Audio
πΉFalmii phenxee fi Orthodoksi
βΆβOrthodoksi Β«GutemaΒ»
ββphenxee Β«Pasteri Tadala
Mata Dure falmii
Luqas 11:27-28
Yohannis 1:4
β¬β¬β¬
Namota Qulqullota sagadu Kitabni ni ibsa.
βΆβSeera.Uumama 37:9
Ergasiis abjuu biraa abjootee obboloota isaatti hime Akkanas jedheen Kunoo, ani abjuu biraa abjoodheera; aduu fi jiΚΌi urjiiwwan kudha tokkos #gad jedhanii naa #sagadu
ββ1sena bara 29:20
Sana boddees Dawit yaaΚΌii guutuudhaan Waaqayyo Waqa keessan galatefadhaa jedhe.Kanaafuu hundi isanii Waqayyo Waqa abbotii isanii ni galateffatan fuula Waqayootii fi fuula moticha duratti addan #gombifamanii ni #sagadan
β¬β¬
Rome 13:7
Waan nama hundaf kennuun isin irra jiru kenna yoo qaraxa taΚΌe qaraxa yoo gibira taΚΌe immoo gibira basaa yoo sodachuu taΚΌe sodadha yoo ulfina kennuu taΚΌes, #ulfina kennaa
Gafii pasterii fidu dide.
1=Kiristos #obbolleetti qaba moo hin qabuβ
2=lakkofsi #1335 Kiristoos wajjin hariroo akkami qabaβ
3=jechi #Kiristos jedhuu kaku mofa keesa jira mooβhin jiruβ
πππ§π π©ππ‘πππ§ππ’π π π€π©ππ
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha