🌹D𝙚𝙚𝙗𝙞𝙞 𝙢𝙪𝙨𝙞𝙡𝙞𝙢𝙤𝙩𝙖𝙖 𝙛𝙞 𝙥𝙝𝙚𝙚𝙣𝙭𝙚𝙚
2.36K subscribers
49 photos
2 videos
9 files
113 links
“Iyyesuus, ‘Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!’ isaaniin jedhe.” (Maat.16:6).

ኢየሱስም ከፈሪሳውያንና ከሰዱቃውያን እርሾ ተጠንቀቁና ተጠበቁ፡ አላቸው። (ማቴዎስ 16:6)
Download Telegram
🅱 kutaa-74-ffªª.🅱
👉gaafii fi deebi
👉Muslimoota
Yohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
ዮሐንስ 17:8
የሰጠኸኝን
#ቃል ሰጥቻቸዋለሁና እነርሱም ተቀበሉት፥ #ከአንተም_ዘንድ እንደ ወጣሁ በእውነት አወቁ፥ አንተም እንደ #ላክኸኝ አመኑ.
▬▬▬▬▬▬▬▬
➩gaaffii isaanii.
1👉 dubbii Kiristoosi Abbaa irraa fudhatee barattoota isaati keena, inni ofi hin beeku
jedhuu.
▬▬▬▬▬▬▬▬.
👉 Deebii keenyaa.
Lakkii Kiristoos wanta hunda beeka
⓵➸Yohaannis 16:30
Ati wanta
#hunda akka #beektuu fi #eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma beekneerra. Kanaanis ati #Waaqayyo_biraa akka dhufte #amanneerra.”
⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻⁻
👍gara hiika jechoota
ilaalaa Yohaannis 17:8 irraa
maali ibsaa
🍇A))👉 dubbii ati naafi keenite Ani isaanii keenera jedha.
=dubbii isaa kami kennefilaata Kiristoos.
👇deebii isaa idduma kanatti ibsee jira Kiristoos, dubbi kani jedhame isaa kana ❝Kiristoos Abbaa bira dhufuu
#beekuu fi Amanuudha, gara biyya lafaa eegame dhufu isaatti"❞
🤝 sababiin isaa Jechi
#Fudhatanii jiru jedhuu kanuma ibsa wani ta’ef.
👉kunoo Kiristoos jechoota sani dubbii kee,jedhee malee dubbi bira mitii, ❞
👆barattoonni Kiristoos isaa kana
#Amananii fudhatanii jiru jechuudha.
⓶➸Yohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati Anaaf #kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani akkan #sii_bira dhufes sirriitti beekaniiru; akkasumas akka ati na #ergite amananiiru.
➩Ragaa Dabalataa.
⓷➸Yohaannis 16:27
isin waan na jaallattanii fi Waaqayyoon bira akkan
#dhufe waan #amantaniif, Abbaan ofii isaatiif iyyuu isin ni jaallata.
➩Jechi
#Amanuu jedhuu immoo Yoh 17:8 irratti ibsamee jira. Kaayyoo inni *
⓸➸Yohaannis 11:27
 Ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, Ati Kiristoos,
#Ilma Waaqayyoo isa gara #addunyaa dhufu sana akka taate nan #amana” jetteen.
⓹➸Yohaannis 8:24
Ani cubbuu keessaniin ni duutu kanan isiniin jedhes kanumaafi. Sababiin isaas,
#inni dhufu sun ana taʼuu koo hin #amantan taanaan, isin cubbuu keessaniin ni duutu.”
⓺➸Yohaannis 6:68
Nuti ati Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate amanneerra; beekneerras.”
👉jecha
#beekuu 👆jedhu immoo ilma Waaqayyo ta'u beekuudha.
▬▬▬▬▬▬▬
🍇B))➩Jechi Ani Abbaa biraa dhufee jedhuu hoo,maali ibsa
👉Kuni immoo Kiristoos
#qofti Abba bira jirachuu ibsa.
⓻➸Yohaannis 6:46-47
Isa Abbaa biraa dhufe sana malee
#namni_tokko illee Abbaa hin argine; Abbaa kan arge isa #qofa dha.Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Anatti kan amanu hundi jireenya bara baraa qaba.
⓼➸Yohaannis 1:18
Yeroo kamitti iyyuu namni Waaqayyoon arge hin jiru
#ilma_tokkicha isa taʼee fi #Abbaa_bira jirutu waaʼee Isaa nuu ibse.
🌹kanafuu Kiristoos qofti erga Abbaa biraa turee ,inni Kiristoos Waaqa.
▬▬▬▬▬▬▬
🍇C))➩Kiristoos maalif Ergamee namoota fayyisuu.
⓽➸Yohaannis 4:42
isaanis dubartii sanaan, “Kana booda waan ati dubbatteef qofa amanna miti; nuti ofii keenyaa dhageenyeerra; namni kun dhuguma
#fayyisaa_addunyaa taʼuu isaas #beekneerra” jedhan.
▬▬▬▬▬▬
🍇D)➩Kiristoos erga namoota fayyisee booda hoo, eessa deemaa.
👉kara Tessoo isaa, isaa irratti dhufti deebi'a.
⓾➸Yohaannis 6:62
#Ilmi namaa bakka #dura turetti utuu oli baʼuu yoo argitan
maal jettu ree?
▬▬▬▬▬▬▬
▣◊ waligaltii dubbii kee, kani jedhamee Kiristoos Abbaa biraa dhufuu isa kani ibsu ta'u,hubbannee jira, fedhiin Abba namoonni akka fayyanii ,akkasumas
#fedhiin_Kiristoos namoonni akka fayyaniif fi du'a jala akka miliqanif.kunis fedhii Kiristoos isaa Kiristoos dhufee hojjin mirkaneenesse jira
🅾,Yohaannis 6:40
#fedhiin_Abbaa koo namni #Ilma_beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; Anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa.”
▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣
➤ link waldaa keenyaa kana xuqaa hordofa👇👇
@haadha_Waaqa_naJaladha
▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣
🌺 kutaa-77-ffªª.🌺
        🥥.gaafii fi deebi
        🥥.Muslimoota
Yohaannis 17:14
#Ani_dubbii kee isaaniif kenneera; taʼus akkuma ani kutaa addunyaa hin taane, isaanis kutaa addunyaa waan hin taaneef addunyaan isaan #jibbe.
-----------------------
📍gaaffii isaanii.
1➪ Dubbiin kani Kiristoos mitii , inni Abba irraa fudhee dubbata jedhuu.
===========
Deebi keenya👇
Lakkii dubbii Kiristoos
illee jira kani jedhuu ta’a.
❶➛Yohaannis 8:51
Dhuguma dhuguman isiniin jedha, namni
#dubbii_koo eegu hundi matumaa hin duʼu (Mat7:26)👈dubbisi.
kanafi Jechi dubbii koo, jedhuu kani Kiristoos ta'u ibsa guutuummaatti =(my word)
jechi Afaani Girikki jalqaba kitabani kuni ittin bareeffame iyyuu akkasi jedha (ἐμὸν λόγον)    
#ἐμός_λόγος.
▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣▣
🌺 gaaffii Tokko Muslimoota gaafana " erga dubbii hundi kani Kiristoos miti jettanii dubbii kuni kani eenyutti 👇
❷➛Maatewoos 27:46
Gara saʼaatii sagaliitti Iyyaasuu Kiristoos sagalee guddaadhaan,“Eelii (אֵלִ֣י) Eelii(אֵלִ֣י) laamaa(לָמָ֣ה) saabaaqtaanii?” jedhee iyye; hiikni isaas “Yaa Waaqa ko, yaa Waaqa ko maaliif na dhiiste?” jechuu dha.
👉 dubbii kuni kani eenyutti kani Abba mookani Kiristoos
🌺lakki kani Abbati yoo, jeete Abbaan yoomi dubbatee fannoo irratti.😁
▣➪kani Kiristoos yoo,jeete immoo dubbii Kiristoos akka ta’e hubbate jirta.
➪➪➪➪➪➪➪
Eli Eli  jechuun Afaanii Ibraayisxiitti אֵלִ֣י  אֵלִ֣י

Lama Sabaqatani jechuun Afaani Aramic fi Afaan Ibraayisxiitti wajjiin tokko
לָמָ֣ה שְׁבֻ֕קוּ
➪Afaanii Giriikiitiin immoo.
Ἠλὶ ἠλὶ λεμὰ  σαβαχθάνι
Kanafi yeroo dubbisa eloye eloye lama sabaqatan
*
Walumaagalatti dubbii kee,kennafi inni jedhu irratti.
Kiristoos dubbii isaa kami kennafi isaa jedhuu beekuu qabna.
📍dubbii Abbaa kani jedhamee.
1👉 Abbaan Kiristoos ergu isa beeku
2👉 Kiristoos ilma Abba ta'u
beekuu.fi amanu
3👉 Kiristoos nama fayyisuu isa beekuu dha.
isaanii sadan sanii dubbi abbaa kani jedhamee.
ragaa keenya
❸➛Yohaannis 17:8
Ani
#dubbii ati anaaf kennite isaaniif kenneera; isaanis kana #fudhataniiru; Ani #sii bira akkan #dhufes sirriitti #beekaniiru; akkasumas akka ati na ergite #amananiiru.
❹➛Yohaannis 6:69
 
#Nuti ati #Ilma Waaqayyoo Isa Qulqulluu akka taate #amanneerra; #beekneerras.”
❺➛Yohaannis 6:38-40
#Ani_samii irraa kanan dhufe, #fedhii isa na erge sanaa raawwachuuf malee, fedhii ofii koo raawwachuuf miti. Fedhiin isa na ergee immoo, warra inni natti kenne hunda guyyaa dhumaatti akka ani #duʼaa kaasuuf malee, isaan keessaa tokko illee akka na jalaa baduuf miti.  #Sababiin isaas fedhiin #Abbaa koo namni Ilma #beekee isatti #amanu hundi jireenya bara baraa akka qabaatuufi; anis guyyaa dhumaatti duʼaa isa nan kaasa.”
❻➛Yohaannis 11:27
Ishiinis, “Eeyyee, yaa Gooftaa, ati Kiristoos, Ilma Waaqayyoo isa gara addunyaa dhufu sana akka taate nan amana” jetteen.
❼➛Yohaannis 16:29-31
barattoonni isaa akkana jedhan: “Kunoo, ati amma fakkeenyaan utuu hin taʼin ifatti dubbachaa jirta.  Ati wanta hunda akka beektuu fi eenyu illee si gaafachuun akka isa hin barbaachisne amma
#beekneerra. Kanaanis ati Waaqayyo #biraa_akka dhufte #amanneerra.” Iyyasus,Kiristoos deebisee akkana isaaniin jedhe: “Amma #amantaniif?
◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉◉
➛ namoonni gowwaan tokko tokko Kiristoos dubbii Abba yoo, jedhuu wanta bira godhanii oddeesaa ooluu.
📍Haata’u malee osuma ta’e iyyuu Abbaan ilmaan deemi namoota fayyisi malee wani bira maali jechuun danda'a. Kiristoos immoo Tole deeme nan fayyise jedhee dhufee.
➑➛Yohaannis 3:35
 Abbaan Ilma ni jaallata, wanta
#hundumaas_harka isaatti dabarsee kenneera.
➒➛Yohaannis 10:28
#Ani_jireenya bara baraa isaaniif nan kenna; isaan matumaa hin balleeffaman; eenyu illee #harka_koo
keessaa isaan hin butatu.
🅾 amma iddoo kanatti Kiristoos afaani isaatin harka kiyyaa keessa hoomtuu hin basu jedhee jira. ❝ kanafuu Kiristoos Waaqa ❞ Sababiin
isa👇
➓➛Iyyoobi 12:9-10
#Harki_Waaqayyo kana akka hojjete,Wantoota kana hundumaa gidduudhaa kan hin beekne eenyu?  #Jireenyi_uumama jiraataa hundumaa, Hafuurri nama hundumaas #harka isaa_keessa jira
🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂🍂
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼||⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼⁼
🅰 kutaa-88-ffªª 🌾🌾👇
       gaaffii fi deebi
         Muslimoota
▬▬▬▬▬▬▬▬
➛Akkasii jedhuu.
❶➛yeroo dubartoonni suni iddoo awwaalaa deeman sana wanti ta’e maalidha.
⓵ Yohaannis 20:2
gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Iyyaasuus jaallatu sanaatti fiigdee dhuftee, Gooftaa
#awwaalcha keessaa #fudhataniiru; eessa akka isa kaaʼanis hin beeknu” isaaniin jette.

