๐ŸŒนD๐™š๐™š๐™—๐™ž๐™ž ๐™ข๐™ช๐™จ๐™ž๐™ก๐™ž๐™ข๐™ค๐™ฉ๐™–๐™– ๐™›๐™ž ๐™ฅ๐™๐™š๐™š๐™ฃ๐™ญ๐™š๐™šโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆโ›ˆ
2.4K subscribers
54 photos
2 videos
9 files
113 links
โ€œIyyesuus, โ€˜Beekkadhaa raacitii Fariisotaatii fi Saduuqotaa irraa of eeggadhaa!โ€™ isaaniin jedhe.โ€ (Maat.16:6).

แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แŠจแˆแˆชแˆณแ‹แ‹ซแŠ•แŠ“ แŠจแˆฐแ‹ฑแ‰ƒแ‹แ‹ซแŠ• แŠฅแˆญแˆพ แ‰ฐแŒ แŠ•แ‰€แ‰แŠ“ แ‰ฐแŒ แ‰ แ‰แก แŠ แˆ‹แ‰ธแ‹แข (แˆ›แ‰ดแ‹Žแˆต 16:6)
Download Telegram
Audio
๐Ÿ…ฐ orthodoksi fi pheenxee.
           ๐ŸŒบRakkoo pheenxee kana ilaala kuno๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ“ตโžฉpheenxee kuni
#maqaa #Kiristoos jedhuu eessaa akka dhufee gonkumaa hin beekani
โ“ถโžฉmaqaa
#Iyyaasus jedhu jecha irraa dhufee gonkumaa hin beekani.
โ“ทโžฉpheenxee kuni kitaaba #66 gonkumaa hooma hin beekuu.
โ“ธโžฉpheenxee maqaan
#Waaqayyo jedhu jalqabaa eessa akka dhufee hin beeknani
โ›‘kanafuu ergaa Kiristoos hin beekne, Waaqayyo hin beekne, kitaaba hin beekne . Maaliif guyyaa guutuu iyyaa oltuu laataa โŒ

โš› nuuti warri
#orthodoksi kunoo akkanatti pheenxee #afaanii ishi cufaan.

#Orthodoksi (Gutema Gelana)
#pheenxe paasterii (Abdi)
..............................
โœpheenxee yaaduma iyyaasus Kiristoos jecha olu malee isaa gonkumaa akka hin beeknee hubbadha.
Audio
๐Ÿ…ฐ orthodoksi fi pheenxee.
           ๐ŸŒบRakkoo pheenxee kana ilaala kuno๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ“ตโžฉpheenxee kuni
#maqaa #Kiristoos jedhuu eessaa akka dhufee gonkumaa hin beekani
โ“ถโžฉmaqaa
#Iyyaasus jedhu jecha irraa dhufee gonkumaa hin beekani.
โ“ทโžฉpheenxee kuni kitaaba #66 gonkumaa hooma hin beekuu.
โ“ธโžฉpheenxee maqaan
#Waaqayyo jedhu jalqabaa eessa akka dhufee hin beeknani
โ›‘kanafuu ergaa Kiristoos hin beekne, Waaqayyo hin beekne, kitaaba hin beekne . Maaliif guyyaa guutuu iyyaa oltuu laataa โŒ

โš› nuuti warri
#orthodoksi kunoo akkanatti pheenxee #afaanii ishi cufaan.

#Orthodoksi (Gutema Gelana)
#pheenxe paasterii (Abdi)
..............................
โœpheenxee yaaduma iyyaasus Kiristoos jecha olu malee isaa gonkumaa akka hin beeknee hubbadha.
๐Ÿ…พ kutaa-83-ffยชยช ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
    โ—ˆโž›gaaffii fi Deebii
    โ—ˆโž›Muslimoota.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
gaaffii isaanii.
