#guddaa waan argisiisteef #cubbuun ishii #hedduu
taus #ishiidhaaf dhiifameera
๐น#Namni dhiifamni #xinnoon godhamuuf garuu,
#jaalalli inni argisiisu
xinnoo dha.
โAchiis dubartii sanaan Cubbuun kee siif
#dhiifameeraโ jedheen
โYeroo kanatti warri
isaa wajjin maaddiitti
dhihaatan garaa
isaaniitti
#Namni cubbuudhaaf
dhiifama godhu
kun eenyuโ jedhanii
yaaduu jalqaban
โinni garuu #dubartii
sanaan #Amantiin kee
si fayyiseera
nagaadhaan deemi
jedheen
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โ seenaa dubartii
Kana waggoota isheen
Dhaloota ishee irraa
Eeggalte hundi isaanii
Moofa taโe, Waaggaa
Haara garuu sababa
Cubbuu ishee dhiisteen
Bara haaraa, jireenya
Haaraa,bara gammachuu
Jirachu ishee ifaa
Godhate
โณ๏ธNamni kamiyyuu
Yoo,cubbuu isaa irraa
Bilisa hin bahin, bara
Kabajuun bu'aa maali
Qabaโผ๏ธ
โYoh 3:19-21
#Wanti murtiidhaaf
buuura tau kana dha
#Ifni gara addunyaa dhufeera #namoonni garuu hojiin
isaanii #hamaa waan
taeef ifa mannaa
dukkana #jaallatan
#Wanta hamaa
#hojjechuu kan
#amaleeffate hundi
ifa ni #jibba
#hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu
โ #Wanta_dhugaa
kan hojjetu hundi
hojiin isaa #fedhii
#Waaqayyoo wajjin
kan wal simu
tauun isaa akka
mulatuuf gara
ifaatti #dhufa
โwanta dabalataa
Dubbisuf fedha
Yoo,qabatanii
โrajii isay 51:6
โMulโata 6:14
โfar,Daawit 90:2
โrome 12:10
โ2 Qor 9:10
โฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Waaqayyo bara
Dhufun nuu
Haa,gahuu.
โAyyaana
Gaarii isiniif
Haataโu. Ameen.
๐นAkkami jirtu Nageenyi
Dhifamni,fi jalali waaqayyon isinif haata'u"
โ #Bagaa||๐|| geessan=16
โ kadhannna fi jalali
Haadha keenya isinifi
Haata'u hunduma keessanif
โ kitaba raajicha
Milkiyasi irra๐บ
โ Waaqayyo Ani isiin
nan jaalladheโ jedha
isin garuu, โAttamitti nu jaallate? jeetu
#Esaawuu obboleessa
Yaaqoob mitii ree?โ jettanii in gaafattu; Waaqayyo immoo, โAni amma iyyuu
Yaaqoobi nan jalladhe
Esaawuu nan jibbee jedha.
(=Miilkiyaas Raajichaa 1:2)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
ammas yoo, ta'e.
Namni Addunya kan
Irra jirtu bakka lamati
Qodama,...
โinni #1ffยชยช =kan
Waaqayyo jalatu yoo
Ta'u
๐นfakkeenyi isaa
Yaaqoobi yoo, ta'u
โinni #2_ffยชยช Kan
Waaqayyo jibbu
Yoo, ta'u
๐นfakkeenyi isaa
Essawuu dha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โfakkeenyuma kan
๐ ฐ haati Goofta keenya
Addunya kan irra
Namoota ni jallati
โakkasumas addunya
Kan irra namoota
Jibbituu ni qabdi..
%โธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธ%
akkuma waaqayyo
Namoota inni
Jallatu fedhi isani
Guuttu
=haati waaqa keenya
Nama jalatufi fedhi isani
Guutti.
โ akkuma kitabni
Qulqullunni jedhu
Namni ifa barbadu
Gara ifa yaa, dhufu
Jedhu, namni
Haadha waaqa jalatu
Gara ishe haa, dhufu
โ Yohannis 3:20-21๐
Wanta hamaa #hojjechuu
kan amaleeffate hundi
#ifa ni jibba
hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu
Wanta #dhugaa kan
hojjetu hundi hojiin isaa
#fedhii Waaqayyoo
wajjin kan wali-simu
ta'uun isaa akka mulatuuf
gara ifaatti dhufa.