⓶ Maarqoos 16:5
Yommuu gara
#awwaalichaatti seenanis #dargaggeessi uffata #adii uffate #tokko karaa mirgaa yommuu taaʼu arganii naʼan.

⓷ Luqaas 24:4
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taʼee jiruus, kunoo
#namoonni #lama_uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.
⓸ Maatewos 28:2
Kunoo
#Ergamaan/maleekaan waaqayo samii irraa waan gadi buʼeef kirkirri lafaa guddaan ni taʼe; #Ergamaan/maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaʼe.
▬▬▬▬▬▬
deebii keenya « hundi isaa iyyuu sirriidha kani jedhuu ta'a »

kana
#Yohaannis irraa jiruu dubartii tokko qofaan wanta ta’e ibse jira ,akkuma jalqabaa dhufteen booda keessa Kiristoos dhabdee. Isaa booda barattoota isaatti himite (Pheexiroos fi Yohaannisitti jechuudhaa).

➻ Haata’u malee ishiin illee ergamoota lama wajjiin dubbate jirti.
❶➻Yohaannis 20:12
achiis Ergamooni/maleekonni uffata
#adii uffatan #lama bakka reeffi Iyyaasus kaaʼame, tokko karaa #mataa isaa, tokko immoo karaa #miilla isaa taaʼanii argite.

inni
#Maarqoos jedhee immoo wanta dubartoota sadiin ta’e ibseera. * dubartootaani sadan kunis yeroo lamaa gara awwaala dhufanii jiruu.
kani yeroo jalqabaa Isaanii dhufanii ergama tokko qofaa arganii jiru.
❷➻Maarqoos 16:5
Yommuu gara awwaalichaatti seenanis dargaggeessi uffata adii uffate
#tokko karaa mirgaa yommuu taaʼu arganii naʼan.

innii
#Luqaasi ibsee kuni kani dubartoota sadiitti, kunis dubartoonni sadan #yeroo_lamaffaa iddoo awwaala akka dhufanii ibsee, yeroo kanati Ergamoota lama arganii jiruu.
❸➻Luqaas 24:4.
Utuma haalli kun bitaa isaanitti taʼee jiruus, kunoo
#namoonni_lama uffata calaqqisu uffatanii isaan bira dhaabatan.

kani
#Maatewos ibsaa jiru immoo wanta dubartoota #lamaa qofaan ta’e ibse jira.
Dubartoonni lamaan kuni immoo ergama tokko qofaa arganii jiruu.
❹➻Maatewos 28:2
Kunoo Ergaman/maleekaan waaqayyo samii irraa waan gad buʼeef kirkirri lafaa guddaan ni taʼe; maleekaan sunis dhufee dhagicha gangalchee irra taaʼe.
▬▬▬▬▬▬▬
➻ xumura irratti. Kani jalqabaa dhufuu qabuu.
1-Maatewos -Ergama-1
#Dubartoota_2
2-Maarqoos-Ergama-1
#Dubartoota_3
3-Luqaas-Ergama-2
#Dubartoota_3
4-Yohaannis-Ergama-2
#Dubartii_1
▬▬▬▬▬▬
➻Jechi #Dargaggeessa/Namoonni= jedhuu kani ibsuu maqaan dargaggeessa fi maqaan namoonni jedhuu kani namni ittiin ibsamuu yookiin ittiin wamudha.
🌺 Haata’u malee iddoo kanatti dargaggeessa fi #namoonni kani jedhee #Ergamoota/Malakoota Waaqayyoti.
❺➻Luqaas 24:22-23
nu keessaa #dubartoonni tokko tokko nu ajaaʼibsiisan; ganama bariidhaan gara #awwaalichaa dhaqanii turan; haataʼu malee #reeffa isaa hin arganne; dhufaniis #Ergamoonni/maleekonni #dinqiidhaan isaanitti #mulʼatanii inni lubbuudhaan akka jiru akka itti himan dubbatan

❻➻Raajii_Daani'el 9:21
utuu ani amma illee kadhannaa irra jiruu, #Gabriʼeel_namichi ani mulʼata koo duraa keessatti arge sun, yeroo aarsaa galgalaatti ariitiidhaan barrisaa gara koo dhufe
▬▬▬▬
link waldaa kana👇👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha

🌺 kutaa-86-Dubbisaa👇

https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha/749