โžŠโžป isaa kami sirriin jedhuu
โ€œbareeffama mataa Kiristoos olitti barreeffame irratti โ“โŒ

โžŠโžปYohaannis 19:19
Phiilaaxoosis barefama
#Iyyaasus Isa Naazreeti Mooti Yihuudootaa,
jedhu tokko barreessee fannoo sanatti maxxanse.
๐Ÿ‡ ๐™ฎ๐™ค๐™๐™–๐™ฃ๐™ฃ๐™ž๐™จ โ ๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘ ๐‘ข๐‘  ๐‘–๐‘ ๐‘Ž ๐‘›๐‘Ž๐‘Ž๐‘ง๐‘–๐‘Ÿ๐‘’๐‘’๐‘ก๐‘– ๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘– ๐‘ฆ๐‘–โ„Ž๐‘ข๐‘‘๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž โž kani jedhu ibseera
โทโžปMaatewos 27:37
Mataa isaa olittis barreeffama, #Kun Iyyaasuus Mootii Yihudootaa tiโ€ jedhuu fi inni ittiin himatame ibsu maxxansan.
๐Ÿ‡๐™ข๐™–๐™–๐™ฉ๐™š๐™ฌ๐™ค๐™ค๐™จ โ ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘ ๐‘ข๐‘  ๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘– ๐‘ฆ๐‘–โ„Ž๐‘ข๐‘‘๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž๐‘ก๐‘–โž kani jedhu ibseera
โธโžปMaarqoos 15:26
Barreeffamni himata isa irratti dhihaate ibsuu fi โ€œMootii Yihudootaaโ€ jedhu mataa isaa olitti barreeffamee ture.
๐Ÿ‡๐™ข๐™–๐™–๐™ง๐™ฆ๐™ค๐™ค๐™จ  โ ๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘– ๐‘ฆ๐‘–โ„Ž๐‘ข๐‘‘๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž โž kani jedhu ibseera
โนโžปLuqaas 23:38
Mataa isaa olittis barreeffamni, โ€œKun Mootii Yihudootaa tiโ€ jedhu jira ture.
๐Ÿ‡๐™ก๐™ช๐™ฆ๐™–๐™–๐™จ โ ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘š๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘– ๐‘ฆ๐‘–โ„Ž๐‘ข๐‘‘๐‘œ๐‘œ๐‘ก๐‘Ž๐‘Ž๐‘ก๐‘– โž kani jedhuu ibseera
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐ŸŒบ๐™™๐™š๐™š๐™—๐™ž ๐™ ๐™š๐™š๐™ฃ๐™ฎ๐™–.
Hundi isaanii sirriidhaa
Kitaabni arfaffaan(4n) isaanii iyyuu jecha Mootii Yihudoota jedhuu irratti wali fakkaata.
Gargarummaa isaa kana๐Ÿ‘‡
โžป ๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘ ๐‘ข๐‘  ๐‘–๐‘ ๐‘Ž ๐‘›๐‘Ž๐‘Ž๐‘ง๐‘–๐‘Ÿ๐‘’๐‘’๐‘ก๐‘–
โžป ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘– ๐‘–๐‘ฆ๐‘ฆ๐‘Ž๐‘Ž๐‘ ๐‘ข๐‘ 
โžป ๐‘˜๐‘ข๐‘›๐‘–
โผ ammaa qabxiiwwan hubbachu qabnuu kani fanifamee eenyu โ“
Deebii isaa Iyyaasuus,
Ergaa akkasii taโ€™e
Iddoon Iyyaasuus itti guddaate eessaa โ“
Deebii isaa Naazireet=ok
(๐™ข๐™–๐™ฉ 2:23, 21:11,mar 16:6)
๐Ÿ…พ๐ŸŒบ Walumaa galatti Kitaabni Qulqulluun seenaa  tokko
Hunda isaa hin bareessine
Fakkeenyaaf idduma kanatti barreffamaa sana #afaanii meeqan akka bareeffame #Maatewos fi #Maarqoos irraa darbanii jiruu. Garuu immoo #Luqaas fi #Yohaannis guutummaatti ibsanii jiruu.
