πΉWangeela
tokko Qofaa jira
=Galaatiyaa 1:7
β¬β¬β¬ββ¬β¬β¬
1β=akkuma
cuuphaan
Tokko jiruu
2β=akkuma Gooftaan
tokko jiruu
3β=akkuma Amantan
tokko jiru
4β=akkuma wangeeli
Tokko Jiru
5β=hordofitooni
Tokko qofti jiruu
βqabxiiwwan 1-3 kan
ibsu π=Eef 4:5
βqabxiin wangeela
Tokko ibsu=Gal 1:7
βQabxin
Hordoftoota tokko
Ibsu (Ani
#ortodoksii Kana
ibsuu
π=Eefe 1:10-13
π=Gal 1:15
πΌ=Qabxiwwan 5 kan
Bakka Tokkoti ilaala
β akkuma #Phaawulos
Jedhe1Qor 13:13 irraatti
β=jalalaa
β=amantii
β=abdii
β isaan sadan iyyuu
Garagara hin Bahan
Jedhuu
β ammas wantoonni
#Shanan(5) kuni adda
Hin Bau
β¨οΈ Waa'ee hordofitoota
Waaqa tokko irratti
#Ani_ortodoksii dha
Kan jedhuu irratti
πΉAni #ortodoksii
Ta'e dhalee kootif
Waaqayyof Galani
Haataβu jechuun
Ni barbaachisaa moo
Hin barbaachisuuβ
πΉAni ortodoksii ta'u
Kootif baayβeen
#gammada jechuun
Ni barbaachisaa moo
Hin barbaachisuuβ
πΌ kanaa irratti
Kitaabni Qulqulluun
Maali jedha
β #isin isa gaarummaa Kiristoos isa guddaatiin
isin waame Sana irraa gara #wangeela kan #biraatti
saffisa akkasiitiin garagaluun keessan na dinqisiiseera
πΌ=jechi #isin jedhuu yeroo
Jalqabaf Namoota warra
Galaatiyaaf jechuu isatti
β #wangeeli kan biraan
akka hin jirre
#beekamaa dha
haa tau malee
namoonni isin jeeqanii fi
#wangeela waaee
Kiristoos ibsu #jalisuu barbaadan tokko
tokko jiru
πΌ wangeeli kan biraa
Akka hin jire jechuun
Isaa Waangeela tokko
Qofa jira jechuu isati
Kan bira wa'e Kiristoos
Hin ibsu jedhudha
βTaus nu keessaa
namni tokko yookiin #Ergaaman//maleekaan
tokko #samii irraa dhufee
#wangeela nuti isiniif
#lallabne irraa #adda tae
yoo isiniif lallabe inni #abaaramaa haa tau
β wangeela tokkicha
Kan irraa adda taβe
Kan laallabe Abaarama
Ni ta'a
Namas yoo,taβe
Ergamootaa yoo
Ta'es
π»=Haataβu malee
Ergamoonni Waaqayyo
Wangeela nama
Barsisuu ni danda'u
=Ergamaan Seexanaa
Dhufe garuu kan adda
Ta'e yoo,lallabee
Ni abaaramaa
βAkkuma kanaan dura dubbanne ammas dabalee
nan dubbadha #eenyu illee wangeela isin #fudhattan
irraa adda tae yoo isiniif
lallabe #abaaramaa haa tau
π»=Namas yoo taβe kan
Abaaramee ta'a
βAni amma namoota
moo Waaqayyoon amansiisuuf yaalaan jira? Moo namoota gammachiisuuf yaalaan jira? Ani amma iyyuu namoota
gammachiisuuf yaalaan
jira yoo tae #garbicha
Kiristoos miti jechuu dha
βYaa obbolootaa
#wangeela ani isiniif
lallabe #nama irraa kan
madde akka hin taane
akka beektan
nan barbaada
π»=wangeelich nama
Irra akka hin dhufnee
Ibse
β sababiin isaas ani
Wangeella kana
#Iyyaasuus_Kiristoos
irraa #mulataan nan
fudhadhe malee
nama irraa hin fudhanne
yookiin namni
na hin barsiisne
π»=wangeeli kan
Kiristoos
Ta'u ibse jira
βAni dur #amantii
Yihudii keessatti akkamitti akkan jiraadhe
jechuunis #Kiristiyaanotaa Waaqayyoo cimsee
ariachaa fi balleessuuf dhamaaa akkan ture dhageessaniittu
π»= #Phaawuloos jalqabaa
Amanti yihudoota
Hordofaa akka jiruu
βakkasumas #aadaa
abbootii kootiif hinaaffaa guddaan qaba ture
saba koo keessatti
warra #hiriyoota koo
taan hedduu #caalaas
amantii Yihudii
keessatti baayee
guddachaan ture
π»=Phawuloos yeroo
Sanati hiriyoota isaa
Akka caaluu mul'isa
βHaatau malee
Waaqayyo inni
#gadameessa haadha
kootii jalqabee na
#filate fi karaa gaarummaa
isaa isa guddaa na
waame sun
π»=Akkuma Phaawuloos
Gadameessaa haadha
Isaa keessa filatame
Hordofa Kiristoos taβe
β Ani #ortodoksii taβen
Dhaladhee yoo jeete
Sirridha,Ani ortodoksii
Ta'u kootiif,nan
gammada yoo,jeette
Sirridha
π=Gal 1:6_17
π»Wangeelli #dursa
Wanta hunda akka
Ta'e ifa
===========
#saqqii dhugaatiin
mudhii keessan
hidhachuu fi gaachana
#qomaa Qulqulluu uffachuudhaan
#jabaadhaa dhaabadhaa
akkasumas #wangeela
#nagaa labsuuf
qophaauudhaaf #miilla keessanitti #kophee
kaaadhaa
=Eefesoon 6:14-15
=============
πΉ#Yaada yoo
qabataniiπ
π @Gutema123
πΌ=link channeel
Yoo barbaadanπ
@haadha_Waaqa_naJaladha

πΉπ Dubbisaaππππ
Haatau malee, #raajiin iyerusaalemii alatti ajjeefamuu waan hin qabneef, hara, borii
fi iftaan adeemsa koo itti fufuun qaba.
