πΊ kutaa-93-ffaaπ
β»gaaffii fi deebi
β»Musiliimota
βYohaannis 1:1
jalqaba Dubbichatu ture Dubbichi Waaqayyo bira ture Dubbichi waaqayyo ture
πGaaffii Muslimoota akkanaa ture
1= #sagalee yookaan #Dubbiin suni kani eenyutu jedhu β
β¬β¬β¬β¬β¬
π³ Deebi keenya
Sagaleen ykn Dubbiin suni kani #Abbaatti.
πsagalee yookiin dubbii jechuun afaanii Giriikii duriitiin #Ξ»ΟΞ³ΞΏΟ Ο(logousi) jedhamee, haaluma wali fakkata jechi kuni wangeela Luqaas 9:26 irratti ilee ni argama.
Giriikii ammaattin immoo #ΞΟΞ³ΞΏΟ(Logos) jedhamee
Yohaannis 1:1 irrati kani argamu ΞΟΞ³ΞΏΟ(logos)
π₯₯Hubabachiisaπ₯₯
Jechii sagalee yookaan dubbii jedhuu kuni iddoo hedduutti ni argama Β« Haataβu malee akkuma iddoo hedduutti argamuu kana hiika inni ittiin hojii irraa oolu irree gargaara Β»
β¬β¬β¬β¬β¬β¬
πamma gara mataa duree keenyaatti
β»dubbii yookiin sagaleen suni kani Abbaatti jennee ture.
βRagaa keenyaπ
βΆβ»Mulβata Yohaannis 19:13
#uffata_dhiigni itti facaafame #uffateera; maqaan isaa #Dubbii_Waaqayyoo jedhama.
β»iddoo kanatti uffata dhiigni itti facaafame kani jedhu irraatti Kiristoos foonii nama uffachuu ibsa.
β»kani uffata uffatee suni sagalee dha
β» sagaleen immoo kani Abbaatti
β·β»Yohaannis 16:28.
Ani Abbaa biraa baΚΌee gara addunyaa dhufeera; ammas addunyaa dhiisee gara Abbaa nan dhaqa.
β»Ani Abbaa bira baee gara adunyaa dhufee kani jedhee Kiristoos.
β»Abbaa bira kani bae immoo sagalee yookaan dubbii Abbati.
β sagalee yookiin Dubbiin yeroo hunda gargaari hin Bau sababa Kanaaf sagalee Abbaa kani taβe Kiristoos akkasii jedhe Β«Ani kophaa kiyya miti jedhee Β»
βΈβ»Yohaannis 8:16
#Abbaan inni na erge anaa wajjiniin waan jiruu fi #kophaa_koo waanan hin taaneef, utuman murteessee illee murtiin koo dhugaa dha.
β¬β¬β¬β¬
Ι’α΄Κα΄ α΄α΄Κα΄Ι’Κα΄α΄α΄ α΄α΄α΄α΄α΄π
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

Telegram
πΉDπππππ π’πͺπ¨ππ‘ππ’π€π©ππ ππ π₯ππππ£πππβββββ
βIyyesuus, βBeekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!β isaaniin jedhe.β (Maat.16:6).
α’α¨α±α΅α α¨ααͺα³αα«αα α¨α°α±ααα«α α₯ααΎ α°α αααα α°α α αα‘ α ααΈαα’ (αα΄αα΅ 16:6)