(๐™ก๐™ช๐™ฆ 23:38* ๐™ฎ๐™ค๐™19:20) ๐™™๐™ช๐™—๐™—๐™ž๐™จ๐™ž
๐Ÿ‡๐ŸŒป kanafi wangeelonni yaada #muraasa qofaa barreessanii jiru inni tokko kutaa tokko yoo, bareesse inni tokko immoo kutaa dabalataa yoo, bareesse kuni rakkoo hin qabuu.
๐ŸฅฅYohaannis 21:25
Iyyaasus waan biraa baayสผee hojjeteera. Utuu #tokkoon_tokkoon isaanii #barreeffamanii jiraatanii silaa ani waan addunyaan mataan ishee iyyuu kitaabota barreeffaman sanaaf iddoo gaสผu qabdu hin seสผu
๐Ÿ‘‰แ‹ฎแˆแŠ•แˆต 21:25
แŠขแ‹จแˆฑแˆตแˆ แ‹ซแ‹ฐแˆจแŒˆแ‹ แ‰ฅแ‹™ แˆŒแˆ‹ แŠแŒˆแˆญ แ‹ฐแŒแˆž แŠ แˆˆ #แˆแˆ‰_แ‰ แŠฅแ‹ซแŠ•แ‹ณแŠ•แ‹ฑ แ‰ขแŒปแ แˆˆแ‰ฐแŒปแ‰แ‰ต แˆ˜แŒปแˆ•แแ‰ต แ‹“แˆˆแˆ แˆซแˆฑ แ‰ฃแˆแ‰ แ‰ƒแ‰ธแ‹แˆ แ‹ญแˆ˜แˆตแˆˆแŠ›แˆ
๐Ÿ‘‰Faarfannaa 40:5
Yaa Waaqa koo,Ati wantoota dinqisiisoo hedduu nuuf gooteetta, Yaadawwan nuuf qabdus hedduu dha. Kan siin gitu tokko illee hin jiru; Ani waaสผee wantoota kanaa #himuu fi dubbachuuf utuun yaalee, #Lakkoofsi isaanii gita hin qabu

๐ŸŒบerga haala bareeffama kitaaba Qulqulluu akkasii ta'u hubbate immoo ยซ barreefamni fannoo gubbaa sanatti barreeffamee ยซ ๐™ž๐™ฎ๐™ฎ๐™–๐™–๐™จ๐™ช๐™จ ๐™ž๐™จ๐™– ๐™ฃ๐™–๐™–๐™ฏ๐™ž๐™ง๐™š๐™š๐™ฉ ๐™ข๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™ž ๐™ฎ๐™ž๐™๐™ช๐™™๐™ค๐™ค๐™ฉ๐™–ยป
" kani jedhuu ta'a (๐‘ฆ๐‘œโ„Ž 19:19)

๐Ÿ‘Haaluma wali-fakkaata maatewos ,Maarqoos ,Luqaas
Iyyaasuus isa Naazireet kani jedhuu osoo hin ibsine biraa darbanii jiruu.Sababni inni guddaan Iyyaasuus isaa Naazireetitti ta'u isaa beekamaadha kayyoon himmata yihudoota mormii guddaa kani taโ€™e Kiristoos mootii yihudoota irratti wani taโ€™ef

๐ŸŒบMormii mursaa๐Ÿ‘‡
๐ŸฅฅMaarqoos 15:2
Philaaxosis, โ€œAti Mootii Yihudootaa tii?โ€ jedhee isa gaafate. Innis, โ€œAtumti iyyuu jette kaaโ€ jedhee deebiseef.
๐ŸฅฅYohaannis 19:3
gara isaatti dhihaataniis, โ€œYaa Mootii Yihudootaa, nagaan siif haa taสผu!โ€ jedhu turan. Akkasumas isa kabalu turan.