Yaa #iyerusaalem, yaa iyerusaalem, #raajota kan ajjeestu, warra gara keetti ergamanis dhagaadhaan kan tumtu, akkuma #lukkuun cuucota ishii qoochoo ishii jalatti
walitti qabdu sia meeqan ijoollee kee sassaabuu barbaade! Isin garuu
hin barbaadne.
Kunoo, manni
keessan isiniif kan dhiifame taa. Ani
isinitti nan hima, βInni #maqaa Waaqayyootin dhufu eebbifamaa dha!β hanga jettanitti matumaa #ana hin argitan.β
βΈ=Luqaas 17:22_24
Achiis barattoota isaatiin akkana jedhe: βYeroon isin guyyoota #Ilma namaa keessaa isa tokko #arguu itti hawwitan ni dhufa; garuuhin argitan.
Namoonnis, βKunoo
achi jira!β yookiin βKunoo
as jira isiniin jedhu. Isin garuu hin dhaqinaa yookiin isaan duukaa hin buinaa.
Akkuma #bakakkaan kutaa #samii isa tokkoo hamma kutaa samii
isa kan biraatti ibsu, #guyyaa Ilmi namaa itti mulatus akkasuma ni ta'a.
π₯gaaffii kan Kiristoos
Duukaa bu'oota isa wajiin
Dubbate turee.
β©=Yohaannis 13:32_34
Waaqayyo ulfina isaaf kenna; inni yeruma
sana isaaf ulfina ni kenna.
Yaa #ijoolle, ani yeroo gabaabaadhaaf isinii
wajjin jira. #Isin na barbaaddu; akkuma ani Yihudootatti, βIsin #bakka
ani dhaqu dhufuu hin dandeessanβ
jedhee dubbadhe, amma immoo isinittis nan dubbadha.
Akka isin #wali jaallattaniif ajaja haaraan isiniif
kenna; akkuma ani isin jaalladhe, isinis wal jaalladhaa
β©=Yohaannis 13:36_37
#Simoon Pheexiros, βYaa Gooftaa eessa dhaqxaββ jedheen. #Iyyaasuus deebisee, βBakka ani dhaqutti ati #amma na duukaa bu'uu hin dandeessu, booda garuu na duukaa buutaβ
jedhe.
#Pheexirosis, βYaa Gooftaa, ani amma maaliifan si duukaa
bu'uu hin dandau?
Ani siif jedhee
#lubbuu koo illee dabarsee nan kennaβ jedheen.
β©=Yohaannis 14:2_4
#Mana Abbaa koo keessa iddoon jireenyaa hedduun jira. Iddoo isiniif #qopheessuu waanan deemuuf, kun utuu ta'uu baatee isinitti
nan himan ture.
Anis dhaqee ergan iddoo isiniif qopheessee booda, isinis #iddoo ani jiru akka taataniif deebiee dhufeen iddoo ani jirutti isin fudhadha.
Iddoo ani dhaqus
karaa isaa ni beektu.β
β£β£β£β£β£β£β£β£β£β£
πΉyeroo xumura immoo
Namoonni Amantii sirrii
Fi hojji gaarii jiratani
Gara mootummaa sami
Ni argatu yeroo sana.
Kiristoos wajjjin jiratuu.
β΅=Mulβata 22:2_5
#Magaalattii keessa kana booda abaarsi hin jiru. Kanaa mannaa #teessoon #Waaqayyoo fi teesοΏΎsoon #Hoolichaa magaalattii keessataa, #garboonni Waaqayyoos #tajaajila
qulqulluu isaaf dhiheessu; isaan fuula isaa ni argu;
#maqaan isaas
#adda isaanii irratti ni #barreeffama.
Kana boodas achi keessa halkan hin jiru; Waaqni keenya Waaqayyo ifa
waan isaan irratti ibsuuf, ifni ibsaa yookiin ifni aduu isaan hin barbaachisu; isaanis #baraa hamma bara baraatti mootota taanii ni bulchu.
βΆ=Ibroota 12:22
#Isin garuu, Gaara #Tsiyoonii fi magaalaa
Waaqayyo jiraataa, jechuunis #iyerusaalem ishii samiitti dhihaattaniittu;
akkasumas #maleekota kumaatama lakkawamu
Hin dandeenyiti.
===============
πΉlink kan fayyadamaπ
@haadha_Waaqa_naJaladha
@haadha_Waaqa_naJaladha
====πΌπΌπΌ=====