# แญแ แจแแซแฐแญแ แแ แฅแญแแแ
แญแ แแแแฅ แฅแซแแ แฅแแณแญแแแฅ
แแฐ แฅแญแแ #แ แญแแฃแ
#แฅแแแตแ แจแแซแฐแญแ แแ แฅแซแ แ แฅแแแ แฅแแญ แฐแฐแญแ แฅแแฐ
แแ #แญแแแฅ แแแต แแฐ #แฅแญแแ แญแแฃแ
=แฎแแแต 3 :20-21
โณโณโณโณโณโณโณโณโณ
Afaan #Giriki inni
Dura immo hiika
Kan nuufi keena.
โ ฮฮฌฮธฮต ฮฌฮฝฮธฯฯฯฮฟฯ ฯฮฟฯ ฯฯฮฌฯฯฮตฮน #ฮญฯฮณฮฑ ฯฮฑฯฮปฮฑ ฮผฮนฯฮตฮฏ ฯฮฟ ฯฯฯ ฮบฮฑฮน ฮดฮตฮฝ ฮญฯฯฮตฯฮฑฮน ฯฯฮฟ
ฯฯฯ, ฮณฮนฮฑฯฮฏ ฯฮฟฮฒฮฌฯฮฑฮน ฮผฮฎฯฯฯ ฮฑฯฮฟฮบฮฑฮปฯ ฯฮธฮฟฯฮฝ ฯฮฑ ฮญฯฮณฮฑ
ฯฮฟฯ ฮบฮฑฮน ฮบฯฮนฮธฮฟฯฮฝ.
#ฮฯฮฟฮนฮฟฯ ฯฮผฯฯ ฮบฮฌฮฝฮตฮน ฯฯฮฌฮพฮตฮนฯ ฯฯฮผฯฯฮฝฮตฯ ฮผฮต ฯฮทฮฝ ฮฑฮปฮฎฮธฮตฮนฮฑ ฯฮฟฯ ฮฮตฮฟฯ, ฮฑฯ ฯฯฯ ฮญฯฯฮตฯฮฑฮน ฯฯฮฟ #ฯฯฯฮ ฮญฯฯฮน ฮธฮฑ ฯฮฑฮฝฮตฮฏ ฯฯฯ ฮฟฮน ฯฯฮฌฮพฮตฮนฯ ฯฮฟฯ ฮญฯฮฟฯ ฮฝ ฮณฮฏฮฝฮตฮน ฮฑฯฯ ฯ ฯฮฑฮบฮฟฮฎ ฯฯฮฟ ฮฮตฯยป.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐พAyyanna||gaari isinif haata'u
๐บโ yaada yoo qabtan
Link kan xuqa๐
๐ ฐ ๐ @Gutema123
๐ ฑ ๐ https://t.me/Haaqa_bot
โธyookin @Haaqa_bot
kan jedhu xuqa
====||====||====
Dhifamni,fi jalali waaqayyon isinif haata'u"
โ #Bagaa||๐|| geessan=16
โ kadhannna fi jalali
Haadha keenya isinifi
Haata'u hunduma keessanif
โ kitaba raajicha
Milkiyasi irra๐บ
โ Waaqayyo Ani isiin
nan jaalladheโ jedha
isin garuu, โAttamitti nu jaallate? jeetu
#Esaawuu obboleessa
Yaaqoob mitii ree?โ jettanii in gaafattu; Waaqayyo immoo, โAni amma iyyuu
Yaaqoobi nan jalladhe
Esaawuu nan jibbee jedha.
(=Miilkiyaas Raajichaa 1:2)
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
ammas yoo, ta'e.
Namni Addunya kan
Irra jirtu bakka lamati
Qodama,...