๐ŸฅฅMaatewos 27:42
Warra kaan oolcheera; ofii isaa garuu oolchuu hin dandeenye! Inni Mootii Israaสผeli; mee amma muka irratti fannifame irraa haa buสผu; nutis isatti ni amanna.
๐ŸฅฅYohaannis 19:21
 Dura buutonni lubootaa Yihudootaa garuu Philaaxosiin, โ€œโ€˜Ani Mootii Yihudootaa tiโ€™ akka inni jedhe barreessi malee, โ€˜Mootii Yihudootaaโ€™ jettee hin barreessinโ€ jedhan.
โผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผโผ
๐Ÿณ๐™ฌ๐™–๐™ก๐™™๐™– ๐™ ๐™–๐™ฃ๐™– ๐™๐™ค๐™ง๐™™๐™ค๐™›๐™ช ๐™ฎ๐™ค๐™ค,๐™—๐™–๐™ง๐™—๐™–๐™™๐™š ๐Ÿ‘‡๐™ญ๐™ช๐™ฆ๐™ž๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha
๐Ÿ‡kutaa-95-ffaa.
โž›Gaffii fi Deebi Muslimota
๐š–๐šž๐šœ๐š•๐š’๐š–๐š˜๐š˜๐š—๐š’ ๐šŠ๐š”๐š”๐šŠ๐šœ๐š’ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž ๐šข๐š˜๐š‘ 1:1 ๐š“๐šŽ๐šŒ๐š‘๐š’ ๐š ๐šŠ๐šŠ๐šš๐šŠ๐šข๐šข๐š˜ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž ๐šœ๐šž๐š—๐š’ ๐šŠ๐š๐šŠ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š’๐š—๐š๐š•๐š’๐š๐š๐šŠ๐š— ๐šš๐šž๐š‹๐šŽ ๐šก๐š’๐šš๐šš๐šŠ๐šŠ ๐š๐šŠ๐šž ๐šš๐šŠ๐š‹๐šŠ ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž = #๐š๐š˜๐š๐Ÿ‘ˆ
๐šš๐šž๐š‹๐š‹๐šŽ ๐š๐šž๐š๐š๐šŠ ๐š๐šŠ๐šž ๐š‘๐š’๐š— ๐šš๐šŠ๐š‹๐šž ๐š“๐šŽ๐š๐š‘๐šž= #God๐Ÿ‘ˆ
โœkaayyoo isaanii qubee xiqqaa filataniif immoo afaanii Ingiliffaatiin yoo akkasiitti baree Kiristoos Waaqayyo akka inni hin tanee ibsuufi. Fakkeenyaaf afaanii Ingiliffaatiin museen qubee guddaan osoo hin tanee qubee xiqqaan Waaqayyo jedhame ( #god )
seera Bau 7:1
And the LORD said unto #Moses, See, I have made thee a #god to Pharaoh: and Aaron thy brother shall be thy prophet.
โœ inni bira Phawuloos Seexanaan Waaqayyo addunyaa kana jedhe iddoo sanatti afaanii Ingiliffaa qubee xiqqaan ibsee malee qubee guddaa mitii.
2Qorontos 4:4
In whom the #god of this world hath blinded the minds of them which believe not, lest the light of the glorious gospel of Christ, who is the image of God, should shine unto them.
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
Deebii keenya
Afaanii Kitaabni jalqabaa ittin barreefamee wangeli.Yohaannis
Afaanii Giriikii turee ,kanafuu Yoh 1:1 irratti Giriikii qubee Guddaa fayyadamee jira, afaanii Ingiliffaa isaanii jedhanii odeessaan illee afaanii Giriikii irraa fudhatee (copy). Kanaafuu afaanii Ingiliffaa iyyuu iddoo kanatti qubee Guddaa fayyadamee jira.
๐Ÿ‘‰sababii afaanii Ingiliffaa kani Musee fi Seexanaa sana irratti qubee xiqqaa fayyadameefi immoo ,ยซ iddoo sanatti afaanii Giriikii qubee xiqqaa wani fayyadameefi.
โฃ๏ธRagaa keenyaโฃ๏ธ
#Afaani_Giriikii๐Ÿ‘‡
Yohaannis 1:1
แผ˜ฮฝ แผ€ฯฯ‡แฟ‡ แผฆฮฝ แฝ ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚ ฮบฮฑแฝถ แฝ ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚ แผฆฮฝ ฯ€ฯแฝธฯ‚ ฯ„แฝธฮฝ #ฮ˜ฮตฯŒฮฝ ฮบฮฑแฝถ #ฮ˜ฮตแฝธฯ‚  แผฆฮฝ แฝ ฮ›ฯŒฮณฮฟฯ‚
#afaanii_Ingiliffaa๐Ÿ‘‡
Yohaannis 1:1
In the beginning was the Word, and the Word was with #God, and the Word was #God.
๐Ÿ‘‰iddoo kanatti Qubee #Giriikii Qubee #Guddaa fayyadamee= #ฮ˜๐Ÿ‘ˆ
Qubee #xiqqaa isaa immoo kana turee= #ฮธ๐Ÿ‘ˆ
โœ yoo Girikiin Qubee guddaan=#ฮ˜ kana taโ€™e Ingiliffi isaa = #G ๐Ÿ‘ˆ
โœ yoo Giriikiin qubee xiqqaan= #ฮธ๐Ÿ‘ˆkana taโ€™e immoo Ingiliffi isaa= #g๐Ÿ‘ˆ
๐ŸŒนkanafuu ragaa Muslimoonni seera.Bau fi ergaa Phaawuloos fayyadaman afaanii Giriikiitiin Qubee xiqqaa wani taโ€™efi , kani wangeela Yohaannis irraa immoo Qubee guddaadha. Kanaafu Muslimoonni dirqama fudhachuu qabdanii=ok.
โฃ๏ธ#Afaani_Giriikii๐Ÿ‘‡
Seera.Bau 7:1
ฮบฮฑฮน ฮตฮฏฯ€ฮต ฮบฯฯฮนฮฟฯ‚ ฯ€ฯฮฟฯ‚ ฮœฯ‰ฯ…ฯƒฮฎฮฝ
ฮปฮญฮณฯ‰ฮฝ ฮนฮดฮฟฯ ฮดฮญฮดฯ‰ฮบฮฌ ฯƒฮต #ฮธฮตฯŒฮฝ ฮฆฮฑฯฮฑ ฮบฮฑฮน ฮ‘ฮฑฯฯŽฮฝ ฮฟ ฮฑฮดฮตฮปฯ†ฯŒฯ‚ ฯƒฮฟฯ… ฮญฯƒฯ„ฮฑฮน ฯƒฮฟฯ… ฯ€ฯฮฟฯ†ฮฎฯ„ฮทฯ‚
โฃ๏ธ#Afaani_Ingiliffaa๐Ÿ‘‡
Seera.Bau 7:1
And the LORD said unto Moses, See, I have made thee a #god to Pharaoh: and Aaron thy brother shall be thy prophet.