โinni #1ffยชยช =kan
Waaqayyo jalatu yoo
Ta'u
๐นfakkeenyi isaa
Yaaqoobi yoo, ta'u
โinni #2_ffยชยช Kan
Waaqayyo jibbu
Yoo, ta'u
๐นfakkeenyi isaa
Essawuu dha.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โfakkeenyuma kan
๐ ฐ haati Goofta keenya
Addunya kan irra
Namoota ni jallati
โakkasumas addunya
Kan irra namoota
Jibbituu ni qabdi..
%โธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธโธ%
akkuma waaqayyo
Namoota inni
Jallatu fedhi isani
Guuttu
=haati waaqa keenya
Nama jalatufi fedhi isani
Guutti.
โ akkuma kitabni
Qulqullunni jedhu
Namni ifa barbadu
Gara ifa yaa, dhufu
Jedhu, namni
Haadha waaqa jalatu
Gara ishe haa, dhufu
โ Yohannis 3:20-21๐
Wanta hamaa #hojjechuu
kan amaleeffate hundi
#ifa ni jibba
hojiin isaa akka hin #saaxilamneef gara
ifaatti hin dhufu
Wanta #dhugaa kan
hojjetu hundi hojiin isaa
#fedhii Waaqayyoo
wajjin kan wali-simu
ta'uun isaa akka mulatuuf
gara ifaatti dhufa.
# แญแ แจแแซแฐแญแ แแ แฅแญแแแ
แญแ แแแแฅ แฅแซแแ แฅแแณแญแแแฅ
แแฐ แฅแญแแ #แ แญแแฃแ
#แฅแแแตแ แจแแซแฐแญแ แแ แฅแซแ แ แฅแแแ แฅแแญ แฐแฐแญแ แฅแแฐ
แแ #แญแแแฅ แแแต แแฐ #แฅแญแแ แญแแฃแ
=แฎแแแต 3 :20-21
โณโณโณโณโณโณโณโณโณ
Afaan #Giriki inni
Dura immo hiika
Kan nuufi keena.
โ ฮฮฌฮธฮต ฮฌฮฝฮธฯฯฯฮฟฯ ฯฮฟฯ ฯฯฮฌฯฯฮตฮน #ฮญฯฮณฮฑ ฯฮฑฯฮปฮฑ ฮผฮนฯฮตฮฏ ฯฮฟ ฯฯฯ ฮบฮฑฮน ฮดฮตฮฝ ฮญฯฯฮตฯฮฑฮน ฯฯฮฟ
ฯฯฯ, ฮณฮนฮฑฯฮฏ ฯฮฟฮฒฮฌฯฮฑฮน ฮผฮฎฯฯฯ ฮฑฯฮฟฮบฮฑฮปฯ ฯฮธฮฟฯฮฝ ฯฮฑ ฮญฯฮณฮฑ
ฯฮฟฯ ฮบฮฑฮน ฮบฯฮนฮธฮฟฯฮฝ.
#ฮฯฮฟฮนฮฟฯ ฯฮผฯฯ ฮบฮฌฮฝฮตฮน ฯฯฮฌฮพฮตฮนฯ ฯฯฮผฯฯฮฝฮตฯ ฮผฮต ฯฮทฮฝ ฮฑฮปฮฎฮธฮตฮนฮฑ ฯฮฟฯ ฮฮตฮฟฯ, ฮฑฯ ฯฯฯ ฮญฯฯฮตฯฮฑฮน ฯฯฮฟ #ฯฯฯฮ ฮญฯฯฮน ฮธฮฑ ฯฮฑฮฝฮตฮฏ ฯฯฯ ฮฟฮน ฯฯฮฌฮพฮตฮนฯ ฯฮฟฯ ฮญฯฮฟฯ ฮฝ ฮณฮฏฮฝฮตฮน ฮฑฯฯ ฯ ฯฮฑฮบฮฟฮฎ ฯฯฮฟ ฮฮตฯยป.
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
๐พAyyanna||gaari isinif haata'u
๐บโ yaada yoo qabtan
Link kan xuqa๐
๐ ฐ ๐ @Gutema123
๐ ฑ ๐ https://t.me/Haaqa_bot
โธyookin @Haaqa_bot
kan jedhu xuqa
====||====||====