๐ŸŒนkani Phaawuloos
โฃ๏ธ #afaanii_Giriikii๐Ÿ‘‡
2Qorontos 4:4
แผฮฝ  ฮฟแผทฯ‚  แฝ  #ฮธฮตแฝธฯ‚  ฯ„ฮฟแฟฆ  ฮฑแผฐแฟถฮฝฮฟฯ‚  ฯ„ฮฟฯฯ„ฮฟฯ…  แผฯ„ฯฯ†ฮปฯ‰ฯƒฮตฮฝ  ฯ„แฝฐ  ฮฝฮฟฮฎฮผฮฑฯ„ฮฑ  ฯ„แฟถฮฝ  แผ€ฯ€ฮฏฯƒฯ„ฯ‰ฮฝ  ฮตแผฐฯ‚  ฯ„แฝธ  ฮผแฝด  ฮฑแฝฮณฮฌฯƒฮฑฮน  ฯ„แฝธฮฝ  ฯ†ฯ‰ฯ„ฮนฯƒฮผแฝธฮฝ  ฯ„ฮฟแฟฆ  ฮตแฝฮฑฮณฮณฮตฮปฮฏฮฟฯ…  ฯ„แฟ†ฯ‚  ฮดฯŒฮพฮทฯ‚  ฯ„ฮฟแฟฆ  ฯ‡ฯฮนฯƒฯ„ฮฟแฟฆ,  แฝ…ฯ‚  แผฯƒฯ„ฮนฮฝ  ฮตแผฐฮบแฝผฮฝ  ฯ„ฮฟแฟฆ  ฮ˜ฮตฮฟแฟฆ
Afaanii Ingiliffaa๐Ÿ‘‡
2 Qorontos 4:4
In whom the #god of this world hath blinded the minds of them which believe not, lest the light of the glorious gospel of Christ, who is the image of God, should shine unto them.
๐ŸŒนafaani Oromiffaa immoo
Seera.Bau 7:1
Gooftaan Museedhaan akkana jedhe; โ€œIlaa, ani Faraสผooniif #waaqa si godheera; obboleessi kee Aroon immoo raajii siif taสผa.
2Qorontos 4:4
#waaqni addunyaa kanaa akka namoonni hin amanin ifa wangeela ulfina Kiristoos isa fakkaattii Waaqaa taสผe sanaa arguu hin dandeenyeef qalbii isaanii jaamseera.
๐ŸŒนafaanii oromo
Qubee guddaa= #W๐Ÿ‘ˆ
Qubee xiqqaa= #w๐Ÿ‘ˆ
โ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌโ–ฌ
๐™ญ๐™ช๐™ข๐™ช๐™ง๐™– ๐™ž๐™จ๐™–๐™–.
๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐šŠ๐š๐šž๐šž ๐šข๐šŠ๐šŠ ๐š–๐šž๐šœ๐š’๐š•๐š’๐š–๐š˜๐š˜๐š๐šŠ ๐š๐š˜๐š๐š˜๐š๐š˜๐š›๐šŠ ๐š”๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šŠ๐šŠ๐š— ๐šŠ๐š–๐š–๐šŠ ๐šŠ๐š›๐š๐š’๐š๐šŠ๐š—๐š’ ๐š“๐š’๐š›๐š๐šž.
๐šŠ๐š”๐š”๐šž๐š–๐šŠ ๐šœ๐šŽ๐šŽ๐š›๐šŠ,๐šŠ๐š๐šŠ๐šŠ๐š—๐š’ ๐š๐š’๐š›๐š’๐š”๐š’ ๐š”๐šŠ๐š—๐šŠ๐š๐š’ ๐šŽ๐š›๐š๐šŠ ๐š๐š˜๐š”๐š”๐š˜ ๐š๐šž๐š๐š‘๐šŠ๐š๐šŠ๐š—๐š’ ๐š‘๐šž๐š—๐š๐šŠ ๐š๐šž๐š๐š‘๐šŠ๐šŒ๐š‘๐šž ๐šš๐šŠ๐š‹๐šž.
๐Ÿ‡wangeela Yohaannis 1:1 irraa kani jiruu qubee Guddaadha malee xiqqaa miti โŒ
= #Godโœ…
= #godโš ๏ธ

๐Ÿ‘‡๐š๐šŠ๐š›๐šŠ ๐š๐šŽ๐š•๐šŽ๐š๐š›๐šŠ๐š–๐šŠ ๐š”๐š˜๐š๐šŠ๐Ÿ‘‡
https://t.me/haadha_Waaqa_naJaladha